Telegram Web Link
Forwarded from Marcador Bot
Carraan Kun Isin Darbuu Hin Qabu
Namoota Interneetii Fayyadamtan hundaaf Waan Baayyee Nama Gammachiisuu fi Namatti Tolu Dafaa Ammuma Play Godhaa Ilaalaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇



▶️PLAY 01:52



👆👆👆👆👆
Odeeffannoo waliigalaa COVID-19⬇️

Akka addunyaatti lakkoofsa namoota vaayirasii koronaan qabaman 7,000,000 caaleera. Dhibeen kun addunyaarra biyyoota heddu irratti kan tamsa'e yoo ta'u, namoonni miiliyoona 7 ol dhibee kanaan qabamaniiru. Isaan keessaa hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 403 ol darbeera.

🌏Addunyaa🌏
• Namoonni qabaman = 7,049,503
• Namoonni du'an = 403,621
• Namoonni bayyanatan = 3,443,111

Ameerikaa(USA)🇺🇸
• Namoonni qabaman = 1,999,684
• Namoonni du'an = 112,308

Braaziil(Brazil)🇧🇷
• Namoonni qabaman = 678,360
• Namoonni du'an = 36,078

Raashiyaa(Russia)🇸🇮
• Namoonni qabaman = 467,673
• Namoonni du'an = 5,859

🌏Afrikaa🌏
• Namoonni qabaman = 189,252
• Namoonni du'an = 5,151
• Namoonni bayyanatan = 84,579

Itoophiyaa(Ethiopia)🇪🇹
• Namoonni qabaman = 2,020
• Namoonni du'an = 27
• Namoonni bayyanatan = 344
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Ija Lama Goonkumaa Ibiddi Azaabaa Isii Hin Tuqu !! By. @Gaaddisa_dhugaa
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Abdallaa Ibnu Abbaas Irraa Odeeffamee Rabbiin Hojii Keeyriisaa Irraa Haa Jaallatuu Ergamaan Rabbii{ﷺ} Akkana Jedhan Ija lama Gonkumaa Ibiddi Jahannamaa Isii Hin Tuqu,Ija Sodaa Rabbiitiif Boosse Ija Halkan Karaa Rabbii Keessatti Wardiyaa Dhaabbachaa Bulte Ykn Ija Rabbiif Jecha Hirribaa Male Bulte Jedhan Habibin Allah Sallallaahu Aleyi Wassallam.

{Sahiha Tirmizii & Sahiha Al-Albani}

Ahbaabi Fillah Mee Yero Rakkon Nu Mudate Nii Bonyaa Takkaatu Hayata Qur'ana Akkasuma Hadisaa Rasulaa Caqasnee Qixaaxa Rabbin Nuf Qophesse Fakkarre Ykn Yaadne Bonye Bennaa??

Mee Dalaga Halkaan Yoo Qabanne Hirribaa Male Bulla Haruuza Wanti Nuu Dirquu Yoo Umaame Hirribaa Male Bullaa Mee Takkaatu Rabbi Qar'uu Zakkaru Salaatuf Jecha Qaxaara Ykn Hirribaa Male Bulle Benna??

Hadisa Takka Kessattii Rasulli {ﷺ} Akkana Jedhan, Rabbiin Subhaana Wotalah Halkaan Walakka Gara Samii Takkaatti Gadi Bu'ee Akkana Jedha Mee Eenyuu Na kadhata Kaniin Qeebaluf? Mee Eenyuu Na Kadhata Kaniin Keennuuf, Mee Eenyuutu Araaraama Naa Kadhata Kaniin Araaramuuf Jedha,Mee Nuti Yerosaan Maalirra Jirra?Gaaffi Koo Ofiifis Isinifis Niin Dhiisa Hanga Dandetti Kenyatiin Finyoo Ykn Haada Rahmaani Waliin Qabnu Haa Jabessiinu.

Rabbiin Qalbii Sodaa Isaatiin Guutamte Nuuf Haa Kennuu.

join @Gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa

www.tg-me.com/gaaddisa_dhugaa
#COVID19Oromia

Naannoo Oromiyaatti qorannoo sa'aa 24 keessatti namoota 519 taasifameen vaayirasii koronaan (COVID-19) kan qabaman nama sagal (9).

🛑Haala waliigalaa nama dhibee koronaan (COVID-19) qabaman:

1⃣
- Lammummaa - Itoophiyaa
- Teessoo - Harargee Bahaa
- Iddoo qorannoo - Yun. Haramaayaa
- Umurii - 60
- Korniyaa - dubartii
- Seenaa imala - hin qabdu
- Ibsa - Iddoo tursiisa addaa keessaa

2⃣
- Lammummaa - Itoophiyaa
- Teessoo - Harargee Bahaa
- Iddoo qorannoo - Yun. Haramaayaa
- Umurii - 10
- Korniyaa - dubartii
- Seenaa imala - hin qabdu
- Ibsa - Iddoo tursiisa addaa keessaa

3⃣
- Lammummaa - Itoophiyaa
- Teessoo - Harargee Bahaa
- Iddoo qorannoo - Yun. Haramaayaa
- Umurii - 25
- Korniyaa - dubartii
- Seenaa imala - hin qabdu
- Ibsa - Iddoo tursiisa addaa keessaa

4⃣
- Lammummaa - Itoophiyaa
- Teessoo - Harargee Bahaa
- Iddoo qorannoo - Yun. Haramaayaa
- Umurii - 12
- Korniyaa - dubartii
- Seenaa imala - hin qabdu
- Ibsa - Iddoo tursiisa addaa keessaa

5⃣
- Lammummaa - Itoophiyaa
- Teessoo - Sandaafaa
- Iddoo qorannoo - Lab. Adaamaa
- Umurii - 42
- Korniyaa - dhiira
- Seenaa imala - hin qabu
- Ibsa - Iddoo tursiisa addaa keessaa

6⃣
- Lammummaa - Itoophiyaa
- Teessoo - Gujii
- Iddoo qorannoo - Lab. Adaamaa
- Umurii - 3
- Korniyaa - dhiira
- Seenaa imala - hin qabu
- Ibsa - Tuttuqqii kan qabu

7⃣
- Lammummaa - Itoophiyaa
- Teessoo - Gujii
- Iddoo qorannoo - Lab. Adaamaa
- Umurii - 14
- Korniyaa - dubartii
- Seenaa imala - hin qabdu
- Ibsa - Tuttuqqii kan qabdu

8⃣
- Lammummaa - Itoophiyaa
- Teessoo - Wallagga Lixaa
- Iddoo qorannoo - Lab. Naqamtee
- Umurii - 25
- Korniyaa - dhiira
- Seenaa imala - hin qabu
- Ibsa - Hawaasa keessaa

9⃣
- Lammummaa - Itoophiyaa
- Teessoo - Finfinnee
- Iddoo qorannoo - Lab. Naqamtee
- Umurii - 48
- Korniyaa - dhiira
- Seenaa imala - ni qaba
- Ibsa - Konkolaachisaa daangaa biyyoota ce'uu

Hanga ammaatti akka naannoo Oromiyaatti namoota vaayirasii koronaan qabamu isaani mirkanaa'e 125 gaheera.

www.tg-me.com/gababo
#ODUU_AMMEE

Afa-yaa'ii Mana Maree Federeshinii addee Keeriyaa Ibraahim fedhii isaanin aangoo gadhiisan. Addee Keeriyaa erga Ebla 22 bara 2010 jalqabe itti gaafatamummaa kanaan tajaajilaa turan. Ibsa daqiiqaa muraasa dura kennaniin sababa gadhiisuu isaani yeroo himan, "garee heera biyyatti cabsu fi adeemsa olaantummaa seeraa hin kabajne" waliin hojjechuuf hayyamamoo waan hin taaneef akka ta'e ibsaniiru
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
Bid´aa {البدعة}
bidaa jechuun maali?
@Gaaddisa_dhugaa irraa

akka afaanittti waan harawa´ jechudha.
akka shari´aati immoo ``Hojii ibaadaa ykn gabarti Allaaha { fkf salaata , faaruu nabiyyii , sadaqaa fi kkf }kessatti wan haarawa rabbiifi ergaman isaa (saw) karaa nuf hin godhin jechu.´´
ulaagalee bidaa
bidaan ulagalee jaha(6) qabdi
1.Sabaaba: ibaadaa tokkof sababaa shariaan hin godhin sababaa godhuu
fkf. namni tokko yeroo mana isaa sene hunda yoo rakaaa 2 salaate sababaa mana seneef kuni bidaadha...
2.Gosa: namni tokko gosa ibaadaa shariaan karaa hin godhinin yoo rabbi gabbare bidadha. fkf. Udhiyaadhaf( qalma guyyaa iida arafaa qalamuuf) yoo Fardaan qala jae bida tahaa maliif? sharia waan karaa hin goneef. kan karaa godhame gaala, loon fi holaaafa wan tahef
3.Hamma(lakoofsa): yoo namni tokko ibaadaa kessatti lakkoofsa dabale ykn irrise bidaa taha .fkn1.salaata ishaai 3 ykn 5 saalatuu. fkn2. qaama uduaa yeroo 4 dhiqachu.
4.Akkaataa: yoo namni tokko ibaadaa akkaataa shariaan karaa godhe malee hojjate bidaa dha. fkn1. rukuua dura sujuuda yoo dursee. fkn2.uduua miila irraa yoo egale
5.Yeroo: ibaada yeroo shariaan kara godhe ala yoo hojate. fkn1.salaata yeroon odoo hin geenyee yoo salaate. fkn2.Udhiyaa( qalma guyyaa iida arafa qalamu) yoo salaata idaa odoo hin salaatin qale bidaa taha.
6.Bakka: ibaadaa takka bakka shariaan karaa godhe malee yoo hojatee bidaa taha. fkn1. iitikaafa yoo mana isaatti ykn madarsaa kessatti taae bidaadha.

ulaagaleen kun kan fudhamee kitaaba شرح الاربعین لالعثیمین

Hamza Ahmed (H.naik)
T.me/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
Furmaata jiruu keetiif rabbiin kadhaa hin dagatin
by. @Gaaddisa_Dhugaa

• Yoo jiruun sitti jabaatte RABBIIN siif 
haa laaffisu
• Yoo jiruun sitti dukkanooyte RABBIIN siif  haa ibsuu 
• Yoo jiruun si dhamaaste RABBIIN sihaa tasgabbeeysu
• Yoo jiruun sitti bushooyte RABBIIN siif haa mi'eeysu 
• Yoo jiruun siduraa badde RABBIIN siif haa toolchu 
• Yoo jiruun siduraa fokkotte RABBIIN sihaajaalachiisu 
• Yoo jiruun bakka malee sidhaabdees RABBIIN sihaa sattaru 
• Yoo jiruun badii sihojjachiiste RABBIIN siif haa araaramu 
• Walumaa galatti jiruu fi jireenya kee mara nagaya, tasgabbii, gammachuu, jaalala, guddina, RABBIIN siif haa godhu.

Aamiin jedhaa du'aa'ii kanas share gochuun hiriyoota keessan affeeraa

Channelii youtube keessan kana Subscribe godhaa 👇👇👇👇
https://youtu.be/63DczhCeW5I

👇👇👇👇👇👇👇
T.me/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Deleted Account
ODUU GAMMACHIISAA

As wr wb hordoftoonni hawaasa muslimaa hundi keessan baga gammaddan kun carraa baayyee namatti toludha manuma keessan teessanii barnoota barachuuf bashannanuuf seenaa dubbisuuf barnoota amantii keessanii sirriitti barachuuf karaa telegramiifi karaa you tube tiin kan isiniif dhufe kana ammuma filannoo keessaniin irraa fayyadamaa ta'aa 👇👇👇👇
#DUBBISAA👇

#Yoo diliin kee hangam baay'attellee
Ibaadaarra of qabdee dilii hin dabalatin

👆👆👆👆👆👆👆

Seenaa bareedaa fi beekumsa guddaa irraa argachuu dandeessan
Saahaabaa ergamaa rabbii keessa tokko kan ta'u maqaan isaa #Abuu_mihjaan kan jedhamu hijraarraa bara (9 ) amantaa islaamaa kan qeebaleedha
Sahaabtichi kun gootaa fi akkaan nama oguma ykn tooftaa lolaa sirriitti qabuu fi beekuudha
Garuu hir'ina tokko qaba innis #khamrii dhuguudha
Gaaf tokko lola #Qaadisiyyaa deemuuf utuu qophiirra jiranuu khamrii dhuge
Yeroo sana amiirri Sahaabticha guddaa #SA'AAD ibn woqqaas ture sahaabaa kana haddii irraa hin baasu jedhee mana hidhaa galche
Xiqqoo ture lolli eegale muslimtoonni fi Faarsonni lola eegalan seefiwwan wol rukutuu fi lolli cimu hogga dhaga'u Sahaabtichi kun lola waan jaalatuuf boo'icha eegale akkas jechuun sagalee dhageessise << muslimtoonni fi kaafirtoonni haala lola eegalaniin an as keessa turuun koo gama yaaddootii naaf gaha
An rabbii kiyyaaf waadaan seena yoo rabbiin hidhaa kana keessaa na baasee lola kana irraa qooda na fudhachiise ykn na lolchiise har'a booda ulaa ykn balbala khamrii hin ilaalu >> jechuun boo'icha itti fufee waardiyyaadhaan akkana jedhe << hidhaa kana narraa hiiki >> jechuun kadhate waardiyyichis << ati khamrii dhuugdee waan hidhamteef dhiifamni siif hin godhamu >> jechuun deebiseef
Yeruma sana Haati manaa sa'aad ibnu abii woqqaas lolchiisaa lola kana mana hidhaa biraan darbuu dhufte
Abuu mihjaan akkana jechuun gaaffii dhiyeesseef << yaa haadha manaa sa'aad ibnu abii woqqaas waan kayirii sitti himuufanii na gargaartaa? >> jechuun gaaffii dhiyeesseef isiinis << hayyee maal inni >> jechuun gaafatte Innis hidhaa kana narraa hiikii deemee lola kana loleen yoo rabbiin nagaan na deebise deebi'iin harka koo sibiila ittin harka wolitti hidhan kana keessa kaa'ee taa'a ykn hidhaatti deebi'a
Fardaa sa'aad naaf kenni jedhe maqaan farda sa'aad #BALQAAN jechuun beekama.
Haati manaa sa'aad kunis abuu mihjaaniin hidhaarraa gad dhiiftee fardallee kenniteefii gara lolaa deeme lola jalqabe
sa'aad fuulleetti isa argee isa abuu mihjaan bitaa fi migatti morma aduwwii ciru fi akka waan malayikaan bu'eetti morma aduwwii cicciru argee ajaa'ibsiifatee akkana jedhe
#Osoon Abuu mihjaan hidhee hin dhufnee namticha kana abuu mihjaanin jedhan ture
Ammas #Osoon Farda koo hidhee hin dhufne fardi sun kootin jedhan ture jechuun sahaabaatti dubbate
Sahaabonnis akkana jedhan sun abuu mihjaan fardis farda keeti jechuun deebisaniif
Sa'aad ibnu abii woqqaas << maal namni gootni akkana hogga mana dhugaatiitti kufu >> jechuun boo'icha jalqabe
Achi booda lola sana Muslimtoonni injifatanii Abuu mihjaan fiigaa deebi'ee farda balbala mana hidhaatti dhaabee ofii ol seenee harka isaa shiboo keessatti deebisee of hidhee taa'e
Sa'aad ammas hogga dhufee mana hidhaatti argu boo'icha jalqabee akkas jedhe << Rabbiin natti haa ta'u ani har'a booda sin dhawu >> jedhe
Abuu mihjaanis << Anis har'a booda mana dhugaatii hin seenu >> jedhee boo'e achumaan mana hidhaatii baafame.

Xumurameera

Channel keenyas join godhaa


👇👇👇👇👇👇👇

🌹🌷 @Ehsan_tube 🌷🌹

🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙

👇👇👇👇👇👇👇
🌹🌷@gababo 🌷🌹

🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙
#DUBBISAA👇

#Yoo diliin kee hangam baay'attellee
Ibaadaarra of qabdee dilii hin dabalatin

👆👆👆👆👆👆👆

Seenaa bareedaa fi beekumsa guddaa irraa argachuu dandeessan
Saahaabaa ergamaa rabbii keessa tokko kan ta'u maqaan isaa #Abuu_mihjaan kan jedhamu hijraarraa bara (9 ) amantaa islaamaa kan qeebaleedha
Sahaabtichi kun gootaa fi akkaan nama oguma ykn tooftaa lolaa sirriitti qabuu fi beekuudha
Garuu hir'ina tokko qaba innis #khamrii dhuguudha
Gaaf tokko lola #Qaadisiyyaa deemuuf utuu qophiirra jiranuu khamrii dhuge
Yeroo sana amiirri Sahaabticha guddaa #SA'AAD ibn woqqaas ture sahaabaa kana haddii irraa hin baasu jedhee mana hidhaa galche
Xiqqoo ture lolli eegale muslimtoonni fi Faarsonni lola eegalan seefiwwan wol rukutuu fi lolli cimu hogga dhaga'u Sahaabtichi kun lola waan jaalatuuf boo'icha eegale akkas jechuun sagalee dhageessise << muslimtoonni fi kaafirtoonni haala lola eegalaniin an as keessa turuun koo gama yaaddootii naaf gaha
An rabbii kiyyaaf waadaan seena yoo rabbiin hidhaa kana keessaa na baasee lola kana irraa qooda na fudhachiise ykn na lolchiise har'a booda ulaa ykn balbala khamrii hin ilaalu >> jechuun boo'icha itti fufee waardiyyaadhaan akkana jedhe << hidhaa kana narraa hiiki >> jechuun kadhate waardiyyichis << ati khamrii dhuugdee waan hidhamteef dhiifamni siif hin godhamu >> jechuun deebiseef
Yeruma sana Haati manaa sa'aad ibnu abii woqqaas lolchiisaa lola kana mana hidhaa biraan darbuu dhufte
Abuu mihjaan akkana jechuun gaaffii dhiyeesseef << yaa haadha manaa sa'aad ibnu abii woqqaas waan kayirii sitti himuufanii na gargaartaa? >> jechuun gaaffii dhiyeesseef isiinis << hayyee maal inni >> jechuun gaafatte Innis hidhaa kana narraa hiikii deemee lola kana loleen yoo rabbiin nagaan na deebise deebi'iin harka koo sibiila ittin harka wolitti hidhan kana keessa kaa'ee taa'a ykn hidhaatti deebi'a
Fardaa sa'aad naaf kenni jedhe maqaan farda sa'aad #BALQAAN jechuun beekama.
Haati manaa sa'aad kunis abuu mihjaaniin hidhaarraa gad dhiiftee fardallee kenniteefii gara lolaa deeme lola jalqabe
sa'aad fuulleetti isa argee isa abuu mihjaan bitaa fi migatti morma aduwwii ciru fi akka waan malayikaan bu'eetti morma aduwwii cicciru argee ajaa'ibsiifatee akkana jedhe
#Osoon Abuu mihjaan hidhee hin dhufnee namticha kana abuu mihjaanin jedhan ture
Ammas #Osoon Farda koo hidhee hin dhufne fardi sun kootin jedhan ture jechuun sahaabaatti dubbate
Sahaabonnis akkana jedhan sun abuu mihjaan fardis farda keeti jechuun deebisaniif
Sa'aad ibnu abii woqqaas << maal namni gootni akkana hogga mana dhugaatiitti kufu >> jechuun boo'icha jalqabe
Achi booda lola sana Muslimtoonni injifatanii Abuu mihjaan fiigaa deebi'ee farda balbala mana hidhaatti dhaabee ofii ol seenee harka isaa shiboo keessatti deebisee of hidhee taa'e
Sa'aad ammas hogga dhufee mana hidhaatti argu boo'icha jalqabee akkas jedhe << Rabbiin natti haa ta'u ani har'a booda sin dhawu >> jedhe
Abuu mihjaanis << Anis har'a booda mana dhugaatii hin seenu >> jedhee boo'e achumaan mana hidhaatii baafame.

Xumurameera

Channel keenyas join godhaa


👇👇👇👇👇👇👇

🌹🌷 @gababo 🌷🌹

🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙

👇👇👇👇👇👇👇
🌷🌹

🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙
As wr Wb
Seenaa Tana Qalbiidhaan Dubbisaa
Zabana Asiin Duraa keessa Namicha Yahuudaa Tokkotu Taa'ee Osoo kitaaba Dubbisutti jiruu Maqaa Ergamaa Rabbii (S A W) Argee Hedduu jibba waan Ta'eef Maqaa Isaanii Eddoo Sanii Haqee Balleessee kitaabicha Cufee Biraa Deeme
🌄 Bor iyyaatee ka'ee Yeroo Ganamaa irratti Kitaaba isaa fudhatee Dubbisuuf banuu iddoon inni Kalee Maqaa Ergamaa Rabbii (S A W) Keessaa haqe sanatti Maqaan Isaanii Deebi'eetiin jira
Namichi Yeroo Argutti Hedduu Rifatee Xiinxaluutti seene. Ahaa!!!! Namni kun Ergamaa Rabbiiti jedhee sammuu isaa keessatti qabate kanaaf gama isaaniititti imaluu eegale @maashaallaah
🕺Imala isaa Gama Madiinaatti eega imalee booda Yeroo inni Madiinaa Masjiida rasuulaa (S A W) Bira gahetti Sahaabaa Nabiyyii Kan Ta'e Anassiin (R A) Argee Akks jedhee Gaafate
"Nabiyyii Bira Na geessuu Dandeessaa?" jedheen Anasis Rifatee Homaa Hin dubbannee Fuudhee Gama Masjiidaa Deemeeni
🕌Masjiida Nabiyyii (S A W) Fidee ol seensise
Namichis Yeroo Ol seenetti Abuubakri (R A) Teessoo irra taa'anii jiran.
Namni Teessoo irra taa'utti jiru kun Rasuula Tahuu hin oolu jedhee itti siiqee Akkas jedheeni Yaa Kabajamaa Ergamaa Rabbii Ani kan isitti dhufeef Nagaya Rabbii (Salaama) isiniif dhiheessuuf dhufe jedheeni
😭Yeroma Sani Sahaabonni Masjiida Sana keessa jiran Hundinuu Booyuu Eegalan.
Namichi Rifatee Ani Sila Maal balleesse Maaliif Boottan ? Jedhee gaafate

Umar (R A) Ati homaa Baalleessitee miti Ykn Homaa Nu gootee miti Garuu
😭😭😭Ergamaan Rabbii (S A W) Eega Du'anii Torbaan Tokko Gahanii jiran kanaatu nu boochise Malee Ati waa balleessitee miti jedheeni.
Namichis Rifatee Akkamalee Nahee ufirra gattaa'ee Booyee eega ka'ee booda Akkas jedhe
☑️Egaa isaan dhabee Uffata isaanii wahii naaf kennaa Isumattuu obsaa jedheeni
Umaris (R W) Uffata isaanii Faaxumaa Biraa haa fudhatuu Faaxumaa gaafadhaa isii irraa fuunaafii jedhe
Aliyyi (R A) Faaxumaan Hin dubbattu jedhe
☑️Mee Ka'aa Homa Hundaafuu Namuma hundaan Gaafannaa jedhanii Ka'anii Gama Faaxumaatitti Deeman
⬅️Faaxumaa Bira deemanii Waa hundayyuu itti himanii jennaan Akkas jetteeni
☑️Namichi Wahii Natti Dhufaa Gaafa dhufu sana Ana Lubbuudhaan Nan Arguu Amaamaa Kana kennaafii Jedhan jettee Amaamaa Fuutee kennite. Namichis Amaamaa fuudhee morma isaa irra kaahatee
Shahaadaa qabatee Mee qabrii isaanii Bira Na geessaa jedhe
Fuudhanii Qabrii Rasuulaa (S A W) bira geesanii
Namichatti Hafuurri gaariin wahii itti urgaahee eddoma sana osoo jiru lubbuudhaan Addunyaa tanarraa Deeme
Nabiyyii keenya irratti Salawaata buusaa
Yaa Rabbi Kaatimaa teenya nu tolchi
T.me/gababo
Manni marii bakka bu’oota ummataa wal gahii idilee 16ffaa Khamiisa har’aa galma Waajjira Muummicha ministeeraatti geggeesseen, Wixinee Seeraa Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa labsiin akka dhaabbatu dhihaateef sagalee caalmaan raggaasise.
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Breaking news
@Gaaddisa_dhugaa irraa


Itoophiyaatti namoota dabalataa 164 irratti vaayirasiin koronaa argame; lubbuun namoota
dabalataa 5 darbe
****************************
Sa'aatii 24 darban keessatti namoota qorannoon
taasifameef 6630 keessa namoota 164 irratti
vaayirasiin kornaa waan argameef
walumaagalatti biyyattii keessatti lakkoofsi
namoota dhukkubichaan qabamanii 2670
gahuusaa ministirri Fayyaa
Dr. Liyaa Taaddasaa
beeksisan.
Kara youtube tiin nu hordofuuf
👇👇👇
https://youtu.be/63DczhCeW5I

Karaa telegramiitiin 👇
Telegram.me/gaaddisa_dhugaa
ለታሪክ ይቀመጥ/ seenaadhaaf hataa'uu
★★★★★★★★★★★★★★★★★★

ለየኢትዮጵያ እስልምና ጉዳዮች ጠቅላይ ም/ቤት(መጅሊስ) ሕጋዊ ሰውነት የሚሰጠው አዋጅ መውጣትን ባለፈው ሳምንት በነበረው የህግ፣የፍትህና የዲሞክራሲ ጉዳዮች ቋሚ ኮሚቴ ስብሰባ ላይም ሆነ በዛሬው የፓርላማ ዉሎ ላይ በግልፅ የተቃወሙት ብቸኛው የፓርላማ አባልና የህወሃት አባል የሆኑት አቶ ካሳ ጉግሳ እኚህ ናቸው።መቃወም መብቱ ቢሆንም ለታሪክ ይቀመጥ።
★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★
Labsin Majliisa seeraan dhaabuudhaaf qophaahe torbe darbe walgahi koree seera fi haqa irattis ta'e waltaji parlaama harra harraa irratti qobaa isaa kan mormee miseensa hiwahaat kan ta'ee obbo kaasaa Gugsaan jechun kana. Senaadhaaf hataa'uu.
★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★
✦✧✧ 𝔹𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔽𝕚𝕢𝕙𝕚𝕚 ✧✧✦

𝐌𝐚𝐭𝐚 𝐝𝐮𝐫𝐞𝐞𝐧 (𝐀𝐳𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐈𝐪𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚)

➊~Azaana jechuun;Beeksisa jechuudha.
➦Akka shari’aa Islaamaatti;Seensa yeroo salaataa karaa beekkamaadhaan beeksisuu jechuudha.
➦Iqaamaa jechuun;karaa beekamaa ta'e tokkoon Salaataaf dhaabachuu beeksisuudha.
➦Azaanaa fi Iqaamaan mallattoo Islaamummaa muldhisan keessaa tokko.
➦Dirqamni isaa yoo namni(Dhiirri) gariin argamsiise kan hafe irraa ni kufa.
❷~𝐒𝐡𝐮𝐫𝐮𝐮𝐱𝐚(𝐒𝐞𝐞𝐫𝐚) 𝐀𝐳𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚;

1~Islaamummaa qabaachuu.
2~Sammuu qabaachuu.
3~Dhiira ta’uu(dubartii irraa hin eeggamu).
4~Yeroon Salaataa gahuu,yeroon osoo hin seeniniin duratti hin danda'amu.
5~Akka shari'aa Islaamaa keessatti dhufetti walitti Aansanii Azaanuu.
6~Azaanaa fi Iqaamaanis Afaan Arabaatiin ta'uu.

➌~𝑨𝒎𝒂𝒍𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒎𝒖'𝒂𝒛𝒛𝒊𝒏𝒂 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑬𝒆𝒈𝒈𝒂𝒎𝒂𝒏;

1~Aadilaa fi Amanamaa namaa ta'uu qaba.
2~Dargaggeessa Akkasuma nama sammuu fayyaa qabu ta'uu,Daa'ima addaan waa baafate yoo ta’es homaa rakkoon qabu.
3~Nama yeroo beeku ta'uu.
4~Ammas nama sagalee akkaan qabu ta'uu.
5~Hadasa xiqqaa fi guddaa irraa qulqullaa’uu.
6~Quba lamaan gurra keessa kaawachuu.
7~Yeroo"Hayya Alassalaah"jedhu gara mirgaa,"Hayya Alalfalaah"yeroo jedhu gara bitaa garagaluu.
8~Azaana suuta Oofuu,Iqaamaa Keessatti Ariifatuu.

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐤𝐮𝐧𝐢 𝐡𝐚𝐧𝐠𝐚 𝐝𝐡𝐮𝐦𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐮𝐟𝐚 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐭𝐚’𝐞𝐞𝐟 𝐬𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐮 𝐡𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚.
Forwarded from Gaddisa_dhuga
As wr wb Rasuula irratti (Sallallaahu aleeyhi wasallam) Nagayaa fi Rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Halkan isii (kamisni halkan) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati, Isii keessa Nagayaa fi Rahmatarraa narratti buusuu baay'isaa."
Kanaafuu rahmata irratti buusuu haa baayyifnu sallalaahu aleyhi wosalam jedhaa
الصلاة علی النبي ﷺ يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام،وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله ﷺ: (إن من أفضل أيامکم يوم الجمعة فأکثروا علي من الصلاة فيه)
Forwarded from Marcador Bot
Breaking news covid 19

Itiyoophiyaa keessatti qorannoo laabraatorii geggeeffameen namoonni See more...
Forwarded from Deleted Account
Oduu gammachiisa
Namoonni channeliin keessan miseensa kuma kudhanii (15k) Ol qabu miseensa gara kuma kudha shaniitti (15k) Ol guddisuuf promotionii wol jijjiiruun Share woliif gochuun kan nu woliin hojjechuu barbaaddan asiin👇
Nuqunnamuu dandeessu👇👇
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
♥️Hinaaffaa Jaalalaa❤️

By @gaaddisa_dhugaa

Gaaf tokko abbaa manaa fi haadha warraatu taa'anii wajjiin hirbaata(hiraata) nyaachaa jiru. Jarri lachanuu baayyee wal jaalatu.

Otuma nyaachaa jiranii haati warraa gidduun gaaffii gaafatte!!

🙋H,W, Habiibii ati yeroo na fuutu sana onnee keetirraa najaalattee turte mitii??

🙋‍♂Eeka, onneema koo irraan sijaaladhee si fuudhe, habiibtii!

🙋Garuu ana malee dubartii biraa hin beektu mitii??

🙆‍♂Iiih iih , akka rifachuu tahee
Dhugaa dubbachuuf..
.
.dubartii tokkotu jirti kanan eenyumayyuu caalaa jaaladhu, kanan bakka guddaa kennuuf..

🤦‍♀Maaaaaaal 😁😁😁
Ati Rabbumallee hin sodaattuu?

Eenyuma isheen

🤷‍♂Innis suuta tasgabbaayee, isheen
..
.Harmee(Haadha,Ummaa, Aayyoo) tiyya jedheen,😄😄😄😄😄😄😄😄

👩‍⚖Uuuuuuh Maaluman sitti balleesse, an immoo waan ati dubartii biraa na gubbaan jaalatten sehee🙏🙏🙏

🙅‍♂Lakki ati kennaa Rabbiin natti arjoomedha, maalumaaniyyuu sihin jijjiiru, jedheenii nyaata isaanii wal guurshaa itti fufan!


🌹Nuti immoo jara kanaaf gorsa sadi daballaaf
1, Nyaata irratti hin haasa'inaa, keessumattuu haasaa keessa rifaatuun jirtu ka akkanaa!!
2, Dhiirri dandeettii biological fi economically qabu hanga afuriitti fuudhuu Rabbitu heyyameefii kanaaf jettanii hamma kana nahuun(rifachuun) aad-maleedha,


3, Jaalala keessan kana namni hedduun asi irraa dubbisee akka ija hinaaffaan isin hin ilaalle, galgala galgala du'aa'ii godhadhaa rafaa😍😍

👉Kan hin fuudhin fuudhaa, kan Fuutan jaalalaan wajjiin jiraadhaa 👍

youtube keenya subscribe nuuf godhaa👇👇👇👇
https://youtu.be/63DczhCeW5I

@Gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa

share godhaa
Telegram.me/gaaddisa_dhugaa
2024/11/16 11:08:51
Back to Top
HTML Embed Code: