This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
“Jawar tu nu bulcha” jechaa turan Qeerroon har’a Finfinnee Irreechaaf seenan
Mootummaan naannoo Benishangul Gumuz ibsa har’a baaseen naannoo Matakkal fi bakkeewwan biroo kan jeeqaa jiru humnoota Amaaraa ta’uu beeksise.
Hirmaattoonni ayyaana Irreechaa "Irreechatti Hirmaachuuf Otuu Deemnuu Humnoota Mootummaan Karaatti Danqame" jechuun VOA'tti himan.
Jiraattonni magaalaalee Oromiyaa Lixaa tokko tokko, ayyaaneffannaa Irreechaa Hora Finfinnee fi Hora Har-sadeetti hirmaachuuf osoo deemnuu, humnoota naga-eegumsaa mootummaatiin daandiirratti danqamne jechuun komatan.
Komishinarri Poolisii Idilee kan Oromiyaa, Mustafaa Kadir immoo “Irreechi namoota muraasaan akka kabajamu kan taasifame tamsa’ina weerara Koroonaa Vaayirasii ittisuufi” jedhan. Namootni baay’een daandiirratti ittisamuus hin aalle, Obbo Muusxafaan.

Haayyee Haayyee...
Waaqa uumaa waaqa uumamaa
Gurraacha garaa garbaa
Tokkicha maqaan dhibbaa
Waaqa burqaa Haroo Walabuu
" sagaltaman garbaa
" saglan Booranaa
" torban Barentummaa
" bokkuu gurraachaa
" ciichoo gurraattii
" caffee Tumaa
" shanan gadaa Oromoo
Nagayaan nu bulchite nagayaan nu oolchi
Nagayaan nu oolchite nagayaan nu bulchi
Hamaan gargar nu oolchi
Irraa gora nu oolchi
Dogongora nu oolchi
Walii galtee nuu kenni
Walii galii nuu toli
Sonii nuu roobi
Hamaa nurraa qabi
Tolaa nutti qabi
Xiqqaa nuu guddisi
Guddaa nuu muldhisi
Haqni kan abbaa haqaa haatahu
Biyyi kan abbaa biyyaa haatahu
Duultu mirgaan gali
Qottuu abbaa dilbii tahi
Daldaltu buusi
Barattuu milkaayi
Bobbahi gali
Rafi dammaqi.....
Dubbataan nama haatahu
Itti guutaan Rabbi haatahu
Ani jedhe Rabbiin yaa jedhu
Ani jedhe lafti haa jedhu
Egaa nagaya...
Gadaan roobaa nagaya
Barri quufaa gabbina !!!
~ OROMOON (hortee warra kuush) marti Baga Ayyaana IRREECHAA HORA FINFINNEE
fi HORSADEETTI kabajamu nagayaan geeysan...
√ IRREECHI ~ Irree
~ Takkummaa
~ Galateeffannaa
~ Milkii
~ Faaya
~ Miidhagina
~ Duudhaa
~ Eenyummaa fi
~ Ibsituu OROMOOTI.
@HARARGETUB
@DEDRORO

እናመሰግናለን!!! የፌደራል ፖሊስ አባል ከሆኑት የኦሮሞ ልጆች የተላከ መልዕክት :
-በኦሮሙማ አሸብርቃችሁ እርቀታችሁን ጠብቃቹ ማስክ አጥልቃቹ ኢሬቻን በኩራትና በነፃነት አክብሩ ።
-ከአወጫባሪዎችና የውሸት መፈክር በመግለጫቸው ከሚነዙት ራቁ/እርሷቸው። ሰላምና ደህንነታቹን ለመጠበቅ እኛ ከጎናችሁ ነን ምንም አትስጉ !
Ergaa ilmaan Oromoo Polisii Federaalaa keessa jiran irraa :
-Oromummaa keessaniin faayamaa, fageenya keessan eeggachaa, Maaskii keessan uffachaa, Irreecha keessan Irreeffadhaa!
- Oduu isin burjaajessurraa fagaadhaa. Dhimma nageenyumaa keessaniif Isin wajjin jirra!
with SSofia EESofia E

FULBAANA 23
HORA FINFINNEE
Ni Irreeffanna!
#AKKAMITTI Irreeffanna?
Aadaa keenyan miidhagnee
Mask keenya godhannee
Fageenya keenya eeggannee Marga jiidhaa qabannee Bokkuu fi siinqee qabannee Tokkummaa keenya cimsannee
#EESSATTI Irreeffanna?
Finfinnee handhuura Oromiyaatti Bishooftuu fi iddoo birootti
#YOOM_Irreeffanna?
Fulbaana kanarraa eegallee
#MAALIF_Irreeffanna?
~Kan darbeef waaqa galateeffachuuf
~Kan dhufuuf waaqa kadhachuuf
~Eenyummaa keenya ibsachuuf
~Seenaa keenya ibsachuuf
~Oromummaa keenya ibsachuuf
=>Akkamitti akka Irreeffachuu qabnu suura olii kun nidubbataa.
Oromoonni Oromiyaa fi addunyaa mararraa jirru Irreecha seena qabeessa baranaa kanaaf haa qophoofnu! Finfinnee qe'ee abbaa keenyaatti ni Irreeffanna!
@OROMOTOO

Baga Bara 2013 Irrechii Nagaan Geesse!
Irrechii kun:
=> Kaan Nagaa
=> Kaan Jaalalaa
=> Kaan Quufaa
=> Kaan Milkaa'inaa
=> Kaan Ulfinaa
Isinn fii maatii keesan maraafu isinnfi haa ta'u !
Ayyaana Irrechii Gaarii !

Boordiin Filannoo Itoophiyaa filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa Caamsaa ykn Waxabajjii keessa gochuuf yaada ka'umsaa dhiyeesse.
Boordichi kana kan ibse waltajjii marii guyyaa har'aa [Jimaata Onkoloolessa 30] qopheesse irratti ta'u FBC gabaase.
Baatii Caamsaa torbee lamaan xumuraa ykn Waxabajjii torbee lamaan jalqabaa keessa filannoo raawwachuuf yaada qabaaachu hime boordichi.
Filannoon Biyyaalessaa marsaa 6ffaa kun A.L.I Hagayya 23 bara 2012tti ture kan saganteeffame.
Boordiin filannoo sababa weeraa koronaavaayirasiin filannicha yeroo isaa eegee raawwachuu akka hin dandeenye erga beeksiseen duuba murtii mana maree federeeshinii Itoophiyaan yeroon isaa akka dheeratu ta'e.
Fulbaana darbe Ministeerri Fayyaa of-eeggannoon filannoo gochuun akka danda'amu erga yaada dhiyeessee booda boordichi filannoo gochuuf sochii kan eegale.

Koonfaransiin idil addunyaa gumaacha sirna Gadaarratti xiyyeeffatu taa'amaa jira.
Koonfaransichi Yuunvarsiitii Bulee Horaatti taa'amaa jira.
Koonfaransicha kan qopheesse Inistiitiyuutii Gadaa fi Aadaa Yuunvarsiitii Bulee Horaati.
Ijaarsa sirna demokraasii, nageenyaa fi haaromsa Afrikaarratti ga'ee qaburratti mari'atamaa jira.
Yuunvarsiitichi barnoota sirna Gadaa fi nageenyaa hanga sadarkaa digrii 3ffaatti laachuu eegaleera.
Bara dhufturraa eegaluudhan hanga proofeesarummaa kan laatu ta'a jedhan preezdaantiin yuunvarsiitichaa Dooktar Caalaa Waataa.
Hogganaan Biiroo Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa obbo Kabbadaa Deesisaan sirni Gadaa bu'uura bulchiinsa dimokraasii ta'uu ibsaniiru.

✨KARRA MILKAA'INA✨
💫💫💫💫💫💫💫💫💫💫
⚡Jiruudhaan Milkaa'aa Kan Tatuu Ati Dhugaadhaan Waantii Barbaadu Hundii Siif Dhugaadhaan Kan Sii Barbaachisuu Yaamuu Ta'u.
⚡Addunyaa Kessatti Milkaa'aa Ta'uuf Dadhaba Ta'uun Gahaa Mitii Danboobaa Ta'u Qabda.
⚡Milkaa'aa Ta'uuf Hiriyaa Sii Barbaachisaa Garuu Baay'ee Milkaa'aa Ta'uuf Diina Sii Barbaachisaa.
⚡Madaaliin Milkaa'ina Sirrii Kufaatii Kee Irra Yeroo Meqa Ka'uu Danda'u Ketii.
⚡Dandeettiin Waa Hunda Kan Jiruu Rakkinoota keessa Jirrudha.
⚡Sirriitti Essa Akka Dhabatee Beekuuf Yeroo Takka Takka Akka Gariitti Sololaachu Sirra Jirataa.
⚡Atii Yaalte Yoo Mo’amte Dogoggora Kee Mitii Garuu Atii Osoo Hin Yaaliin Yoo Mo’amte Dogoggoorri Ketii Fi Kee Qofaa.
⚡Milkii Fi Gammachuun Sii Keessa Jiruu.
⚡Milka'iina Booda Rakkoo Guddaan Jiru Wa'e Milkii Haasa’uu Dhabuu Dha.
┉┉✽̶»̶̥ĵøïņ✿śĥăŕę»̶̥✽̶┉┉
@DEDRORO
@HARARGETUB
@OROMOTOO
┉┉✽̶»̶̥🔥✿🔥»̶̥✽̶┉┉

Namootni haleellaa Westigeetiin al-Shabaab gargaartan jedhaman waggaa 18 fi 33'n adabaman!
Bara 2013'tti magaalaa guddoo Keeniyaa Naayiroobiitti Moolii Weestigeet jedhamu irratti haleellaa al-Shabaab raawwateen namootni 67 ajjeefamaniiru.
Hidhattootni garichaa haleellaa kana raawwatan afur waraana Keeniyaan ajjeefamaniis, namootni lama haleellaa kana qindeessuun gargaartaniittu jedhaman keessaa tokko hidhaa waggaa 18'n kan biraan ammoo waggaa 33tiin akka adabaman Manni Murtii ajajeera. Lameenuu lammiilee Keeniyaati.
Hidhattootni al-Shabaab guyyaa afuriif moolii kana to'atanii waraana mootummaa lolaa turan.
Maddi: BBC

Dhugaa tokkon isinitti hima. Oromoodhaf gochaan qabsaa'un haa hafu, waan Oromoon barbaadu jechaan afaanin dubbatanii amansiisuu warra danda'an keessaa kan jara kana lamaanin qixxaatu hinjiru, hinqabnu, yoo qabaannes olola malee kan tarsiimoodhan itti deemu hinjiru. Nuti warra dubbatee amansiisu, warra arraba qabuun falmatee waan barbaade san fudhachuu danda'u ta'uu qabna. Jarri kun lamaan warra laphee Oromoo beekanidha. Warra Oromoof afaan ta'anii bakka dhibee Oromoon dhukkubsatu san Doktora ta'anii beekaniifii dubbatanidha. Qabsoon dubbii afaanirraa eegala. Jechi waan tolchus, waan balleechus ni qaba. 'Bittaa wallaaltee, gabaa abaaraa galte' waan jedhamutu jira. Karaan jarri kun lamaan irra jiraatan dhalootaf galaadha. Yaa Oromoo afaankee ugguramee, arrabnikee luugamee, ijikee haguugamee jira. Jawaar dukkanaa hiikkadhu, Lammaa Magarsaa maal akka ta'ee bade iyyaafadhu! Karaa hayyootakee jabeeffadhu! Hundaa ol warra bakkaa fi yeroo barbaachisutti jechaa fi gochaan argamu dhaloota dammaqe ta'i yaa sabaa!! Qeeqa, komii, arrabsoo fi tuffii dhiisi, saba hooggansa qabu ta'i, gaafa hoogganaankee dhugaan bade barbaaddadhu, yoo hidhame hiikkadhu, yoo du'e falmii gumaa baafadhu!!