Telegram Web Link
#መቐለ

በሀገር መከላከያ ሰራዊት በቁጥጥር ስር የዋለችው መቐለ ከተማ ምንም እንኳን ህዝቦቿ ወደቀደመ የዕለት ተዕለት እንቅስቃሴያቸው ባይመለሱም በአስተማማኝ ሰላም ላይ ትገኛለች።

በሌላ በኩል የህወሓት ቡድን በርካታ ቁጥር ያላቸውን የተለያዩ የጦር መሳሪያዎች ጥሎ ሄዷል ፥ የቡድኑ ልዩ ሃይል አባላት ሲጠቀሙበት በነበረ ቅጥር ግቢ ውስጥ በርካታ የጦር መሳሪያዎች በሀገር መከላከያ ተይዘዋል።

ህዝቦቿም ለሀገር መከላከያ ሰራዊቱ ያላቸውን ክብር እና አድናቆት መግለፃቸውን መከላከያ ሰራዊት ዛሬ አሳውቆናል።

መረጃውን የላከልን በራያ ግንባር የሚገኘው ሃምሳ አለቃ አበበ ሰማኝ ነው።

@infosanews

©Tikvah
INFOSA News
Dr.Husen Kadir ዛሬ በነበረው የፍርድ ቤት ውሎ በ10000 ዋስ እንዲለቀቅ ተወስኗለ @infosanews
Yunivarsiitii Finfinneetti diinii Kollejjii Barnootaa fi Qorannoo Amalaa (Behavioral science) kan ta’an Dr Huseen Kadir mirgi wabii eeggameefii akka gadhiifaman manni murtii ajajullee hanga ammaatti akka hin gadhiifamne maatiifi abukaatoon isaanii himan.

Manni Murtii Aanaa Magaala Laga Xaafoo Laga Daadhii torbee darbe Sadaasa 16 bara 2013 ture Dr. Huseen Kadir wabii qarshii 10,000 nin akka gadhiifaman kan ajaje.

Haa ta’u malee maallaqni manni murtii ajaje kaffalamee ajajni mana murtichaa Komishinii Poolisii Oromiyaa bira gahus hanga gaafa Kibxataatti akka hin hiikkamne haati warraa isaanii aadde Hindiyaa Sa’id BBCti himaniiru.

@infosanews
Kun Bot @infosanews dha yaada, eruu fi gaaffi yoo qabaatan nu biraan gahaa.

ይህ የ @infosanews ቦት ነው ፤ ማንኛውም አስታያየት ፤ ጥቆማ እና ጥያቄ ካሎዎት ልታደርሱን ትችላላችሁ።

https://www.tg-me.com/infosanewsbot
INFOSA News pinned «Kun Bot @infosanews dha yaada, eruu fi gaaffi yoo qabaatan nu biraan gahaa. ይህ የ @infosanews ቦት ነው ፤ ማንኛውም አስታያየት ፤ ጥቆማ እና ጥያቄ ካሎዎት ልታደርሱን ትችላላችሁ። https://www.tg-me.com/infosanewsbot»
የአምስት ብር የወረቀት ገንዘብ ላልተወሰነ ጊዜ በነበረበት እንደሚቀጥል የኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ ዐስታወቀ። በተለያዩ መገበያያ ቦታዎች የብር ቅያሬ የሦስት ወራት ጊዜ ትናንት መጠናቀቁን ተከትሎ አሮጌው የአምስት ብር የወረቀት ገንዘብን አንቀበልም በማለት በተለያዩ ቦታዎች ንትርኮች እየተስተዋሉ ነው። የአዲስ አበባው ወኪላችን ዮሐንስ ገ/እግዚአብሔር የባንኩን ፕሬዚደንት ለማናገር ያደረገው ጥረት አልተሳካም። ኾኖም የባንኩ አንድ ከፍተኛ አመራርን በማናገር ቀጣዩን ዘገባ ልኮልናል።

©DW
@infosanews @infosanewsbot
INFOSA News
Photo
Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Nootti Birrii Abba Qarshii 5 yerro hin bekamnef Akka itti fuuf jechunis Akka hojjatuu ibsee jiraa.

@infosanews @infosanewsbot
የድሬዳዋ ዩኒቨርሲቲ የተመራቂ ተማሪዎቹን የመግቢያ ቀን ታህሳስ 01-02/2013 ዓ.ም መሆኑን አስታውቋል።

... Yunivaarsitti Dire Dawa Barattoota Eebbifamtoota ta'an Muddee 1 fi 2 bara 2013 Akka simannaa tasisuf ibsee Jira
@infosanwes
https://www.voaafaanoromoo.com/amp/5684807.html#click=https://t.co/jg6xaWzPzE

Itti aanaa dura-taa’aan boordii Ligii Mirga Namoomaa Gaanfa Afirkaa fi Maanaajariin Hoteela Ilillii Dr Dirribaa Waaqijiraa polisiidhaan Finffinnee mana isaaniitii qabamanii erga bakka buteen isaani dhabamee ji'a tokkoof deema, jedhan maatiin.
@infosanews. @infosanewsbot
Beeksisa

Barattoota Eebbifamtoota Yunivaarsitti Dambi Dolloo Guyyaan Galmee kan bara barnoota 2013 Mudde 3 fi 4 taa'u Ibsee jirra.

........Barattoota Eebbifamtoota Yunivaarsitti Gambelaa Guyyaan Galmee kan bara barnoota 2013 Mudde 5 fi 6 taa'u Ibsee jirra.

@infosanews @infosanewsbot
INFOSA News
Photo
የዩኒቨርስቲ ጥሪዎች:-

- የጋምቤላ ዩኒቨርስቲ በመደበኛው መርኃግብር እጩ ተመራቂ ተማሪዎቹን ከታህሳስ 5- 6 ድረስ በዩኒቨርስቲው በአካል በመቅረብ ሪፖርት እንዲያደርጉ ጥሪ አድርጓል።

- የደምቢዶሎ ዩኒቨርስቲ የተመራቂ ተማሪዎች የምዝገባ ጊዜ ታህሳስ 3 -4 መሆኑን አስታውቋል። ተማሪዎችም በአካል በመገኘት ሪፓርት እንዲያደርጉ አሳስቧል።

@infosanews @infosanewsbot
.......በሃዋሳ ዩንቨርስቲ የህግ መምህር የሆኑት ረዳት ፕ/ር ተሰማ ኤልያስ
መታሰራቸውን የማለዳ ምንጮች ገለፁ።

.....ረዳት ፕ/ር ተሰማ የክልሉን መንግስት ህገ-መንግስት ማረቀቅ ሂደት ላይ ከፍተኛ ሚና መጫወታቸው ይነገራል።

...ረዳት ፕሮፌሰር ተሰማ የመንግስት ፖሊሲን በመተችት እና ማህበረሰቡን
በማህበራዊ ሚዲያ በማንቃት ይታወቃል።

.....ከቅርብ ጊዜ ወዲህ በክልሉ መንግስትን የሚተቹ ሙሁራን፣አክቲቪስቶች እና
ፖለቲከኞች ስም ዝርዝራቸው ወጥቶ እየታሰሩ መሆኑን በተደጋጋሚ መዘገባችን ይታወሳል።

....ይህ የክልሉ መንግስት የእስር እርምጃ የብልፅግና ፖርቲ ደጋፊ የሆኑ የክልሉ ነዋሪዎችን ጭምር እያስቆጣና ህዝቡን ቅር እያሰኘ መሆኑን ምንጮቻችን
ጨምረው ገልፀዋል።ይህን ጉዳይ እየተከታተልን ለህዝብ የምናሳውቅ ይሆናል።

©ማለዳ ሚዲያ
@infosanews @infosanewsbot
INFOSA News
Photo
Yunivaarsitti Hawwasati Garagara profesara kan ta'ee Barsisaa Tasama Iliyaas Hidhamuu isaa Madeen Malda Midiiyya ibsanii jiruu

... garagaran profesara kun Policy Mootummaa Kommachun ni beekama.

..... Yeroo dhihoo asa Hayyotaa,aktivistoota , Miseensota partii Siyaasaa Mootummaa Kommachun beekaman Keessaati maqaan isaa Akka kaa turee ni beekama.

©Malda Midiiyya
@infosanews @infosanewsbot
Rippoortera OMN duraa kan ta'e Udii Muusaa Waajjira poolisii
magaalaa Adaamaatti hidhamee jiraatus, abbaan alangee
Godinichaa dhimmi Gaazexeessaa Udii Muusaa abbaa alangaa
Federaalaan kan ilaalamaa jiru waan ta'eef nun ilaallatu
jechuun mana murtiif deebii kennuu Abukaattoon Hidhamtoota
siyaasaa Oromoo Obbo Abdujjabbaar Huseen Gammadaa
OMN-tti himan.
Gaazexeessaa Udii Muusaa magaalaa Adaamaa keessaa erga
to'atamee as, Qorataa Yakkaa waajjira poolisii Bulchiinsa
magaalaa Adaamaatiin qoratamaa turus, Abbaan Alangaa fi
Waajjirri Poolosiin Gaazexeessaa Udii Muusaa mana murtiitti
dhiheessuu diduudhaan yeroo dheeraaf Waajjira Poolisii
Bulchiinsa magaalaa Adaamaa Aanaa 2ffaa keessatti
hidhamee tureera.
Oliyyannoo abukaattoonni fudhataniin Sadaasa 30.2020 Manni
murtii Godina Shawaa Bahaa dhimma Udii Muusaaf Abbaan
Alangee fi qorattoonni yakkaa deebii akka dhiheessan ajajee
turuusaa Obbo abdujjabbaar Huseen himaniiru.
Hanga ammaatti Udii Muusaa Qoraannoo isaaf taasifameen,
dubbiin inni itti shakkame, 'Jawaar Mohammad waliin walitti
dhufeenya qabda; Qaamota farra mootummaa ta'an ABO
Shaneefi TPLF waliin hojjetta' kan jedhu akka ta'e, abukaattoon
isaa kun himanis, "Abbaan Alangaa Bulchiinsa magaalaa
Adaamaa hanga yoonaatti himata addaa Udii irratti dhiheeffate
hin qabu. Udiin garuu mana hidhaa keessatti himata tokko
malee rakkoof saaxilamaa jira" jechuun hima Abukaattoonsaa
kun.
Beellama Sadaasa 30.2020 Manni murtii qaberratti, abbaan
alangaa dhihaachuun deebii inni kennes "Dimmi Udii Muusaa
Abbaa alangaa Federaalaa malee nun ilaallatu" kan jedhu
ta'usaa OMN odeeffateera.
Manni murtii Adaamaa Abbaan Alangaa Federaalaa dhimma
Udii Muusaa ilaalchisuun deebii akka dhiheessuufis, beellama
haaraa Sadaasa 3.2020 (har'a) beellama qabeera.
Udii Muusaa Gaazexeessaa OMN Damee Harar kan ture yoo
ta'u, Sadaasa 25.2013 Magaalaa Adaamaatti poolisii humna addaa Oromiyaatiin butamuusaa gabaasne turuun keenya ni yaadatama.
©OMN
@infosanews @infosanewsbot
2025/02/24 17:23:57
Back to Top
HTML Embed Code: