Telegram Web Link
Boru Ajandaan Guddaan tora Facebookii fi soshaal-Midiyaa hundaan Namni Hundi kan irratti xiiyyeefatu EID MUBARAK wan Taheef😁, Anis Gama kootin asuman Nama Hunda Dura Obolleewwan kiyya warreen Amantaa Muslimaa Hordofan Maraan Baga Ayyaana EID Al-Fixriitin isin Gahe.
πŸŒ΄πŸ•‹πŸŒ΄πŸ•ŒπŸŒ΄πŸ•ŒπŸŒ΄πŸ•‹πŸ•ŒπŸ•‹πŸŒ΄πŸ•ŒπŸ•ŒπŸŒ΄
EID MUBARAK
πŸ‘‡πŸ‘‡JoinπŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ‘‰@SAMSAMIREEE
πŸ’˜Jaalalliin An siif qabuu wallaahii Isa hangana hin jedhamnee β™₯️ gammachuu hunda si waliin qooddadhaπŸ˜„ kanaaf Nama hunda dura Eid mubaarak siin jechuu barbaadeetii.
🏝🏝🏝🌹🏝🏝🌹🌹

Eid MΓΉbΓ Γ Ε•ak
🌹🌹🌹

🏝Baga ittin si gahee
🌹Obboleettii Tiyyaa
πŸ’˜Hundumti keessanu
🏝Obboleessa kiyyaa
β™₯️Eid MΓΉbΓ Γ Ε•ak siin
🏝Jedha garaan kiyya
πŸ’˜πŸπŸπŸ

🌹Irraa hin hongehin
🏝Soommana keetirra
πŸ˜„Gammadi jiraadhuu
🏝Anaaf guyyaa Arraa
πŸ’˜Bagattiin si gaheee
🌹Guyyaa caalu hundara
🏝Hiyyeessan dagatiinn
🍡Adaraa Adaraa Adaraa


Hiriyyaa keetiif forward
@SAMSAMIREEE
🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼
#Beeksisaa

🎧Sam Samiireeβ„’πŸŽ§|Channelii Nashiidaa fi hadiisaale Adda Addaa karaa Telegramiin isiiniif qabannee dhufneera.

Fayyadamtoonni Telegramii hundii JOIN gochuun Amantii keenya waliin haa guddifnuu!
Waa sadii tan nama dhoorgachuun hin
taane tami?

1. Bishaan,

2. Citaa fi

3. Ibidda.

➑ Namni soomanu yeroo meeqa
gammada je’ee Rassuulli (SAW)?

Yeroo 2. Isaanis:

1. Yeroo furuu fi

2. Yeroo rabbi isaa qunnamu.
@SAMSAMIREEE
@SAMSAMIREEE
Channel photo updated
maya
<unknown>
πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹
EID MUBAREK NESHID
πŸŽ‡πŸŽ†πŸŒ πŸŒ„πŸŒ…πŸŽ†πŸŽ‡πŸŽ†
BY #AKRAMAL AROOSII
πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹
JoinπŸ‘‡πŸ‘Œ
@SAMSAMIREEE
Eid mubarek to u & ur beloved family
ΨͺΩ‚Ψ¨Ω„ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ Ω…Ω†Ψ§ ΩˆΩ…Ω†ΩƒΩ… Ψ΅Ψ§Ω„Ψ­ Ψ§Ω„Ψ£ΨΉΩ…Ψ§Ω„
@SAMSAMIREEE
2024/09/30 13:31:52
Back to Top
HTML Embed Code: