Telegram Web Link
#UPDATE

Barattoonni haaraan (fresh) hundi filannoo booda Waxabajjii 21/2013 irraa eegalee gara yunivarsiitii itti ramadamaniitti akka galan Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo #MoSHE beeksiseera.
Hiriyoota Lamatu Meeshaa baayyee ulfaatu of bira ka'anii taksii eegu turan. Daqiiqaa xiqqoo booda Taksiin dhufe. isa Booda kontoraata Qarshii 500'niin walii galanii meeshaa isaanii irratti fe'atanii keessa galanii deeman. Karaa dheeraa erga ittiin deemaniin booda Mana isaanii ga'ani Meeshaa isaanii Taksii irraa erga buufatanin booda. Amma deemuu dandeessa jedhaniin. Shufeeriin taaksii sunis herrega koo naaf kennaati nan deema jedhe. Isaanis hin kenninu deemi jedhaniin,Gurbaanis karaa hanga kana isiniif meeshaa keessan fe'ee dhufee, boba'aa hanga kana fixee Akkamitti herrega koo Na diddu naaf kennitan malee hin deemu jedhee. Isaanis Ishi Akka siif kenninu barbaadda taanaan Sirbi jedhaniin. Innis maal qoostu hojjedheen sin gaafachaa jiraam Sirba hin beeku qarshii koo naaf kenna jedheen. Isaanis Eshi Ililililili jedhiiti ililchi jedhaniin. Shufeeriin taksii sunis baayyee aaree hin ililchu jedhaa rabbi biraan argadha jedhee taksii isaa fudhatee deeme. Erga fagaateen booda bilbilli wayii barcuma dudduubaa irraa waamuu eegale. Gurbaanis naasuudhaan konkolaataa isaa dhaabee Bilbilicha yoo ilaalu iphone 11Dha isa booda kaasee hello yeroo jedhu, Hello dhiifama Obboleesso nutti hin qabamiin konkolaata kee keessatti bilbila dagannee buune jedhaniin, eenyu isin yeroo jedhuun, nuti hiriyoota Amma meeshaa nuuf feetee dhuftee Sirbi, ililchi malee herrega kee hin kaffallu jenneedha dhiifama wajjin jedhaniin. Sana booda Gurbaanis Maarree Ammaka Ililchuun jedhee hamma gurri isaan duudutti Bilbila keessaan ililililili jedhee ililchee irratti cufe jedhama.
Maal jechuun barbaadee....
Garaan kee qulqulluu haa ta'u malee, Waaqni dafqa hiyyeessaa lafatti hin balleessu. Hin bubbulti malee kara hin beekamneen dachaa godhee siif deebisa.
Akkasumas dafqa namaa hin nyaatiin rabbi dachaa godhee si Adaba.


@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
Forwarded from ๐Ÿ”ŠHARARGEE MEDIA
Watch "NEW QAMAR YUSUF 2021" on YouTube
https://youtu.be/Lbn8Yg1dBeY
Forwarded from Qerroo media
Maalummaa chanalichaa An sitti hin himu ofumaa itti seenii ilaalii. Chanalii filatamaa fi fudhatama guddaa Qabuudha, Arguun Amanuudha kanaaf dura laali
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Mucaan duโ€™aaf dhalate wareegaan hin guddatu.

"Nama dubbiin nama dhibe caldhinsaan dhiban."

"Ni nyaanna jettanis ni nyaanna. Hin nyaannu jettanis ni nyaanna," jedhe waraabessi.

@harargetub
๐’๐ž๐ง๐š๐š ๐†๐จ๐จ๐ญ๐ข๐œ๐ก๐š ๐‡๐š๐œ๐š๐š๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐‡๐ฎ๐ง๐๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐๐š๐ซ๐ซ๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ฆ๐š๐š๐ง ๐†๐š๐ฅ๐ ๐š๐ฅ๐š ๐ค๐š๐ง๐š ๐ˆ๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐Ÿ ๐†๐š๐๐ก๐ข๐Ÿ๐ง๐š ๐‹ove(โค) 20 Eerga gahee ๐๐จ๐๐š ๐ ๐š๐๐ก๐ข๐Ÿ๐ง๐š !!

๐•š๐•ค๐•š๐•Ÿ ๐•›๐•’๐•’๐•๐•’๐•Ÿ๐•Ÿ๐•’ !!
๐’๐„๐„๐๐€๐€ ๐‡๐€๐€๐‚๐€๐€๐‹๐”๐” ๐‡๐”๐๐ƒ๐„๐„๐’๐’๐€๐€ ๐๐Ž๐๐’๐€๐€

(๐’๐„๐„๐๐€๐€ ๐‡๐€๐€๐‚๐€๐€๐‹๐”๐” ๐‡๐”๐๐ƒ๐„๐„๐’๐’๐€๐€ ๐๐Ž๐๐’๐€๐€)

Artist Haacaaluu Hundeessaa Kan Dhalatee Abbaa Isaa Obbo Hundeessaa Bonsaa Fi Hadhaa Isaa Addee Guddattuu Horaa Irraa Bara 1976 nannoo Oromiyaa Godinaa lixaa shawaa Magaalaa Ambootti Dhalatee.

Art Haacaaluun Maatisaaf mucaa shanaffaa yoo taโ€™u obbolloota dhiiraa jaโ€™aa fi obboleeyyan durbaa afur qaba.

Akkuma ijoollee Oromoo kamuu Haacaaluun maatisaaf loon tiksaa akka guddate dubbata.
Barnootasaa hanga kutaa kudha lamaatti achuma magaalaa Ambotti barate.

Haacaalun baayyinaan maatiisaa biratti kan guddate yoo taโ€™u akaakayyuusaa biras jiraateera Akaakayyuusaa waan jaalatuufis, mana barumsa dhihoo jiru dhiisee kan naannoo mana akaakayyuusaa jirutti fagoo deemee barachaa ture.

Haacaaluuf Magaalaa Amboof Olmaa Gudda qaba Akkasumas Ummata oromoo Hundaaf. Amboo magaalaa Oromiyaa gara dhihaatti aanaa Amboo keessatti argamtu Magaalaan kun Finfinneerra gara dhihaattii Kiilomeetira 125 fagaattee argaamtu Yoo tatuu goota Oromoo Kanaa Biqilchitte guddisu Kessati Ga,ee Olaana qabdi.

Haacaaluun jjolumaa isaa irra kasse Ummataf Maati Isaa Quqama qabachuu Isaa kan Dubbatan hiriyyoni Isaa Bara 1995 Wayitaa Baratta Tureti ummataa isaaf Falmuuf Ol jedhee Fuldura Galee dubbachuu fi moormufi ture.

Kuttaan 2ffaa Itti fufaa.....

Namni tokko Too Xiqqaate Namoota 5f Erguu qaba.

@HARARGETUB
@HARARGETUB
@HARARGETUB
Forwarded from Qerroo media
Maalummaa chanalichaa An sitti hin himu ofumaa itti seenii ilaalii. Chanalii filatamaa fi fudhatama guddaa Qabuudha, Arguun Amanuudha kanaaf dura laali
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from Deleted Account
๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ
Chanaalotaa Mediiya OROMOO tahaan karaa Telegramidhaan JOIN Godhadha.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from Qerroo media
Maalummaa chanalichaa An sitti hin himu ofumaa itti seenii ilaalii. Chanalii filatamaa fi fudhatama guddaa Qabuudha, Arguun Amanuudha kanaaf dura laali
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Woow telegram fayyadamun qofa guyyati qarshii 10 hanga 100 hata'utii garuu
namoonni baayyeen keessan start gootanii osoo jion channel hin godhin dhiisaa jirtu
Telegramii fayyadamuudhaan guyyaa 1 tti kaardii 10, hanga 100 tti argachuu dandeessu

Kana argachuuf jalqaba Liinkii armaan gadii kana tuqxu ๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262

Sana booda Start isa jedhu erga tuqxanii booda join channel kan jedhu tuquudhaan chaanaalii isiniif dhufu Join gochuun dirqama
Kana booda afaan English kan jedhuuf amharic kan jedhu keessaa kan barbaaddan filattu sana booda INVITE kan jedhu tuquudhaan liinkii bifa samayawwiitiin isiniif dhufu namaaf share gootu gaafa namni 1 linkii keessaniin seene qarshii 2 isiniiif dabala nama 20f share yoo gootan qarshii 40 argattu
Garuu namni isin share gootaniif start godhee join channel gochuu qaba
Kaardii keessan erga kuffatani booda cash out kan jedhuu nidhufa isaa tuqun mobaayila keessanitti guutachuu dandesuu

%100 dhugaa dhaa itti hojedha

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262
Manni Barumsa Ifa Boruu Awaash Malkaa eebbifame!

Manneen barnootaa Ifa Boruu akka naannoo Oromiyaatti ijaarraman 100 keessaa tokko kan taโ€™e Manni Barumsa sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu Awaash Malkaa bakka Preezdaantiin bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa argamanitti eebbifamuun tajaajilaaf banaa taโ€™eera.

Manni barumsa Ifa Boruu Awaash Malkaa bilookii shanii, daree barnootaa 18 kan qabu yoo taโ€™u, barattoota kuma 1 fi 500 ol keessummeessuu dandaโ€™a jedhame.

Sirna eebbichaarratti PBMNO Obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee Af-yaa'iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo fi itti gaafatamaan waajjira paartii Badhaadhinaa Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa argamaniiru.

Akka Godina Addaa naanawaa Finfinneetti manneen Barnootaa Ifa Boruu 3 fi manneen barnootaa proojektii qindaa'aa gumaata Caffee Tumaa 6 Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 66'n ijaaramuu Hogganaan Waajjira Barnootaa Godina Addaa Naannawaa Finfinnee obbo Firakiyyaa Kaasaahuun himaniiru.

