Telegram Web Link
የዩኒቨርሲቲዎች ጥሪ:-

..... የአርሲ ዩኒቨርስቲ በ2012 መመረቅ ሲኖርባችሁ በኮቪድ ምክንያት ትምህርታችሁን ያቋረጣችሁ ተመራቂ ተማሪዎች እንዲሁም የጤና ሳይንስ 4ኛ ዓመት የፋርማሲና የ5ኛ ዓመት (C2) የሜዲስን ተማሪዎች ህዳር 30 እና ታህሳስ 1 ወደ ግቢ በመመለስ ያቋረጣችሁትን ትምህርት እንዲጀምሩ አስታውቋል።

..... ቦንንጋ ዩኒቨርስቲ ተመራቂ ተማሪዎቹን ታህሳስ 2 እና 3 ጠርቷል።

Beeksisa

Barattoota Eebbifamtoota Yunivaarsitti Arsii Barattoonni Saayinsii Fayya Farmaassi wagaa 4 Fi medicin wagaa 5 Guyyaan Galmee kan bara barnoota 2013 Sadaasa 30 fi Muddee 1 taa'u Ibsee jirra.

.....Barattoota Eebbifamtoota Yunivaarsitti Boonga Guyyaan Galmee kan bara barnoota 2013 Mudde 2 fi 3 taa'u Ibsee jirra.

@infosanews @infosanewsbot
https://bit.ly/3okPYJf

በአንድ የስደተኛ ጣቢያ ውስጥ ብቻ 158 የሚሆኑ ከወላጆቻቸው ጋር
የተጠፋፉ ሕጻናት አሉ
አንድ መቶ ሃምሳ ስምንት የሚሆኑ ኢትዮጵያውያን ሕጻናት ከወላጅ እና ከቅርብ
ዘምዶቻቸው ተንጥለው በሱዳን ኡም ራክባ የስደተኞች ጣቢያ ውስጥ ለጥቃት
እና ጉልበት ብዝበዛ ተጋላጭ በሆነ ሁኔታ ወስጥ መኖራቸውን ሴቭ ዘ
ችልድረን አስታወቀ፡፡
VOA Amharic
@infosanews
#TiruneshDibaba

Barruun Atileetikisii beekama biyya Ingilizii Atileetiksii Wiikilii jedhamu hundeeffama isaa waggaa 75 sababeeffachuun dubbisitoota isaarraa sagalee walitti qabeen Atileet Xiruunash Dibaabaa Atileetota dubaraa addunyaarratti waggoota dhihoo as mul'atan keessaa atileetii gahumsaa olaanaa qabdu kan yeroo hundaa jechuun dubbistoonni atileetiksii wiikilii filataniiru. Gama dhiirootaan ammoo atileetiin lammii Jaamayikaa Yusiyaan Boolti filatameera.

Sagalee dubbistootaa atileetiksii wiikilii kennaniin Atileet Xiruunash Dibaabaa 31.1% argachuun yoo dursitu, Yusiyaan Boolti ammoo 55.3% aragchuun dhiirota irraa durseera. Atileet Haylee Gabrasilaasee ammoo 17.1% argachuun atileetii gahumsaa olaanaa qabu sadarkaa 2ffaa ta’uun filatameera.

Maddi: OBS
Yuunvarsiitii Naannoo Oromiyaatti Barsiisaa Seeraa ta'uun
tajaajilaa kan jiru, Obbo Solomoon Dibaabaa Mudde 4.2020
Magaalaa Baatuu keessatti, Muummee Barnoota seeraa
Yuunvarsiitichaa keessaa poolisii humna addaa Oromiyaatiin
Butamuusaa hiriyaansaa Magaalaa Baatuurraa OMN-tti hime.
©OMN
@infosanews @infosanewsbot
#GondarUniversity

Yuunivarsiitiin Gondar guyyaan galmee barattoota eebbifamtoota, barattoota 'Medicine' waggaa 4ffaa fi 5ffaa, barattoota 'Anesthesia' waggaa 3ffaa, barattoota seeraa waggaa 4ffaa fi barattoota 'Veterinary Medicine' waggaa 5ffaa Muddee 3 fi 4/2013 ta'u beeksiseera.

@infosanews @infosanewsbot
#BREAKING

Istuudiyoon Dimitsi Wayyaannee(DW) to'atame !

Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Poolisii Federaalaan Magaalaa Maqaleetti kan argamu Istuudiyoo Dimitsi Wayyaannee(DW) to'ateera

@infosanews @infosanewsbot
INFOSA News
Photo
በኦሮሚያ ክልል ዩኒቨርሲቲ የሕግ መምህር በመሆን በማገልገል ላይ ያለ አቶ ሰለሞን ዲባባ ታህሳስ 4/2020 በባቱ ከተማ ከዩኒቨርሲቲዉ የሕግ ትምህርት ዘርፍ ዉስጥ በኦሮሚያ ልዩ ሀይል ፖሊስ ተጠልፎ መወሰዱን ጓደኛዉ ከባቱ ከተማ ለ OMN ተናገረ
#SamaraUniversity

የሰመራ ዩኒቨርሲቲ ዕጩ ተመራቂ ተማሪዎች፣ የአምስተኛ አመት የእንስሳት ህክምና(Veterinary Medicine)፤ የ2ኛ እና የ3ኛ አመት የህክምና ጤናጨሳይንስ ኮሌጅ(CMHS) መደበኛ ተማሪዎች ታህሳስ 3 እና 4 በትምህርት ክፍላችሁ ተገኝታችሁ ሪፓርት እንድታደርጉ አስታውቋል። በተጨማሪም ታህሳስ 5 ትምህርት የሚጀምር መሆኑንም ገልጿል።
@infosanews @infosanewsbot
Hara'a Galagala sa'a 2 irraa kaassee duulli Twitter qophaa'ee jirraa jedhee #Samuel Baqala
Duulli Twitter Kun kannirratii xiyyefaatuu ammass biyya Keessati iddole heedduuti Network Adda citee jiruu miragaa lamilee akka sarbuu ibsufii jedhee
@infosanews. @infosanewsbot
የአዲስ አበባ ዩኒቨርስቲ ቅድመ ምረቃ መደበኛ እና የማታ ፕሮግራም ተማሪዎች ጥሪ!

የአዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ ከ1ኛ አመት ጀምሮ ለሆኑ ተማሪዎቹ የመልሶ ምዝገባ በሚከተለዉ መሠረት ይካሄዳል፡፡

- የማታ ተማሪዎች ምዝገባ ታህሳስ 10 እና 11 2013 ዓ.ም ነው።

- የመደበኛ ተማሪዎች ምዝገባ ታህሳስ 19 እና 20 2013 ዓ.ም ነው።

- ተመዝጋቢዎች ከኮሌጅ ሬጅስትራር ጽ/ቤቶች በመገኘት የኮርስ ምዝገባ ማካሄድ ይጠበቅባቸዋል፡፡

- የምዝገባ ወረቀቶቹ እንደ ተማሪ መታወቂያ ስለሚያገለግል በጥንቃቄ መያዝ ይኖርባችኋል፡፡

- ለመደበኛ ተማሪዎች ትምህርት መልሶ መከፈትን በተመለከተ እና ሊደረጉ ስለሚገቡ ጥንቃቄዎች ታህሳስ 22 ቀን 2013 ዓ.ም ገለፃ ይደረጋል፡፡

- ትምህርት የሚጀመረዉ ታህሳስ 23 ቀን 2013 ዓ.ም መሆኑን አሳዉቋል።

- ከምዝገባ በፊት ወይም በኋላ የሚመጡ ተማሪዎችን ዩኒቨርስቲዉ አላስተናግድም ብሏል።

@infosanews @infosanewsbot
Duula twitter sa’aatii lama irrattii jalqabuuf qophiin
xumurameera. Link armaan gadii jiru kana cuqaasuun
barreeffamoota tweet godhamanii argachuu dandeessuu. Link
gadii kana yeroo bantanii barreefamoonni haalluu diimaa
dhaan barraa’ani fi photo barreefama ofirraa qabuu cuqaasuu
dhaan tweet gootu. Akka isa durii “tweet now” ka jedhu of
biraati hin qabu. Waamicha Oromummaa kana irraa hin
hafinaa. Duulli kuni lubbuu Obboloota keenya du’anii deebisuu
baatus waraana uummata keenya irraa dhaabsisuuf dhiibba
gaarii godha. Adaraa hin nuffinaa ! Tweet godhaa. Sa’aa
lamattii jalqabna.

ወዳጆች አስቸኳይ ማስታወቂያ:-
በነ Merertu G Kitila የተዘጋጀ ከ 1 ሰአት በኋላ ልክ ከምሽቱ 2 ሰአት ሲል
የሚጀምር የትዊተር ካምፔይን አለ።
ትዊቶቹ ተዘጋጅተው የተቀመጡ ስለሆነ ከእናንተ የሚጠበቀው ከታች
በተቀመጠው ሊንክ እየገቡ ትዊት ማድረግ ብቻ ነው።
https://oromoprotests.org/index.php/2020/12/05/campaign-re-the-war-on-oromia-oromoprotests-crisisinethiopia/
2025/02/24 20:25:13
Back to Top
HTML Embed Code: