"Nama oromoo ganee darbiteef hin argine kan salphatee malee" jedhe #jawar_Mohammed Dhuguma abiyyis kanumatu mudatee itti muddaa Qeerroo fi qarreen keenya
Forwarded from Deleted Account
π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯
Chanaalotaa Mediiya OROMOO tahaan karaa Telegramidhaan JOIN Godhadha.ππππππππππππππ
π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»
ππππππ
Chanaalotaa Mediiya OROMOO tahaan karaa Telegramidhaan JOIN Godhadha.ππππππππππππππ
π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»
ππππππ
Kan biyyoo na dhandhamsiise
Hammeenya keettodha shira
Isaan galaafanneerra se'an
Onnee Oromootaa keessan jira
Isaanitti fakkaateti malee
Bakka kiyya hin jiraatan
Isan ani dhugu hin dhugan
Kan ani nyaadhu hin nyaatan
Ulfinan oromoo irraa qabu
Yoomiyyuu bira hin ga'an
Maatii kiyyaafis ilmoo miti
Ijoollee koof abbaa hin ta'an
Sobanii isin faana boo'an
Aduu dhiitee bariitu
Garuu keessa isaanitti
Gammadanii lafa dhiitu!
Yaa lammii koo maal godhu
Ani miilana hin carroomne
Akka duriitti imimmaan koo
Keessan faana hin roobne
Namni Onneerraa na jaalatu
Inni boohee Haacee koo jedhu
Dhaamsa wayiin dhaamafii
Waanan jedhe naaf haa godhu.
Dhaamsi koos
Gaafa "yaa Oromoo" jedhan
Sagalee tokkoon owwaadhaaa
kutaaf gandaan waamamuu
Tokkummaadhan qoladhaa
Wal ta'aa waliin deemaa
Amantaa waliis kabajaatii
Yoo gamtaan keessan cime
Gumaan kiyyas ni baatii
Foon Guddattuu kiyyaatin
Isiniifan kakadhaa
Kanaan ala falli hin jiru
Har'umarraa beekkadhaa!
Hammeenya keettodha shira
Isaan galaafanneerra se'an
Onnee Oromootaa keessan jira
Isaanitti fakkaateti malee
Bakka kiyya hin jiraatan
Isan ani dhugu hin dhugan
Kan ani nyaadhu hin nyaatan
Ulfinan oromoo irraa qabu
Yoomiyyuu bira hin ga'an
Maatii kiyyaafis ilmoo miti
Ijoollee koof abbaa hin ta'an
Sobanii isin faana boo'an
Aduu dhiitee bariitu
Garuu keessa isaanitti
Gammadanii lafa dhiitu!
Yaa lammii koo maal godhu
Ani miilana hin carroomne
Akka duriitti imimmaan koo
Keessan faana hin roobne
Namni Onneerraa na jaalatu
Inni boohee Haacee koo jedhu
Dhaamsa wayiin dhaamafii
Waanan jedhe naaf haa godhu.
Dhaamsi koos
Gaafa "yaa Oromoo" jedhan
Sagalee tokkoon owwaadhaaa
kutaaf gandaan waamamuu
Tokkummaadhan qoladhaa
Wal ta'aa waliin deemaa
Amantaa waliis kabajaatii
Yoo gamtaan keessan cime
Gumaan kiyyas ni baatii
Foon Guddattuu kiyyaatin
Isiniifan kakadhaa
Kanaan ala falli hin jiru
Har'umarraa beekkadhaa!
"Akka paartii keenyaatti biyyi paartilee morkattootaa ofirraa hiitee yaada haaraa, karchallee buusaa_dimookraasiidhaan ijaaramtu hin jirtu. Sababa kanaafuu, hidhamtootni siyaasaa amma manneen hidhaa mootummaa keessatti yakka malee hidhamanii dararamaa jiran yoo hiikaman hudhaa
siyaasaa Itoophiyaan keessa galtee jirtu akka furutti amanna. Kun ta'uu baannaan hookkarrii fi
gaaga'amni guddaan gara fuulduraa akka mudatu ni
mul'ata."
Kongresii Biyyoolessa Oromoo (#KFO)
siyaasaa Itoophiyaan keessa galtee jirtu akka furutti amanna. Kun ta'uu baannaan hookkarrii fi
gaaga'amni guddaan gara fuulduraa akka mudatu ni
mul'ata."
Kongresii Biyyoolessa Oromoo (#KFO)
Pro.Mararaa Guddinaa
: Haala yeroo irratti boru Professor
Mararaa Guddinaa waliin,
- Ibsaa KFOβn baase
- waliigaltee Oro-Maraa
- Himata Shororkessummaa fi qabxilee garagaraa
irraatti mari'atamee jira boru hordofaa. Sa'aatii isaa akkan adda bafadheenin isiin biran gaha. #OMN Filannoo dhaloota Qubee

Biyyi hayyuu fi beekaa ofii hin kabajne ofiif kabajaa dhabdi.
Ummanni biyya kanaa akki taane akkana.
Ummanni biyya kanaa akki taane akkana.
Qeerroo Finfinnee irraa
"Oboleessa kiyya waan kana naaf maxxansi
Finfinnee keessa jirra hiriyoota koo waliin ,sa'aa muraasa dura mormiin dhoohe Ture " jawartu nu bulcha jedhaa turan konkolaataan bira darbaa turre dhaabbannee maaloo miiraa keessa harra galuun nu barbaachisu harruma obsinee Bor waliin mormii keenya dhageesifna jenneenit xinnoo tasgabbiin yoo uumamu deemne amma pp rifattee nama karraarratti argite hunda qabdee deemaarti kanaaf nuuf dhokkadhaa jedhiin hamma boor wal arginnutti galatoomii"
Maaloo share godhaa
Ergaa karaa
@Abdetubot
@OROMOTOO

Baga ittiin isin gahe, nu gahe !
α₯αα³α α α°α¨α³α½αα€ α α°α¨α°α !
Ayyaana Gaarii !
ααα«α α αα !
Irreecha2013
α₯αα³α α α°α¨α³α½αα€ α α°α¨α°α !
Ayyaana Gaarii !
ααα«α α αα !
Irreecha2013