#hararge
#Yuuniversitii_Gondar

Barattoota eebbifaman irraan kan hafe barattoonni hundi hanga gaafa Caamsaa 29tti mooraa gadi dhiisanii akka bahan beeksise.

#harargee
#BuleHoraUniversity

Bule Hora University is on going to establish standardized Geoscience(Mineralogy, Geochemistry and Geophysics) laboratory.

This laboratory is expected to accommodate Southern Ethiopian Geology particularly Two Guji zones and Borena Zone. The new laboratory aimed with ultimate goal of internationalized ISO accreditation.

We Strive for Excellence!!!

#harargee
Oromoon mukka bunarraa waa tokkollee wanii darbitu hin jiru.oromoon ossoo baali shayii hin argamin Bara kuma tokkoo dura baala buna danfistee dhugaa turte.
Fakkeenyaaf harargee keessatti hoojjaa jachuun beekama.hoojjaan bifa lama qaba.
1- hoojjaa hasharaa :- hojjaan hasharaa hashara firii buna gubbaa bahurraa hojjatama.
Hoojjaan hasharaa bifa lama qaba. Hashara gurraachaafi hashara Areerati.hasharii gurraachii yeroo hedduu guyyaa guuza (daboo)
Dhugama.
2- hoojjaa baalo:- hoojjaan baalo baala bunarraa hojjatama. Yeroo hedduu quxxii jachuun beekamtti.quxxiin bifa lama qabsoo quxii
Areeraatiifi gurraatidha.
#ancent_history_of_oromoo
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Have you checked out Ask Anything Ethiopia yet? It's Ethiopia's first question and answer platform, where you can get answers to your biggest questions from thousands of people! You can join using the link below:

Liinkii armaan gadii kana tuquudhaan Join channel godhaa ergasii nama afeeruudhaan badhaafamaa! Kuni isa dhugaati


https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1383882891
โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโค
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
JECHOOTA HAYYOOTAA
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
"Beekumsi kennaa uumamaa si jalaa hin hatamneedha."
โ€” Albart Staayin

"Hiyyummaan hiyyuuma caalu hiyyummaa sammuuti."
โ€” Sooqiraxas

"Hanga lubbuun jirtutti waan gaarii hojjedhu!"
โ€” Abrahaam Linkan

"Yeroo dabarsuurra guyyaa beellamaa dabarsuu wayya!"
โ€” Abrahaam Linkan

"Beekaa jedhamuuf barumsa keessa darbuu osoo hin taane baruumsi si keessa darbuu qaba."
โ€” Abrahaam Linkan

"Sammuun qullaa ta'uu irra kiisiin qullaa ta'uu wayya."
โ€” Sheekispiir

"Boru kaleessaaf karoorfachuu hin dandeessu."
โ€” Edmand Bark

"Yeroo hunda tarkaanfii tokko yoo yaaddu qormaanni gufuun miilla kee irratti ni mul'ata."
โ€” Antoon Cheevak

"Nama irra yaaduf yaali! Garuu namarra beekadha ofiin hin jedhin!"
โ€” Wiiliyaam Jaamsi

"Horii kee waan barbaaddetti jijjiiruu dandeessa! Biyya kee garuu hin dandeessu."
โ€” Joon F. Keneediin

"Bareedinni sammuudhaa umurii wajjiin dabalaa yoo adeemu kan bifaa immoo hir'achaa deema."
โ€” Joon F. Keneediin

"Humna agarsiiftuu ol qabaadhu! Hamma beektu dubbadhu!"
โ€” W. Sheekispiir

โžฆ Gฮฑโ„“ฮฑั‚ฯƒฯƒะผฮฑฮฑ!!!
ฮฅั”ส€ฯƒฯƒ Gฮฑฮฑส€ฮนฮน


sสœแด€ส€แด‡โ—ˆsสœแด€ส€แด‡โ—ˆsสœแด€ส€แด‡โ€‹
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
๐Ÿ”บแดŠแดษชษด๐Ÿ”บ
Waamicha fireeshotaa ilaalchiseeโ€ผ

โ–ซ๏ธDabra_taaboor waxabajjii 26_30


โ–ซ๏ธGondar waxabajjii 23_24


โ–ซ๏ธsamaraa waxabajjii 26_29

โ–ซ๏ธwalaayittaa_soddoo waxabajjii 26_30

โ–ซ๏ธwalloo waxabajjii 28_29

โ–ซ๏ธDabra_birehaan waxabajjii 25

โ–ซ๏ธAsoosaa waxabajjii 26_30


โคFINFINEEE UNVERSITY waxabajjii 01 fi 02 karaa intarneetitin akka galmooftan isin hubachiifnaa.

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
2024/09/23 02:22:12
Back to Top
HTML Embed Code: