Telegram Web Link
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
YOO ARRA DUUTI SITTI DHUFTE MAALTU SI SHEENEYSA ?
••••••••••••••••••••••••••••••••

By👉 https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A

1. Quraana qara'uu dhabuu
2. Salaatuu Dhabuu
3. Da'waa godhuu dhabuu
4. Haadhaa abbaaaf tola oluu dhabuu
5. Islaamaaaf tumsuu dhabuu
6. Badii irraa towbachuu dhabuu
7. Obbolummaa Islaamaa jabeeysuu dhabuu
8. Bid'aa dhiisuu dhabuu
9. Rasuula s.a.w kallaafuu
10. Ammas waan ati har'a addunyaa irratti qabdu bor nama biroo harkatti arguu( sadaqachuu dhabuu) fi k.k.f
======================
« يَوْمَ تَجِدُ كُلُّ نَفْسٍ مَّا عَمِلَتْ مِنْ خَيْرٍ مُّحْضَرًا وَمَا عَمِلَتْ مِن سُوٓءٍ تَوَدُّ لَوْ أَنَّ بَيْنَهَا وَبَيْنَهُۥٓ أَمَدًۢا بَعِيدًاۗ...»
========================
«Guyyaa namuu waan Adunyaa irratti dalage if duratti argu, hamtuu taatuu toltuu taatuu, Guyyaan sun guyyaa nabseen hamtuun isiin adunyaa irratti dalagde isirraa fagaachuu jaalattu. Rabbiin qixaata isaatiin isin sodaachisaa akka isinitti hin dalanne, waan dallansuu fidu irraa fagaadhaa. Rabbiin kan gabroottan isaati rahmata godhu.»
Aal-e-Imran 3:30
====================
Join 👇👇
@gaaddisa_dhugaa
@bashashaa
@b_islaamummaa
Forwarded from Gaddisa_dhuga
Hundinuu karaa telegramiitiin nuuf dhufeera
Miidiyaa kamiin karaa telegraamiitiin hordofuu barbaaddu 👇👇👇👇
Forwarded from Daandii Milkii(Jennataa) (Saahibuddiin Jihaad)
Oduu Gammachiisaa
Yuuniversitiin Islaamaa Madiinaa (جامعة الاسلامية بالمدينة المنورة) Iskoolarshiippii bara Hijraa 1442 galmee eegalee jira.

Ulaagaaleen barataanGuuttachuu Kanneen Armaan Gadiiti:
1.Barataan galmaa’uu barbaadu Muslima haalaa fi amala gaarii qabu ta’uu,
2.Seeraa fi heera Yuuniversitichaatiin buluuf waadaa galuu fi qophahaa tahuu,
3.Fayya qabeessa ta’uu,
4.Qormaata ykn Interview qaamni dhimmi ilaalu dhiheessu darbuu,
5.Qormaata sadarkaa lammaffaa/Pirippaaraatoorii kan xumure ta’uu,
6.Waraqaan Ragaa kun kan M/B mootummaa ykn dhaabbata Yuuniversiticha biratti sana madaalu irraa ta’uu,
7.Barataan nama barnoota qofaaf of qopheesse ta’uu,
8.Yeroon inni qormaata biyyoolessaa dhumaa fudhate waggaa shan darbuu dhabuu,
9.Umuriin baratichaa yeroo barumsa eegalu waggaa 25 darbuu dhabuu,
10.Nama Muummee Qur’aanaa qo’achuu barbaadu yoo ta’e kan Qur’aana guutuu haffaze tahuu,
11.Ulaagaalee biroo kan Koreen Yuuniversitichaa dabarsitu hundumaa guuttachuu fi
12.Nama Sa’udii keessatti barumsa sadarkaa lammaffaa fudhate yoo ta’e nama qormaata dandeettii walii gala qabu ta’uudha.

Warri Ulaagaa armaan olii guuttan liinkii armaan gadii irratti galmaa’uu dandeessu.

https://admission.iu.edu.sa/Definitions.aspx
🔡 لغير الناطقين اللغة العربية افتح هذا الرابط
For non-Arabic speakers:
https://admission.iu.edu.sa/LanguagePage.aspx


Share godhuu obboleeyyan kee irraa hin qusatin. sababa keetiin namni baay'een carraa kana argatee fayyadamee biyya fayyaduu danda'aa.
Via: Carraa Gaariin Isiniif Hawwa!

@Saahibuddiin28
Abuu Zarrii(RA), jaalalleen kiyya ergamaan Rabbii (SAW) waa torbatti na ajajan jedhe:
1. Miskiina jaalachuu fi isaaf dhihaachuu
2. Waan duuniyaa keessatti nama namaan gadii akka ani ilaaluu fi nama naan olii akka ani hin ilaalle
3. Fira jabeessanii maxxanfachuu osoo isaan sirrallee garagalanii
4. Nama tokkollee akka ani waan tokko hin kadhanne
5. Akka ani haqa qofa dubbadhu yoo hadhaawaa tahellee
6. Akka ani waan Rabbii keessatti maal naan jedhanii jedhee hin sodaanne
7. Jecha "Laa hoowla walaa quwwatta illaa billaahi" jedhu akka ani heddummeessu.
Isaan kun horii akkaan qaalii kan Arshii jalaa bahee naan jedhan.
(Ahmaditu gabaase)
Rabbiin warra waan dhagahe itti dalagu nu haa taasisuu
Chaanelii keenya join godhaa
@gababo
Ajaa'iba Qurxummii
🦈🦈🦈🦈🦈🦈
➦Qurxummiin Wantoota addunyaa kanarraa ulfaatina guddaa qaban keessaa tokko.
➦Qurxummiin magaalli dheerinni isaa meetira 33 ni caala.
➦Ulfaatinni isaa toonii 175,tooniin tokko kuntaala meeqa?
➦Ulfaatinni Arraba isaa qofti toonii 3 madaala jedhan.
➦dhahannaan onnee waan tokkoo hanga guddinni isaa dabalaa deemuun xiqqaataa deema.
➦Lafeen isaa qofti toonii 20 madaala.
➦Ulfaatinni Ilmoo isaa ulfaatinna ilmoolee bineensota hundaa ni caala.
Ilmoon tokko yeroo dhalatu ulfaatinni isaa toonii lama madaala.
➦Ilmoon qurxummii dhalatee waggaa tokkotti haadha isaatti qixxaata.
➦Dhugamatti maaltu qurxummii akkanatti guddise?
ulfaatinni isaa dachaa 25 Arba caala jedhan.?
#Itti_fufa...

Youtube keenya? argachuuf👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A

Share godhaa👇👇👇👇
@Gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa
@b_islaamummaa
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
Assalaamu'aleykum worahmatullaahi wobarakaatu obboleewwan muslimaa hundi keessan dhimma kana irratti hirmaadhaa youtube n tokko hojii jalqabuuf namoonni 1,000 (kumni tokko) Subscribe gochuu barbaachisa garuu nuti miidiyaa ummata muslimaa tajaajilu Subscribe gochuuf nutti ulfaata? Garuu maaliifi jedhaa itti yaadaa Osoo miidiyaa waa'ee amantii keenyaatiin wol faallessu ta'ee namoonni meeqa subscribe akka godhu beektu Silaa kan dursuu qabu dhimma amantii keenyaati Nuti ergaa isiniif dabarsuuf dursa gargaarsa rabbii barbaanna itti aansuun gargaarsa keessan barbaanna kanaafuu nutu wol gargaara nutu woliif tumsa Subscribe godhaa haamilee nuuf ta'aa nu jajjabeessaa liinkii gadii kana tuquun subscribe nuuf godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A

Wolaloo gabaabduu armaan gadii kanas dhaggeefadhaa waan baayyee irraa baradhaa👇👇👇
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
Assalaamu'aleykum worahmatullaahi wobarakaatu obboleewwan muslimaa hundi keessan dhimma kana irratti hirmaadhaa youtube n tokko hojii jalqabuuf namoonni 1,000 (kumni tokko) Subscribe gochuu barbaachisa garuu nuti miidiyaa ummata muslimaa tajaajilu Subscribe gochuuf nutti ulfaata? Garuu maaliifi jedhaa itti yaadaa Osoo miidiyaa waa'ee amantii keenyaatiin wol faallessu ta'ee namoonni meeqa subscribe akka godhu beektu Silaa kan dursuu qabu dhimma amantii keenyaati Nuti ergaa isiniif dabarsuuf dursa gargaarsa rabbii barbaanna itti aansuun gargaarsa keessan barbaanna kanaafuu nutu wol gargaara nutu woliif tumsa Subscribe godhaa haamilee nuuf ta'aa nu jajjabeessaa liinkii gadii kana tuquun subscribe nuuf godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A

Wolaloo gabaabduu armaan gadii kanas dhaggeefadhaa waan baayyee irraa baradhaa👇👇👇
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
Forwarded from Gaddisa_dhuga
ODUU ARIIFACHIISAA

Namoonni telegramii fayyadamtan hundi keessan nageenya mobaayila keessanii eeguuf veiw gochuu qabdu VEIW gochuuf VEIW kan jedhu ammuma tuqaa
Forwarded from Qualitymovbot
Rasuula irratti (Sallallaahu aleeyhi wasallam) Nagayaa fi Rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Hankan isii (kamisni halkan) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati, Isii keessa Nagayaa fi Rahmatarraa narratti buusuu baay'isaa."
Kanaafuu rahmata irratti buusuu haa baayyifnu sallalaahu aleyhi wosalam
الصلاة علی النبي ﷺ يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام،وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله ﷺ: (إن من أفضل أيامکم يوم الجمعة فأکثروا علي من الصلاة فيه)
Assalaam aleeykum Warahmatullahi wabarakatuhu?
Shaddaad ibn Aws (RA) Nabbiyyiin (SAW) akkana jedhan jedhe: "Aaqilli (Beekaan) namaa, kan nafsee isaa qoratee jiruu du'a boodaatiif dalagate. Gowwaan namaa immoo kan fedhii nafsee isaa jala deemee Rabbi irraa waan gaarii kajeelu.
Tirmiiziitu gabaase.
Chaanelii keenya hordofaa
Ammuma join godhaa
@gababo
@gababo
T.me/gababo
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
♻️Rassulli Rabbii ﷺ
akkana jedhan guyya qiyaamaa 😭😭ilmi namaa
Hundi qaama qullaa kan uffata hin qabne
miila qullaa kan kophee hin qabne QABRII
♻️Irraa kaafamee gara dirree QIYAAMAATTI walitti
qabama jedhan hoggaa kana Aa'ishaan haati mu'umintootaa (r,a) akkana jatteen yaa rasuulallah dhiiraa fi shamarran wal ilaalamo/♻️Wal hin qaanfatanii?? jatteen rasuullis akkana jedhanii deebisaniif ya Aa'ishaa bar dubbiin akka arra
Ilaalluu kanaa mitii ilmi namaa yeroo qabrii irraa
♻️Kaafamu lubbuu kiyya lubbuu kiyya / nafsii nafsii jachaa ibidda jahannam ilaalee hundi
Namaa Akka waan dhugee machaa'eetti hatii ilmoo isii wallaalte jaarsi jaartii wallaalee obboleeyyan
wal baqatanii / wal dheysanii jedhaniin
♻️Ya ahbabii rabbiin guyyaa Cinqaan hammaattu san ija Rahmataatiin nu haa ilaalu
Yaa Rabbi Nama Aamiin jedhe Qeebaliif
Nama Aamiiin jedhee #share godhe
Addunyaatti jiruu gaarii Aakiratti jannatul firdoowsiin badhaasi

Youtube👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A


Join👇👇
@Gaaddisa_dhugaa
@bashashaa
@b_islaamummaa
#COVID19 #COVID19Ethiopia

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 5,414 gaggeeffameen namoota dabalataa 250 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 5,425 taasiseera. Akkasumas lubbuun namoota 8 darbeera.

Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e keessaa namoonni 240 lammiilee Itoophiyaa yoo ta'an namoonni 10 lammii biyya alaati. Umurii isaani baatii 3 - waggaa 90 yoo ta'u, koorniyaan dhiira 158 fi dubartii 92.

Namoonni qabamu isaani mirkanaa'e: 177 magaala Finfinnee, 21 naannoo Tigraay, 20 naannoo Amaaraa, 18 naannoo Gaambeellaa, 8 naannoo Oromiyaa, 4 naannoo Somaalee, 1 magaala Dirree Dhawaa fi 1 naannoo Beenishaanguul Gumz irraati.

Gama biraan namoonni dabalataa 144 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 1,688 gaheera.

Dr Liyaa Taaddasaa
@gababo
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Dubartoota 10 kan Rabbiin abaaree rahmata isaa irraa isaan fageesse kan Ñabiin { ﷺ} Salallahu Aleyi wasalam nuuf himan

Rabbiin ol ta'e nama tokko yoo jaalate jibriilitti hima ani nama kana nin jaaladha jedhe jibriil{A.S} jaalala isaa san malaykoota samii keessatti lallabee Rabbiin abaluun ni jaalata isinis jaaladhaa jedhaan, nama rabbiin jaalate isaanis ni jaalatu

Nama tokko yoo Rabbiin jibbes jibriil(A.S) malaykoota gaaraatti lallabee nama kana rabbiitu jibbee isinis jibbaa jedhaan isaanis ni jibbu😢

Dubartoonni Rabbiin abaaree rahmata isaa irraa isaan fageesse isaan kana

1.Dubartii qaama ishee bareechisuuf jecha qaama ishee tumattuu fi tan tumtuu Fkn Niqqisaat isa jedhan fa'aa (Warra uumaa rabbii jijjiraan).

2.Dubartii nyaara haadduu fi tan haaddattu.

3.Dubartii bareeduma barbaaduuf jecha ilkaan tumattuu fi tan tumtu.

4.Dubartii rifeensa alaa fiddee ofitti qaxxaltu fi tan itti qaxxalattu《 Wiigii isa jedhamu sani》.

5.Dubartii yeroo Abbaan manaa ishee hirribaaf gara sireeti waame diddu.

6.Dubartii dhiiratti fakkaattu. Surree godhattee dhiiraa wojjin ooluu fa’aa

7.Dubartii qabrii ziyaartu.

8.Dubartii yeroo namni du'e suuraa nama sanii qabattee boochiftu.

9.Dubartii rifeensa mataa ishee akka dalluu gaalaatti ol dhaabdee hiitu.

10.Dubartii uffata qaama ishii mul'isu uffattee ummata keessa ooltu.

Hubadhaa.. kun Jecha kootii miti jecha Nabi Muhammad Salallahu Aleyi wasalam isaanis ofirraa fuudhanii hin dubbatan waan Rabbiin Ajaje qofa nutti geessan ykn nu dhaqabsiisan Nutis insha'allah Akkanumatti dhalootaaf daddabarsaa deemnaa! !

Wantoota kurnan kana keessaa tokko keessatti yoo Argamnee irraa deebi’uun keenya dirqama!

Mee oboleewwan islaamaa akka daawwitiitti keesatti of haa ilaallu irraa haa barannu! Namni tokko akka baratu yoo feete share godhii jazaa rabbirratti herreegadhu

Yaa rabbii rahmata kee irraa nu hin fageessin.

Youtube👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A

Telegram👇
@Gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa
@B_islaamummaa


T.me/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Faana beekumsaa (Islam new hiwote)
Wolaloo baayyee namatti tolu daawwadhaa like share subscribe gochuu hin dagatinaa👇👇❤️👇
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
ODUU GAMMACHIISAA


Abbootii chaaneelii hundaaf
Akkasumas namoota Hordoftoota chaanelii keessanii baayyifachuu barbaadu hundaaf promotionii haala miidhagaa ta'een hojjetamee miseensa (memberii) keessan kan isiniif baayyisu namni barbaaddan haala miseensa keessanii irratti hundaa'uun liinkii armaan gadiitiin nuqunnamuu dandeessu👇👇

Chaanelii miseensa 100 fi 300 gidduu jiru gara miseensa 1,000k tti Ol Guddisuuf 👇
@Islamnew_hiwote

Chaanelii miseensa 1,000k fi 5,000k gidduu jiru gara miseensa 7,000k tti ol guddisuuf 👇
@kaayyoo_koo

Chaanelii miseensa 10,000k qabu gara miseensa 15,000k tti ol guddisuuf 👉 @ibnul_islaam

Chaanelii miseensa 15,000k qabu gara 20,000k tti ol guddisuuf👇
@ibnul_islaam
Forwarded from Faana beekumsaa (Islam new hiwote)
Wolaloo baayyee namatti tolu daawwadhaa like share subscribe gochuu hin dagatinaa👇👇❤️👇
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
Forwarded from Deleted Account
Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa
Forwarded from Marcador Bot
ODUU ARIIFACHIISAA

Muummichi ministeeraa dr.Abiy ahmad waa'ee 👉 SEE MORE...
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Hatticha Waa Hatuuf Bahee ofumaafuu Hatamee Gale !!

HAtticha tokkootu halkan dukkanaa mana Imaam Maalik ibn Diinaar seene.. Imaam maalik isa arkaa jira.. garuu hattichi ofirraa hin arkine..
Mana imaam Maalik keessa nannaanawee, waan fudhatu dhabee.. hattichi ofirraa bahuuf gara gallaan.. Imaam Maalik itti lallabe, "waan addunyaa kan barbaaddu dhabdee.. kan aakhiraatoo ni feetaa??" ja'een.. Hattichiniis baay'ee ajaa'ibeetuma.. "ee, niin fedha" je'een..
Imaam Maalik "haaya koottu, wuduu'a kee tolfadhuu, raka'aata lama salaati.." ja'eeniituma of biratti salaachise..
HAttichi salaata sagadee hanga Salaatni Subhii gahuu imaam Maalik bira ture.. Yeroo Salaatni subhii gahe, Imaam Maalik of wajjiin fuudhee gara masjiidaa deemeen..
Umanni salaata irratti imaam Maalik wajjin agarraan.. Eenyu Aaalimtichi guddaan keessummummaa imaam Maalik bira bulee, arra salaata isa wajjiin dhufe kun ja'anii gaafii itti taheeti.. gaafatan.. "Yaa Imaam.. eenyu kan si wajjiin jiru kuni??" ja'aniin..
Imaam Maalikiis " Kuni bar Eda nu hatuuf dhufeeti, isumaahuu Hannee!!" ja'een..
hamtuu namni dalageef oofaa namarra baastee daran amantiirraa nama hin arihin.. Gorsa kee xiqqaa tokkoon namni badii hojjatulleen gama kheeyrii deebi'uutu mala..!! hayyummaan nama yaami..

@Gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa
@B_islaamummaa

T.me/gaaddisa_dhugaa
2024/09/28 09:22:36
Back to Top
HTML Embed Code: