Telegram Web Link
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
Breaking news
@gaaddisa_dhugaa irraa


Guyyaa Itoophiyaatti duunis ta'e lakkoofsi namoota qabamanii guddaatu galmaa'e

Ministeerri Fayyaa akka ibsetti namoota 268 irratti vaayirasichi argameera namoonni du'an immoo 8

8 du'an keessaa 4 isaanii reeffi erga qoratamee booda vaayirasichaan du'uun isaanii kan barame.
Duuni saddeettanuu Finfinneetti galmaa'e.

Namoota haaraa 268 qabamuun isaanii qoratamee barame keessaa 232 Finfinneeti yoo ta'an 12 Oromiyaa, 8 Amaara, 6 tigraay, 5 haraarii, 2 naannoo uummattoota kibbaa, 2 affaar, 1 gumuz irraati.

Wolumaa galatti namoonni vaayirasichaan qabaman 3,166
ga'eera
👇👇join 👇👇👇
@gaaddisa_dhugaa
@bashashaa
Forwarded from Faana beekumsaa (Islam new hiwote)
AS WR WB EENYUTU MIIDIYAAN ISLAAMAA AKKA GUDDATUUF HAWWII QABA?
EENYUTU JAALALA DIINII ISAA QABA?

Gaaffii kana ana kan jedhutu deebisuu danda'a
obboleewwan keenya muslimaa video armaan gadii kana adaraa ergaa isaa sirriitti dhaggeeffadhaa subscribe godhaa jaalala diinii keessaniif qabdan nutti agarsiisaa akka nuti barnoota waa'ee diinii islaamaa isin biraan geenyuuf haamilee nuuf tahaa haamilee nuuf ta'uun keessan subscribe gochuun nu deeggaruu fi video keenya daawwachuu Like comment gochuu qofaadha adaraa subscribe gochuuf daqiiqaa 1 caala isinitti hin fudhatu ammuma daawwadhaa subscribe nuuf godhaa miidiyaan islaamaa akka guddatuuf hawwii qabdanu nutti agarsiisaa galatoomaa Isin jaalanna

Watch "QUR'AANAA FI FAAYIDAA ISAA" on YouTube

https://youtu.be/Dn1AvbkfQ3U
Forwarded from Faana beekumsaa (Islam new hiwote)
AS WR WB EENYUTU MIIDIYAAN ISLAAMAA AKKA GUDDATUUF HAWWII QABA?
EENYUTU JAALALA DIINII ISAA QABA?

Gaaffii kana ana kan jedhutu deebisuu danda'a
obboleewwan keenya muslimaa video armaan gadii kana adaraa ergaa isaa sirriitti dhaggeeffadhaa subscribe godhaa jaalala diinii keessaniif qabdan nutti agarsiisaa akka nuti barnoota waa'ee diinii islaamaa isin biraan geenyuuf haamilee nuuf tahaa haamilee nuuf ta'uun keessan subscribe gochuun nu deeggaruu fi video keenya daawwachuu Like comment gochuu qofaadha adaraa subscribe gochuuf daqiiqaa 1 caala isinitti hin fudhatu ammuma daawwadhaa subscribe nuuf godhaa miidiyaan islaamaa akka guddatuuf hawwii qabdanu nutti agarsiisaa galatoomaa Isin jaalanna

Watch "QUR'AANAA FI FAAYIDAA ISAA" on YouTube

https://youtu.be/Dn1AvbkfQ3U
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
🌸Bu'aalee Zikrii heddummeeyssuun Uf keesaa qabu (kan Qur’aanaa fi Hadiisa keessatti Dubbatame);

♻️Irra caalaa fi irra filatamaan dalagaadhaa rabbi biratti,zikrii heddummeeysuudha.
Rabbiinis Qur’aana keessatti akkasumatti nutti hime;
(ولذكرالله أكبر)
Rabbiin waan bu'aa guddaa qabu wahiititti malee akka heddummeessinu itti nun ajaju.
♻️Sheeyxaana namarraa fageeysa,duyda isaa namarraa cabsa.
♻️Qalbii nama zikrii godhuu sanaaf Gammachuu fi boqonnaa bareeda kenna.
♻️Nama yeroo hunda isa yaadatu rabbiinis isa yaadata.
♻️Dilii namarraa harcaasa,Azaaba jalaa nagaha nama baasa.
♻️Irra laafaa dalagaa ta’uu wajjiin Sawaaba Ibaadaa biraa irratti hin arganne caalaa zikrii irratti argatan.
♻️Ooyruu jannataati.

♻️Ifaa inni jiruu duniyaatti ittiin deemu,Ammas kan dukkana qabrii fi siraaxa irrattis ibsatu isaaf taati....
♻️ Nagaha fi rahmata rabbiittu isaan irratti dhangalaafama
Akkasuma malaaikaanillee kanuma isaaniif kadhatti.
♻️Qalbiin isaanii ni fayyiti,Nifaaqummaa irraallee nagaha baati.
♻️Zikrii irra turuu fi Aadeffachuun bakka Ibaadaa hedduu namaaf buuti.

Rabbiin zikrii isaatiin onnee keenya haa jiisuun kadhaa keenya!!!👉aammiin jedhaa

Youtube👇👇
https://youtu.be/Dn1AvbkfQ3U

telegram👇👇
@gaaddisa_dhugaa
@bashashaa

www.tg-me.com/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Marcador Bot
ODUU ARIIFACHIISAA

GUYYAA HAR'AA ITOOPHIYAA KEESSATTI QORANNOO NAMOOTA 5,631 IRRATTI GAGGEEFFAMEEN NAMOONNI 👉SEE MORE...
Forwarded from Deleted Account
😫ODUU GADDISIISAA😫

Itoophiyaa keessatti Guyyaa har'aa sababa dhibee koronaatiin namoonni 132 du.. see more kan jedhu tuquun dubbisaa👇👇👇👇
Forwarded from Gaddisa_dhuga
Hundinuu karaa telegramiitiin nuuf dhufeera
Miidiyaa kamiin karaa telegraamiitiin hordofuu barbaaddu 👇👇👇👇
Forwarded from Marcador Bot
ODUU ARIIFACHIISAA

GUYYAA HAR'AA ITOOPHIYAA KEESSATTI QORANNOO NAMOOTA 5,631 IRRATTI GAGGEEFFAMEEN NAMOONNI 👉SEE MORE...
Assalamu'aleykum worahmatullahi wobarakaatu Obboleewwan keenya muslimaa kan obbolummaan diinii wolitti nu hidhe Channeli youtube keenya kana Subscribe nuuf godhaa
Barnoota karaa youtube tiin baradhaa

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A
Forwarded from Marcador Bot
ODUU ARIIFACHIISAA

GUYYAA HAR'AA ITOOPHIYAA KEESSATTI QORANNOO LAABRAATOOTII NAMOOTA 5,891 IRRATTI GAGGEEFFAMEEN NAMOONNI 👉SEE MORE...
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
AZAABA ITTI KAFALANII SEENANI !! JANNATA IMMOO BILISAAN !!AKKA SEENAN BEEKTAA ??? ☄️
By. @gaaddisa_dhugaa


👇Seenaa Dinqisiistuu👇
Jaartii Umriin isii manguddoome tokkotu ilma isii waamtee yaa ilma koo " jannata bilisaan akka seenan beektaa azaaba immoo kafalanii akka seenan beektaa jettee gaafatte ?

Ilmi dinqisiifatee aayyoo akkamitti jedhee gaafate ?

yaa ilma koo :
1.Namni sigaaraa aarsu qarshii bitee aarsaa ,
2.Namni Farsoo dhugu bitatee dhuga ,

3.Namni qumaara garagaraa taphatuu qarshii ofiitiin taphataa ... jettee ...

itti fuftee ammas yaa ilma koo
1.Namni salaatu bilisaan salaata itti hin kaffalu ,
2.namni soomu bilisaan soomaa ,

3.namni zikrii jedhu bilisaan jedha ,

4.Namni qur'aana qara'u itti hin kaffalu ...
Ati qarshii kee karaa hin taanetti baaftee azaaba bitachuu barbaaddaa ilma koo? moo gara jannataa bilisaan deemuu barbaadda jetteen jedhama .

ergaan kun bilisaan si gahe atis bilisaan ofirraa dabarsi ..Obboleewwan kee biraan gahi ajrii isaa bilisaan herregadhu .

Subscribe our youtube👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A

👇share for all ⤵️
@Gaaddisa_dhugaa
@bashashaa
@B_Islaamummaa


https://www.tg-me.com/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Islamic (Ibnul Islam)
Oduu baayyee nama gammachiisu
Dhaabbanni fayyaa addunyaa akka ibsanitti Qorichi covid 19 argamuu ibsan kanuma hordofuun gaaffilee armaan gadii kanaaf odeeffanoo guutuu isaa dubbisuuf @gaaddisa_dhugaa irra seenuun dubbisuu dandeessu gaaffichis
👇👇👇👇👇
DHUKKUBSATTOOTA COVID 19 FAYYISUU NI DANDA'AA?

OFII QORICHI KUN MAALI?

MAALIIF OOLAA TURE?

KORONAA AKKAMIIN WAL'AANA?

MIIDHAA QABAA?

Kan jedhuuf guutuu isaa @gaaddisa_dhugaa irra seenuun dubbisuu dandeessu 👇👇
@GAADDISA_DHUGAA
#COVID19 Raashiyaatti ogeeyyiin fayyaa 489 sababa Covid-19 du'an

Raashiyaatti ogeeyyiin fayyaa 489 sababa koronaavaayiras du'uusaanii qaamni tajaajila fayyaa biyyattii hordofu 'Roszdravnadzor' beeksise.

Ji'a darbe ogeeyyiin fayyaa 101 sababa koronaavaayiras lubbuun isaanii akka darbe kan ibsame yoo ta'u, kana ammaa kun ji'a tokko keessattis ogeeyyiin 300 ol du'uunsaanii naasuu uumeera.

Hogganaan 'Roszdravnadzor' Alaa Saamoo'ilovaa akka jedhanitti hanqinni meeshaalee of eeggannoo lubbuu darbuu ogeeyyiitiif sababa ta'eera jedhan.

"Dhugaa dubbachuuf jalqabarratti rakkinni ni jira ture," jedhan.

Biyyattii keessatti sa'aatii 24 darbanitti namoonni 7,790 vaayirasichaan kan qabaman yoo ta'u, kunis lakkoofsi namootaa hamma ammaatti qabamanii 561,000 ol akka gahu taasiseera.

Lakkoofsi kunis addunyaarratti lakkoofsa namoota vaayirasichaan qabamanii ol'aanaa qabaachuudhaan sadarkaa sadaffaarratti akka argamtu ishee taasiseera.

Raashiyaa keessatti namoonni 7,760 sababa koronaavaayiras lubbuu isaanii dhabaniiru.

[BBC]
Vidiyoon kun Baayyee nama gammachiisa daawwadhaa, dhaggeeffadhaa, hubadhaa
https://youtu.be/Dn1AvbkfQ3U
Wolaloo baayyee nama gaddisiisuu fi namatti tolu affeerraa koo isiniif gochuun barbaada

Watch "Wolaloo gabaabaa Kanaaf Rabbi erge kan jedhu" on YouTube
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
Wolaloo baayyee nama gaddisiisuu fi namatti tolu affeerraa koo isiniif gochuun barbaada

Watch "Wolaloo gabaabaa Kanaaf Rabbi erge kan jedhu" on YouTube
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Ajaa'iba Ilma Namaa
By. https://youtu.be/sHluKXhJHoo

➦Ilma namaa irraa nama baay’ee hin haasofnetu jira,garuu yoo dubbate jechi isaa mi’aawaa yoomuu hin dagatamne!.
➦Nama akka malee haasawa heddummeessutu jira,garuu haasofni isaa hunduu Oduu yoomuu hin yaadatamne!.
➦Nama yeroo baay’ee hin muldhannetu jira,garuu kan yoomuu hin dagatamne!.
➦Kan guyyaadhaan hin dhokannetu jira,garuu ka uf duuba deebi'ee hin yaadatamne!.
➦Nama waan xiqqoo dalagee gochi isaa yoomuu hin dagatamnetu jira.
➦Nama waan guddaa dalagee,waan dalage hundaa namatti himu,garuu kan dalagaan isaa hin yaadatamnetu jira.
➦Nama waa xiqqo dogoggoree dogoggorri isaa madaa yoomuu hin qoorre ta’ee hafutu jira.
➦Nama hedduu dogoggoree garuu dogoggorri isaa Gaarummaa isaatiin dagatamutu jira.
Share godhaa👇👇👇
Itti fufa..

Karaa youtube tiin nu hordofuuf👇
https://youtu.be/sHluKXhJHoo

👇Karaa telegramiitiin nu hordofuuf
@gaaddisa_dhugaa
@B_Islaamummaa
@bashashaa

Telegram.me/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Asad Al-Gaalib Mujaahid
Riqichatti (Siraaxatti) Amanuu
******

Guyyaa boodaatti amanuu irraa tokko,riqichi (siraaxiin) jiraachuusaattis amanuudha.inni dukkanaa’aadha.riqicha caafii yookaan qaccee ibidda jahannam irratti fannifameedha.
أۗ وَمَن لَّمْ يَجْعَلِ ٱللَّهُ لَهُۥ نُورًۭا فَمَا لَهُۥ مِن نُّورٍ

Namni Allaahaan ifaa isaaf hin taasisin ifaan homaatuu isaaf hin jiru.{Qur’aana 24:40}

Muslimtoonni jannata yeroo seenan likki dalagaawwan isanitiin isarra dabruudhaan jannata seenu.Gariin isanii akka balaqqee hangaasutti irra dabru.Gariin isaanii ammo,akka bubbeetti irra dabru.akkasumas,gariin isanii shunquqaa (shorroqaa) irra dabru.
Dhiifama Rabbiin gaafachuun,gara isaa deebi’uun dalagaawwan gaggaarii raawwachuun,hammeenya riqicha jahannam jalaa walaba nama baasa.

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ تُوبُوٓا۟ إِلَى ٱللَّهِ تَوْبَةًۭ نَّصُوحًا عَسَىٰ رَبُّكُمْ أَن يُكَفِّرَ عَنكُمْ سَيِّـَٔاتِكُمْ وَيُدْخِلَكُمْ جَنَّٰتٍۢ تَجْرِى مِن تَحْتِهَا ٱلْأَنْهَٰرُ يَوْمَ لَا يُخْزِى ٱللَّهُ ٱلنَّبِىَّ وَٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ مَعَهُۥ ۖ نُورُهُمْ يَسْعَىٰ بَيْنَ أَيْدِيهِمْ وَبِأَيْمَٰنِهِمْ يَقُولُونَ رَبَّنَآ أَتْمِمْ لَنَا نُورَنَا وَٱغْفِرْ لَنَآ ۖ إِنَّكَ عَلَىٰ كُلِّ شَىْءٍۢ قَدِيرٌۭ

Yaa warra amantan! Tawbaa qulqulluu gara Rabbiitti deebi’aa.Guyyaa Rabbiin Nabiyyii fi warra isaan wajjiin amananhin hoongessine san,Gooftaan keessan diliiwwan keessan isin irraa haxaawee jannatoota jala ishee laggeen yaatu isin seensisuun ni kajeelama.Haala isaan yaa Gooftaa keenya! Ifaa keenya nuuf guuti;nuufis araarami.Ati waan hundaa irratti danda’aadha”jedhaniin ifti isaanii fuuldura isaaniitiif mirga isaanii deema.{Qur’aana 66:8}

Ifaan siraaxa gubbaa ittiin dabran amantoota ta’uudha.
Guyyaa mu’umintoota dhiiraa fi dubartootaa kan ifaan isaanii fuldura isaanitii fi mirga isaanii irra adeemu argitu “Gammachuun keessan ha’a,ishee keessatti hafoo taatanii oorruu jala ishee laggeen yaatuudha”(isaaniin jedhama).

Finciltoota ilaalchii fi adeemsi isaanii bade ilaalchisee,Rabbiin dubbatee jira.
يَوْمَ يَقُولُ ٱلْمُنَٰفِقُونَ وَٱلْمُنَٰفِقَٰتُ لِلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ ٱنظُرُونَا نَقْتَبِسْ مِن نُّورِكُمْ قِيلَ ٱرْجِعُوا۟ وَرَآءَكُمْ فَٱلْتَمِسُوا۟ نُورًۭا فَضُرِبَ بَيْنَهُم بِسُورٍۢ لَّهُۥ بَابٌۢ بَاطِنُهُۥ فِيهِ ٱلرَّحْمَةُ وَظَٰهِرُهُۥ مِن قِبَلِهِ ٱلْعَذَابُ

Guyyaa munaafiqoonni dhiirotaa fi dubartootaa,isaan amananiin “nu eegaa! Ifaa keessan irraa qabsiifannaa! jedhan,”Gara booda keessaniitti deebi’aa! Ifaa achii barbaadaa jedhamaan,gidduu isaanitti dahoo balbala qabu,kan keessa isaa Rahmanni ,ala isaa immoo adabbiin taasifamutuu jira.{Qur’aana 57:13}

Chanaalii keenya telegram irraan hordofuuf link kana tuqaa seenaa

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAFRNLk5DswHj1uZOzQ
Forwarded from Deleted Account
ODUU GAMMACHIISAA

As wr wb hordoftoonni hawaasa muslimaa hundi keessan baga gammaddan kun carraa baayyee namatti toludha manuma keessan teessanii barnoota barachuuf bashannanuuf seenaa dubbisuuf barnoota amantii keessanii sirriitti barachuuf karaa telegramiifi karaa you tube tiin kan isiniif dhufe kana ammuma filannoo keessaniin irraa fayyadamaa ta'aa 👇👇👇👇
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Daqiiqaa 1 Keessatti Wantoota Kanneen Gochuu Dandeenya
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
By.👇 https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A

Daqiiqaa 1 keessatti maal gochuu akka dandeenyu beektuu?

1. Daqiiqaa 1 keessatti suuraa Faatihaa yeroo 5 qara'uu ni dandeenya. Kanaanis mindaa 7000 argachuu dandeenya jechuu dha.

2. Daqiiqaa 1 keessatti suuraa Iklaasii (QUL HUWA ALLAH ) yeroo 15 dubbisuu ni dandeenya. Kunis Qur'aana Juuzaa 30 harka 5 akka kattamutti nuuf qabama.

3. Daqiiqaa 1 keessatti Nabiyyii jaalatamaa keenya (s.a.w) irratti yeroo 20 salawaata buusuu ni dandeenya. Kanaanis Rabbiin nurratti salawaata 200 buusa jechuu dha.

4. Daqiiqaa 1 keessatti yeroo 25 "Subhanallah, walhamdulillah walaa ilaaha illallah wallahu Akbar" jechuu ni dandeenya. Jechotni kunneen immoo jechoota Rabbiin biratti irra jaalatamoo ta'anii dha.

5. Daqiiqaa 1 keessatti yeroo 50 "Subhaanallah wabihamdihii, subhaanallah Al-aziim" jechuu dandeenya. Jechootni lameen kunneen jechoota arrabarratti jechuudhaaf salphoo tahanii dha kan garuu madaala Rabbii irratti ulfaatoo fii Rabbiin biratti jaalatamoo tahanii dha.

6. Daqiiqaa 1 keessatti yeroo 100 "Astegfurullah" jechuu dandeenya. Istigfaara gochuun immoo jaalalaa fii araarama Rabbii argachuuf akkasumas Jannata aseenuuf sababa nuuf tahuu danda'a.

7. Daqiiqaa 1 keessatti harka keenya gara gubbatti olqabnee "Yaa Allah!" jechuudhaan waan meeqaa-meeqa Rabbii keenya kadhachuu dandeenya yaa obboleeyyan Islaamaa.

Obboleewwan Muslimaa, haa hubannuu! Umriin keenya jechuun bu'aa ida'ama sekondiiwwaniitii fii daqiiqaawwanii tahuu isaa yoomuu irraanfachuu hin qabnu. Kanaaf yeroo keenya qaalii tahe kana seeraan itti haa fayyadamnuu!

Rabbiin guyyaa tokko keessatti sekondiiwwan 86,400 nuuf kennee jira. Mee qananii laakkawamee hin dhumne kan Rabbiin nurratti ooleef sekondii tokko fudhannee "ALHAMDULILLAH" jechuun Rabbii keenyaaf galata haa galchinuu!

ALHAMDULLILLAH!!!

Karaa youtube tiin nu hordofaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A

Join our telegram👇
@gaaddisa_dhugaa
@bashashaa
@b_islaamummaa
2024/09/28 11:15:03
Back to Top
HTML Embed Code: