Telegram Web Link
Magaalaa Naqamtee ganda 07 tti ilmaan Oromoo hedduun bakka tokkkotti hidhamanii dararamaa jiru.
[SQ-waxabajji 15/2021]
Ittisaa Roorroo gaafatama Siyaasa ABO Godina Wallaggaa Bahaa ture kan torbee tokko dura Magaalaa Naqamtee keessa tika PPn qabame dabalatee hidhamtootni hedduun yeroo ammaa mana hidhaa Magaalaa Naqamtee ganda 07 tti hidhamanii rakkoo hamaaf saaxilamanii jiraachuun barame.
Hidhamtootni kunneen yeroo ammaa mana tokko keessatti baayinaan ukkaamsamanii hidhamanii kan jiran irraa kan ka'e dhibee daddarbaa adda addaaf saaxilamuun dhukkubsacha akan jiranii fi mana yaalaa argachuu akka hin dandeenye namoonni deemanii dubbisan haala hidhamtootni siyaasaa kunneen keessa jiran hamaa tahuu SQtti himaniiru.
Namoota amma Lubbuudhan Itoophiyaa keessaa fi ala jiran keessaa kan hanga nama kanaa, Bilisummaa, walqixxummaa fi nagaan waliin jireenya HAQA saboota biyya tanaatif hanga adii fi gurraachi argee dhaga’ee ragaa ba’utti hojjate, hojjachaas jiru hinjiru! Namni kuni biyya tanarraa dhugaa qaba, Haqa qaba! Nama kana hidhuun yakka qofa miti cubbuu seenaati! Nama kana biyya tanaafis, saba kanaafis hiikaa!🗝❤️ seenaa jimjimoo irraa
#Saykolojiiin_akka_jeutti

💁Cinqiin yeroo baayyee kan maddu sababa humnaa ol yaaduutiin, yeroo humnaa ol yaadnu Sammuun teenya rakkinoota hin jirre hedduu waan uumuuf.

@jechootahayyoota
#Saykolojiiin_akka_jeutti

💁Kaardii moofaa qabattee addunyaa haarawatti gahuu (makamuu) hin dandeessu.:- Albert Einstein

@jechootahayyoota
Obbo Jawaar Mahaammad fi namoonni galmee isaanii jalatti himataman kaan guyyaa Kamisaa har'aa beellamni Mana Murtii Olaanaa Federaalaa ramaddii Lidataatti qabaatanillee 'nageenyaaf' jecha osoo hin dhiyaatiin hafan.

Abbootin seeraa "nageenya himatamtootaafi hawaasa bal'aaf jecha himatamtoonni dhaddacha irratti akka hin dhiyaanne ajajneerra," jedhaniiru.

@bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
KMNI tibba filannootti dhimmoota mirga namoomaa akka hin taajjabne dhorkame!

Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) tibba filannoo biyyaalessaa Itoophiyaa Wiixata dhufu gaggeeffamuutti dhimmoota mirga namoomaa taajjabuuf iyyata galfatulle Boordiin Filannoo Biyyaalessaa gaafii isaa akka hin fudhanne beeksiseera.

Filannoo Waxabajji 14, 2013 gaggeeffamutti dhimmoota mirga namoomaa taajjabuun hojii isaa keessaa tokko tahuu kan himu Komishinichi, qaamoolee filannicha akka taajjabaniif hayyamameef keessatti akka hin hammatane ibsuun, taajjabuu hin anda'u jedhamuu ibseera.

Xalayaan Waxabajjii 7/2013 barraa'e kun labsii filannoo fooyya'ee bahe keewwata 123 caqasuun, ''Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa; hojii taajjabbii, hojii gaazexeesummaa yookaan bakka bu'aa paartii siyaasaafi kaadhimamaa dhuunfaa filannicha irratti hirmaatu waan hin qabneef, Boordichis waraqaa hayyamaa akka kennuuf bu'uurri seeraa waan hin jirreef, gaafficha keessumeessuu hin dandeenye,'' jechuun ibseera.

(BBC)
‘Qorannoon AUn Tigiraayitti nan gaggeessa jedhu bu’uura seeraa hin qabu’ – Itoophiyaa

Gamtaan Afrikaa (AU) sarbama mirgoota namoomaa Tigiraay keessatti raawwataman jedhame qorachuuf murteessuun isaa bu'uura seeraa hinqabu jedhe Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa.

"Komishiniin Mirgoota Namoomaa Afrikaa himannaawwan sabama mirgoota namoomaa Tigiraay keessatti raawataman jedhaman qorachuuf, "qofumasaatiin" 'Komishinii Qorannoo' hundeessuuf murteessuun isaa nama gaddisiisa'' jedhe ibsichi.

Kun ammoo bakka mootummaan kennuufiin hafeereen ala kan ta'eefi bu'uura seeraa kan hin qabneha," jedha ibsi Ministeerichi baase.
Af-gaaffii MM Abiy Ahimad dhorkame!

Af-gaaffii Ministirri Muummee Abiy Ahimad (PHD) tibbana miidiyaa Faanaa (FBC) waliin godhan Filannoo Wixata Waxabajjii 14, 2013 gaggeeffamu dura akka hin tamsaane Abbaa Taayitaa Midiyaalee Itoophiyaa dhorke.

Boordiin Filannoo Itoophiyaa akkaataa seerasaatti hanga Wixataatti duula na filadhaas ta'e wantoota duula na filadhaa fakkaatan karaa midiyaaleen tamsaasu waan dhorkeef af-gaaffiin kun akka hin dabarree dhorkamu isaa ibsameera.
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Abđeta Kı&ª)
#Kaardii_tolaa

Liinkii armaan gadii erga cuqaastanii booda #Start jettuun kanaan booda ykn Join jedhee isiniif fida ykn choose language isiniin jedha.

Yoo dursee join isiniin jedhe chaanaalii isaanii join gootu

Yoo dursee choose language isiniin jedhe English isa jedhu filattu. Sanaan booda join isa jedhu cuqaasuun chaanalii isaanii join gootu

Erga chaanaalii join gootanii booda booti keessatti deebiuun 🧧Invite isa jedhu cuqaastu. Kanaan booda liinkii isaan isiniif ergan hiriyoota keessaniif share gootu.

Yoo nama shan bifa kanaan afeertan kaardii abbaa 5nii #cashout jechuun guuttattu.

Yoo nama 1000 afeertan kaardii abbaa 1000tu isiniif ergama.

Itti fayyadamaa😊

Liinkichi isa kana👇👇👇
https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡CHAANALII📡
T.me/OROMOTOO
T.me/OROMOTOO
“Biyya kana namni Oromoon hin jaalanne bulchuu hin danda’u kan Oromoon jaalate ammoo eenyullee tuquunii hin danda’u” ~Haacaaluu Hundeessaa.

Nur Gebi fakkii bareedaa kanaaf galatoomi, Harki kee haa eebifamu.🙏🏼
kanuma Jawwee koo
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Maalo Oromoo tiyya subscribe nuuf godhuudhan nuu jajabessaa isinin jenna.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Filannoo Preezdaantummaa Iraaniin Ibraahiim Raaysiin injifatan!

Filannoo Preezdaantummaa Iraaniitti gaggeeffameen Ibraahiim Raaysiin injifachuu ibsame.

Abbaa Seeraa fi Abbaa Alangaa ta'uun kan tajaajilan Raaysiin % 62 sagalee argachuun injifataniiru. Baatii Hagayyaa dhufu sirna waadaa galuu ni raawwatu jedhamee eeggama.

Raaysiin faallaa biyyoota Lixaa ta'uu isaanii dubbatama. Preezdaantichi Ameerikaan qoqqoobbiin kan irra kaa'ame yoo ta'uu, bara Faranjoota 1988 dhiyeenya Teehiraanitti miidhaa sirreeffamtoota manneen amala sirreessarra qaqqabe keessa harka qabaachuun shakkamu jedhame.

Lammiileen Iraan hedduunii fi falmitoonni mirga namoomaa adabbii ajjeechaa iccittiin sirreeffamtoota kanneenirra qaqqabeef Raaysiin itti gaafatamaa taasiisu.

Yeroo sanatti sirreeffamtoonni siyaasaa manneen amala sirreessarra keessa turan kumni 5 ajjeeffamuu ragaaleen ni ibsu.

Iddoo namoonni kunneen itti awwaallaman hanga ammaatti hin beekkamne jedhame.

Maddi: BBC
#ASTU

Yunivarsiitiin Saayinsii fi Teeknoloojii Adaamaa galmeen barattoota digirii jalqabaa haaraa kan bara 2013 Waxabajjii 24 hanga 25 bara 2013 ALI ta'uu beeksiseera.

Barattootni gara Yunivarsiitichaa wayita deeman wantoota qabachu isaanirra eegamu:

• Kaardii qormaata kutaa 10ffaa fi 12ffaa (Orijinaala fi koppii tokko tokko)
• Traanskiriiptii kutaa 9ffaa hanga 12ffaa (Orijinaala fi koppii tokko tokko)
• Suuraa 3*4 afur
• Ansoolaa fi uffata siree
• Uffata Ispoortii

Odeeffannoo dabalataaf marsariitii Yunivarsiitichaa www.astu.edu.et akka mil'atan Waajjirri Rejistiraara Yunivarsiitii Saayinsii fi Teeknoloojii Adaamaa eereera.
Mubaar Qaasim jedhema jiraata magaalaa Shaashamannee ganda 01 nama qabeenya qabu ummata Oromoof oolche hardha garuu qaama mootummaan siidaan yaadannoo goota Oromoo Innis baasi mataa ofiin ijaare jalaa diiganii isa hidhaanii jiru Kanaaf sagalee ta'aaf
#SelaleUniversity

Yunivarsiitiin Salaalee galmeen barattoota digirii jalqabaa haaraa kan bara 2013 Waxabajjii 24 hanga 25 bara 2013 ALI ta'uu beeksiseera.

Barattootni gara Yunivarsiitichaa wayita deeman wantoota qabachu isaanirra eegamu:

• Kaardii qormaata biyyooleessaa kutaa 8ffaa (Orijinaala fi koppii tokko tokko)
• Kaardii qormaata kutaa 10ffaa fi 12ffaa (Orijinaala fi koppii tokko tokko)
• Traanskiriiptii kutaa 11ffaa fi 12ffaa (Orijinaala fi koppii tokko tokko)
• Suuraa 3*4 saddeet
• Ansoolaa, uffata siree, uffata boraatii
• Uffata Ispoortii

Dabalataan barattoonni bara 2012 keessatti barnoota seemisteera tokkoffaa karaa seera qabeessaan addaan kutan guyyaa kanaan akka galmaa'an Waajjirri Rejistiraara Yunivarsiitii Salaalee hubachiiseera.
Professor Merera Gudina on Abiy's sham Election
=======

"Today I met former President Obasanjo and his team members, Dr. Greg Mills, Ms. Karen etc. We had a discussion of an hour regarding the elections and the future direction of Ethiopian politics. I told them not to take the election very seriously as it can only be a political theatre and cannot deliver the three greatest needs of the country: durable peace and stability, ensure the birth of Democratic Ethiopia even after three thousand years and meaningful economic development. I also told them to advise the Ethiopian Prime minister to avert the looming civil war - to immediately move to an all inclusive National Dialogue that can take us to an all inclusive interim government, which prepares the country to a credible 'free and fair' elections within a year.I have underlined to them that without a genuine national dialogue based on a common road map, the hoped for Ethiopia's democratic transition can only be: a transition from crisis, through crisis to crisis."
2024/09/22 20:30:49
Back to Top
HTML Embed Code: