Telegram Web Link
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Namoonni promotioni chanelii keessaanii hojjechiifachuu barbaaddan ykn Namoonni chanelii keessan beeksifachuu barbaaddan karaa @kaayyoo_koo tiin nu qunnamuu dandeessu namoonni liinkii chanelii keessanii ergattanii kan isiniif hin hojjetamne torban tokko booda hunda isaa hojjechuuf qophii qabna.
kana👉 tuqaa @kaayyoo_koo nu qunnamaa @kaayyoo_koo
@kaayyoo_koo
ODUU AMMEE!
Itoophiyaatti sababa Covid-19n namoonni sadi lubbuu dhaban
*****
Itoophiyaan sa'aa 24 dabre keessa namoota 2836f qorannoo Koroonaavaayiras kan taasiste yogguu tahu, namoota 109 irratti vaayirasichi argamuu Ministirri Fayyaa fi Institiyuutiin Fayyaa Hawaasaa biyyattii beeksisaniiru.
Gama kaaniin ammoo namoonni sadi lubbuun dhabanii jiru.
Namoota lubbuu dhaban keessaa shamarreen ganna 29, dubartii ganna 75 Finfinneerraa akkasumas, namni ganna 55 naannoo Kibbaarraa lubbuu koroonaavaayirasiin lubbuu warra dhabanidha.
Kanumaanis biyyattiitti lakkoofsi namoota Covid-19n du'anii 11 gaheera.
Namoota sa'aa 24 dabran keessa qabamuun isaanii mirkanaa'e keessaa:
2 seenaa imala biyya alaa kan qaban yoo tahu, 13 ammoo namoota amma dura qabamuun isaanii mirkanaa'e waliin tuttuqqaa kan qaban tahuu, ragaan bahe ni mul'isa.
Namoonni 94 garuu seenaa imala biyya alaa kan hinqabneefi namoota vaayirasichi irratti argame waliin tuttuqqaa kan hinqabnedha jedhameera.
Lakkoofsi namoota waliigalaa biyyattiitti Covid-19n qabamaniis 1172 taheera.
Gama kaaniin ammoo, sa'aatii 24 dabre keessa namni tokko naannoo Tigraay irraa vaayirasicharraa bayyanachuus beekameera - waliigalattis namoonni 209 Covid-19 irraa bayyanataniiru.
🌹Wanti hunduu zakaa irraa baasan qaba!!

➥zakaan qabeenyaa sadaqaadha.
➥Zakaan Beekkumsaa barsiisuudha.
➥Zakaan Ulfinnaa uf gadi qabuudha.
Share godhaa
@tafak_or
🚫Dhiibbaa badii dalaguun(Ma'aasii) namatti dhaqqabsiistu keessaa muraasni:

➦Milkaa’inna dhabuu.
➦Ilaalcha baduu.
➦Dhugaan nama jalaa dhokatuu.
➦Qalbiin namaa baduu.
➦Rabbiin yaadachuu dadhabuu.
➦Yeroo ufii miidhuu(itti fayyadamuu dhabuu).
➦Ilmi namaa namarraa dheessuu(jibbaa).

➦Rabbiin adda fagaachuu.
➦Waan dalagan hunda keessatti milkaa’inna dhabuu.
➦Yaanni nama jalaa faffaca’uu.
➦Du’aaiin(kadhaan)namaa awwaatamuu dhabuu.
➦Qalbiin namaa goggoguu.
➦Umrii namaatiif Rizqii namaa keessaallee barakaan haqamuu.
➦Uffata Xiqqeenyaa uffifamuu.
➦Qomti namaa dhiphachuu.

Yaa Rabbi nu laal ija rahmataatiin nu laali...
👉 YOO JIRAATTE. 👈

Yoo Jiraachuun Nuuf Galuu Dhabde, Duuba Akkamitti Duuti Waan Taate Nuuf Galuu Dandeeysi.?

Yoo Duuti Waan Taate Baruu Barbaadde Jireenyuma Jiraattu Khana Beekhuun Sirratti Dirqama.

Maaliif Yoo Jette ? Ati Eega Jiraattee Jiruu Dabarsite Boodaan Duuti Sitti Dhufti Nama Jiraatee Arkeetu Du'aas Waan Isiin Taate Beekhuu Dandaha, Khanaaf Bu'aa Jiraachuun Qabdu, Maal Godhee Yoon Dabarseen Gaafaan Du'ees Warra Milkaawerraa Tahuu Dandaha Jettee Qophaahuufiis Ammuma Osoo Jireenya Khee Jiraachaa Jirtuu Khana.

Jiraachuun Faa'idaa Hedduu Qabdi,
1, Yoo Jiraatte Du'a Baruu Dandeeysa.
2, Yoo Jiraatte Du'aaf Qophaahuu Dandeeysa.
3, Yoo Jiraatte Nama Du'u Arkuu Dandeeysa.
4,Yoo Jiraatte Atiis Du'uudhaaf Teeysa.

Yaa Nama Addunyaa Tanarra Dhufee Jiraachuuf Carraa Rabbiin Siif Kanne Osoo Duuti Sitti Hin Dhufne Hanga Lubbuun Addunyaa Tanarra Jiraattu Waan Ifii Jaalattuun Dabarsuu Osoo Hin Taane Waan Rabbiin Jaalatuun Dabarsinaan Ati Nama Jiruu Jiraachuun Bu'aa Qabaachuun Isii Galteefi Jechuudha.


@masudshabdulaxif1

Yaadaaf
@mattaan_bot
Jaalala Rabbii
☞ Wantoota 8 Kan Jaalala Rabbii Namaaf Argamsiisan
1.TOWBAA (Gama Rabbii Deebi'u) Rabbiin gama isaa deebi'u baayyee jaalata "Rabbiin warren dogongora isaanii fudhatanii gama isaa deebi'anii fi qulqulleffatoota ni jaalata" baqraa aayata:222
2. HOJII GAARII HOJJACHUU
Hojii toltuu hojjachuun waan jaalala RABBII namaaf
argamsiisurrahi RABBIIN akkana jedha "Toltuu hojjadhaa Rabbiin warren toltuu hojjatan jaalataa" al-baqraa aayata:195
3. RABBI SODAACHUU Rabbii dhoksaa fi ifattis sodaachuu waan jaalala RABBI namaaf argamsiisuu dha "Rabbiin Warreen Isa Sodaatan Ni Jaalata" towbaa aayata:7
4. HAQA HOJJACHUU Haqa hojjachuun, haqa
murtessuun odoo mataa ofirratti taatallee waan jaalala Rabbii namaaf argamsiisu irraahi "Rabbiin warreen haqa dalagan ni jaalata"
5. QULQULLEEFACHUU Qulqullefachuun huccuu tee xurii, onnee tee shirkii, qaama kee najisa irraa qulqulleessuu dha "Rabbiin Warreen Qulquulleefatan Jaalata" towbaa aayata:108
6. OBSUU Obsi wanta Rabbiin akkaan jaalatuu dha " Rabbiin Warren Obsan Ni Jaalata" ali imraan aayata:146
7. RABBI IRRATTI IRKACHUU Rabbiin hoggaa itti irkatte si jaalata " Rabbiin Warreen Isarratti Irakatan Ni Jaalata"
8. KARAA RABBII KESSATTI DUULUU "Rabbiin Warreen Karaa Isaa Keessatti Duulu Ni Jaalata"
Yaa Rabbii Nama Duniyaa Fi Akhiratti Jaalala Teetin Milkaahu Nu Godhi!!
Amiiiiiin Obbolessaa Keetif Share Godhuu Hin Dagatin Sawaabni Akka Siif Baayyatu.....
By: Abu Huzeyiifa
@gababo
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
EENYUTU MIIDIYAA ISLAAMAA GUDDISUUF HAWWII QABA?
EENYUTU JAALALA DIINII ISAA QABA?

As wr wb obboleewwan keenya muslimaa video armaan gadii kana ergaa isaa sirriitti dhaggeeffadhaa adaraa subscribe nuuf godhaa jaalala diinii keessaniif qabdan nuttii agarsiisaa akka nuti barnoota waa'ee diinii islaamaa isin biraan geenyuuf haamilee nuuf tahaa haamilee nuuf ta'uun keessan subscribe gochuun nu deeggaruu fi video keenya daawwachuu qofaadha adaraa subscribe gochuuf daqiiqaa 1 caala isinitti hin fudhatu ammuma daawwadhaa subscribe nuuf godhaa miidiyaan islaamaa akka guddatuuf hawwii qabdanu nutti agarsiisaa galatoomaa
Watch "𝐁𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐢𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐠𝐚𝐚𝐫𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚" on YouTube
https://youtu.be/a46fF3iUPsM
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Toowbaa fi ulaagaalee towbaa
@Gaaddisa_dhugaa irraa

Ulaagaan Towbaa akka armaan gadiiti..

1. Towbaa san qulqulleessi. Dhugatti gara Rabbii deebi'uu kee mul'isi. Wanni badii san irraa fagaatteef Rabbi waan sodaatteef akkasuma abdatteef tahuu qaba. Guddina Rabbii hubachuu kee mirkaneessita. Nama sodaaf ykn badiin tee saaxilamuu sodaaf as deebi'uu dhabuu kee ibsita.

2. Badii raawwataa jirtu ni dhiista. Dogongora san cittee irraa hafuu qabda.

3. Badii sanitti akka hin deebineef baallama dhugaa seenta. Akkaataan itti baallama seentu, badii san tuffatta.

4. Badii raawwataa turteef ammoo sheenawi. Hammeenya isiin qabdu yayyaaddadhuu gaaroommina Towbaafi Iimaanaa kanaan wal cinatti madaali.

5. Haqa namaa yoo taate ammoo firraa deebisi. Haqa namaa osoo hin galchin Towbaan hin qulqulloytu.
•••
Obboleeyyan hulaan Towbaa banaadha. Osoo aduun dhihaan hin bahin, osoo lubbuun bahuuf kokkee irra hin gahin Towbadhaa. Towbaa jechaan gama Rabbii deebi'uudha. Wanni Towbannuuf jaalala Rabbii arkannee, dallansuu isaa jalaa nagaya bahuufi. Qananiin addunyaa fi aakhiraa gama Rabbii deebi'uun arkamti.

Ilmi namaa laafaadha! Mirqaana xiqqaatu isaan kuta. Laaftumatti Sheyxaanni hillima qopheesseef keessa buusa. Rabbiin kana waan beekuuf hulaa Towbaa banaa godhe. Osoo Sakraanni du'aa itti hin dhufin nama Towbate irraa Rabbiin ni jaalata. Silas Rabbiin gabricha isatti harka kennate akkamitti gata! Fudhatee Rahmata isaa keessa cuupha.

Yaa Rabbi du'aan dura warra dhugaan Towbatee, atilleen irraa qeebalte irraa nu taasisi

Erga xumurteen booda Share gochuun namoota akka towbatan yaadachii jzkl

Join share forward this👇👇channel
Telegram.me/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
LAAFINA IIMAANAA
@Gaaddisa_Dhugaa irraa

Mallattoolee laafina Iimaanaa mul’isan keessaa muraasni:-

► Haraama dalaguu fi waan dalagan sanitti sheenawuu dhabuu

► Onnee goggoyduu qabaachuu fi qur’aana dubbisuu hifatuu

► Toltuu dalaguu irraa hifatuu, Salaata yeroo isaa dabrsuun salaatuu

► Dalagaawwan Sunnaa ta’an guutumaan guututti dhiisuu

► Waanuma xiqqoof dallanuu, saniifis of cinquu, 

► Yeroo aayaalee waa’ee Azaabaa dubbatan dhagahan rifatuu dhabuu

► Zikrii godhuu fi Rabbi yaadatuu irraanfatuu

► Yeroo wantootni shari’aa faallessan dalagaman dallanuu dhabuu

► Aangoo fi qabeenyaaf qofa bololuu

► Mallaqa qaban qusatuu fi qorqodaa ta’uu, namaaf qooduu jibbuu

► Namoonni kaawwan akka gaarii dalagan ajajuu, kan ufiitii garuu hamtuu keessa cuubamuu

► Kufaatii namaatti gammaduu, milkaa’inaa namaatti hinaafuu

► Wantoota haraama ta’an irraa fagaataa kanneen Jibbamaa ta’an ammoo dalaguu

YAA RABBI
☼ Iimaana keenya guutuu nuuf taasisi

Karaa Toora youtube channel keenyaan nuhordofuuf liinkii Armaan gadii kana👇 Subscribe godhaa

https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A
CARRAA HEDDUU NAMA GAMMACHIISU UMMATA MUSLIMAATIIF KAN QOPHAA'E

Chaaneelii youtubi bareedduu armaan gadii kana namni subscribe hin goone jira jedhee hin yaadu maaliifuu namoonni subscribe hin goone subscribe godhaa irraa fayyadamaa Akkasumas irraa bashannanaa carraan kun isin hin darbin
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
Ergaa kana ammuma dhaggeeffadhaa kun isin darbuu hin qabu akkasumas subscribe gochuu hin dagatinaa
Watch "Ergaa kana ilaalaa dhaggeeffadhaa" on YouTube
https://youtu.be/63DczhCeW5I
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
Dalagaawwan Azaaba nama seensisan
@gaaddisa_dhugaa irraa


Sheeykhul Islaam ibn Taaymiyyaan (Rabbi rahmata isaaf haa godhuu) dalagaan Azaabaa fi jannata nama naqu kami jedhanii gaafannaan akkana jechuun deebise.

Dalagaan Azaaba nama naqu

• Shirkii

• Ergamtootatti kafaruu

• Kufrii

• Kijibuu

• Nama ganuu

• Namaa fi uumama dachii kanarra jiru zollomuu

• Zinaa (sagaagalummaa)

• Nama hamachuu

• Jihaadarratti sodaachuu

• Don’ummaa (waa sadaqachuu dhabuu)

• Wanti qalbii keessa jiruu fi wanti dalagaan mul’isu walii faallaa ta’uu

• Rahmata Rabbii irraa abdii kutachuu

• Rabbi homaa na hin godhu jechuun of jajuu

• Qabeenya qaban karaa hin taane irratti baasuu (israafa)

• Dalagaa Rabbi dalagaa namaan jedhe dhiisuu

• Daangaa darbuu

• Rabbi dhiisanii waan biraa sodaatuu

• Naa argaaf waa hojjachuu

• Dubbii fi dalagaanis faallaa Qur’aanaa deemuu

• Ajaja Rabbii dhiisuun ajaja namaatiin waa dalaguu

• Sobaaf deeggarsa gochuu

• Mallattoolee (aayatoota) Rabbiitti baacuu (qoosuu)

• Dhugaa jirtu fudhatuu diduu

• Beekumsa qaban dhoksuu fi, osoo dhuga beekan ragaa bahuu diduu

• Sihrii hojjachuu akkasumas hojjachiisuu

• Abbaa fi haadhaaf ajajamuu dhabuu

• Haqaan malee lubbuu nama tokkoo baasuu

• Haqa Yatiimaa nyaachuu

• Ribaa ykn dhala nyaachuu

• Dirree waraanaa irraa dheessanii galuu

• Dubartii qulqulluu zinaan hamachuu

► Yaa Rabbi ati ni dandeessaa dalagaa fokkotaa kanniin irraa nu eegi
👇👇👇Join👇👇👇
Karaa channelii yuotube keenyaatiin nu hordofuuf👇👇👇👇👇👇

https://youtu.be/63DczhCeW5I

Karaa telegramitiin👇👇👇
https://www.tg-me.com/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
Laa howla walaa quwwata illaa billaahi
Seenaa tana hanga xumuraatti dubbisi
@gaaddisa_dhugaa irraa

Owfi binu maalik al ashja,iyyi guyyaa tokko ni deeme gara ergamaa rabbi [S A W] akkana isaan jedhe yaa ergamaa rabbi ilmi kiyya maalik siwajjiin deeme loluudhaaf karaa rabbi Keessatti, hin deebinee ،Maal tahe ?waraanni deebi,ee jira maalik hin deebinee[ r a ],akkana jedheen ergamaan rabbi [S A W] [yaa Owfi, heddummeessi sii fi jaartiin teetis jecha laa hawla walaa quwwata ilaa billaahi]

namtichi gara jaartii isaa deebi,e akkana isaan jette : Maal siin jedhe rasuulli rabbi yaa Owfi? akkana isiin jedhe naaf dhaame anaa fi sillee: jecha laa hawla walaa quwwata ilaa billaahi heddummeessuu .
maal jette badaa dubartiin mu,umintittiin ta sabrii qabdu sun ?
akkana jette:ergamaan rabbi dhugaa dubbate [S A W] taa,anii rabbi zakkaruu eegalan jecha[ laa hawla walaa quwwata ilaa billaahiin] halkan as gara gale dukkana isaatiin، balbalti manaa ni rukutamte، Owfi hulaa banuudhaaf olka'ee hoggaa kana ilma isaa maalik ka deebi,e arge ،duuba isa
`·.💌Join💌 Join 💌Join 💌👇
✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯
https://www.tg-me.com/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Gaddisa_dhuga
As wr wb Rasuula irratti (Sallallaahu aleeyhi wasallam) Nagayaa fi Rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Halkan isii (kamisni halkan) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati, Isii keessa Nagayaa fi Rahmatarraa narratti buusuu baay'isaa."
Kanaafuu rahmata irratti buusuu haa baayyifnu sallalaahu aleyhi wosalam jedhaa
الصلاة علی النبي ﷺ يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام،وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله ﷺ: (إن من أفضل أيامکم يوم الجمعة فأکثروا علي من الصلاة فيه)
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
BREAKING News
by. @Gaaddisa_dhugaa

Itoophiyaatti guyyaa tokkotti namoonni dabalataa 169 vaayirasii koroonaan qabaman❗️

Qorannoo laabraatorii sa'aatii 24 darban keessatti namoota 5,798'f gaggeeffameen namoonni 169 vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii Ministeerri Fayyaa beeksise.

Waliigalaan Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 1,805 qaqqabeera.
Bajata bara 2013...!

Manni marii ministirootaa walga'iisaa har'a taa'een wixineen bajata mootummaa federaalaa bara 2013 biliyoona 476, miliyoona 012, kuma 952fi 445 akka ta'u murteesse.
🌹Wantoota nama mana fincaanii yookiin badhetti bobbaa bobba'aa jiru irratti dalaguun haraaamaa;

➦Bishaan ciisaa keessatti fincaa'uun haraama.
➦Yeroo fincaa'uu sana qaama ufii kan saalaa harka mirgaatiin tuquun,akkasumas ittiin istinjaa bahuunis haraama.
➦Ammas karaa walakkaa,iddoo gaaddisaa,Iddoo ashaakiltiin adda addaa jurutti,muka firii buusu fi Yaa'a bishaaniitti fincaa'uun haraama.
Ergamaan Rabbii S.A.W akkana jedhan,abaarsa sqdi eeggadhaa;
"Yaa'a bishaanii keessatti gadi taa'uu,karaa walakkaa fi iddoo gaaddisaa jalatti".
➦Ammas faandoo,lafee fi nyaata kabajaa qabuun istinjaa bahuun haraama.
➦Qabrii muslimtootaa jidduttis bobbaa bobba'uun yookiin fincaa'uunis akkasuma.
Itti fufa.....
💐Dhiqannaa (Janaabaaf dhiqachuu)

❶~Dhiqanna jechuun;
qaama keenna bishaaniin waliingahuudha.
➦Wanti dhiqannaa namarratti wajjabsiisu yoo jiraate dhiqachuun waajiba(dirqama).
❷~Wantoota dhiqannaa namarratti wajjabsiisan;

Maniyyiin(Dhangala'aan) bakka isaatiin bahuu.
dhangala'oon nurraa bahu kuni kan fedhaan nurraa bahe ta'uu,yoo hirriba keessa jiraanne malee yoo hirriba keessa taate garuu fedharratti hin hundaa’u.
Walqunnamtiin saalaa raawwatamuu,yoo waallee namarraa bahuu baatan.
Namni kaafiraa tokko Islaamummaa qabatuu.
Xuriin laguu namarraa cituu.
Du'a.

➌~Akkaataa Dhiqannaa?
➦Dhiqannaa karaa lamaan raawwachuu dandeenya;
1ffaa;Dirqama;
Niyyaa wajjiin bishaan qaama isaa guutuu waliingahuudha.
2ffaa;Waajibaa fi sunnaa kan uf keessatti ammate.
Adeemsa armaan gadii uf keessatti hammata,innis;
➦Dursa harka lamaan dhiqachuu.
➦Qaama saalaa dhiqachuu(Istinjaa godhuu).
➦Wuduu'a salaataa wadda'achuu.
➦Bishaan fuudhee mataa isaatiin qoqqotuu,akkasuma qubbiin keessa seensisee qoqqotuu,hanga qaama isaa quubsutti.
➦Ergasii bishaan mataa isaarratti yeroo sadi dhangalaasuu.
➦Ergasii qaama isaarratti bishaan guutuu dhangalaasuu(qaama isaa bishaan waliingahuu).
➦Dubartiin yeroo heydii malee yeroo janaabaa rifeensa ishii hiikuun irraa hin eeggamu.
❹~Nama janaabaa qaburraa wantoota hin eeggamne;
➦Qur’aana tuquun isaaf hin eeyyamamu.
➦Qur’aana qara’uunis isaaf hin eeyyamamu.
➦Salaanni hanga dhiqatutti(irraa qulqullaa'utti) isarratti haraama.
➦Beytii/mana rabbii xawaafuunis akkasuma.
Itti fufa....

Alfiqhul-muyassar
▬▬▬▬▬▬

https://www.tg-me.com/tafak_or
🌻|I{•------» Gabayaa Gammachuu «------•}I|

➦𝚖𝚎𝚎 𝚡𝚒𝚚𝚚𝚘𝚘 𝚒𝚜𝚒𝚒 𝚠𝚊𝚕𝚑𝚊𝚊 𝚐𝚊𝚊𝚏𝚊𝚗𝚗𝚞𝚞,𝚐𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞 𝚓𝚎𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚖𝚊𝚊𝚕𝚒!?
➦𝚖𝚒'𝚊𝚊 𝚐𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞 𝚗𝚊𝚖𝚗𝚒 𝚊𝚛𝚐𝚎 𝚗𝚒 𝚓𝚒𝚛𝚊𝚊 𝚕𝚊𝚊𝚝𝚊?
➦𝙰𝚗𝚒 𝚋𝚊𝚔𝚔𝚊 𝚐𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞 𝚜𝚊𝚗𝚊 𝚐𝚊𝚑𝚎𝚎 𝚓𝚒𝚛𝚊𝚊 𝚕𝚊𝚊𝚝𝚊?
➦𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚑𝚊𝚊 𝚋𝚊𝚛𝚋𝚊𝚊𝚍𝚊𝚍𝚑𝚞?
➦𝚂𝚞𝚞𝚚𝚊 𝚔𝚊𝚖𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚐𝚞𝚛𝚐𝚞𝚛𝚊𝚗 𝚕𝚊𝚊𝚝𝚊?

🌻𝐁𝐞𝐞𝐲𝐭𝐮𝐮 𝐧𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐡𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐰𝐚𝐧𝐭𝐚 𝐠𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐟 𝐭𝐚’𝐞𝐞 𝐟𝐮𝐮𝐥𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐢𝐛𝐬𝐞 𝐡𝐮𝐛𝐚𝐝𝐡𝐞𝐞𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐚;

➦𝙳𝚊𝚊'𝚒𝚖𝚖𝚊𝚗 𝚢𝚎𝚛𝚘𝚘 𝚠𝚊𝚊𝚗 𝚊𝚔𝚔𝚊𝚊𝚗 𝚖𝚒’𝚊𝚊𝚠𝚊𝚊 𝚠𝚊𝚑𝚒𝚒 𝚊𝚛𝚐𝚊𝚝𝚊𝚗 𝚊𝚔𝚔𝚊 𝚖𝚊𝚕𝚎𝚎 𝚐𝚊𝚖𝚖𝚊𝚍𝚞.
➦𝙼𝚚𝚗𝚐𝚞𝚍𝚍𝚘𝚘𝚍𝚑𝚊𝚊𝚗 𝚎𝚛𝚐𝚊 𝚗𝚢𝚊𝚊𝚝𝚊 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚗𝚢𝚊𝚊𝚝𝚝𝚎𝚎 𝚋𝚘𝚘𝚍𝚊
"𝚖𝚊𝚜𝚑𝚊'𝚊𝚕𝚕𝚊𝚊𝚑 𝚗𝚢𝚊𝚊𝚗𝚗𝚒 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊𝚗 𝚊𝚔𝚔𝚊𝚊𝚗 𝚖𝚒’𝚊𝚊𝚠𝚊𝚊 𝚛𝚊𝚋𝚋𝚒𝚒𝚗 𝚑𝚊𝚛𝚔𝚊𝚊 𝚏𝚊𝚢𝚢𝚊𝚊 𝚒𝚜𝚒𝚗𝚒𝚒𝚏 𝚑𝚊𝚊 𝚔𝚎𝚗𝚗𝚞"𝚢𝚘𝚘 𝚓𝚎𝚝𝚝𝚎𝚎𝚗 𝚐𝚊𝚖𝚖𝚊𝚍𝚞.
➦𝚐𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚘𝚘𝚗 𝚜𝚑𝚊𝚖𝚊𝚛𝚛𝚎𝚎 𝚠𝚊𝚐𝚐𝚊𝚊 𝚓𝚊𝚑𝚊𝚊𝚝𝚒𝚒𝚏 𝚎𝚍𝚍𝚘𝚘 𝚋𝚊𝚕𝚍𝚑𝚊𝚊 𝚑𝚒𝚛𝚒𝚢𝚢𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚒𝚜𝚑𝚎𝚎 𝚠𝚊𝚓𝚓𝚒𝚒𝚗 𝚊𝚔𝚔𝚊 𝚖𝚊𝚕𝚎𝚎 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚍𝚎𝚎𝚖𝚝𝚎𝚎 𝚋𝚊𝚜𝚑𝚊𝚗𝚗𝚊𝚗𝚝𝚞 𝚊𝚛𝚐𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚍𝚑𝚊.
➦𝚐𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚊𝚊𝚗 𝚍𝚊𝚊'𝚒𝚖𝚊 𝚍𝚑𝚊𝚕𝚊𝚝𝚎𝚎 𝚠𝚊𝚐𝚐𝚊𝚊 10 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚞𝚞𝚏 𝚐𝚊𝚛𝚎𝚎𝚗 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚖𝚘𝚘'𝚞𝚞𝚍𝚑𝚊.
➦𝙶𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚊𝚊𝚗 𝚊𝚋𝚋𝚊𝚊 𝚐𝚊𝚊𝚛𝚒𝚒𝚍𝚑𝚊𝚊𝚏 𝚒𝚕𝚖𝚒 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚄𝚗𝚒𝚟𝚊𝚛𝚜𝚒𝚝𝚒𝚒 𝚜𝚎𝚎𝚗𝚞𝚞𝚍𝚑𝚊,𝚢𝚘𝚘𝚔𝚒𝚒𝚗 𝚒𝚜𝚊𝚛𝚛𝚊 𝚍𝚑𝚎𝚎𝚛𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞,𝚒𝚜𝚊𝚛𝚛𝚊 𝚍𝚞𝚛𝚘𝚘𝚖𝚞𝚞,𝚒𝚜𝚊 𝚌𝚊𝚊𝚕𝚎𝚎 𝚊𝚛𝚐𝚊𝚖𝚞𝚞.
➦𝙶𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚘𝚘𝚗 𝚑𝚊𝚊𝚍𝚑𝚊 𝚐𝚊𝚊𝚛𝚒𝚒𝚍𝚑𝚊𝚊𝚏 𝚜𝚘𝚍𝚍𝚊𝚊𝚗 𝚔𝚊𝚋𝚊𝚓𝚊𝚊 𝚍𝚑𝚞𝚏𝚎𝚎 𝚒𝚗𝚝𝚊𝚕𝚊 𝚒𝚜𝚒𝚒 𝚔𝚊𝚍𝚑𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚏 𝚋𝚊𝚕𝚋𝚊𝚕𝚊 𝚒𝚜𝚒𝚒 𝚍𝚑𝚊𝚍𝚑𝚊𝚑𝚞𝚞𝚍𝚑𝚊.
➦𝙶𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚘𝚘𝚗 𝚜𝚑𝚊𝚖𝚊𝚛𝚛𝚊𝚗 𝚍𝚊𝚌𝚑𝚎𝚎 𝚔𝚊𝚗𝚊𝚛𝚛𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚊𝚗𝚒𝚒𝚏 𝚒𝚍𝚊𝚊𝚢𝚢𝚊𝚊 𝚐𝚊𝚊𝚛𝚒𝚒 𝚝𝚊𝚊𝚝𝚎𝚎 𝚞𝚏𝚏𝚊𝚝𝚊 𝚊𝚍𝚒𝚒𝚍𝚑𝚊𝚊𝚗 𝚑𝚎𝚎𝚛𝚞𝚖𝚞𝚞.
➦𝙶𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚊𝚊𝚗 𝙸𝚍𝚊𝚊𝚢𝚢𝚒𝚌𝚑𝚊𝚊𝚏(𝚖𝚞𝚜𝚑𝚞𝚛𝚛𝚊𝚊) 𝚑𝚊𝚊𝚝𝚒 𝚖𝚊𝚗𝚊𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚞𝚕𝚏𝚊 𝚝𝚊'𝚞𝚞 𝚋𝚎𝚎𝚔𝚞𝚞.
➦𝙶𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚘𝚘𝚗 𝚗𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚊𝚊𝚢𝚘𝚘 𝚚𝚊𝚋𝚞𝚞𝚏 𝚔𝚊𝚊𝚢𝚘𝚘 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚜𝚊𝚗𝚊 𝚖𝚒𝚕𝚔𝚊𝚊’𝚎𝚎 𝚊𝚛𝚐𝚊𝚖𝚞𝚞𝚍𝚑𝚊.
➦𝙶𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚘𝚘𝚗 𝚗𝚊𝚖𝚊 𝚓𝚊𝚊𝚕𝚊𝚝𝚎𝚎 𝚚𝚊𝚋𝚞𝚞𝚏 𝙹𝚊𝚊𝚕𝚊𝚕𝚕𝚎𝚎 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚜𝚊𝚗𝚊 𝚏𝚞𝚞𝚍𝚑𝚞𝚞𝚍𝚑𝚊.
➦𝙶𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚘𝚘𝚗 𝚍𝚊𝚛𝚐𝚊𝚐𝚐𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚑𝚒𝚢𝚢𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊𝚊𝚏 𝚒𝚍𝚍𝚘𝚖𝚊 𝚚𝚘𝚛𝚛𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚍𝚑𝚘𝚘𝚛𝚔𝚒𝚝𝚞 𝚠𝚊𝚑𝚒𝚒 𝚊𝚛𝚐𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚍𝚑𝚊.
➦𝚐𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚘𝚘𝚗 𝚒𝚓𝚘𝚘𝚕𝚕𝚎𝚎 𝚔𝚊𝚛𝚊𝚊 𝚒𝚛𝚛𝚊 𝚘𝚘𝚕𝚝𝚞𝚞𝚏 𝚠𝚊𝚊𝚗 𝚑𝚊𝚛𝚍𝚑𝚊 𝚗𝚢𝚊𝚊𝚝𝚝𝚎𝚎 𝚘𝚘𝚕𝚝𝚞 𝚊𝚊𝚛𝚐𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚍𝚑𝚊.
➦𝙶𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚊𝚊𝚗 𝚗𝚊𝚖𝚊 𝚖𝚊𝚗𝚊 𝚢𝚊𝚊𝚕𝚊𝚊 𝚌𝚒𝚒𝚜𝚎𝚎 𝚓𝚒𝚛𝚞𝚞𝚏𝚒,𝚍𝚘𝚔𝚝𝚘𝚛𝚛𝚒 𝚒𝚓𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚕𝚊𝚊𝚕𝚎𝚎"𝚊𝚝𝚒 𝚍𝚑𝚒𝚋𝚎𝚎 𝚔𝚊𝚗𝚊𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚋𝚒𝚕𝚒𝚜𝚊"𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞𝚞𝚗𝚒𝚒.
➦𝚐𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚘𝚘𝚗 𝚒𝚗𝚝𝚊𝚕𝚊 𝚌𝚘𝚕𝚕𝚎𝚎 𝚝𝚊𝚔𝚔𝚊𝚊𝚏 𝚊𝚋𝚋𝚊𝚊 𝚠𝚊𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚔𝚊𝚋𝚓𝚊𝚊 𝚚𝚊𝚋𝚞 𝚔𝚊𝚗 𝚒𝚜𝚊 𝚓𝚊𝚕𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚐𝚊𝚊𝚍𝚍𝚒𝚜𝚎𝚏𝚏𝚊𝚝𝚝𝚞 𝚊𝚛𝚐𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚍𝚑𝚊.

𝙳𝚑𝚞𝚐𝚊𝚖𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚑𝚞𝚗𝚍𝚒 𝚔𝚎𝚎𝚗𝚢𝚊𝚊 𝚐𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚊𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚛𝚊 𝚐𝚊𝚛𝚞𝚞 𝚐𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞 𝚝𝚊𝚗𝚊 𝚐𝚊𝚊𝚏𝚊 𝚍𝚑𝚊𝚋𝚗𝚎 𝚖𝚊𝚕𝚎𝚎 𝚑𝚒𝚗 𝚋𝚎𝚎𝚔𝚗𝚞,𝚑𝚞𝚗𝚍𝚊𝚊𝚏𝚞𝚞 𝚛𝚊𝚋𝚋𝚒𝚒 𝚔𝚎𝚎𝚗𝚗𝚊𝚊 𝚐𝚊𝚕𝚊𝚝𝚊 𝚐𝚊𝚕𝚌𝚑𝚞𝚞 𝚚𝚊𝚋𝚗𝚊.

𝙶𝚊𝚖𝚖𝚊𝚍𝚒!!!!

➦𝙶𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚗𝚒 𝚓𝚒𝚛𝚝𝚒,𝙼𝚊𝚐𝚊𝚊𝚕𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚜𝚒𝚒𝚗 𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚊𝚛𝚐𝚊𝚖𝚝𝚞𝚜 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚘𝚘𝚍𝚑𝚊,𝚐𝚊𝚝𝚒𝚒𝚗 𝚒𝚜𝚒𝚒𝚕𝚕𝚎𝚎 𝚃𝚘𝚕𝚊,𝚐𝚊𝚛𝚞𝚞 𝚗𝚞𝚝𝚞 𝚔𝚊𝚛𝚊𝚊 𝚋𝚊𝚍𝚎 𝚖𝚊𝚕𝚎𝚎....

ஜ۩۞۩ஜ 𝔸𝕓𝕦𝕝-𝕞𝕒𝕟𝕤𝕦𝕦𝕣
𝕀𝕓𝕣𝕒𝕒𝕙𝕚𝕞 𝔼da'oo
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
NABIYYII RAAHMATAA-{kutaa 1ffaa}
@Gaaddisa_dhugaa irraa
🌸🌼/\_/\_/\_/\_/\_/\_/\🌼🌸

Nabiyyii keenya kabajamaa fi jaalatamaan nabi Muhammed ﷺ nabiyyii Raahmataa kan addunyaa kana maraaf Raahmataan ergame tahuun isaanii beekkamaa dha, jiruuf jireenya isaanii keessattiis Ilma namaatiif, Bineeldootaaf, Biqiltootaaf hangam takka Raahmata akka godhaa turan seenaan isaanii raga dha. Inshaa Allaah seenaa isaanii keessaa taateewwan gaggabaabduu fudhadhee isiniif dhiheessuuf niin yaala. Har’aaf taatee kana dubbisaa.
-
Guyyaa tokko namtichi hiyyeessi tokko hurbuu eenabaa takka kennaa fidee Gara nabi Muhammad ﷺ dhufe. Nabi Muhammed ﷺ garuu (hurbuu kanarraa) takka osuma nyaatu, tan lammaffaatiis osuma nyaatu, tan sadaffaa,.. osuma jedhuu hundumaa ofumaaf nyaate. Namoota isaan bira taa’aniif firii takkallee hin laanne. Kana booda namtichi hiyyeessi kun kennaa isaa kana Rassuulli ﷺ nyaachuu yeroo argu baay’ee gammaduudhaan achii deeme. Erga namtichi deeme booda Sahaaboota keessaa tokko akkana jechuudhaan Rassuula ﷺ gaafate:
«Yaa Ergamaa Rabbii ﷺ Akkamitti Eeynaba hunda osoo tokkoo keenyaafillee hin laatin ofuma keetiif nyaattee fixxa?»
-
Rassuulli keenyaas ﷺ seequudhaan akkana jedhanii deebisaniif:-
«Eeynaba hundumaan sababniin ofumaaf nyaadheef dhangaggaa’aa waan ta’eefi. Osoon isiniif laadheera ta’ee isin immoo itti kolfitu, kun immoo miira namticha sanaa miidha. Kanaafuu an immo (eeynaba dhangaggaa’aa kana) gammadaa nyaadhee namticha kana gammachiisuu akkaan qabuun ofitti hime. Miira namticha hiyyeessa Sanaa akka miidhamu hin barbaadne.»
-
Yaa subhaan Allaah! Mee obsa fi akka inni itti namaaf yaadu Ergamaa keenya ﷺ kabamaa ilaalaa. Osuma ilkeen isaanii hadoodu miira namticha miskiina tokkoo eeguudhaaf jecha eeynaba dhangaggaa’aa nyaatee xumure. Namtichaas gammachiise. Sallallaahu aleeyhi wassallam.

kara youtube nu hordofuuf👇👇
https://youtu.be/63DczhCeW5I

telegram
👇👇👇👇👇👇👇👇
@gaaddisa_dhugaa
@bashashaa

www.tg-me.com/gaaddisa_dhugaa
2024/11/16 13:58:23
Back to Top
HTML Embed Code: