☞︎︎︎"Ija ballaa ta'uu caalaa kan nama gaddisiisu,
Osoo laalu(arguu) dandenyu mul'ata (kaayyoo) dhabuu keenya

#WhereIsMohammedDeksiso?
#MohammedDeksisoEessaJira?
Osoo kaanif Iyyinuu kanas Dhabamsiisan
Nama Gaddisiisa.
#MohammedDeksisoEessaJira?
Osoo kaanif Iyyinuu kanas Dhabamsiisan
Nama Gaddisiisa.
-Furmaanni rakkoo suukaneessaa Itoophiyaa muudate kanaa ammatti maali?’ yoo naan jette. Ani ammas “Hiikamuu Jawaar Mohaammad fa’aa qofan” siin jedha!
-Oromoo qofa ykn Itoophiyaa qofa miti, Gaanfii Afrikaatillee herreega kamiinuu hanga Jawaar hiikamutti nagaa hin argatu! Waan afaan qawwee hin dandeenye arrabni sammuu Jawaar sirreessa.
-Bu’aa Jawaar Oromoofis, biyya tanaafis qabu, gaafa inni hiikame agarra! Furtuu keessatti itti cuftanii ala keessa hinbarbaadinaa! Siyaasa itti aanu booda waliin dubbanna, amma otoo kana caala hin barfatin furmaata jalqabaa Jawaar M. fa’aa sabaafis, biyyaafis, ofii keessaniifis hiikaa!
-#FreeJawarM_and_AllPoliticalPrisoners!-

Forwarded from Guder dish
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu dhumne dhumne dhumne ...SEE MORE
Watch "New Oromoo music 2021" on YouTube
https://youtu.be/qiWLD6PW2n4
https://youtu.be/qiWLD6PW2n4
YouTube
New Oromoo music 2021
Kabajamtoota keenya jaalatamoo Like share subscribe gochuu hin dagatinaa.
Forwarded from Guder dish
ODUU AMMEE!
BREAKING NEWS!
hayyootni keenya obboo baqqalaa garbaa fi obboo jawaar mahaammad yeroo ammaa kana qaallittii,Mana hidhaa itti dararamaa turan keessaatii sababa hin beekkamneen gad ...itti fufii dubbisi

Kan Biyyaaf Oolmaa oole hidhaa Qilinxoo fi Qaalittii galchee “Azmaaarii “ wolitti qabee waan”Itoophiyaa” tursitaniif Galatoomaa jedha.
Actually,amaluma abbootii Irree fi Nugusoota Habashaatu akkasi.
Gaafa Beela Wolloo H/Sillaaseen “Azmaarii” biyyattii Wolitti qabee guyyaa dhalootaa isaa kabajaa ture.
Shakkiin tokkollee hin jiru. Biyyi Cubbuun ijaaramte suni diigamaa jirti.

Baga baatii Ramadaanaatiin nu gahe! Baatii irraa milkoofnu nuuf haa godhu! Kan baranaa kan bara hedduu nu haa taasisu.
Hidha Abbayyaa: Masrii fi Sudaan waamicha Itoophiyaan dhiyeessiteef fudhachuu didan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-56713173

BBC News Afaan Oromoo
Hidha Abbayyaa: Masrii fi Sudaan waamicha Itoophiyaan dhiyeessiteef fudhachuu didan
Itoophiyaan osoo marsaa lammaffaa Hidha Guddicha Abbayyaa bishaaniin guutuu hin- eegaliin dura, odeeffannoo wal jijjiruun akka danda'amuuf Masriifi Sudaan oggeessoota isaanii akka filataniif waamicha dhiyeessitee turte, biyyoonni lamaanuu garuu waamicha kana…
Forwarded from Guder dish
ODUU AMMEE!
BREAKING NEWS!
hayyootni keenya obboo baqqalaa garbaa fi obboo jawaar mahaammad yeroo ammaa kana qaallittii,Mana hidhaa itti dararamaa turan keessaatii sababa hin beekkamneen gad ...itti fufii dubbisi
BREAKING NEWS!
hayyootni keenya obboo baqqalaa garbaa fi obboo jawaar mahaammad yeroo ammaa kana qaallittii,Mana hidhaa itti dararamaa turan keessaatii sababa hin beekkamneen gad ...itti fufii dubbisi
Oromoo hundi Eebla 15 baga geenye!
Galatni gootota Oromoo kufaniif!
Galatni qabsaa'ota qabsoo bilisummaaf gatii kafalaa jiraniif!
Haqa qabna ni Injifanna!

Qajeelfama ABO irraa kenname keessaa tokko.
Namni hundi bakka jirutti haala isaaf danda’ameen galgala jal-bultii guyyichaa (Ebla 14, 2021) Yaadannoo Gootota Wareegamtoota Keenyaaf dungoo qabsiisuu fi Faaruu Wareegamtootaa “Maal dhaamanii, Jaallewwan Qabsoof Kufanii …?” jedhu dhaggeeffachuu fi faarfachuudhaan yaadachuu.

Barattoonni Oromoo Yuunversiitii Jimmaa yaadannoo Guyyaa Gootota Oromoo taasisan.
[SQ Ebla 14/2021]
Guyyaa har'aa (Ebla 14/2021) barattoonni Oromoo Yuunversiitii Jimmaa jal-bultii Guyyaa Gootota Oromoo kabajatan.
Barattoonni kunniin yaadannoo Gootota Wareegamtoota Oromoo erga taasisanii Qabsoo Bilisummaa Oromoo galmaan ga'uudhaaf kaayyoo goototaa irratti cichanii itti fufsiisuuf irbuu haareffatan.

Yuunversiitii Madda Walaabuutti barattoonni Oromoo Guyyaa Gootota Oromoo kabajatan.
[SQ Ebla 14/2021]
Barattoonni Oromoo Yuunversiitii Madda Walaabuu guyyaa har'aa jal-bultii Guyyaa Gootota Oromoo kabajataniiru.
Ilmaan Oromoo Oromiyaa keessatti Guyyaa Gootota Oromoo jal-bultii kabajaa jiru. Sababa rakkoo nageenyaatiin haalaan walitti dhufanii kabajuun hanqatus, namuu haala isaaf mijateen Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo kabajataa jiru

Forwarded from 🔊HARARGEE MEDIA
Watch "NEW Diraama ijoolee Oromoo Daawadhaa" on YouTube
https://youtu.be/AW7qkzmNxyk
https://youtu.be/AW7qkzmNxyk
YouTube
NEW Diraama Ijoolee Harargee Dawaadha
Kabajamtoota keenya jaalatamoo like share subscribe gochuu hin dagatinaa jechaa itti Aansudhaan Diraama Aja'ibaa qophessaa waan jiruuf yeroo dhihotti nuu Eegaa isinin jenna