Telegram Web Link
Seenaa Gabaabduu Ergaa guddoo qabdu!

"AFAR BILAA (แŠ แˆแˆญ แ‰ฅแˆ‹)"

Mucaa Afaan Jaraa hin beekne tokkoofi kan Afaan Keenya hin beekne tokkootu Wal lola.

Inni Afaan Jaraa hin beekne Afaanuma keenyan Arrabsa.
Inni Afaan Oromoo hin beeknes Afaanuma beekun arrabsa.
Osuma Wal arrabsaa Jiranuu Inni Afaan Oromoo hin beekne "AFAR BILAA (แŠ แˆแˆญ แ‰ฅแˆ‹)" jedhaan.

Hiriyaan mucaa Oromoo kun "AFAR BILAA" Jechuu ni beeytaa Jennaan.
Yoo Maal jedheen gaaridha "Aboo na sodaatee Jira.
"AFAR BILAA" Jechuun bar Hogguma laaltuu Lola ni fakkaata?
Natti waywaataa jiran seha. Kana sodaataa Dhiisi ni deemnaa"

Akkasitti AFAR BILAA Jechuu tana Akka ifiin Fedhanitti hiikkatanii mucaa isaan arrabsaa jiru dhiisanii biraa deeman jedhan.

Jarri Keenya ammaa Kunis Akka joollee lamaan kanaa tahaa Jirti.
Osoo Jarri isaan gaadi'ee Afaan beekaniin isaan dhukkee Irraa kaasaa jiranuu Jaalala itti fakkaatee jara jala kurkurti Kunoo.

Nutis irra deebinee "AFAR BILUU (แŠ แˆแˆญ แ‰ฅแˆ‰)" JENNAAN Erga Wallaaltan.
Arrabaatu Faaruu itti fakkaate!
๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Aramii har'aa bifaa kananii ummataa oromoo waloo rukkutaa jiruu.oromoon calisuu filatee.
Kan Hidhame mana hidhaa jiru Haqa Oromooti.
Isin Haqa keenyaf Waardiyaa taatanii Aarsaa ol'aanaa kafalaa jirtaniif Galatoomaa.
Kanaaf kan hidhamee jiru isin qofa osoon taane Haqni keenyas Hidhamee jira.
Gaafa isin baatan haqni keenyas baha.
Isin Waardiyoota Qabsoo oromooti.
Addunyaarratti lakkoofsi namoota Covid -19 duโ€™anii miiliyoona 3 caale
Weerarri dhibee vaayrasii koroonaa erga muulโ€™atee hanga ammaatti addunyaarratti lakkoofsi namoota Covid -19 duโ€™anii miiliyoona 3 caaleera. Hanga ammaatti namoota miiliiyoona dhibba 1 fi miiliyoona 39 fi kuma dhibba 7 fi kuma 16 fi 185 dhibichaan qabaman keessaa namoonni miiliyoonni 3 fi 243 lubbuu dhabaniiru.
๐‚๐š๐š๐ฅ๐š๐š ๐ƒ๐š๐ ๐ ๐š๐Ÿ๐š๐š ๐–๐š๐ซ๐ซ๐š ๐†๐š๐ฅ๐š๐š๐ง
๐๐š๐ซ๐š ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐ซ๐ž๐ž
๐๐š๐ซ๐ซ๐ข ๐ค๐š๐ง ๐ฆ๐ฎ๐ค๐š๐š๐Ÿ ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ž๐ž
๐๐š๐ซ๐š ๐ข๐ฅ๐ฆ๐ข ๐ง๐š๐ฆ๐š๐š ๐ฆ๐ฎ๐ ๐ž
๐๐š๐ซ๐š ๐ก๐š๐ง๐ญ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐š ๐ง๐ฒ๐š๐š๐ญ๐š๐ง๐ข
๐๐š๐ซ๐š ๐š๐›๐ฃ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ฆ๐š๐ซ๐š๐š๐ญ๐š๐ง๐ข.
๐๐š๐ซ๐š ๐ฒ๐ฎ๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐ž๐ž๐ง ๐จ๐ฅ ๐ ๐š๐ฅ๐ญ๐ž
๐๐š๐ซ๐š ๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ซ๐ซ๐ž๐ž๐ง ๐จ๐จ๐Ÿ๐ค๐š๐ฅ๐ญ๐ž
๐๐š๐ซ๐š ๐ก๐š๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ก๐จ๐ค๐š๐ญ๐ž
๐๐š๐ซ๐š ๐ง๐š๐Ÿ**๐ง๐ฒ๐š๐š๐ง ๐๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ž ๐ค๐š๐š๐ญ๐ž!
๐๐š๐ซ๐š ๐ฒ๐š๐š๐๐š๐š๐ง ๐๐ž๐ž๐ฆ๐š๐ง๐ข
๐๐š๐ซ๐š ๐ฌ๐š๐š๐ฆ๐ญ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ž๐ž๐ ๐š๐ง๐ข
๐๐š๐ซ๐š ๐ฐ๐š๐ซ๐š๐š๐›๐ž๐ฌ๐ฌ๐ข ๐ ๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐š๐š ๐ฒ๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐ฎ
๐๐š๐ซ๐š ๐š๐›๐›๐š๐š๐ง ๐๐ก๐ฎ๐ ๐š๐š ๐ฆ๐š๐ญ๐š๐š ๐›๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐ฎ
# ๐ƒ๐ก๐ฎ๐ ๐š๐š๐ง_๐ ๐š๐ฅ๐ ๐š๐ฅ๐š๐š๐ง_๐ ๐š๐ฅ๐ญ๐ข !
Jawaar Muhammad Goota Oromoo tokkicha sammuun Qawweedha. Hidhamuun kee jechaa fi gochaadhan kana nuuf mirkaneessee jira. Ati nuuf dhaabbata, paartidhaa oli! Wanti takka wanni nuti qabnu wanni siin madaaluu takka hinjiru. Humnikee humna guddaa ummataati. Wanti humna uummataa caalemmoo addunyaa kanarra hinjiru. Gaafni ati moo'amtu gaafa Oromoo wanni jedhamu addunyaa kanarraa bade qofa. Ati uummatakee wajjin har'as boris injifataadha!! Har'i dukkana, guyyaankee mamii malee dhufaa jira, Abshir ni bari'a, yaa bakkalcha๐Ÿ’ฅkeenya!!
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
๐Ÿ‘‡
@QEERROO_MEDIABOT

#QEERROO MEDIA


yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @QEERROO_MEDIABOT irrattii nuuf kennaa.
โคโคโคโคโคโค
@QEERROO_MEDIABOT.
galatoomaa
Forwarded from ๐Ÿ”ŠHARARGEE MEDIA
Watch "NEW QAMAR YUSUF 2021" on YouTube
https://youtu.be/Lbn8Yg1dBeY
Finfinnee keessatti Masgiidni ammaaf maqaa isaa ibsuun hinbarbaachifne tokko kaleessaa fi harโ€™a qofatti deeggarsa Uummata Wallootif gara qarshii 700,000 olii walitti qabe.
-Dhugaa rabbii rakkoo Oromoo kana keessatti deeggarsi hawaasni Musliimaa addatti kakaโ€™uumsa ofiitin kaleessa godhaa ture, harโ€™as itti jiru yoon dubbachuu dhiise cubbuu taโ€™ee natti dhagaaโ€™ama! Galatoomaa!

@DEDRORO
@DEDRORO
Kitaabni Obbo Taaboor Waamii eebbifame!

Kitaabni mata duree "Eenyummaa Oromoo fi Seenaasaa" jedhuun hayyuu seenaa Obbo Taaboor Waamiitiin barreeffame har'a bakka Pireezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa argamanitti eebbifameera.

Obbo Shimallis eebba kana irratti haasaa taasisaniin, hayyoonni Oromoo eenyummaa fi seenaa Oromoo karaa gurmaa'een walitti qabuu fi barreessuudhaan dhalootatti dabarsuu qabu jedhan.

Obbo Shimallis Mootummaan Naannoo Oromiyaa kitaaba har'a eebbifame kana kooppii kuma 25 birrii miliyoona kudhaniin bituun, manneen barnootaa Oromiyaatiif akka kennu himaniiru.

Afrikaatti adda duree kan ta'e Manni Maxxansaa ammayyaan tokko dhiyeenyatti eebbifamee tajaajila kan eegalu ta'uu obbo Shimallis eeraniiru.

Biyyattitti seenaan ummatootaa akka hin taaneetti barreeffame sororfamuun seenaa ummatoota Ityophiyaa hundaa akka ta'uutti barreeffamu qabas jedhan.
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Addunyaa kana irraa namoonni bu'aa gurguddaa buusan gosa lamatu jira.

Isaanis :

โž€. Namoota yaada (qalbii) tasgabba'aa ta'e qabanii fi
โž. Kanneen galata galchuu beekanidha.

> Namoonni yaada tasgabbaa'aa qaban waan yaadan qajeeltotti hubatu.
> Karoora isaanii ni beeku.
> Ogummaadhaan socho'u.

โˆš Namoonni waan isaaniif ta'e hundumaaf galateeffatan balbala milkaa'insaa isa itti aanutti darbuuf akeeku. Isaan warra gammadaniidha. Gammachuun isaanii kaka'uumsa hojiif bu'uura.
โˆš Wanti itti gammadaa hojjetan yoo dadhabanillee nama hin nuffisiisu.
โˆš Namni fedha yoo dhabe malee waan tokko fiixan baasuu hin dadhabu.


@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Hubadhu

โœ Deemuf dura kee ilaali

โœ Dubbachuuf itti yaadi

โœ Hojjachuuf karoorsi

โœ Bilisoomuf qabsaa'i

โœ Jaalachuuf dursii itti yaadi

โœ Jaalannaan madaali

โœ Jibbitus madaali

โœ Milkaa'uuf moo obsi

โœ Diinaf fira kankee adda baasii beeki

Yoo sitti tole ๐Ÿ’š yookaan ๐Ÿ‘Ž
Naaf xuqaa

Admiin channal qunnamuuf ๐Ÿค
@Abdetubot

@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
Forwarded from Qerroo media
Jecha Hayyoota islaamaa.
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
โœฏ Isin kan uumamtaniif zalaalam taa'uudhaafi laakin as gubbaa zalaalm hin turtan,  biyya takkarraa biyya takkatti buqqaatan, dhandhama Du'aatiin.

๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
โœฏ Tooftaalee Sheeyxaanni ilma namaa ilmii rabbii  irraa nama dhoowwuun  keessaa, Yoo beekan waan irraa gaafatamaniifii yoo hin beekin garuu waan rakkoo irraa nagaya bayan itti fakkeessa. Laakin akkasii miti beekuu dhabuunuu rakkoodha.

๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
โœฏIlmi Aadam kun miskiina wahiiti, qabeenya adduniyaa yoo dalagu xiqqotti lakkaaya, dalaga aakiraa ammoo yoo dalagu xiqqootti hin lakkaayu, akka san caala hojjechuu qabu ni irraanfata
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA๐ŸŒณ (Abฤ‘eta ร˜bborra)
Baratoonni keenya baga gammadanโคโค๐Ÿ™๐Ÿ™

Hayye Baratoonni Warreen Gara University Deemuf qophii irra jirtan Hundii kessaan baga gammadan isinin jenna!!!!

Itti Ansudhaan warrii University deemuf deemtan Ijoolee oromoo tan Isinii wajjin University takkati deemtu Walin waan isin qunnamsiisu dandeenyuf Warri miseensa keenya taatan hundi Lakkofsa bilbilaa kessaani fi Iddo isin gahee walin gara booti teenya tanan nuuf erga Achii booda wal Isin qunnamsisna.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Kanaan nuf ergaa
๐Ÿ‘‡
@QEERROO_MEDIABOT




yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @QEERROO_MEDIABOT irrattii nuuf kennaa.
โคโคโคโคโคโค
@QEERROO_MEDIABOT.
galatoomaa
2024/09/23 18:31:38
Back to Top
HTML Embed Code: