Telegram Web Link
Lafa deebifannaa Amaaraa.
Amaarri raayyaa, Allaamaaxaa, Daanshaa fi Maayikaadiraatti hiriira gaggeessaa jira.
Hiriiricha kan qindeesse ABIN fi ADP dha,kan qawween dabaalee deemu immoo milishaa fi humna addaa naannoo amaaraati.
Hiriirri kun dhimma waldhabdee lafaa ilaalchisee PPn Amaaraa federaala waliin walii galuu dadhabe irratti dhiibbaa uumuufi. Dhaadannoo haasaa Birgaader jeneraal Tafarraa "harkatti qabannee falmanna malee kenninee hin kadhannu" jedhu qabatanii jiran. Bulchiinsa 'haaraya' naannoo Tigraay waliinis waldhabdeen uumamee jira. Loltoonni Suudaan lafa qonnaa bal'aa Itoophiyaa keessaa waraanaan kan qabatan yoo tahu, humni nu baasu hin jiru jedhaniiru.
Oromiyaan hoo maalitti jirti?
Poolisoonni keenya kanarraa maal barattu?
Namoonni Baay'en tarsiimon qabsoo Oromoo ammatti maal ta'uu qaba?'' Jedhu. Gaaffii sirriiti. Garuu gaaffii
Sirrii bakkaa fi yeroo isaa eeggate kanaaf sababni quubsan otoo jiruu deebii hintaane laachun of wallaaludha. Tarsiimon qabsoo Oromoo ammatti dhimma hidhaa fi ajjeechaa jimlaa uummata keenyarratti adeemaa jiru dhaabsisuutin ala waa biraa ta'uu hinqabu. Yoo ta'es sobaa fi fakkeessuudhaan ololuudha malee waa takka kisaaraa malee bu'aa nuuf hinqabu. Kanaaf waan goonu, maal akka goonu, akkamitti eenyu maal akka gochuu qaburratti miidiyaa fi hooggansaan dhimma hayyoota keenya dukkana jiraniirratti hojjachuu qabna! Kan caalu Dammaqnee falmachuu qabna! Otoo Jawaar mana hidhaa jiruu, waan takka tooftan siyaasaa alatti isa duuba waayee isa baasutiin ala hojjatamu hinjiru. Jiraachus hinqabu!
Bulle barii arguuf !
Biddeena kana odoo siif kannan hin nyaattaa? Ani garuu hin nyaadhu dhugaa. Odoon nama biddeena akkanaan tolfame kana nyaatu argeehuu imimmaantu na qaba.
#Si yaade Jawweye
#I miss U daaddayye!
Diinni keenya guddaan isa nu gabroomse osoo hin taane isa nu Gowwoomseedha!
Itoophiyaan kaleessaa fi hardhas ormaaf mana cidhaati,oromoof garuu mana hidhaati !!!
Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) dhaaba bilisummaa Oromoof qabsaawu fi Oromiyaa bilisa baasuf socho'udha. ABOn kan hundeeffame bara 1973ti. Kaayyoon inni guddaan ABOn qabatee hundeeffame ummata Oromoo sirna kolonii Itoophiyaa jalaa baase Oromiyaan biyya of dandeesse taate akka hundooftuf ture. ABOn yeroo ammaa mootummaa Itoophiyaa wajjin qabsoo hidhannoo gochaa kan jiru yoo ta'u ummata Oromoo biratti deeggarsa guddaa qaba.

Hundeeffamuu

Bara 1967tti, mootummaan Hayila Sillaasee Waldaa Wal-Gargaarsaa Maccaa fi Tuulamaa seeran dhorke, boodarras hoggantootaa fi miseensotaa dhaaba kanaa kaan hidhee kaan ammoo ajjeese. Geggeessaa waraanaa olaanaa fi hogganaa dhaaba kanaa kan ta'e Jeneraal Taaddasaa Birruus qabamee hidhame. Tarkaanfin akkasii kun kan fudhatameef sababaa Waldaa Wal-Gargaarsaa Maccaa fi Tuulamaa ummata Oromoo biratti fudhatama guddaa argatee fi Fincila Oromoo Baalee wajjin hariiroo waan qabuuf ture.

Itti Fufaa....
Seenaa ABO Kutaa 2ffaa

Miseensa dhaaba kanaa kan ture Huseen Suraa 1967 biyyaa baqatee Somaaliyaatti gale. Innii fi baqattoonni Oromoo biroo dhaaba Adda Bilisummaa Biyyaalessaa Itoophiyaa jedhamu hundeessun Huseen hogganaa dhaabichaa godhan. Dhaabni kun odoo hun turin gara Yamanitti ce'uun Oromoota biyya alaa jiraatan leenjisuu eegale.

Yaalin jalqaba gara Itoophiyaatti seenu Jaarraa Abbaa Gadaatin durfamee godhame garuu karaa kaaba Somaaliyaa yeroo Itoophiyaa seenuf yaalii godhan humnoonni nageenyaa Somaaliyaa isaan hordofuudhan miseensota isaani kana hidhan. Yaalin inni lammaffaa milkaa'ee finciltoonni kun Itoophiyaa seenun Tulluu Carcarirratti buufata hundeessanii qubatan. Yeroo kana, dhaabichi maqaa Itoophiyaa jedhuun odoo hin taane maqaa Oromoo jedhuun socho'uuf murteesse.

Ummamuu ABO

Itti Fufa......
Iraan gaazexeessaa mormii deeggare du'aan adabde!
*

Iraan gaazexessaa appii ergaa miidiyaa hawaasummaatti fayyadamuun biyyattiin akka hin tasgabboofne taasiseera jette du'aan adabde.

Ruhollaah Zaam to'annaa jala erga oolfamee waggaa kan guute yoo ta'u, kaleesssa Sambata fannifamee ajjeefame.

Manni murtii olaanaa biyyattiis gocha raawwateen yakkamaa ta'ee argadheera jechuu buufanni TV mootummaa tokko gabaaseera.

Gaazexeessaan kunis baqannaan biyya Faransaayi jiraataa kan ture wayita ta'u, osoo gara Iraaniitti imaluu bara darbe to'atamee jedhameera.

Ruhollaah marsariitii mootummaa mormu kan ''Amad News'' jedhamu olaantummaa hogganaa ture jedhame.
Channel photo updated
Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) dhaaba bilisummaa Oromoof qabsaawu fi Oromiyaa bilisa baasuf socho'udha. ABOn kan hundeeffame bara 1973ti. Kaayyoon inni guddaan ABOn qabatee hundeeffame ummata Oromoo sirna kolonii Itoophiyaa jalaa baase Oromiyaan biyya of dandeesse taate akka hundooftuf ture. ABOn yeroo ammaa mootummaa Itoophiyaa wajjin qabsoo hidhannoo gochaa kan jiru yoo ta'u ummata Oromoo biratti deeggarsa guddaa qaba.

Hundeeffamuu

Bara 1967tti, mootummaan Hayila Sillaasee Waldaa Wal-Gargaarsaa Maccaa fi Tuulamaa seeran dhorke, boodarras hoggantootaa fi miseensotaa dhaaba kanaa kaan hidhee kaan ammoo ajjeese. Geggeessaa waraanaa olaanaa fi hogganaa dhaaba kanaa kan ta'e Jeneraal Taaddasaa Birruus qabamee hidhame. Tarkaanfin akkasii kun kan fudhatameef sababaa Waldaa Wal-Gargaarsaa Maccaa fi Tuulamaa ummata Oromoo biratti fudhatama guddaa argatee fi Fincila Oromoo Baalee wajjin hariiroo waan qabuuf ture.

Itti Fufaa....
Seenaa ABO Kutaa 2ffaa

Miseensa dhaaba kanaa kan ture Huseen Suraa 1967 biyyaa baqatee Somaaliyaatti gale. Innii fi baqattoonni Oromoo biroo dhaaba Adda Bilisummaa Biyyaalessaa Itoophiyaa jedhamu hundeessun Huseen hogganaa dhaabichaa godhan. Dhaabni kun odoo hun turin gara Yamanitti ce'uun Oromoota biyya alaa jiraatan leenjisuu eegale.

Yaalin jalqaba gara Itoophiyaatti seenu Jaarraa Abbaa Gadaatin durfamee godhame garuu karaa kaaba Somaaliyaa yeroo Itoophiyaa seenuf yaalii godhan humnoonni nageenyaa Somaaliyaa isaan hordofuudhan miseensota isaani kana hidhan. Yaalin inni lammaffaa milkaa'ee finciltoonni kun Itoophiyaa seenun Tulluu Carcarirratti buufata hundeessanii qubatan. Yeroo kana, dhaabichi maqaa Itoophiyaa jedhuun odoo hin taane maqaa Oromoo jedhuun socho'uuf murteesse.

Ummamuu ABO

Itti Fufa......
kutaan 3ffaan Kunooti
dubbisaa Like Shere Waaliif godha. Yoo Xiiqaate dhunfsa keessaanit Nama 5f Ergaa




Ummamuu ABO

Bara 1973, haallii siyaasaa Itoophiyaa jijjiirmaa jira ture, humni waraanaa Itoophiyaa mootummaa fi'uudaalii Hayila Sillaasee kuffisee aangoo qabateera. Hoggantoonni fi miseensonni WWMT warri hidhamuu jalaa ba'an karaa lafa jalaa gaazexaa dhoksaan maxxanfamu kan akka "Kana Beektaa" fi "The Oromo Voice Against Tyranny" jedhamutti fayyadamuun ummata kakaasuu itti fufan. Jaroonni kun dhoksaadhan kora Huseen Soraa, Elemoo Qilxuu fi hoggantoonni Oromoo biraa baayyen irratti hirmaatan qopheessan. ABO kan hundeeffamee fi sagantaan siyaasasaa barreeffame kora kanarratti ture. Hidhattoonni Tulluu Carcarirra qubatan akka gobla waraanaa dhaabichaatti hammataman, maqaan Waraana Bilisummaa Oromoo jedhus kennamef.

kutaan 4ffaan Itti Fufaa.......

@Seenaa_Oromoo
kutaa 4ffaa Kinoot

Like Shere waaliif godha yoo Xiiqaate Nama 3f Ergaa


Waraanni Bilisummaa Oromoo kan Tulluu Carcarirra jiru hooggansa Hasan Ibraahim kan irra caala maqaa Elemoo Qilxuu jedhamuun beekkamu jala gale Bara 1974, WBO sochiisaa gaarrenirratti baballise, kunis bulchitoota naanichaa biratti sodaa guddaa uume keessatuu erga abbaa lafaa hamaa Mulaatuu Taganyi erga ajjeesanii booda. Mootummaan Waraanaa Itoophiyaa jeneraal Geetaachoo Shibashii akka finciltoota kan dhabamsiisuf erge. Fulbaana 6, 1974, Waraanni Bilisummaa Oromoo kan jalqabaa dhukaasa moortaaritiin Waraana Xirroo irratti moo'ame; Ahimad Taqii fi Elemoo Qilxuu yoo du'an loltoota WBO sadi'i qofatu lubbuun hafe.

Fincila Oromoo itti fufuu akka hin dandeenye gochuuf, Dargiin ummata magaloota naannoo WBOn itti socho'aa ture sana keessa jiraatan hidhuu fi ajjeesuu jalqabe, keessattuu magaalota Galamsoo , Baddeessaa, Machaaraa, Bookee fi Balballeetti keessatti.
Namoonni chanela keessaniif member baayyifachuu barbaaddan
Channela banattani gudiisun yoo isin rakkise ta'e
Yero gabaabaa kesatti Gudifachu dandessu.
Promotion VIP

1000member ---- 100 birr
2000member ---- 250 birr
3000member ---- 350 birr
4000member ---- 450 birr
5000 member _ _ _ 550 birr
Gati isinirra gad xiqqessun Guddifachu ni dandessu

Karaa @ABDETUOR quunnamuun yeroo gabaabaa keessatti hojjechiifachuu dandeessu.
Channel photo updated
kutaa 5ffaa Fi inni Xummuraa Kinoot

#Like $Shere Godhuun Nuu cinaa dhabaadha Namni tokko yoo Xiqaatee Nama 3 Oliif Haa Erguu

Waraanni riphee lolaa gabaabaa kana booda, ABOn addaan faffaca'e, hooggantoonisaa muraasni gara Edenitti deebi'uun dhaabicha deebisanii karaa qabachiisuuf yaalan garuu hin milkoofne.

Jeneraal Taaddasaa Birruu , kan mana hidhaatii ba'ee, qabsoo waraanaa Shawaa keessatti Hayiluu Raggaasaa wajjin itti fufe. Boodarra garuu lamaanuu qabamanii bara 1976 ajjeefaman, garuu WBO inni hundeesse waraana ittuma fufe, namoonni itti makamanis ajjeechaa Taaddasaa booda ni dabale.
🤝3B( Beeki Beekun Beekumsa)🤝

Kutaan (state) haaraa yoo Ameerikaa keessatti dabalame urjiin haaraa alaabaa USA irratti adoolessa 4 ni ida’ama. 

💙Singaapor keessatti ‘wifi’ nama biraa eeyyamaan ala yoo fayyadamtu argamte hidhaa waggaa 3 ykn qarshii doolaara kuma kudhan adabamta.

♻️Neezerlaand keessatti sababa dhukkuba ykn sababa gara garaatiif osoo waggaa lamaaf hojii dhaabdeetu mindaa ji’aa 70% siif kaffalama. 

✳️Noorwey keessatti barataa addunyaa kamiin irraa dhufuuf mana barumsaa mootummaa irratti kaffaltii malee barsiisu.

💟 Ragaan tokko akka ibsuttii balaa konkolataafi sababa guddaa kan ta’e yeroo konkolachistonni muuziqaa baay’ee jaallatan dhaggeefatanidha. 

💝 Guyyaa 1 keessatti g/g sa’aatii saddeetiif yoo rafte waggaan kee 99 yoo ta’e waggaa 33 hirribatti dabarsite jechuudha. 

💠 Namni tokkoo osoo waggaa 25 fi isaa olitti fuudhee ykn heerumtee dhibbantaa 60n carraa hiikkaa isaan gidduutti uumamu hir’isuu ni danda’u.


https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEeXImmFkE4t272BZw
2024/09/24 20:36:39
Back to Top
HTML Embed Code: