Telegram Web Link
Mannii murtii itti harree himatan hin jiru

β™₯ Yeroo tokko Albert Inistaayin Magaalaa keessa osoo deemu Gurbaan durriyyeen tokko duuba isan dhufee dhiite. Alberti ofuma irra
mil'atee ilaale dhiise deemsa isaa itti fufe. Ammas xinnoo turee gurbaan duubuma deeme dhiite,yeroo lamaffaaf. Albert ammas ilaaletuma deemsa isaa itti fufe. Gurbaan duubuma deeme yeroo 3ffaaf
yoo dhiitu,namoonni naannoo san jiran arganii Albertin akkana jedhan "sila abboo ati gurbaa si dhiitu yookii seeraan hin himattu? yookii immoo ofirraa hin rukuttuu"jedhaniin.
Albert maal jedhe beekta? Ofirraa dhoorkufi ani yeroo hin qabu,seeraatti himachuufi
manni harree itti himatan hin jiru,namni nama hin dhiitu harreedha kan nama dhiitu jedheetuma deemsa isaa itti fufe!

#Laali_fira_koo; namni kaayyoo qabu waan karaa irratti isaa qunnamuu hundumaaf deebii kennaa hin deemu. Namoota ilaalcha harrummaa fi ilaalcha negetive siif qaban irraa fagaadhu. Kaayyoof galmaa gahuuf baate hamma geessutti duuba kee hin mildhatiin.

Join and share
βœ…βœ… @jechootahayyoota
βœ…βœ… @jechootahayyoota
βœ…βœ… @jechootahayyoota
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (AbΔ‘eta KΔ±&Βͺ)
Kottaa wanta haarawa kana itti fayyadamaaπŸ’―πŸ’―β˜‘οΈ
Ilaaleen jira dhugaa taanan isiniif qoode.

Telegramiin qofa fayyadamuudhaan guyyaa 1 tti kaardii 5_100 karaa ittiin argachuu dandeessan dhibbaa dhibbatti dhugaadha itti amanaa hoojjedhaa. tartiiba armaan gadii seeraan hordofaa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
1. Jalqaba irratti
Liinkii kana tuqxu πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262

2. Start isa jedhu erga tuqxanii booda
3. JOIN CHANNEL kan jedhu xuqxanii join goota ifduuba deebita.Inni kun dhirqama.
4. If booda deebitee
afaan English kan jedhuuf amharic kan jedhu keessaa kan barbaaddan filattu.

6. sana booda INVITE kan jedhu tuquudhaan liinkii isiniif dhufu namaaf share gootu.
gaafa namni 1 linkii keessaniin seenee join godhe 1 birr isiniiif kenna.

Kaardii Mobile isiniif erga lakkoobsa isiniif mullatu fuutanii mobaayila keessanitti guutachuu dandeessu.

https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262
Forwarded from Medical Material
Karaalee Milkaa'inaa (Ways of Success)
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➊. Ofitti amanamummaa!
βž‹. Kaayyoo qabaachuu!
➌. Fuulduratti tarkaanfachuu!
➍. Tarkaanfii fudhachuu!
➎. Namoota biroo jajjabeessuu!
➏. Itti gaafatamummaa fudhachuu!
➐. Hojiitti amanuu!
βž‘. Obsa qabaachuu!
βž’. Yeroo ofiitti fayyadamuu!
βž“. Haala rakkisaa mijeessuu!

sΚœα΄€Κ€α΄‡β—ˆsΚœα΄€Κ€α΄‡β—ˆsΚœα΄€Κ€α΄‡β€‹

@Jechootahayyoota

@Jechootahayyoota

πŸ”Ία΄Šα΄ΙͺΙ΄πŸ”Ί
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (AbΔ‘eta KΔ±&Βͺ)
Kottaa wanta haarawa kana itti fayyadamaaπŸ’―πŸ’―β˜‘οΈ
Ilaaleen jira dhugaa taanan isiniif qoode.

Telegramiin qofa fayyadamuudhaan guyyaa 1 tti kaardii 5_100 karaa ittiin argachuu dandeessan dhibbaa dhibbatti dhugaadha itti amanaa hoojjedhaa. tartiiba armaan gadii seeraan hordofaa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
1. Jalqaba irratti
Liinkii kana tuqxu πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262

2. Start isa jedhu erga tuqxanii booda
3. JOIN CHANNEL kan jedhu xuqxanii join goota ifduuba deebita.Inni kun dhirqama.
4. If booda deebitee
afaan English kan jedhuuf amharic kan jedhu keessaa kan barbaaddan filattu.

6. sana booda INVITE kan jedhu tuquudhaan liinkii isiniif dhufu namaaf share gootu.
gaafa namni 1 linkii keessaniin seenee join godhe 1 birr isiniiif kenna.

Kaardii Mobile isiniif erga lakkoobsa isiniif mullatu fuutanii mobaayila keessanitti guutachuu dandeessu.

https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (AbΔ‘eta KΔ±&Βͺ)
100% dhugaadha ittii fayyadamaa!!!

EGEREE SIRRIIN WAANUMA SIRRII IRRAA MADDA!
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➑️ Waan sirrii jabeeffachuu fi kan sirrii hin taane sirreeffachuu malee walitti qabanii harka reebuufiin nama hinsiiqsu. Nama waan dogoggoraatti akka sirriitti hamilee namaaf kenne caalaa namni nama miidhe jira natti hin fakkaatu. Namni akkanaa akka hin barre nama godha; dogoggoras hundeen dagaagsa. Sirriin sirrii jedhee, dogoggorattis quba qabee kan namatti himu qajeelchaadha. Kanatu nu barbaachisas.

βž› Waan amaleeffanne tokko qabna. Nama sirrummaa keenya nutti himu olkaafna; kan nu jajes ni jajna! Nama mudaa keenya nutti agarsiisu immoo ni balaaleffanna.

βž› Sababa malee olkaasuu fi gadi buusuu! Kana sammuutti qabanneetu yaada barbaachaaf waa qabannee gara nama biraa deemna. Ajaa'iba! Durayyuu sirrummaa keenya qofaa dhagahuu feenaa maaliif gara nama biraa deemnee nama biraa qorra? Ani beekaa!

βž› Dhumni shaakala akkanaa komii fi hamii ta'a. "Abaluun hojii koo gadi buuse. Kana immoo sababa malee hin jenne, ana irraa dhimma dhuunfaa qaba. Maal narraa qabaa? Maaltu keessa isa galche? Na goomateetu... gufuu natti ta'uufi... Muu!" Jechaa gara komii fi maqaa balleessiitti deemna.

βž› Namuma silaa gargaarsaaf itti dhiyaanneen maaltu isa galche jennee komanna. Ofuma keenyaa yaada gaafannee yaada balfina, ofuma keenyaa nama tuqnee nan tuqame jenna. Kana summichi! Summii guddina keenyaa!

βž› Wantin jechuu barbaade ifaadha! Sirriidhaan sirrii, dogoggoraanis dogoggora jechuun fala. Hamma kana hin taanetti, kan dabe hin sirratu, muuxannoon barbaachisus hin argamu. Kanaaf falli, waan sirrachuu qabu sirreessuudha. Madaala sirrii fi kan dogoggoraa adda baasuutu furmaata. Gochaan kun, dogoggoraa fi sirrii adda baasee fudhatamummaa isa sirrii ol kaasa. Kanaafuu sirrachuufis ta'e sirreessuuf qophaa'aa haa taanu. Walitti qabnee jajuu fi dimshaashumatti gadi buusuu irraa of eeguu haa barru. Waan goonu hundumaa keessatti hubannaan haa mul'atu. Akkanaan egeree keenya, egeree dhalootaa haa faayannu. Egeree sirriin waanuma sirrii irraa madda!

Abdiisaa Ejjetaa

➦ Gαℓαтσσмαα!!!
Ξ₯єʀσσ GΞ±Ξ±Κ€ΞΉΞΉ

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Waggaa Sadeen Har'aa #Jawar_Mohammed akka armaan gadii jedhee Ture. Gaafas hedduun Keenya inuu hin beekne Har'a garuu Qabatamaan argine. Jawar Dhuguma Raagduu Siyaasaa Biyya tanaati!

"Rakkoo hamtuutu biyya sanitti as deemutti jira. Jeequmsi bakka hedduttu dhooyaa jira. Diinaggeen dhaguma gaaraa gadi ka'e taatee qaalomminni jireenyaa samii xuqaa jirti. Bulchiinsi sadarkaa anaafi gandaa faca'aa jira. Mirqaanni baatilee dabranii gara burjaajja'uutti jijjiiramaa jira. Korri OPDO har'a xumurames rakkoolee dhufaa jiran kan xiinxale ta'us tarsiimoon furmaataa hojitti hiikkamuu danda'u fidu hin keenye. Falli jiru momitoota waliin mari'achuun biyyatti waloon saffisaan gara dirna dimokraasitti ceesisuudha. Kana ta'uu baannaan balaa ummataafi mootummaafis hin taaneetu as tiraataa jira. Dhimmoota kanarratti guyyoota as aanaan yoo akii namni gurra laatu yoo jiraate barruulee niin maxxansa. Gara miidiyaattis waywaachuu ittuma fufna."
Baga gammadani baga gamnee!!!

Waaroota channel beeysiifachuu barbaddan hundaaf channel keessaa gattii maddalawwaadhaan kan issiinf hojjannu ta'a.

Warrooni #Ceartor taattan hundaaf waamichaa goonaa Namni channel gattii maddalawwan beeysifachuu barbaddan hundii keessaan kara @ABDETUOR naan gahu danddeetu.

Channel keessaan yeroo Gabaaba Keessaat hordoftoota bayyee issiinf argatta.

Miseensaa Nuu Dalganu

2k Membrsaa 2000
1.5k Membrsaa 1500
1k Membrsaa 1000
500 Membrsaa fa'a.

Maree Dafa dhaqabadha Channel keessaan guddiifadha.

Channel Hojjachiifatuuf @ABDETUOR qunaamaa

@ABDETUOR
@ABDETUOR
@ABDETUOR qunaama.
Na_Argaa_Na_Argaan…
Halkan halkan yeroo cabbiin bu'u hirriba irraa dammaqa. Maarree gaaf tokko halkan sa'a 9:00tti cabbiin bu'uu jalqabaan hirriba miyooftuu keessaa dammaqe. Magaalaa Niwu Yoorki jiraata ture yeroo sana. Gidduu sana kitaaba isaa kan 'The Earth Gods' jedhamu barreessaa ture.
Hirriba irraa akkuma dammaqeen dabtara yaadannoo isaa qabatee manaa ba'e. Paarkii Giddu Galaa Niwu Yoorki (New York Central Park) deeme. Kitaaba isaa barreessuu itti fufe. Otoo barreessaa jiruu poolisiin guddaan tokko dhufee isa cinaa dhaabbate.
"Asii maal hojjetta?"
"Barreessaan jirakaa."
"Ati nama lammii Ingiliziidhaa?"
"Lakki"
"Lammii Faransaayiiree?"
"Miti."
"Lammii eessaatiree ati?"
"Lammii Liibaanos."
"Liibaanosii? Ahaa! Akkana taanaan barreessaa lammii Liibaanos kan Kahliil Jibraan jedhamu sana hin wallaaltu jechuudha."
"Eyyee! Nan beeka! Maali?" jedhe ajaa'ibiifatee.
"Ajaa'iba namana! Haadha manaa bareedduu fi eebbifamtuu tokkon qaba. Garuu maal godha? Kitaabni namicha Kahliil Jibraan jedhamu sanaa erga mana koo seenee haati manaa koo nama biroo taateetti. Amalli ishee guutummaatti jijjiirameera. Yeroo hundaa xiinxala gad fagoo keessa akka galtetti. Kana hundaaf sababni kitaaba namicha Kahliil Jibraan jedhamuu sanadha!" jedhee itti himate poolisichi. Aariin ija isaa irraa mul'ata. Otoo Kahliil Jibraaniin argee maal godha laata?
Wanti nama ajaa'ibu kan poolisichi beekuu hin danda'in namichi inni Kahliil Jibraaniin itti himataa ture sun mataan isaa Kahliin Jibraan ta'uu isaa ture! Yeroo tokko na argaa na argaa dhiisanii of dhoksuun balaa irraa nama oolcha! "Na argaa na argaan na dhoksaa na dhoksaa fida!" jedha Oromoon yoo mammaaku!
#deemsiittifufa

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
T.me/OROMOTOO
T.me/OROMOTOO
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (AbΔ‘eta KΔ±&Βͺ)
100% dhugaadha ittii fayyadamaa!!!

Kottaa wanta haarawa kana itti fayyadamaaπŸ’―πŸ’―β˜‘οΈ
Ilaaleen jira dhugaa taanan isiniif qoode.

Telegramiin qofa fayyadamuudhaan guyyaa 1 tti kaardii 5_100 karaa ittiin argachuu dandeessan dhibbaa dhibbatti dhugaadha itti amanaa hoojjedhaa. tartiiba armaan gadii seeraan hordofaa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
1. Jalqaba irratti
Liinkii kana tuqxu πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262

2. Start isa jedhu erga tuqxanii booda
3. JOIN CHANNEL kan jedhu xuqxanii join goota ifduuba deebita.Inni kun dhirqama.
4. If booda deebitee
afaan English kan jedhuuf amharic kan jedhu keessaa kan barbaaddan filattu.

6. sana booda INVITE kan jedhu tuquudhaan liinkii isiniif dhufu namaaf share gootu.
gaafa namni 1 linkii keessaniin seenee join godhe 1 birr isiniiif kenna.

Kaardii Mobile isiniif erga lakkoobsa isiniif mullatu fuutanii mobaayila keessanitti guutachuu dandeessu.

https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262
#Update‼️ #Freshman

Waamicha barattoota haaraa kan bara #2013

1.#Addis Ababa university
πŸ‘‰πŸΎWax 19 fi 20

2.#Wolaita Soddo university
πŸ‘‰πŸΎWax 26 - 30

3. #Samara university
πŸ‘‰πŸΎWax 26 fi 27

4. #jigjiga university
πŸ‘‰πŸΎWax 25 -30

5. #Gonder university
πŸ‘‰πŸΎWax 23 fi 24

6. #Wollagga university
πŸ‘‰πŸΎWax 28 fi 29

7. #Ambo university
πŸ‘‰πŸΎWax 24 fi 25

8. #Wachamo university
πŸ‘‰πŸΎWax 29 fi 30
🚩 Galmee Online Wax 15-20

9. #Assosa university
πŸ‘‰πŸΎWax 26-30

10. #Wollo university
πŸ‘‰πŸΎWax 28 fi 29

11. #Hawassa Univeristy
Wax 21 fi 22
βœ… Galmee Online Wax 15-20

12. #Debra_tabor Univeristy
πŸ‘‰πŸΎWax 28 fi 29

13. #Debark Univeristy
πŸ‘‰πŸΎWax 26-30

14. #Aastu Univeristy
πŸ‘‰πŸΎWax 24 fi 25

15. #Debra_birhan University
πŸ‘‰πŸΎWax 25-30

16. #Bahirdar University
πŸ‘‰πŸΎWax 22 fi 23

17. #Selale University
πŸ‘‰πŸΎWax 28 fi 29

18. #Wolkite Univeristy
πŸ‘‰πŸΎWax 28 fi 29

19. #Mekdela Amba Univeristy
πŸ‘‰πŸΎWax 27 - 29

20 #Mekelle Univeristy
πŸ‘‰πŸΎWax 21 - 26

21 #Dirre Dawa Univeristy
πŸ‘‰πŸΎWax 27 - 30

22 #Dilla Univeristy
πŸ‘‰πŸΎWax 22 fi 23

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘CHAANALIIπŸ“‘
T.me/OROMOTOO
T.me/OROMOTOO

πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://youtu.be/AW7qkzmNxyk
https://youtu.be/AW7qkzmNxyk

πŸ“©YaadaπŸ“©
@Qeerroo_mediabot
@Qeerroo_mediabot
100% dhugaadha ittii fayyadamaa!!!

Kottaa wanta haarawa kana itti fayyadamaaπŸ’―πŸ’―β˜‘οΈ
Ilaaleen jira dhugaa taanan isiniif qoode.

Telegramiin qofa fayyadamuudhaan guyyaa 1 tti kaardii 5_100 karaa ittiin argachuu dandeessan dhibbaa dhibbatti dhugaadha itti amanaa hoojjedhaa. tartiiba armaan gadii seeraan hordofaa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
1. Jalqaba irratti
Liinkii kana tuqxu πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262

2. Start isa jedhu erga tuqxanii booda
3. JOIN CHANNEL kan jedhu xuqxanii join goota ifduuba deebita.Inni kun dhirqama.
4. If booda deebitee
afaan English kan jedhuuf amharic kan jedhu keessaa kan barbaaddan filattu.

6. sana booda INVITE kan jedhu tuquudhaan liinkii isiniif dhufu namaaf share gootu.
gaafa namni 1 linkii keessaniin seenee join godhe 1 birr isiniiif kenna.

Kaardii Mobile isiniif erga lakkoobsa isiniif mullatu fuutanii mobaayila keessanitti guutachuu dandeessu.

https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (AbΔ‘eta KΔ±&Βͺ)
100% dhugaadha ittii fayyadamaa!!!

Kottaa wanta haarawa kana itti fayyadamaaπŸ’―πŸ’―β˜‘οΈ
Ilaaleen jira dhugaa taanan isiniif qoode.

Telegramiin qofa fayyadamuudhaan guyyaa 1 tti kaardii 5_100 karaa ittiin argachuu dandeessan dhibbaa dhibbatti dhugaadha itti amanaa hoojjedhaa. tartiiba armaan gadii seeraan hordofaa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
1. Jalqaba irratti
Liinkii kana tuqxu πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262

2. Start isa jedhu erga tuqxanii booda
3. JOIN CHANNEL kan jedhu xuqxanii join goota ifduuba deebita.Inni kun dhirqama.
4. If booda deebitee
afaan English kan jedhuuf amharic kan jedhu keessaa kan barbaaddan filattu.

6. sana booda INVITE kan jedhu tuquudhaan liinkii isiniif dhufu namaaf share gootu.
gaafa namni 1 linkii keessaniin seenee join godhe 1 birr isiniiif kenna.

Kaardii Mobile isiniif erga lakkoobsa isiniif mullatu fuutanii mobaayila keessanitti guutachuu dandeessu.

https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262
Walgahiin biyyoota dureeyyii torbanii, G7 jedhame waamamu dhimma Itiyoophiyaa keessattuu dhimma naannoo Tigraay ilaalchisee ibsa baasee jira.

"Haala beela namoottan kumaatamaan lakkaawwan keessaa seenan dabalatee Tigraay keessaatti jeequmsa adeemaa jiruun halli gaddisiisaan namoomaa hedduu nu yaaddeseera."

"Hookkora saalaa dabalatee badiinsa raawatamaa jiru hin balaaleffanna. Wareen yakka raawwatan qorachuudhaan itti gaafatamummaatti dhiheesuudhaaf komishiiniin olaanaan mirga namooma adduunyaa yaalii inni gochaa jiru nu deggarra," kan jedhe ibsi kun, diinummaan atattamaan akka dhaabatu, gargaarsaaf karaan akka banamu, waraanni mootummaa Eertiraa akka Tigiraay keessaa bahu gaafateera.

@oromotoo
#ODUU_GADDAA
Namni suuraa isaa asii gaditti argitan kun Horroo Guduruu magaalaa #Shaambuu ganda 01 keessatti ajjeefamee akka argame odeessi nu qaqqabe ifa godha.
Nama du'ee argame kanaa Eenyummaa isaa hanga maxxansa kana maxxansinutti adda baasuu hin dandeenye.
2024/09/22 22:33:11
Back to Top
HTML Embed Code: