Telegram Web Link
Imaamni Masjiid Al Haram Sheyik Yaasiir Al Dawsarii hojiilee da'awaatiif Afriikaa Kibbaa seenan
Imaamaafi khaaxibni Masjiid Al Haram Sheyik Yaasiir Al Dawsarii dorgommmii Qur'aanaa guddicha marsaa 16ffaaf gaggeeffamu irratti hirmaachuufi hojiilee da'awaa garaa garaatiif Afriikaa Kibbaa seenaniiru.

Jaallatamummaa guddaa hawaasa adduunyaa irraa kan argatan Sheyik Yaasiir magaalaa guddoo biyyattii keessatti kan argamu masjiida As-Salaam La'udi'um jedhamutti salaata Juma'aa guyyaa boruu salaachisuun daawwannaa isaaniikan eegalan yoo ta'u masjiidota kutaalee biyyattii garaa garaa keessatti argamanis akka daawwatan odeeffannoon Spider Media n The Islamic information irraa argate ni mul'isa.

Gama biraatiin dorgommii Qur’aanaa Biyyaalessaa tibbana achitti gaggeeffamuufi taateewwan hawaasa Islaamaa Afrikaa Kibbaa guddicha ta'e irrattis ni argamu.
Haati Rasuulaa(S.A.W) Eessatti Duute?
Anonymous Quiz
24%
A. Baqii'i
53%
B. Abwaa'a
18%
C. Madiinaa
6%
D. Makka
Rabbiif jettee waan tokko yoo dhiifte mirkaneeffadhu.
*بِسۡـــمِ اللّٰهِ الرَّحْمٰنِ الرَّحِيْمِ*

*اَلسَّـــــلَامُ عَلَــيــْكُمْ وَرَحْمَـــةُاللّٰهِ وَبَرَكَـاتُهُ
*اَللّٰهُمَّ اِنِّیْ اَعُوْذُبِكَ مِنْ عِلْمٍ لَّا یَنْفَعُ وَمِنْ قَلْبٍ لَّا یَخْشَعُ وَمِنْ نَّفْسٍ لَّا تَشْبَعُ وَمِنْ دَعْوَةٍ لَّا يستجاب.

*Yaa Rabbi ani beekumsa faaydaa hin qabne irraa, qalbii gad of hin qabne irraa, lubbuu hin quufne irraa, kadhannaa deebii hin arganne irraa sitti maganfadha*
Jannatni Qur'aana Keessatti Yeroo Meeqa Dubbatamte
Anonymous Quiz
33%
A. 68
39%
B. 65
9%
C. 67
18%
D. 66
Ibiddi Yeroo Meeqa Qur'aana Keessatti Dubbatame?
Anonymous Quiz
32%
A. 126
11%
B. 127
26%
C. 125
32%
D. 236
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#vote
Sirni filannoo Amiirrotaa Faawundeeshinii #waa_islaamaa marsaa 5ffaa waggaa lama lamaan gaggeeffamu guyyaa har'aa haala ajab nama jechisiisuun lafaa fi qilleensa irrattis sa'aa 7:00 irratti akka lakk. Biyyaatti ni gaggaffeema.
#Carraa_Gaarii
Kaadhimamtoota teenyaaf hawwina. Jzk
Warroonni Miseensa F/Waa Islaamaa Taatan Liinkii Kanaan Seenuun Filadhaa.
👉 https://www.tg-me.com/+1i8Sjdnw3M04YzA8
ماشاءالله
Namatti Tola
2024/09/20 23:02:53
Back to Top
HTML Embed Code: