Telegram Web Link
Seenaa Gootaa Kammii isiinii haa dhiiheessinuu?
public poll

OLIIQAA DIINGIL – 52
👍👍👍👍👍👍👍 28%

She/bakrii saaphaloo – 46
👍👍👍👍👍👍 25%

Maamoo Muzaamir – 30
👍👍👍👍 16%

Abdiisaa Aagaa – 27
👍👍👍👍 15%

Agarii Tulluu – 21
👍👍👍 11%

Aster Gannoo – 10
👍 5%

👥 186 people voted so far.
Vaayrasiin dhibee Covid- 19 haaraan amma argame kan duraa caalaa % 70 saffisa qaba – Saayintiistoota

Saayintistoonni vaayrasiin caaseffama qaccee isaa geeddare jalqaba ji’a kanatti qorannoo gaggeessaniin argamuu ibsaniiru.   Afrikaa Kibbaatti gosti Covid-19 haaraan jalqaba ji’a kanatti argame kun yaaddoo cimaa uumuu ibsameera. Saayintistoonni biyyattii akka himanitti, vaayrasichi caaseffamnisaa vaayrasii Biriitaaniyaa keessatti argameerra adda ta’uu ibsaniiru.  
Jalatamtoota kenyaa falmii meqaa keessaa akka darbbiitaan Naaf gala Amma immo injjiifanoo kan Oliqaa diingiilii waan ta'ee maxxansaa 1ffaa Amma Nuu Eegadhaa.

Hangaasiif yaadaa dhunfaa Kamiinuu
@ABDETUBOT Nuu gahaa

hiirriiyoota keessaan kan Channel kana Hin argiin hundaaf Nuuf qoodaa Isiinniin Jenaa.

Isiin Jaalaana Galtommaa Aadaa, Seenaa , Duudhaa Sabaa kenyaa baruuf Channel kenyaa Join godha.


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@HARARGETUB
@DEDRORO
@DEDRORO
Linke Shere Gochuu hin dagatiinaa


Oliiqaa Dingil lammii Oromoo yoo ta'u, ummata Oromoo naannawa Qeellem Wallaggaa keessa jiraatu jidduudhaa kanneen hidda ja'an Sayyoo warra Laaloorraa dhalate. Qorannoon seenaa hangaa har'aatiin maqaa hadhaasaa beekuun danda'amu baatus maqaansaa guutuun Oliiqaa Dingil Bookaa jedhama.

Seenaasaa Ijoollummaa

Bakki dhaloota gooticha Oliiqaa, Qeellem Wallaggaa keessa Yamaaloogii Walal, Ganda Gurraattii Walal, bakka Deentaa Garee jedhamu. Barri dhalootasaa sirriitti qoratamee beekamuu baatus namoota bara sana beeku jedhamanirraa akka himametti, tilmaamaan bara 1890 ta'uu akka hin oole dubbatama.

Oliiqaa Dingil mana barumsaa qeesotaa /lubootaa/ galee akka barate seenaansaa ni mirkaneessa. Erga guddatee umriinsaa hojiif ga'ee booda bara bulchiinsa Hayilasillaasee mootummaadhaan mindeeffamee hojjetaa ture. Ga'een hojii goota kanaas gabaarra naanna'ee ashuura mootummaa walitti qabu ture.

Kutaa 2ffaan Itti fufaa..
Gabaa hedduu inni irra naanna'aa ture keessaa gabaan Ashii, Muggii, Shabal, Qaaqeefaan ni eeramu. Bakki jireenyaasaa magaalaa Dambii Doolloo, Ganda 03 keessa akka ture odeeffannoon jiru ni ibsa.

Oliiqaan, dubartii maqaanshee Gannatawarqi Ashanaa jedhamtu Gidaamiidhaa fuudhee jiraachaa ture. Walumaagalatti Oliiqaan lammii nagaa namaa fi biyyaaf yaaduu fi quuqamu yoo ta'u amalasaa kanaan ummata Oromoo biratti hedduu jaalatama ture.

Qabsoo

Caamsaa 23, bara 1929 wayita koloneeffattoonni Xaaliyaanii Itoophiyaa humnaan weeraranii qabatanitti waggaa tokko booda dhiibbaa koloneeffattoonni kun ummatarraan gahaniin mormee bosona seene. Gocha Xaaliyaanonnii fi sirni gita bittaa Nafxanyootaa ummata biyyattii keessa jiraatan irratti keessumaa Oromoorratti raawwachaa turanirraa kan ka'e haalli jireenyaa, aadaa fi safuun ummatootaa baduu jalqabe. Wayita sana Xaaliyaanonni lammiilee Itoophiyaa tokko tokko ofitti madaqsuudhaan maqaa "Baandaa" jedhamu itti moggaasuun duuka buutuusaanii taasifachaa turaniiru.
Xaaliyaanonni baandota kanneenirraa odeeffannoowwan gara garaa argataa, akka turjumaanaattis itti gargaaramaa turaniiru. Gochi baandotaafi Xaaliyaanotaa kun Oliiqaa qofa osoo hinta'iin namoota saba isaanii jaalatan hunda kan aarsu ture. Gochi suukanneessaan ummatarratti raawwatamu yeroodhaa gara yerootti babal'achaa dhufuusaarrayyuu roorroon haadha warraa Oliiqaa Dingil, Aadde Gannatawarqi /Moominaa/ Ashanaarra ga'eera jedhamu aarii Oliiqaan duraanuu qabu akka dabalu taasise. Kana malees gaaf tokko baandaa Xaaliyaanii kan ture namichi Baashaa Gabayyoo Waldee fi Oliiqaan otuu Amaariffaan haasa'anii Baashaa Gabayyoon Oliiqaa Dingil akka tuffiitti jecha Oromoon jedhamuu hin feeneen arrabsa.

Guyyaa biraammoo Baashaa Gabayyoon namicha Dhaabaa Maashaa jedhamu wajjin waliigaluudhaan Oliiqaan qarshii ashuuraa walitti qabe dhimma dhuunfaa irra oolfateera jechuun odeessisiisuurra darbee hoogganaa Xaaliyaanii yeroo sanaatti hima.

kutaa 4ffaan Itti fufaa..

Shere Like godhaa.
Hordoftoota keenya jaalatamoo waanti post(maxanfamaa ) jiruu isinitti tolee jira mo hin tollee Yaada kessaan Harkaan nu garsiisaa isinin jenna! Galatooma!!
public poll

👍 – 38
👍👍👍👍👍👍👍 79%

👎 – 10
👍👍 21%

👥 48 people voted so far.
Oliiqaan qawwee dhokfatee qaba jedhees yakke. Odeeffannoo kanarratti hundaa'uun Xaaliyaanonni Oliiqaa qabanii mana hidhaa galchan. Oliiqaan halkanuma sana mana hidhaa cabsee ba'uudhaan, bakka dhalootasaa Deentaa Garee dhaquudhaan qawwee Beeljigii 2fa jedhamu bitatee Dambii Doollootti deebi'e.

Halkan gaaf tokkoo Baashaa Gabayyoo ajjeesee, gara mana Baashaa Gabayyoos dhaqee haadha warraa Baashaa alatti baasuun, "Ati dhirsa kee dhabda, ani immoo haadha warraa koon dhabe" jechuun du'a abbaa warraashee itti himee manicha qabeenya keessa jiru waliin gube. Itti aansee, namicha Dhaabaa Maashaa jedhamummoo Gabaa Dafinoo /Dambii Dolloo/ keessatti ajjeesee, "Anatu ajjeesee nama bira hin gaafatiinaa" jedhee barreessee mukatti maxxanse. Intalasaa fi haadha warraasaa Ganduma 03 keessatti dhiisee deeme.

Kana booda Oliqaan nama durumaa qabee isa bira jiraatu, kan maqaansaa Shaanqoo jedhamu, qawwee namoonni dirqiidhaan Xaaliyaaniif galchuuf deeman irraa booji'ee Shaanqoo hidhachiise.

kutaan 5ffaan Itti fufa
Dhohiinsi boombii Kaabul doktaroota afur galaafate
*
Afgaanistaan magaalaa Kaabul keessatti dhohiinsa boombii konkolaataa irratti raawwateen doktaroonni afur du’an.

Doktaroonni kunneen mana hidhaa tokko keessatti hojiirra kan turan yoo ta’u, boombiin konkolaataarratti hidhamee ture dhohuun lubbuusaanii galaafate jedhe poolisiin.

Doktaroota du’an keessaa lamaansaanii dubartoota. Namni shanaffaan lubbuu dhabe ammoo osoo darbaa jiruu balaan kun isa mudate.

Haleellaa mudateef qaamni itti gaafatamummaa fudhate hin jiru.

Kaabul keessatti dhohiinsa bakkeewwan garaagaraatti raawwatuun ji’oota lamaan darban keessatti namoonni 100 caalan ajjeefamaniiru.

(BBC
Oliiqaa yaa abbaa jigsaa
Ati duute moo jirtaa?
Utuu ati jiraattee
Hantuunni maa warraaqxee?
Yaa abbaa coomaafi booka kootii
Amaaseniin maal na gooti?
jettee isa faarsituu dhokatee dhaggeeffate. Halkan sana dhokatee ishee ajjeesee deebi'uuf yaadeeti kan dhufe. Garuu wayita faaruu haadha warraasaa dhaga'u cancala qawweesaa dhaamsee halkan sana manasaa bulee ganama bariidhaan bakka dhufetti deebi'e. Yeroo yerootti uffata waraana Xaaliyaanii uffatee Dambii Dolloo seenuudhaan mana Aadde Moominaafi Aadde Daasharee Akkayyuutii daadhii dhugee, odeeffannoo barbaachisus walitti qabatee deebi'aa ture. Namoota isa fakkaatan waliinis dhoksaatti ni mariyata ture.
Deggartoota Oliiqaa gocha weerartoonnii fi jala kaattuun warrasaaniirratti raawwatan namoota hedduu aarsee tureera. Haala kanatti aaree kan garaa kutate Oliiqaa duukaa shaffata, warri kuun immoo, naannoodhuma jiran taa'anii deggaraa turan.

kutaan 7ffaan itti fufa..

Namni tokko yoo xiqqatee Nama 5 Ergii!, Like godha
"Hooggantoonni Gaggaariin
Kanneen biroo baraaruuf
Mataa Ofii wareegu,
Hooggantoonni Hamtoonni
Immoo mataa ofii baraaruuf
Kanneen biroo wareegu" (Saaji Elii j.yumii)

#Join_Shere 👇👇
@HARARGETUB
@HARARGETUB
"Itoophiyaa mooftuu burcuqqoo haaraatti naqanii nu obaasuu barbaadu; Abadan hin dhugnu!"
Mootummaa oromoo Jawar Mohammed ...
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Hinɑɑffɑɑ...
(Selfish!)
▬▬▬▬▬▬▬
● Wɑlitti Hinɑɑfuun utuu Jirɑɑchuu Dhɑbɑɑtee:

• Yoos ni guddɑnnɑ.
• Yoos kɑrɑɑ deemnee qɑxxɑɑmurrɑ.
• ɑlbuudɑ dhokɑte bɑɑfnee itti fɑyyɑdɑmnɑ.
• Dirree hin ɑbuurɑmitti bɑɑnɑ.
• Wɑl ɑwwɑɑluu dhiifnee wɑl muldhifnɑ.
• Kɑbɑjɑ ɑrgɑnnɑ.
• Rɑbbis nutti gɑmmɑdɑ

N͙u͙t͙i͙s͙ n͙i͙ gɑmmɑdɑ

H͜͡i͜͡n͜͡a͜͡a͜͡f͜͡f͜͡a͜͡a͜͡ I͜͡r͜͡r͜͡a͜͡a͜͡ H͜͡a͜͡a͜͡ f͜͡a͜͡g͜͡a͜͡a͜͡n͜͡n͜͡u͜͡
◈ ━━━━━━━ ⸙ ━━━━━━━ ◈
▃▅▆█✭JOIN✭█▆▅▃
https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Ĩ ãm ªbđĕ Ñę)
JECHOOTA BEEKTOTAA!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
■ "Hiyyeessa taatee yoo dhalatte balleessaa kee miti, hiyyeessa taatee yoo duute garuu balleessaa keeti."
— (Biilii Giraam)

■ "Maatii irraa dhalatte filachuu hin dandeessu ijoollee sirraa dhalataniif garuu haala mijeessuu ni dandeessa."
— (Biilii Giraam)

■ "Namoonni waan tokko hojjechuuf yaalanii kufan, warra homaa utuu hin hojjetin milkaa'an irra ni caalu."
— (Looyid Joonsi)

■ "Muka ija qabutti dhagaan baay'ata."
— (Shiikeeraa)

■ "Karaa si baasu hin beektu taanaan deemsa hin eegalin."
— (Ingilizoota)

■ "Nama hundumaaf gaarummaa yaadi, garuu hiriyyaa filadhu."
— (Giriikota)

■ "Rabbi gurra lamaa fi afaan tokko nuuf kennuun isaa baayyee dhaggeeffachuu fi xiqqoo dubbachuu akka qabnu nu hubachiisuu dhaafi."
— (Araboota)

■ "Beekumsi nyaata lubbuuti."
— (Pilaatoo)

■ "Amala nama tokkoo yoo baruu feete aangoo yookiin taayitaa kenniif."
— (Abrahaam Liinkan)


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
https://www.tg-me.com/joinchat-R5ciaYWQTi3bvYFn
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Ĩ ãm ªbđĕ Ñę)
Sobni yoo baayatee
EXPIRED' ta'a!
_ _
Sobni daallattiidha
Sobduunis daalattii
Ashaboo facaastee
Biqilchuuf dhaadatti.
Akka jecha isheedhaan
Ijatu fuunfata - funyaantu ilaala
Rimaa'ee foolatee
Sangaan jabbii dhala.
_ _
Funyoo arrabaatiin samiirra yaabbattee
Lafa soquu feeti
Kan nama dhibu immoo sobuma kaleessaa
Har'as sobuu isheeti.
Xibaara gogaa akkasii
Mee nu dhiisi ga'aa
Haaraa barbaaddadhu - sobnis yoo dulloome
EXPIRED' ta'a!

BY Leta keneni Aga

#QEERROOMEDIA
@HARARGETUB
@HARARGETUB
Jimaata halkan Sambatatti bari'u namoota Waldaa Araaraa Naqamteetti waaqeeffannaaf ol seenuuf hiiriira galanii turan irraa miidhaan qaqqabuu jiraattonni fi ogeeyyiin fayyaa BBC'tti himan.

Taatee kanaan yoo xiqqaate namootni saddeet yoo miidhaman, shamarreen tokkoo lubbuu dhabdeetti.

Maaltu ta'e

Jiraataan Magaalaa Naqamtee maqaan akka hin eeramneef gaafatan, Waldaan Araaraa sagantaa kadhannaa nama hunda hirmaachisu taasisuuf waamicha taasifte akka turte himu.

''Namootni immoo garmalee baay'atanii yaa'anii waan turaniif, yeroonsaas halkan waan tureef, wal dursanii ol seenuurratti xiqqoo wacni uumamee ture fakkaata'' jedhu.

Jiraataan kun ''akka obbooleessi kiyyaa saganticha irratti hirmaachuf achi ture natti himetti, poolisoonni idilees dhimma sana tasgabbeessuuf qawwee ol qabanii dhukaasanii turani,'' jedhan.

Namoonni baay'achuurra kan ka'e hiiriira irratti namoonni wal dhiibuu keessa walirra ejjetanii wal miidhaniiru jechuun obbooleessi isaanii itti himu dubbatu.
2024/09/24 18:34:49
Back to Top
HTML Embed Code: