Telegram Web Link
☞︎︎︎"Ija ballaa ta'uu caalaa kan nama gaddisiisu,
Osoo laalu(arguu) dandenyu mul'ata (kaayyoo) dhabuu keenya
#WhereIsMohammedDeksiso?

#MohammedDeksisoEessaJira?
Osoo kaanif Iyyinuu kanas Dhabamsiisan
Nama Gaddisiisa.
-Furmaanni rakkoo suukaneessaa Itoophiyaa muudate kanaa ammatti maali?’ yoo naan jette. Ani ammas “Hiikamuu Jawaar Mohaammad fa’aa qofan” siin jedha!

-Oromoo qofa ykn Itoophiyaa qofa miti, Gaanfii Afrikaatillee herreega kamiinuu hanga Jawaar hiikamutti nagaa hin argatu! Waan afaan qawwee hin dandeenye arrabni sammuu Jawaar sirreessa.

-Bu’aa Jawaar Oromoofis, biyya tanaafis qabu, gaafa inni hiikame agarra! Furtuu keessatti itti cuftanii ala keessa hinbarbaadinaa! Siyaasa itti aanu booda waliin dubbanna, amma otoo kana caala hin barfatin furmaata jalqabaa Jawaar M. fa’aa sabaafis, biyyaafis, ofii keessaniifis hiikaa!
-#FreeJawarM_and_AllPoliticalPrisoners!-
Forwarded from Guder dish
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu dhumne dhumne dhumne ...SEE MORE
Qabsoon itti Fufa!!
Jawar Bahuu qaba!!
ጃወር መፍታት ኣለበት
Karaa dandahame hundaan namuu itti mudduudha falli jiru
Yoomiyyuu garaa koo keeysaa hinbadu waan oromoon koo tahe Yemen magaalaa san'aatti sagalee haataanuu lammiiwan keenya kanaaf
Ah yaalammiikoo 😭😭😭😭
Forwarded from Guder dish
ODUU AMMEE!
BREAKING NEWS!

hayyootni keenya obboo baqqalaa garbaa fi obboo jawaar mahaammad yeroo ammaa kana qaallittii,Mana hidhaa itti dararamaa turan keessaatii sababa hin beekkamneen gad ...itti fufii dubbisi
Kan Biyyaaf Oolmaa oole hidhaa Qilinxoo fi Qaalittii galchee “Azmaaarii “ wolitti qabee waan”Itoophiyaa” tursitaniif Galatoomaa jedha.

Actually,amaluma abbootii Irree fi Nugusoota Habashaatu akkasi.

Gaafa Beela Wolloo H/Sillaaseen “Azmaarii” biyyattii Wolitti qabee guyyaa dhalootaa isaa kabajaa ture.
Shakkiin tokkollee hin jiru. Biyyi Cubbuun ijaaramte suni diigamaa jirti.
Bakka jirtanitti baga Ramadaanaan isin gahe! Yeroon harka diinaa keessaa baatan fagoo miti!
Baga baatii Ramadaanaatiin nu gahe! Baatii irraa milkoofnu nuuf haa godhu! Kan baranaa kan bara hedduu nu haa taasisu.
Forwarded from Guder dish
ODUU AMMEE!
BREAKING NEWS!

hayyootni keenya obboo baqqalaa garbaa fi obboo jawaar mahaammad yeroo ammaa kana qaallittii,Mana hidhaa itti dararamaa turan keessaatii sababa hin beekkamneen gad ...itti fufii dubbisi
Oromoo hundi Eebla 15 baga geenye!
Galatni gootota Oromoo kufaniif!
Galatni qabsaa'ota qabsoo bilisummaaf gatii kafalaa jiraniif!
Haqa qabna ni Injifanna!
Qajeelfama ABO irraa kenname keessaa tokko.

Namni hundi bakka jirutti haala isaaf danda’ameen galgala jal-bultii guyyichaa (Ebla 14, 2021) Yaadannoo Gootota Wareegamtoota Keenyaaf dungoo qabsiisuu fi Faaruu Wareegamtootaa “Maal dhaamanii, Jaallewwan Qabsoof Kufanii …?” jedhu dhaggeeffachuu fi faarfachuudhaan yaadachuu.
Amantaa Kristaanaa hordofus ayyaannii akkaa Ramadaanaa na gammachiisu hin jiru.

Baga ittiin nu gahe, ayyaannaa milkii fi injifannoo itti dhageenyu nuuf haa godhu ❤️💚❤️
Barattoonni Oromoo Yuunversiitii Jimmaa yaadannoo Guyyaa Gootota Oromoo taasisan.

[SQ Ebla 14/2021]

Guyyaa har'aa (Ebla 14/2021) barattoonni Oromoo Yuunversiitii Jimmaa jal-bultii Guyyaa Gootota Oromoo kabajatan.

Barattoonni kunniin yaadannoo Gootota Wareegamtoota Oromoo erga taasisanii Qabsoo Bilisummaa Oromoo galmaan ga'uudhaaf kaayyoo goototaa irratti cichanii itti fufsiisuuf irbuu haareffatan.
Yuunversiitii Madda Walaabuutti barattoonni Oromoo Guyyaa Gootota Oromoo kabajatan.

[SQ Ebla 14/2021]

Barattoonni Oromoo Yuunversiitii Madda Walaabuu guyyaa har'aa jal-bultii Guyyaa Gootota Oromoo kabajataniiru.

Ilmaan Oromoo Oromiyaa keessatti Guyyaa Gootota Oromoo jal-bultii kabajaa jiru. Sababa rakkoo nageenyaatiin haalaan walitti dhufanii kabajuun hanqatus, namuu haala isaaf mijateen Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo kabajataa jiru
2024/09/23 20:16:59
Back to Top
HTML Embed Code: