This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Telebirr
Vidiyoo gabaabaa Akkaataa telebirr itti banattan agarsiisu.
Vidiyoo gabaabaa Akkaataa telebirr itti banattan agarsiisu.
Addunyaarratti gatiin nyaataa saffisaan qaalaโaa jira-FAO
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57362280
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57362280
BBC News Afaan Oromoo
Addunyaarratti gatiin nyaataa saffisaan qaalaโaa jira-FAO
Addunyaarratti gatiin nyaataa saffisaan qaalaโaa jira
Baaleetti dhibeen 'hin beekamne' beeyladaafi namarraan miidhaa geessisaa jira
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57352069
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57352069
BBC News Afaan Oromoo
Baaleetti dhibeen 'hin beekamne beeyladaafi namarraan miidhaa geessisaa jira - BBC News Afaan Oromoo
Godina Baalee baha aanoolee gammoojjii keessatti dhibee hin beekamneen gaalaa fi nami miidhamuu fi sodaan guddoon uumamuu, jiraattonni BBCtti himan.
Itoophiyaatti baankiin dhala irraa bilisa ta'e 'Baankiin Zamzam' hojii eegle
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57340368
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57340368
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaatti baankiin dhala irraa bilisa ta'e 'Baankiin Zamzam' hojii eegle
Baankiin dhala irraa bilsa ta'ee fi hawaasa muslimaa tajaajiluuf hundaa'e 'Baankiin Zamzam' hojii eegaluu Daarektarri Boordii fi hundeessitoota baankichaa keessaa tokko kan ta'an Dr. Idriis Mohammad BBC'tti himan.
Boordiin ka'umsa miindaa murteessu Itoophiyaa keessatti hundaa'uuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57354362
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57354362
BBC News Afaan Oromoo
Boordiin ka'umsa miindaa murteessu Itoophiyaa keessatti hundaa'uuf
Yeroo ammaa wiixineen seeraa boordii miindaa ka'umsaa murteessuuf ba'e qondaaltota olaanoo Ministeera dhimma Hojjetaa fi hawaasummaatiin erga turee booda gara qaama seera kana mirkaneessu Mana Maree Ministeerotaatti dabarfamuuf jira.
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Have you checked out Ask Anything Ethiopia yet? It's Ethiopia's first question and answer platform, where you can get answers to your biggest questions from thousands of people! You can join using the link below:
Liinkii armaan gadii kana tuquudhaan Join channel godhaa ergasii nama afeeruudhaan badhaafamaa! Kuni isa dhugaati
https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1383882891
โโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโค
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐

โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ๏ธ๏ธ๏ธ"Beekaamuuf Osoo hin taanee beekaa Ta'uudhaaf hojjadhuu"
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
@Jechootahayyoota

โ๏ธ๏ธ๏ธ"Amma hin dhaabbannetti tirachaa deemaa jirta taanan iddoo yaadde inuma geessa. Kanaaf dhaabbachuu irra tirachuun ni caala."

Forwarded from Deleted Account
Forwarded from ๐HARARGEE MEDIA
Watch "NEW Diraama ijoolee Oromoo Daawadhaa" on YouTube
https://youtu.be/AW7qkzmNxyk
https://youtu.be/AW7qkzmNxyk
YouTube
NEW Diraama Ijoolee Harargee Dawaadha
Kabajamtoota keenya jaalatamoo like share subscribe gochuu hin dagatinaa jechaa itti Aansudhaan Diraama Aja'ibaa qophessaa waan jiruuf yeroo dhihotti nuu Eegaa isinin jenna
#AAU
Baratoonni yuuniversitii Finfinneetti ramadamtan ramaddiin doormii ifa ta'ee jira.
๐ฝ
https://portal.aau.edu.et/NewStudents/Welcome/Index
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Baratoonni yuuniversitii Finfinneetti ramadamtan ramaddiin doormii ifa ta'ee jira.
๐ฝ
https://portal.aau.edu.et/NewStudents/Welcome/Index
@OROMOTOO
@OROMOTOO
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Video ๐ฅ๐๐๐๐
Pirezidaantiin Faransaay Imaanu'eel Maakroon imala gara Kibba Bahaa biyyatti godhaa turaniin ummata harka fuudhuuf wayita yaalan nama tokkoon kaballaan dhahamu isaani oduu ijoo miidiyaalee hawaasaa guyyaa har'aa ta'eera.
French President Emmanuel Macron has been slapped by a man during a trip to southeast France.

Godina oromoo Walloo Aanaa baatee gama daangaa Affaarittin hidhattoonnii Naannoo Affaar ilmaan oromoo lama osoo isaan Saawaa (loon) tikfataa jirani dhukaasaa irraattii bantee batalumaati nama lama madesaanii jiru.Namoota madahaanis maqaan isaanii akka armaan gaditti.
1.Mohammed habibi
2.Mammee Hasan
Namoonni shiftootaa Affaar kanaan rukutaman yeroo ammaa kana mana yaala bulshiinsaa magaala Baate keessatti yaala akka argataa jiran.
Wallo Daily
oduu dabalataaf Wallo daily join gochuu hin dagatinna!
Sagalee sagalee maleeyii oromottaa kabba Walloo!

Burkinaa Faasootti haleellaa ganda tokkorratti raawwateen namootni 132 ol ajjeefaman
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57374190
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57374190
BBC News Afaan Oromoo
Burkinaa Faasootti haleellaa ganda tokkorratti raawwateen namootni 132 ol ajjeefaman
Bakka Solhan jedhamu keessatti hidhattootni halkan haleellaa hin eegamne gaggeessaniin, manneetiifi gabaan naannichaa gubataniiru.
Itoophiyaan yeroo jalqabaatiif bajata waggaa birrii biiliyoona 500 ol raggaasuuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57374058
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57374058
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaan yeroo jalqabaatiif bajata waggaa birrii biiliyoona 500 ol raggaasuuf - BBC News Afaan Oromoo
Wixineen bajata waggaa Itoophiyaa yeroo jalqabaatiif birrii biiliyoona 500 ol taasisu Mana Maree Ministirootaan raggaassifame - kunis bajata biyyattiin hanga ammaatti qabattee turte hunda kan caaludha.
Namoonni tokko tokko uummata fuulduratti dubbachuu 'duโa caalaa' maaliif sodaatu?
Nama fuulduratti bahanii haasaa taasisuun namoota baay'eef waan akka malee sodaachisudha - tokko tokko 'du'a caalaa sodaatu'.
-ยป @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
Nama fuulduratti bahanii haasaa taasisuun namoota baay'eef waan akka malee sodaachisudha - tokko tokko 'du'a caalaa sodaatu'.
-ยป @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
Telegraph
Namoonni tokko tokko uummata fuulduratti dubbachuu 'duโa caalaa' maaliif sodaatu? - BBC News Afaan Oromoo
Madda suuraa, Getty images Nama fuulduratti bahanii haasaa taasisuun namoota baay'eef waan akka malee sodaachisudha - tokko tokko 'du'a caalaa sodaatu'. Itoophiyaatti jiraattuu magaalaa Hoolataa kan tahan Aadde Guddoo Taaddasaan, uummata fuulduratti bahaniiโฆ
Yuuniversitii_Wachaamoo
Barattoonni Haaraan Yunivarsiitii Waachaamootti ramadamtan guyyaan galmee Waxabajjii 29-30/2013 ta'uu isin beeksifna.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐กCHAANALII๐ก
T.me/OROMOTOO

Telegram
MADDA BEEKKUMSAA๐ณ
"Abdii uummata bal'aa!"
-dhimma oromoo fi oromiyaaf
-galaa jireenyaaf
-seenaa qabsawotaaf
-imanaa beektotaaf
-Madda beekkumsaf
โทkayyoodhaf hojanna
โWaliintaanee seenaa galmeessin!
YOUTUBE KEENYAF๐
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
-dhimma oromoo fi oromiyaaf
-galaa jireenyaaf
-seenaa qabsawotaaf
-imanaa beektotaaf
-Madda beekkumsaf
โทkayyoodhaf hojanna
โWaliintaanee seenaa galmeessin!
YOUTUBE KEENYAF๐
https://youtu.be/p51FnhhOuDY