Har’a yeroo mana hidhaa Qaallittii’tti dabarsuuf murteessan “nuti hidhamtoota siyaasaa waan taaneef murtii haqaan osoo hin taane, murtii siyaasaatiin rakkataa waan jirruuf yoo barbaaddan samii yookaan lafa jalatti nu hidhaa!" jedhe Jawar. https://scontent-prg1-1.xx.fbcdn.net/v/t1.0-9/120087185_10221414107176423_964395108224625480_n.jpg?_nc_cat=107&_nc_sid=110474&_nc_ohc=N_rXSjE0NWgAX-C-Jcn&_nc_ht=scontent-prg1-1.xx&oh=801bcd407fd4c8a5df3480f7b5ce985d&oe=5F90F901
Dubbii Irreechaa Shamsaddin Xahaa dhaddacharrattii Dubbate
“Irreechi kun waggaatti yeroo tokko dhufee darba. Hagan of beeku umrii koo guutuu Irreecha irraa hafee hin beeku. Yoo danda’ame mirga wabii argadhee yoo hin danda’amu ta’e immoo harki koo hidhamee , poolisiin naaf ramadamee eegumsa jalatti akkan kabajee mana hidhaatti deebi’u naaf haa heeyyamamuun gaafadha. Galatoomaa!” https://scontent-prg1-1.xx.fbcdn.net/v/t1.0-9/s720x720/120194960_10221414264100346_8544736129754204402_n.jpg?_nc_cat=106&_nc_sid=8024bb&_nc_ohc=Pmca6_KCP6gAX_yLiMT&_nc_ht=scontent-prg1-1.xx&tp=7&oh=b007e263724b0a0e8401fe44defeb1d2&oe=5F90DDCA

Abiy osoo Geetaachoo Asaffaa Itoophiyaa Maqalee keessa jiru seeratti hin dhiheessin ilmaan Oromoo Australia irraa Dr. Tsaggaayee, US irraa Dr. Birhanemeskel akkasumas Canada irraa Dajanee Guutamaa mana murtiitti akka dhihaatan ajaje. Mee kana caala diinummaa inni Oromoof qabu maaltu ibsa?
Marii Oro-Maaraa Fulbaana 13, 2013 walii galtee mallatteessan KFO’n keessa jira jedhamee hafarfamaa jiru akka KFO’n keessa hin jirri paartiin KFO ibsee jira. https://scontent-prg1-1.xx.fbcdn.net/v/t1.0-9/s720x720/120240232_10221415003198823_6874178718876094573_n.jpg?_nc_cat=100&_nc_sid=110474&_nc_ohc=XMAVdW1QxCkAX_blc_f&_nc_ht=scontent-prg1-1.xx&tp=7&oh=40c6a5fbf2caa3bf02456f4bd627dfd8&oe=5F91CAA3
Mishaa Cirrii gadi dhiifameera yoo ammas deebi’anii hin bunne tahe. Lammii Ameerikaatiin qoosaan hin jiru. Lammii isii hordofuun yoo xiqqaate dhiibbaa gooteen hidhaa baaftee jirti. Jawar ummata isaa abdatee paasportii deebise ummatni isaa hidhaa baasuu qaba.
Jawar fi Baqqalaa faa mana hidhaatti uggurre, paartilee siyaasaa fakkeessaa qabatee, paartiilee Oromoo ABO fi KFO shiraan diiguuf yaaluun, filannoo sobaa geggeessuuf yaaduun maraatummaadha. Nama dhukkuba sammuu qabu kan akka nama fayyaatti hin yaanne tahuu isaa guyyaarraa nuuf mirkaneessaa jira Abiy.
Dubbii kana waan mirkaneeffadheef maxxanse. Yeroon Tol barreesse. Dubbisaa!
=========
Dhaddacha har'aa irratti waan ta'e tokkon isiniif hima. Akkuma olseennen bakka qabannee teenye. Faranjiin lammii biyya alaa tokko dhaddachicha hordofuuf dhufee taa'e. Achumaan poolisiin dubartii furdoon tokko dhuftee "Get out" jetteeni. Ba'i' jechuunii ishiiti. Irra deddeebite Ingilifittiidhuma takkittii tanaan sagalee ol kaastee lolte.
Poolisoonni biroo galmicha keessa jiranis yoona girrisanii gara faranjichaa dhufan. Yoona waca sana dhaga'ee Jawaar garasumaa sagalee hifaatutiin "Maalidha, What is it? Maalif ba'a?" jedhee galma guutuu akka barsiisan wayta barsiisu barattootan loluu sanaatti dubbate. Achumaan galmi guutun callise. Poolisoonni hidhannoo guutudhaan gara Faranjichaa imalaa turtes akka viidiyoo muuziqaa pause ta'eetti dhaabattee ofirra deebite. Faranjichi zanaa jedhee dhaddacha isaa hordofee ba'e.
Dhugaa rabbii otoo agartanii kan qawwee hidhatee jiru Jawaar jettu malee jara sana miti. Kan hidhamee jirus isaan malee Jawar miti. Abbootin alangaallee kirkirtee haasawa walirraa ciccitaa mataa fi miila hin qabne tokko waraqaa irraallee dubbisuu dadhabdee sodaatte. Namni galma seene hundi abbaa seeraa dhiisetu Jawaar ilaala. Wayta Jawaar dubbatu qilleensillee akka galma san keessa hin sochoone waan dhorkan fakkaatu.
Dhugaa rabbii Galma san keessatti Jawaar hidhamaa otoo hin taane, abbaa seeraatisi,abukaatoo mirga dhala namaatisi, Poolisiidhasi, qaamota nagaa kabachiisanisi! Barsiisaa waayee seeraa fi haqaatisi. Yaa Oromoo ilmikee ilma akkanaati. Gatii ilmikee qabu,Ijji kee siif hin qabu kana beekitii qoosaa ijaa dhiisii falmadhu!

Faranjichi har’a dhaddacha Jawar faa irratti argamee bahi jedhaniin sun isa kana. Booda Jawar lollaan dhiisanii dhaddacha hordofee fixee bahe. Andreas Baumann jedhama. Gaazexeessaa Iskaandiniiviyaati. https://scontent-prg1-1.xx.fbcdn.net/v/t1.0-9/s720x720/119969915_10221416849964991_1581099060711214701_n.jpg?_nc_cat=110&_nc_sid=8024bb&_nc_ohc=nHKnnkjldQkAX8IAnzx&_nc_ht=scontent-prg1-1.xx&tp=7&oh=7f30bfb7ecc3560f6b8c9dd0f70de971&oe=5F9122C0
Jawar dubbii fixee jira. Waan itti deemaa jiru osoo beeku kaayyoo qabsaa’eefitti ciche. Nutis karaa abboota keenyaa (Haylee Fidaa) isaanis karaa warra isaanii (Haylee Fidaa haa fannifamu jedhan) irra jirra jedheera. Kunoo amma isarratti deemaa jira. Amma Jawar haa fannifamu kan jedhu dhaadannoo bara 2020 nafxanyaa tahee jira. Wanti Haylee Fidaa irratti raawwate deebi’ee Jawar irratti abadan osoo Qeerroon jiru hin yaadamu!
https://scontent-prg1-1.xx.fbcdn.net/v/t1.0-9/s720x720/119973040_10221417864750360_6211614713026626581_n.jpg?_nc_cat=107&_nc_sid=8024bb&_nc_ohc=KkjkjlE7KUcAX_u_xq3&_nc_ht=scontent-prg1-1.xx&tp=7&oh=63c5f992b144c67c7531ce7a24d70644&oe=5F93CE3F

Irreecha Hora Finfinee guyyaa 8 booda https://scontent-prg1-1.xx.fbcdn.net/v/t1.0-9/s720x720/120101929_10221418614049092_1982696067099155935_n.jpg?_nc_cat=110&_nc_sid=8024bb&_nc_ohc=atQ9fxXaQh4AX-8YVf_&_nc_oc=AQmysyLj3qL5gp4wvhjmuLRvIjjm62OXm-FYn7O5X8ZaX5ua7qdiJ-nsfTrCXR-xbic&_nc_ht=scontent-prg1-1.xx&tp=7&oh=28276e9649c66d46223b3e577d6dbbd0&oe=5F913E70
Magaalaa Dirree Dhawaa ganda Guggubaa keessatti waraanni Mootummaa nama ajjeesanii gatan.
[SQ-FULBAANA 24/2020]
Umar Jamaal jedhama.
Magaalaa Dirre Dhawaa ganda Guggubaa keessaa Wiixata dheengaddaa (Fulbaana 21/2020) waraanni mootummaa qabuun naannawa kaambii RIB Kotanii jedhamu geessanii saanjaatiin qaama isaa wawwaraanuun reebichaa fi gocha suukanneessaa hedduu irratti raawwatanii hanga yaalallee akka hin arganne dhorkuun kaleessa sa'a booda alatti gatan.
Akka malee miidhameera.
Fincaan didee jira. Kaleen isaas baayyee miidhameera.

Abiy beekkumsa hin qabu. Kanaaf waan danda’amuu fi hin danda’amne addaan baasee hin beeku. Oromummaa balleessuun ni danda’ama jedhee yaada. Osoo beekkumsa qabaatee akka hin danda’amne hubata ture. Amma yaaleet qabatamatti akka hin danda’amne baraa jira waan ta’eef qabsoo jabeessaa!
Bahirdaaritti Amaarri akkanatti yaa’ee ayyaana kabajate. Akkamitti Irreechi tikeetaan seentan nuun jedhu? Tuffii addunyaa irratti hin mul’atin Oromoo irratti raawwatan. Maqaaf Amaarrii fi Oromoon lammii Itoophiyaati. Garuu Amaaraaf mirgi kabajamee Oromoof mirgi sarbame. Osoo agarru gabrummaa akkanaa jalatti kufnaa? Abadan hin kufnu! Qabsoofnee Oromummaa keenyaan mataa olqabanna!