Forwarded from Keyralumma
โป๏ธBOQONNAA SAMMUU๐ง
ใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธ
Dhaamsa Nabi Muhammad (S.A.W)
Sadarkaa beekumsa argachuu:-
โฏHadiisa Abud-Dardaa'i (R.A) dabarsaniin Nabi Muhammad (S.A.W) akkana jedhuun dubbatanii jiru:- Namni beekumsa argachuuf deeme:-
โงAllaahaan (S.W) Karaa Jannataa isaa laaffisa.
โงMalaa'ikootni gocha isaa ni faarsu, kooluuwwan isaanii illee ni diriirsuuf/ni afuuf.
โงUumamtootni dachii irraas ta'ee samii keessa jiran, Qurxummiin Garba /Bahra keessa jiru illee osoo hin hafin nama beekumsa (Islaamummaa) horaatee jiru hundaaf araarama kadhatan.
โงNamni barate (Aalimni) nama hin baratinii fi nama (akkanumaan) Allaahaa gabbaru ni caala; haga adeessii guutuun Urjiiwwaan caaltee mul'attuun.
โงAalimootni dhaaltoota Nabiyyootaati (Anbiyootaati). Anbiyootni qarshii takkattis ta'ee qabeenya homaatuu dhaalchisanii hin darbine, haa ta'uu malee dhaalli dhiisan beekumsa ture.

โกุงูุญู
ุฏ ูููโก
Seenaa Ajaa'ibaa, Gorsa irraa fudhanne, Aadaa taasifannu boru ittiin milkoofnu.
โ Dubbisii obboleeyyan keetif share godhi.
โGuyyaa Tokko Manguddoon umriin isaa waggaa 78 ta'e dhukkubsatee dadhabiin kufee isa fuudhani gara hospitaalaa deeman, hospitaala Yoo gahu Haakimtichi baayye waan dadhabee jiruuf oksijiini saati 24f fudhachu qaba jechuun oksijiini itti godhan.
Saatii 1 booda itti wayyaa'e of bare, sana booda Haakimtichi dhufee Naga'e kaffaltii itti kenne manguddicha kanatti.
Nagahee san harkaa fuudhee laalee mataa isaa lafatti gadi qabee imimmaan ija isaa irraa gadi roobse, Haakimtichi rifatee maal taatee kafaluu hin dandeessu ? Jechuun gaafaten.
Manguddichis lakkii ani kana kafaluu dadhabeeti miti kan boo'e, kan kanaa olii kafalu nan danda'a, Kan ana boochise Tola rabbiin koo natti ooleedha, Waggaa 78 Hafuura nagaa baafataa qilleensa qulqullu fudhataa Homaa nan kafalchiisne jedheen.
Haakimtichis Haasaa manguddoo kanaatiin ijji isaa imimmaan roobsuu eegalte Waliin bo'e.
Qilleensa qulqulluu argattu kana itti kafalta osoo nuun jedhamee akkam taana?
Tola rabbiin nutti oolee lakkoofne hin fixnu osoo beeknee silaa arrabni keenya isa faarsuuf galata galchuu irraa yeroo tokko hin dhaabbattu.
"ุงูุญู ุฏููู ูุงูุดูุฑ ููู"
Share Gochuu hin dagatin.

Forwarded from ๐
๐๐ฏ๐๐๐๐ก๐๐ โ๐๐ฎ๐๐ via @Feysal_bot
Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu
kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna.
๐ธBarnoota Aqiidaa ๐ธ
๐ธBarnoota Toohidaa ๐ธ
๐ธBarnoota seenaa/siiraa ๐ธ
๐ธBarnoota waa'ee iimaana๐ธ
๐ธBarnoota Toowbaa ๐ธ

Mataa
โฏSammuun shirkiin keessatti omishame, kan wallaalummaan (jahal) hadooche, kan munaafiqummaan kolaase, kan Muslimaatii miti.
โฏMataan halkanii guyyaa Allaahaa ittiin hin yaadatin, Iimaana isaa dabaluun guddinaa fi dandeettii Allaahaa (S.W) kan Gooftummaa kan ittiin hin hubatiinii fi kan ittiin hin xinxallin bu'a dhabeessaa.
โฏRasuul (S.A.W) Hadiisa isaaniitiin akkana nuun jedhan:- Namni rakkinna Muslimaa irratti yaada isaa osoo hin boqachiisi rafee ka'e Muslima irraayii mitiโ.
โฏNamni osoo rakkinni obbolessa isaa gadadoo fi beelli isaa isaa hin yaachisib nyaatee gammachuun machaaye, (akkasumaa) garaa isaa deeffataa / deeqifachuu , kan biroo ammoo jireenya isaatiif yoo du'e kuni namummaa Muslimaa akka hin qabne argarsiisa.

Jecha Hayyoota islaamaa.
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
๐Jiruun qooda rabbiiti beeki! Ati waa haqa isa biraa qabaateetti miti waan qabdu kana ka argatte, rahmata isaatiin siif qoode malee.
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
๐Amntiin islaamaa nuti itti amannu kun, jannata dura, adduniyaa tolchuu qaba. Haalota jiruu duniyaatti hammaatu, waan yoo namni isa hojjete irraa hin bareenne haraam goodhee ilma namaa irraa dhoorka, waan gaari itti ajaja.

๐Kitaabbolen hayyoonni islaamaa kumaatamaan barreessan kunniin kaayyoon isaa inni guddaan, kidmaa qur'aanaatiifi. Hayyuun kitaabota hedduu barreesse tokko aakiira umrii isaatitti akki jedhe "osoo waan qur'aan kana keessa jiru ka beeku taate, umrii kiyya silaa waan biraatti hin fixu"

Forwarded from Deleted Account
Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu
kabajamtootaa hordoftootaa keenya mee barnoota diinal islaamirraa kam barachuu barbaaddu
๐kunoo kan barbaaddan keessaa filadhaatii kan filattan barrucharra tuquun haffeeramaa๐๐

๐SEENAA KANA DUBBISAA
Khaatimaa (xumura) Badaa nama na argaaf hojjatuu!
Mansuur ฤฐbn Ammaar (rahimahullahu) ni jedha: hiriyyaa nafsee ofii irratti daangaa darbee ergasii tawbate tokko qabaan ture. Ibaadaa baayโee kan hojjatuu fi halkan kan salaatu taโee argaa ture. Guyyaa tokko ani isa dhabe. โInni dhukkubsate jiraโ nan jedhan.
Anis gara mana isaa dhufe. Intalli isaas natti gadi baatee akkana jette: Eenyuun barbaaddaa?โ Anis, โEbaluunโ jedheen. Ishiinis akka mana seenu naaf hayyamte. Anis itti seenee walakkaa manaa keessatti isa arge. Firaasha isaatirra ciisa. Fuulli isaa gurraachate, ijji isaa bulee taate, hidhiin isaa shaakkaroofte. Anis isarraa kan sodaadhu taโee akkana isaan jedhe: Yaa obboleessa koo! Laa ilaah illallah jechuu baayโisi.โ Innis ija isaa banee gara kiyya ilaale. ni gaggabe. Anis yeroo lammataaf, โYaa obboleessa koo! Laa ilaah illallah jechuu baayโisi.โ Jedheen. Yeroo sadaffas ni jedheen. Ergasii ija isaa lamaan banee akkana jedhe: Yaa obboleessa kiyya Mansuur! Anaa fi jecha tana jidduu dhoowwaan seenee jira. (Jecha tana jechuu hin dandaโu.)โ Anis, โLaa hawla walaa quwwata illa billahil aliyyul aziim.โ
Ergasii, โYaa obboleessoo! Salaanni, soomni, tahajjunni, halkan dhaabbachuun suni eessa jiruu?โ jedheen.
Innis ni jedhe: Suni Rabbiin ala kan biraatiif ture. Tawbaan kiyya kijiba ture. Kan ani san hojjachaa tureef akka waaโeen kiyya dubbatamuu fi itti yaadatamuufi. Namoota agarsiifachuuf san hojjachaa ture. Yommuu kophaa kiyya taโuu, balbala cufee fi maggaarajjaa gadi buusee khamrii (dhugaati nama macheessu) dhuga. Gooftaa kiyya nan faallesse. Haala kana irra yeroo murtaaโef ni ture. Ergasii dhibeen na tuqe. caafi badii irra gahe.โ (Kanaafu, hojii gaggaarii hojjachuu waliin niyyaa qulqulleessuun garmalee barbaachisaadha.)
Mawsuuโatu akhlaaqi wa zuhdi wa raqaaโiq-1/14-15, Yaasir Abdurahmaan

Abuu Haamid Al-Ghazaaliin (RH) Salaata Ilaalchisee Akkana jedhanii Jiru
โWantoota xuraayan irraa qaama keetii fi iddoo itti sagaddu qulqullessitee, qaama saalaa kee handuura irraa haga jilba keetii dhoksitee yoo geessite dhaabadhuutii kallattii kaabaa (Qiblaa) gara godhiitii wal qixa godhuun qajeelii dhaabbadhu, sana booda shayxaana abaaramaa irraa kan si baraaru dubbisi, qalbiin tee gara wanta godhaa jirtuu jirtuu akka yaaddu, yaada birootii fi tutuqaa shayxaanaa irraa akka bilisa taatu godhuun eenyuun fuul-dura akka dhaabachaa jirtu, eenyuun akka mari'achiisaa jirtu xinxalli. Gooftaa kee yoo dagatte qalbiin tee wantoota meeshaalee kanneen onnee kakaasanii fi miira badaan sammuu kee guuttee fi xaxxee gooftaa kee akka hin mari'achiifne of eeggadhuโ.

๐ โโfโaโzโzโaโkโkโiโrโ/โyโaโaโdโaโcโhโiโiโsโiโโ ๐
โฃโฌโฌโฌโโฌโฌโคโขโฌโฌโโฌโฌโฌ
โฃKanuma ruuhiin nama keessa jirtu qalbiin namaa ni duutii beeki: waan isii irraa eeggamu gochuu dadhabdee dhukkuba gaflaatiin duutii, Namni waan rabbiitiin gorfamu, Namni waan aakiraatiifi diiniin gorfamu nama qalbii fayyaa qabu nama qalbiin isaa ma'asiyaan/shirkiin/jallinaan/bid'aadhaan hin du'ini.
โฃ beekkumsi hadiisaa fi qur'aanaa ta'e tun qalbii nama jiraachifti waan fokkatarraa qalbiin fagaattee akka haala bareeda qabaattu taasifti soba โdhugaa, dadhabbiiโjabeenyaa, daguu โdammaqqii, laafinsarra โciminaa. Haalota badaa irraa gama guddinaa akka namni bahu ilmii nama barsiifti ilmiin islaamaa tun.
โฃNamni waa beekuu fi hin beekne way wal qixxaataa? jedhe rabbiin keenya s.w Wal hin qixxaatu. Namni gorfamu, warra aqlii yookaa lubbuu qabu.
โFaayidan barnoota diin kan fa'a jechuudha, yaa rabbi barachuu nuu laaffisi.
ยซ ูู ูู ูุณุชูู ุงูุฐูู ูุนูู ูู ูุงูุฐูู ูุง ูุนูู ูู ุฅูู ุง ูุชุฐูุฑ ุฃููู ุงูุฃูุจุงุจ ยป
โฃโฌโฌโฌโโฌโฌโคโขโฌโฌโโฌโฌโฌโฃ

๐๐. Ji'a Ramadaanaa keessa Carraa 1350 ol kan Diliilee Dabarte irraa Araarama Namaaf argamsiisuutu jira.
โ๐ป. Ramadaanni Ji'a Kheeyriilee ji'a barakaaleeti. Yeroo itti isa keessatti duaaiin namaaf qeebalamtu kan ji'oota biraa hunda irra caaltuudha. Sababni ittiin ajriin dacha dachaa namaaf godhamtu ji'oota biraatirra kan ji'a ramadaanaa ni caalti. Barakaa jiini kun qabu irraa Carraa diliileen dabarte namaaf dhiifamuu kan isa keessa jiru yeroo 1350 caala. Wallaahi kuni tola guddaadha. Mu'umintootaa fii qalbiin isaanii kanaan akka malee gammaddi.
๐๐. Carraallee kanneen Dubbachuun Dura Ragaalee shari'aa isaan irratti nama qajeelchitu dubbachuun dirqama.
1. " Namni ji'a ramadaanaa haala amanaa fii rabbirratti hisaabbataa ta'een soommane Dilii isaatirraa wanti dabarte isaaf araarame, Namni ji'a ramadaanaa haala amanaa fii rabbirratti hisaabbataa ta'ee Dhaabbate Dilii isaatirraa wanti darbe isaaf araarame, Namni halkan leeylatul qadrii haala amanaa fii rabbirratti hisaabbataa ta'een Dhaabbate ,Dilii isaatirraa wanti dabarte isaaf araaramni godhame" Bukhaarii fii Muslimtu Gabaase.
2. " yeroo imaamni Aamiin jedhe isiniis Aamiin jedhaa; Namni aamiiniin isaa aammiinii malaa'ikaatii wajjiin walsimate ; Ma'siyaa isaatirraa kan dabarte Araaramni isaaf godhame". Bukhaarii fii Muslim.
3. " Yeroo imaamni " Sami'allaahu liman hamidahu" jedhe " Allaahumma Rabbanaa walakal hamdu" jedhaa, Namni jechi isaa jecha Malaa'ikaatiin wal simate; Dilii isaatirraa wanta dabre araaramni isaaf godhame". Bukhaarii fii Muslim.
๐๐. Hadiisoota kanarratti hundooynee Carraalee Ramadaana keessa lakkaawuuf yeroo kaanu inumaa carraa 1350 ol taati. Suniis akka armaan gadiiti.
๐. Soomanuun, Halkan hunda dhaabbachuu fii Halkan leeylatul qadrii dhaabbachuun walitti carraa=3.
๐. Salaanni Shanan isii keessaa:-.
๐ชทGuyyatti Raka'aa olfuudhanii qara'an 6 tu jira. Akkana Jechuun Namni tokko imaamatti hidhachuun yeroo 6 aamiin jedha jechuudha. 6*30=180.
๐ชทGuyyatti Raka'aa 17 kan Namni tokko eega imaamni " Sami'allaahu limanhamidah" jedhe inni immoo " allaahumma Rabbanaa walakal hamdu" keessatti jedhuutu jira. Kana jechuun 17*30=510.
๐. Salaata taraawiihaa keessa :-.
Osoo Namni tokko imaamaa wajjiin Raka'aa 11 salaata jennee fudhannee; Isii keessatti yeroo 11 aamiin jedha, yeroo 11 " Allaahumma rabbanaa walakal hamdu" jedha. Walitti kan halkan tokko 22 jechuudha. Kana jechuun carraan Diliin isaa dabarte isaaf araaramuu salaata taraawiihaa keessati hedduu deddebiti jechuudha. Kuniis 22*30=660 ta'a.
๐. Waliigalli Carraa kanaa = 3+180+510+660=1353 ta'a jechuudha.
๐๐. Carraan guddaan kun Tahajjuda kurnan boodaa maleedha. Inumaa Sababoonni biraa kan Namni Muslimaa dalaguu qabu kan Ji'a kana keessa Diliilee isarraa argamtee dabarte akka isaaf araaramni godhamu taasistu hedduudha.
Tolli rabbiin akkaan bal'aadha. Kennaan isaa ji'a kana keessa hedduu guddoodha.
โ๐ป. ุงูุดูุฎ ุงูุฏูุชูุฑ ุณูุทุงู ุงูุนู ูุฑู
ุฃุณุชุงุฐ ุงูุนููุฏุฉ ุจุฌุงู ุนุฉ ุฃู ู ุงููุฑู
โ Yaadachiisa Jecha tokkoonii miti kan Hiikame, Akka hubachuuf Mijatuttiidha malee.

#Dalagaa teetiin galata akkamii barbaadda?
โขNama dalagaa isaatin addunyaa qofa argatuu fedhu, kan isii malee waan biraa hin barbaanne sun akka nama kuffaaratii, waan rabbiin isaa kennuu fedhu, isaa kenna, waan inni argatuu fedhee miti sanuu nama isaa kennuu feedheef, kuffaarri waa haddu hawwaa, garuu muraasa isaa malee hin argatu,
inumaa isaaniraa hedduun muraasa sanuu argatuu fedhaa, haa tayuu osoo hin argatin hafa, akkasitti hiyyummaan addunya'aa aakhira'aa isarratti walitti qabamti, eega waan addunya'arraa argateen xiqqo qanani'e aakhira'atti ibidda jahanm seena Isaa jibbama fi rahgmata Rabbirraa darbama ta'e.
โขAmmoo namni mu'minni durummaa Aakhiraa filatee, yoo addunyarraa waa argate tolte ammoo yoon argatin, wanni inni yaadu akka hiyyummaan inni keessa jiru durummarra isaa caaltu Rabbi biratti.
*Namni Aakhiraa maraxatee, Dalagaa aakhiran maltu dalage, amanee waan aakhiraan malu dalage, Dalagaan isaanii waan galata qabaati kan Rabbiin iraa qeebalee, sawaaba isaanii kennu.
Yaa rabbi nu milkeessi.

๐KEYRAL-UMMA-TUBE:
๐ฅAs wr wb ๐ฅ
ูุงู ุฑุณูู ุงููู "ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู "ุงูุชุจุณู ูู ูุฌู ุงุฎูู ุตุฏูุฉ *
โ๏ธyoo Nama jaalattu agarte itti seeqadhu akka ati isa jaalattu haa beeku
โ๏ธyoo Nama si waanyu/inaafisu agarte itti seeqadhu ati isa caaluu kee haa beeku
โ๏ธyoo Nama kan sijibbu/diina kee agarte itti seeqadhu akka ati humna qabdu haa buukuu
โ๏ธyoo Nama sin beeyne agarte itti seeqadhu hamtuu dhabuu fii kee haa beekuu
*ูููู ู ู ูููู ูุง*
Hariiroo Hawaasa Waliin Qabdu Bareechuuf
โช๏ธNaamusa gaarii dogoggora amananii fudhachuu dagaagsi.
โช๏ธDhibeen Ani nama dogoggora irraa bilisaa ta'e jedhu akka si hin hubne of eeggannoo godhi
โช๏ธBeekumsa waa'ee naamusa gaarii irratti qabdu hundaa hojiitti hiiki (beekumsi beekumsummaa qofana ibaadaa ta'uu hin danda'u hanga hojiitti jijjiiramutti
๐@Keyralumma ๐@Keyralumma

With the third odd night, O Allah, do not close the month of Ramadan unless you have erased our sins, accepted our repentance, relieved our worries, corrected our conditions, strengthened our faith, made us happy in our lives, and made us free from the fire, Lord of the worlds.
Halkan odd sadaffaan yaa Rabbi cubbuu keenya haqxee, towba keenya fudhattee, yaaddoo keenya sirreessee, haala keenya sirreessitee, iimaana keenya cimsitee, jireenya keenya keessatti nu gammachiifte, ibidda irraa worra bilisoomsite nu goote malee jiโa Ramadaanaa hin cufin Yaa Gooftaa addunyaalee.
ู ุน ุงููููุฉ ุงููุชุฑูุฉ ุงูุซุงูุซ
ุงูููู ูุง ุชุทูู ุดูุฑ ุฑู ุถุงู ุฅูุง ููุฏ ู ุญูุช ุฐููุจูุง ููุจูุช ุชูุจุชูุง ููุฑุฌุช ูู ูู ูุง ูุฃุตูุญุช ุฃุญูุงููุง ููููุช ุฅูู ุงููุง ูุฃุณุนุฏุชูุง ูู ุญูุงุชูุง ููุชุจุชูุง ู ู ุงูุนุชูุงุก ู ู ุงููุงุฑ ูุงุฑุจ ุงูุนุงูู ูู

Forwarded from GIBEMEDIA PROMOTION
๐พSADAQAAN MALLAQA QOFAA MITI
๐Obboleessa kee fuula Ifaan dubbisuun sadaqaadha
๐Jecha gaari dubbachuun sadaqaadha
๐Nyaata nama nyaachisuun sadaqaadha
๐Nama muslimaa booda Isaatii du'aa'iidhan yaadachuun sadaqaadha
๐Zikriilee Adda Addaa jechuun sadaqaadha
๐Keeyritti nama ajajuun sadaqaadha
๐Sherrirraa nama dhorkuun sadaqaadha
๐Dhadhabaa gargaaruun sadaqaadha
๐Haadhaf Abbaa ofitti tola Ooluun sadaqaadha
๐Dhugaa dubbachuu sadaqaadha
โWaa'ee sadaqaa dubbadhee hin fixuu nama waan kan hundatti hojjatu rabbiin nu haa godhu

Forwarded from Islamicbot
๐๐๐ ๐บ๐บ ๐๐๐ฎ๐ซ ๐บ๐บ ๐ซ๐๐๐๐ข ๐ฌ๐ข๐ข๐ ๐ก๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐๐ข๐ฌ๐ฎ.๐๐
1. ๐๐ก๐๐๐ฒ๐ซ๐ข๐ข ๐ก๐จ๐ฃ๐ฃ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ
2. ๐๐๐ซ๐๐๐ฆ ๐๐๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ
3. ๐๐ข๐ฅ๐ข๐ข ๐ซ๐ซ๐๐ ๐ญ๐จ๐ฐ๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ
4. ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ก๐จ๐ฃ๐ฃ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ...
1. ๐๐ก๐๐๐ฒ๐ซ๐ข๐ข ๐ก๐จ๐ฃ๐ฃ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ
2. ๐๐๐ซ๐๐๐ฆ ๐๐๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ
3. ๐๐ข๐ฅ๐ข๐ข ๐ซ๐ซ๐๐ ๐ญ๐จ๐ฐ๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ
4. ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ก๐จ๐ฃ๐ฃ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ...