Waggaa Sadeen Har'aa #Jawar_Mohammed akka armaan gadii jedhee Ture. Gaafas hedduun Keenya inuu hin beekne Har'a garuu Qabatamaan argine. Jawar Dhuguma Raagduu Siyaasaa Biyya tanaati!
"Rakkoo hamtuutu biyya sanitti as deemutti jira. Jeequmsi bakka hedduttu dhooyaa jira. Diinaggeen dhaguma gaaraa gadi ka'e taatee qaalomminni jireenyaa samii xuqaa jirti. Bulchiinsi sadarkaa anaafi gandaa faca'aa jira. Mirqaanni baatilee dabranii gara burjaajja'uutti jijjiiramaa jira. Korri OPDO har'a xumurames rakkoolee dhufaa jiran kan xiinxale ta'us tarsiimoon furmaataa hojitti hiikkamuu danda'u fidu hin keenye. Falli jiru momitoota waliin mari'achuun biyyatti waloon saffisaan gara dirna dimokraasitti ceesisuudha. Kana ta'uu baannaan balaa ummataafi mootummaafis hin taaneetu as tiraataa jira. Dhimmoota kanarratti guyyoota as aanaan yoo akii namni gurra laatu yoo jiraate barruulee niin maxxansa. Gara miidiyaattis waywaachuu ittuma fufna."

Ameerikaan filannoo Itoophiyaatti gaggeeffamuun wantonni ishee yaaddessan jiraachu himte
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57427646

BBC News Afaan Oromoo
Ameerikaan filannoo Itoophiyaatti gaggeeffamuun wantonni ishee yaaddessan jiraachu himte
Yeroo filannoon Itoophiyaa torban muraasaan booda gaggeefamutti haalawwan biyyattii keessa jiran baayyee akka ishee yaaddessan Ameerikaan ibsite.
MM haaraan Israa'eel Beeneet biyyattii tokkoomsuuf waadaa galan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57464267
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57464267
BBC News Afaan Oromoo
MM haaraan Israa'eel Beeneet biyyattii tokkoomsuuf waadaa galan - BBC News Afaan Oromoo
Ministirri Mummee haaraan Israa'el Naaftaalii Beeneet biyya mormii filannoowwan siyaasaa dadhabsiisoo afur waggoota lamaan darban keessatti nuffe tokkoomsuuf waadaa seenan.
WhatsApp seera haaraa iccitii dhuunfaa eeguu irratti baase hojiirra oolchuu eegale
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57465563
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57465563
BBC News Afaan Oromoo
WhatsApp seera haaraa iccitii dhuunfaa eeguu irratti baase hojiirra oolchuu eegale
Wayita seerri icciteessuu WhatsApp balaarra bu'ee jiru kanatti, mootummoonni biyyoota addunyaa seerri nageenyummaa cimuu akka qabu gaafachuu qabu malee dura dhaabbachuu hin qaban jedhan Hoogganaan WhatsApp.
Na_Argaa_Na_Argaan…
Halkan halkan yeroo cabbiin bu'u hirriba irraa dammaqa. Maarree gaaf tokko halkan sa'a 9:00tti cabbiin bu'uu jalqabaan hirriba miyooftuu keessaa dammaqe. Magaalaa Niwu Yoorki jiraata ture yeroo sana. Gidduu sana kitaaba isaa kan 'The Earth Gods' jedhamu barreessaa ture.
Hirriba irraa akkuma dammaqeen dabtara yaadannoo isaa qabatee manaa ba'e. Paarkii Giddu Galaa Niwu Yoorki (New York Central Park) deeme. Kitaaba isaa barreessuu itti fufe. Otoo barreessaa jiruu poolisiin guddaan tokko dhufee isa cinaa dhaabbate.
"Asii maal hojjetta?"
"Barreessaan jirakaa."
"Ati nama lammii Ingiliziidhaa?"
"Lakki"
"Lammii Faransaayiiree?"
"Miti."
"Lammii eessaatiree ati?"
"Lammii Liibaanos."
"Liibaanosii? Ahaa! Akkana taanaan barreessaa lammii Liibaanos kan Kahliil Jibraan jedhamu sana hin wallaaltu jechuudha."
"Eyyee! Nan beeka! Maali?" jedhe ajaa'ibiifatee.
"Ajaa'iba namana! Haadha manaa bareedduu fi eebbifamtuu tokkon qaba. Garuu maal godha? Kitaabni namicha Kahliil Jibraan jedhamu sanaa erga mana koo seenee haati manaa koo nama biroo taateetti. Amalli ishee guutummaatti jijjiirameera. Yeroo hundaa xiinxala gad fagoo keessa akka galtetti. Kana hundaaf sababni kitaaba namicha Kahliil Jibraan jedhamuu sanadha!" jedhee itti himate poolisichi. Aariin ija isaa irraa mul'ata. Otoo Kahliil Jibraaniin argee maal godha laata?
Wanti nama ajaa'ibu kan poolisichi beekuu hin danda'in namichi inni Kahliil Jibraaniin itti himataa ture sun mataan isaa Kahliin Jibraan ta'uu isaa ture! Yeroo tokko na argaa na argaa dhiisanii of dhoksuun balaa irraa nama oolcha! "Na argaa na argaan na dhoksaa na dhoksaa fida!" jedha Oromoon yoo mammaaku!
#deemsiittifufa
👇👇👇👇👇👇👇
T.me/OROMOTOO

Telegram
MADDA BEEKKUMSAA🌳
"Abdii uummata bal'aa!"
-dhimma oromoo fi oromiyaaf
-galaa jireenyaaf
-seenaa qabsawotaaf
-imanaa beektotaaf
-Madda beekkumsaf
▷kayyoodhaf hojanna
☆Waliintaanee seenaa galmeessin!
YOUTUBE KEENYAF👇
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
-dhimma oromoo fi oromiyaaf
-galaa jireenyaaf
-seenaa qabsawotaaf
-imanaa beektotaaf
-Madda beekkumsaf
▷kayyoodhaf hojanna
☆Waliintaanee seenaa galmeessin!
YOUTUBE KEENYAF👇
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Abđeta Kı&ª)
100% dhugaadha ittii fayyadamaa!!!
Kottaa wanta haarawa kana itti fayyadamaa💯💯☑️
Ilaaleen jira dhugaa taanan isiniif qoode.
Telegramiin qofa fayyadamuudhaan guyyaa 1 tti kaardii 5_100 karaa ittiin argachuu dandeessan dhibbaa dhibbatti dhugaadha itti amanaa hoojjedhaa. tartiiba armaan gadii seeraan hordofaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
1. Jalqaba irratti
Liinkii kana tuqxu 👇👇👇👇
https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262
2. Start isa jedhu erga tuqxanii booda
3. JOIN CHANNEL kan jedhu xuqxanii join goota ifduuba deebita.Inni kun dhirqama.
4. If booda deebitee
afaan English kan jedhuuf amharic kan jedhu keessaa kan barbaaddan filattu.
6. sana booda INVITE kan jedhu tuquudhaan liinkii isiniif dhufu namaaf share gootu.
gaafa namni 1 linkii keessaniin seenee join godhe 1 birr isiniiif kenna.
Kaardii Mobile isiniif erga lakkoobsa isiniif mullatu fuutanii mobaayila keessanitti guutachuu dandeessu.

#Update‼️ #Freshman
Waamicha barattoota haaraa kan bara #2013
1.#Addis Ababa university
👉🏾Wax 19 fi 20
2.#Wolaita Soddo university
👉🏾Wax 26 - 30
3. #Samara university
👉🏾Wax 26 fi 27
4. #jigjiga university
👉🏾Wax 25 -30
5. #Gonder university
👉🏾Wax 23 fi 24
6. #Wollagga university
👉🏾Wax 28 fi 29
7. #Ambo university
👉🏾Wax 24 fi 25
8. #Wachamo university
👉🏾Wax 29 fi 30
🚩 Galmee Online Wax 15-20
9. #Assosa university
👉🏾Wax 26-30
10. #Wollo university
👉🏾Wax 28 fi 29
11. #Hawassa Univeristy
Wax 21 fi 22
✅ Galmee Online Wax 15-20
12. #Debra_tabor Univeristy
👉🏾Wax 28 fi 29
13. #Debark Univeristy
👉🏾Wax 26-30
14. #Aastu Univeristy
👉🏾Wax 24 fi 25
15. #Debra_birhan University
👉🏾Wax 25-30
16. #Bahirdar University
👉🏾Wax 22 fi 23
17. #Selale University
👉🏾Wax 28 fi 29
18. #Wolkite Univeristy
👉🏾Wax 28 fi 29
19. #Mekdela Amba Univeristy
👉🏾Wax 27 - 29
20 #Mekelle Univeristy
👉🏾Wax 21 - 26
21 #Dirre Dawa Univeristy
👉🏾Wax 27 - 30
22 #Dilla Univeristy
👉🏾Wax 22 fi 23
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡CHAANALII📡
T.me/OROMOTOO
T.me/OROMOTOO
📹YOUTUBE📹
https://youtu.be/AW7qkzmNxyk
https://youtu.be/AW7qkzmNxyk
📩Yaada📩
@Qeerroo_mediabot

Walgahiin biyyoota dureeyyii torbanii, G7 jedhame waamamu dhimma Itiyoophiyaa keessattuu dhimma naannoo Tigraay ilaalchisee ibsa baasee jira.
"Haala beela namoottan kumaatamaan lakkaawwan keessaa seenan dabalatee Tigraay keessaatti jeequmsa adeemaa jiruun halli gaddisiisaan namoomaa hedduu nu yaaddeseera."
"Hookkora saalaa dabalatee badiinsa raawatamaa jiru hin balaaleffanna. Wareen yakka raawwatan qorachuudhaan itti gaafatamummaatti dhiheesuudhaaf komishiiniin olaanaan mirga namooma adduunyaa yaalii inni gochaa jiru nu deggarra," kan jedhe ibsi kun, diinummaan atattamaan akka dhaabatu, gargaarsaaf karaan akka banamu, waraanni mootummaa Eertiraa akka Tigiraay keessaa bahu gaafateera.
@oromotoo

#ODUU_GADDAA
Namni suuraa isaa asii gaditti argitan kun Horroo Guduruu magaalaa #Shaambuu ganda 01 keessatti ajjeefamee akka argame odeessi nu qaqqabe ifa godha.
Nama du'ee argame kanaa Eenyummaa isaa hanga maxxansa kana maxxansinutti adda baasuu hin dandeenye.

Magaalaa Naqamtee ganda 07 tti ilmaan Oromoo hedduun bakka tokkkotti hidhamanii dararamaa jiru.
[SQ-waxabajji 15/2021]
Ittisaa Roorroo gaafatama Siyaasa ABO Godina Wallaggaa Bahaa ture kan torbee tokko dura Magaalaa Naqamtee keessa tika PPn qabame dabalatee hidhamtootni hedduun yeroo ammaa mana hidhaa Magaalaa Naqamtee ganda 07 tti hidhamanii rakkoo hamaaf saaxilamanii jiraachuun barame.
Hidhamtootni kunneen yeroo ammaa mana tokko keessatti baayinaan ukkaamsamanii hidhamanii kan jiran irraa kan ka'e dhibee daddarbaa adda addaaf saaxilamuun dhukkubsacha akan jiranii fi mana yaalaa argachuu akka hin dandeenye namoonni deemanii dubbisan haala hidhamtootni siyaasaa kunneen keessa jiran hamaa tahuu SQtti himaniiru.

Namoota amma Lubbuudhan Itoophiyaa keessaa fi ala jiran keessaa kan hanga nama kanaa, Bilisummaa, walqixxummaa fi nagaan waliin jireenya HAQA saboota biyya tanaatif hanga adii fi gurraachi argee dhaga’ee ragaa ba’utti hojjate, hojjachaas jiru hinjiru! Namni kuni biyya tanarraa dhugaa qaba, Haqa qaba! Nama kana hidhuun yakka qofa miti cubbuu seenaati! Nama kana biyya tanaafis, saba kanaafis hiikaa!🗝❤️ seenaa jimjimoo irraa
Obbo Jawaar Mahaammad fi namoonni galmee isaanii jalatti himataman kaan guyyaa Kamisaa har'aa beellamni Mana Murtii Olaanaa Federaalaa ramaddii Lidataatti qabaatanillee 'nageenyaaf' jecha osoo hin dhiyaatiin hafan.
Abbootin seeraa "nageenya himatamtootaafi hawaasa bal'aaf jecha himatamtoonni dhaddacha irratti akka hin dhiyaanne ajajneerra," jedhaniiru.
-» @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==

Telegraph
Obbo Jawaarfaan 'sababa filannoon' mana murtiitti osoo hin dhiyaatin hafan - BBC News Afaan Oromoo
Jawaar Mahaammad fi Baqqalaa Garbaa ajjeechaa artiist Haacaaluu Hundeessaa booda qabaman Obbo Jawaar Mahaammad fi namoonni galmee isaanii jalatti himataman kaan guyyaa Kamisaa har'aa beellamni Mana Murtii Olaanaa Federaalaa ramaddii Lidataatti qabaatanillee…
#Kaardii_tolaa
Liinkii armaan gadii erga cuqaastanii booda #Start jettuun kanaan booda ykn Join jedhee isiniif fida ykn choose language isiniin jedha.
Yoo dursee join isiniin jedhe chaanaalii isaanii join gootu
Yoo dursee choose language isiniin jedhe English isa jedhu filattu. Sanaan booda join isa jedhu cuqaasuun chaanalii isaanii join gootu
Erga chaanaalii join gootanii booda booti keessatti deebiuun 🧧Invite isa jedhu cuqaastu. Kanaan booda liinkii isaan isiniif ergan hiriyoota keessaniif share gootu.
Yoo nama shan bifa kanaan afeertan kaardii abbaa 5nii #cashout jechuun guuttattu.
Yoo nama 1000 afeertan kaardii abbaa 1000tu isiniif ergama.
Itti fayyadamaa😊
Liinkichi isa kana👇👇👇
https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡CHAANALII📡
T.me/OROMOTOO
T.me/OROMOTOO
Liinkii armaan gadii erga cuqaastanii booda #Start jettuun kanaan booda ykn Join jedhee isiniif fida ykn choose language isiniin jedha.
Yoo dursee join isiniin jedhe chaanaalii isaanii join gootu
Yoo dursee choose language isiniin jedhe English isa jedhu filattu. Sanaan booda join isa jedhu cuqaasuun chaanalii isaanii join gootu
Erga chaanaalii join gootanii booda booti keessatti deebiuun 🧧Invite isa jedhu cuqaastu. Kanaan booda liinkii isaan isiniif ergan hiriyoota keessaniif share gootu.
Yoo nama shan bifa kanaan afeertan kaardii abbaa 5nii #cashout jechuun guuttattu.
Yoo nama 1000 afeertan kaardii abbaa 1000tu isiniif ergama.
Itti fayyadamaa😊
Liinkichi isa kana👇👇👇
https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡CHAANALII📡
T.me/OROMOTOO
T.me/OROMOTOO
Telegram
MADDA BEEKKUMSAA🌳
"Abdii uummata bal'aa!"
-dhimma oromoo fi oromiyaaf
-galaa jireenyaaf
-seenaa qabsawotaaf
-imanaa beektotaaf
-Madda beekkumsaf
▷kayyoodhaf hojanna
☆Waliintaanee seenaa galmeessin!
YOUTUBE KEENYAF👇
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
-dhimma oromoo fi oromiyaaf
-galaa jireenyaaf
-seenaa qabsawotaaf
-imanaa beektotaaf
-Madda beekkumsaf
▷kayyoodhaf hojanna
☆Waliintaanee seenaa galmeessin!
YOUTUBE KEENYAF👇
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
KMNI tibba filannootti dhimmoota mirga namoomaa akka hin taajjabne dhorkame!
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) tibba filannoo biyyaalessaa Itoophiyaa Wiixata dhufu gaggeeffamuutti dhimmoota mirga namoomaa taajjabuuf iyyata galfatulle Boordiin Filannoo Biyyaalessaa gaafii isaa akka hin fudhanne beeksiseera.
Filannoo Waxabajji 14, 2013 gaggeeffamutti dhimmoota mirga namoomaa taajjabuun hojii isaa keessaa tokko tahuu kan himu Komishinichi, qaamoolee filannicha akka taajjabaniif hayyamameef keessatti akka hin hammatane ibsuun, taajjabuu hin anda'u jedhamuu ibseera.
Xalayaan Waxabajjii 7/2013 barraa'e kun labsii filannoo fooyya'ee bahe keewwata 123 caqasuun, ''Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa; hojii taajjabbii, hojii gaazexeesummaa yookaan bakka bu'aa paartii siyaasaafi kaadhimamaa dhuunfaa filannicha irratti hirmaatu waan hin qabneef, Boordichis waraqaa hayyamaa akka kennuuf bu'uurri seeraa waan hin jirreef, gaafficha keessumeessuu hin dandeenye,'' jechuun ibseera.
(BBC)

‘Qorannoon AUn Tigiraayitti nan gaggeessa jedhu bu’uura seeraa hin qabu’ – Itoophiyaa
Gamtaan Afrikaa (AU) sarbama mirgoota namoomaa Tigiraay keessatti raawwataman jedhame qorachuuf murteessuun isaa bu'uura seeraa hinqabu jedhe Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa.
"Komishiniin Mirgoota Namoomaa Afrikaa himannaawwan sabama mirgoota namoomaa Tigiraay keessatti raawataman jedhaman qorachuuf, "qofumasaatiin" 'Komishinii Qorannoo' hundeessuuf murteessuun isaa nama gaddisiisa'' jedhe ibsichi.
Kun ammoo bakka mootummaan kennuufiin hafeereen ala kan ta'eefi bu'uura seeraa kan hin qabneha," jedha ibsi Ministeerichi baase.

Seenaa JAWAR MOHAMMED Isiniif dhihessuuu barbannee mee warrii Nuuf haa dhihaatu jedhu EYYEEN kan jedhu tuqaa warrii mitii jettan LAKKII kan jedhuu tuqaa.
public poll
❤EYYEEN❤👍👍👍 – 95
👍👍👍👍👍👍👍 91%
👎👎LAKKII👎👎 – 9
👍 9%
👥 104 people voted so far.
public poll
❤EYYEEN❤👍👍👍 – 95
👍👍👍👍👍👍👍 91%
👎👎LAKKII👎👎 – 9
👍 9%
👥 104 people voted so far.
Seenaa Gabaabaa Xiinxalaa Siyaasaa fi Hoogganaa olaanaa OMN obbo Jawar Mohammed,
BY AFAAN OROMO
SEPTEMBER 27, 2018
Jawar Mohammed kan dhalate bara 1985A.L.A Godina Arsii gara Daangaa Harargeedhaan waldaangessu magaalaa xiqqoo Dhummuugaa jedhamtutti dhalate. Naannoo Dhummuugaa kan jiraatu ummanni gara dhibbeentaa 90(90%) hordoftoota Amantii Musliimaa yommuu ta’an, dhibbeentaan 10 hafe immoo hordoftoota amantii garagaraati. Haa tahuu malee Dargaggeessi qaroon Oromoo kun Maatii amantiidhaan walmakaa(Abbaadhaan Musliimaafi haadha Kiristaana) irraa dhalate.
Haalli kun Dargaggeessi gameessi kun umrii dargaggummaasaatti muudannoo jireenya hawaasummaa adda addaa kan itti qorame akka tahe dubbata. Akkasumas, haalli sun; Jawar, Hariiroo walitti dhufeenyaafi waliin jiraanya hawaasa maatii amantiiwwan garagaraa hubaachuu keessatti carraa guddaa akka uumeef, akkasumas yeroo fudhatee yeroo adda addaatti amantii dhuunfaasaatiyyuu murteessuuf karaa qabsiisuuf akka yaadeefi kunis waliin jireenya dhuunfaasaafi hawaasummaatiif, akkasumas obsa horachuuf hangam akka isa gargaare hima.
Jawar hanga umriin isaa barnootaaf gahuufi asuma Magaalaa Dhummuugaa jiraate.
Umrii dargaggummaan Dhummuugaa jiraate keessatti akkuma dargaggoota kaawwanii Hangafootaafi maanguddoota waliin kan dabarsu akka taheefi sababni dargaggootni naannoo dhummuugaa Hangafootaafi Manguddoota waliin yeroo dheeraa dabarsaniif Beekumsa irraa argachuufi bilchina hangafootaa dhaaluuf akka tahe dubbata Leencichi Jawar Mohammed.
Haaluma walfakkaatuun Dargaggoon Jawaris Seenaa, Seera, Aadaafi Duudhaa, Safuufi Siyaasa Akaakayyuu(Abbaa abbaa isaa) irraa fi hangafootasaa irraa akka barate dubbata. Haala kanaan Dargaggeessi gameessi Jawar akka jedhutti, Hubannoofi Muuxannoo Abbaafi Akaakoo isaa waliin madaalee, Akaakoon abbaa isaa immoo isaan kanneen caala akka dargaggoo gorsuufi gahoomsuu danda’an tilmaama isaa kaaya.
haaluma walfakkaatuun; hayyuun gameessi Jawar, akka jedhutti “Dhaaloota baroota jahaatamootafi torbaatamoota keessa turaniif DINQISIIFANNAAfi KABAJA Guddaa akka qabuufi, Ummanni sun ummata tattaafataa, ofittoo kan hin taaneefi itti gaafatamummaadhaan kan socho’an” akka ta’an akka amanu dubbata.
Yommuu Umriin isaa barnootaaf gahu, Barnoota Sad.1ffaa achuma Dhummuugatti barnoota kan eegale yoo ta’u, garuu Jawar osoo barnoota M/B sad.1ffaa hin xumurin barnoota addaan kutee akka deemu ergaan jedhu itti himame Mana barumsichaa irraa. Kun taatee osoo isaafi maatiin isaa itti hin yaadin yoo tahellee, Dargaggeessi gameessi Jawar Mohammed Carraa M/B waan hundaan M/Barumsicha duraan keessa turee caalutti akka baratu carraa saaqeef.
Kunis; Gara Magaalaa Asallaatti akka imaluufi Barnoota isaa M/B Kaatoolikitti akka eegalu taasifamuu isaati. Sana M/B kaatoolikii jedhamutti waggaa 1 erga baratee booda, waggaa itti aanu gara M/B Cilaalootti jijjiirate, hanga gara Magaalaa Adaamaatti imalutti. Imalli Dargaggeessa gameessa kanaa itti aanu Magaalaa Adaamaa ta’e. Haala Kanaan Qormaata ce’umsa biyyoolessaa magaalaa Adaamatti fudhachuudhaan xumure.
Yeroon kun yeroo Leenci umrii dargaggummaa keessa itti seenuu eegaleefi QBO(Qabsoo Bilisummaa Oromoo) keessatti qabatamaan hirmaachuu eegalee dha. Baruma Qormaata fudhatu sanaadha,
~ “Alaabaa ABO qabattee deemta”
~ “Dargaggoota jeequmsaaf kakaasaa jirta” jedhamee kan hidhaa wayyaanetti darbatamee tures.
Bara 2003, Dargaggeessi Qaroon kun, barattoota Umrii xiqqeenyaatiin Qabxii hin yaadaminiifi fakkeenyummaa olaanaa qabu fide tahe argame, kanumaanis Carraa addaa kan barnootaa Koollejii qabeenya gahaa qabu kan biyya Singapore ” United World College of South East Asia” jedhamu argate. Imalli isaa inni itti aanu gara Singapore ta’e.
As, Koollejjii United World jedhamu kana erga seenee booda Hayyuun gameessi umrii dargaggummaatti bilchaate kun haala mijataa argate tokko tokkotti dhimma bahuu eegale. Umrii ijoollummaa oftahee seenaafi aadaa, eenyummaa isaa hangaftootasaa, keessumaayyuu akaakoosaarraa barachaa guddate sana hojitti hiikuuf tattaaffii tokko tokko eegale. Barnoota Afaan Oromoos asumatti barattoota hiriyyoota kutaasaa wal

Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Maalo Oromoo tiyya subscribe nuuf godhuudhan nuu jajabessaa isinin jenna.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
YouTube
NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !
LIKE SHARE SUBSCRIBE GODHU HIN DAGATINA#