Telegram Web Link
๐„๐“๐‡๐ˆ๐Ž ๐“๐„๐‹๐„๐‚๐Ž๐Œ

๐‘ช๐’‚๐’“๐’“๐’‚๐’‚๐’ ๐’Œ๐’–๐’ ๐’Š๐’”๐’Š๐’ ๐’…๐’‚๐’“๐’ƒ๐’–๐’– ๐’‰๐’Š๐’ ๐’’๐’‚๐’ƒ๐’–

๐‘ถ๐‘ซ๐‘ผ๐‘ผ ๐‘ฎ๐‘จ๐‘ด๐‘ด๐‘จ๐‘ช๐‘ฏ๐‘ฐ๐‘ฐ๐‘บ๐‘จ๐‘จ
sababa dhukkuba koronaatiif itiyoo telekoom ergaa mana keessan turaa kan jedhuuf kaffaltii tolaa tajaajila interneetaa MB5000 fi tajaajila ergaa sagalee daqiiqaa 150 isiniif qopheesseera tajaajila kana argachuuf dirqama linkii Kana https://www.tg-me.com/Ethio_tele1_Bot?start=r00017635630 namoota kudhan affeeruu qabdu yeroo namoota kudhan affeertan linkicha tuquun kaffaltii keessan argachuu dandeessu

ergaa kana namoota kudhaniif dabarsaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SAMSAMIREEE
โค๐Ÿ’šโค
@SAMSAMIREEE
โคโค๐Ÿ’”๐Ÿ’”
@SAMSAMIREEE
โ˜†โ™ก~~ eee~ wlh ~miskina ๐Ÿ˜€wlhaa๐Ÿ˜€ โ™ก~โ™ก-------
UMMI
EBSA AND SALAH
@SAMSAMIREEE
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โค๐Ÿ’šโค
Umiiiitooo
Forwarded from Eid Abdusalam
Obboleysa kheenya Hamzaa Mukhtaar Khan gara fuula rabbii deeme maatii isaatiif (Ilmaan isa booda yatiimoyte waan jirtuuf ) gargaarsa akka gootan khabajaan maqaa rabbiitin isin gaafanna.
Baankiileee armaan gadii Khanaan erguu nidandeeysan.
1. 10000326813463 commercial bank of ethiopia
2. 01425794166700 awash bank.
3. bankia internaashina oromiyaa 3563197
4. Baankii hojii gamtaa Oromiyaa 1000071483987

Koree qindeesituun gargaarsaa Fiila Ahmed, salahdin saed fi Anas shek abdurahman Damootati Odeeffanno dabalataatiif isaan dubbisuu nidandessan.

@EidAbdusalam
โคโค๐Ÿ’”๐Ÿ’”
@SAMSAMIREEE
@SAMSAMIREEE
๐Ÿ˜€๐Ÿคฉโคโค๐Ÿ’”
๐Ÿ’”๐Ÿ’šโค
@SAMSAMIREEE
Abuu Hureeyraan Rabbii irraa haa jaalatuu akki je'e:
Jaalalleen kiyya (Rasuulli) ๏ทบ waa sadii hangan du'utti akkan hin dhiifne naaf dhaame:

Soomana guyyaa sadii baatirraa, Salaata Duhaa, Witrii salaatee Rafuu

โœ… (Soomana guyyaa 3 baatii hijirii guyyaa 13ffaa, 14ffaa, 15faa.)

โœ… (Salaate hoggaa aduun owwite salaatan.
kan sa'aa 4 fii 6 jidduu jiru. Rak'a lama)

โœ… (Salaata halkanii kan xumurri Isaa raka'aa takkaan dhumatu.... Salaata kana Ishaaii booda raka'aa 3, 5, 7, 9, 11, ... haala kanaan salaatuun ni dandahama.)

itti dalaguuf haa yaallu.
@SAMSAMIREEE
#DrLiaTadesse

Itoophiyaatti namoota dabalataa 87 irratti vaayirasiin koronaa argamuu ministeerri fayyaa beeksiseโ—๏ธ

Itoophiyaan sa'aa 24 dabre keessa namoota 3,932'f qorannoo Koroonaavaayiras kan taasiste yogguu tahu, namoota 87 irratti vaayirasichi argamuu Ministirri Fayyaa biyyattii beeksiseera.

Haala dhukkubsattootaa:-

Namoota sa'aa 24 dabran keessa qabamuun isaanii mirkanaa'e hunduu lammilee Itoophiyaa yoo ta'an, kanneen keessa 59 dhiiroota yommuu tahan, 28 ammoo dubartoota. Akkasumas umriin isaanii waggaa 10 - 70 gidduu kan jiraaniidha.

Namoonni qabamuun isaanii mirkanaa'ee keessaa:-
๐Ÿ’  Namoonni 67 Finfinneerraa,
๐Ÿ’  Namoonni 2 naannooTigraay
๐Ÿ’  Namoonni 7 naannoo Amaaraa
๐Ÿ’  Namni 1 naannoo Hararii
๐Ÿ’  Namoonni 6 naannoo Oromiyaa
๐Ÿ’  Namoonni 4 naannoo Somaalee


Kanneen keessaa immoo:
๐Ÿ‘ค Namoonni 28 kan tahan seenaa imala biyya alaa kan qaban yoo tahu,
๐Ÿ‘ค Namoonni 18 ammoo namoota amma dura qabamuun isaanii mirkanaa'e waliin tuttuqqaa qabu
๐Ÿ‘ค Namoonni 41 garuu seenaa imala biyya alaa kan hinqabneefi namoota vaayirasichi irratti argame waliin tuttuqqaa kan hinqabne tahuu, ragaan bahe ni mul'isa.

โ€ข Lakkoofsi namoota waliigalaa biyyattiitti Covid-19n qabamaniis 1,344 taheera.

Gama kaaniin ammoo, sa'aatii 24 dabre keessa namoonni haaraan 14 (6 naannoo Oromiyaa, namoonni 8 immoo naanno Somaalee irraa) vaayirasicha irraa bayyanachuus beekameera. Waliigalattis namoonni 231 COVID-19 irraa bayyanataniiru.

@SAMSAMIREEE
๐Ÿ˜ท๐Ÿ˜ท๐Ÿ˜ทSave your life from corona ๐Ÿ˜ท๐Ÿ˜ท๐Ÿ˜ท๐Ÿ˜ท๐Ÿ˜ท๐Ÿ˜ท๐Ÿ˜ท๐Ÿ˜ท๐Ÿ˜ท
๐Ÿคฉโค๐Ÿ’šโค๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ’”๐Ÿ’”

@SAMSAMIREEE
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡THEY PEOPLE SAY COMMING SOON
INSHA ALLAH ๐Ÿ’™๐Ÿ’™
@SAMSAMIREEE
By Ustaz Ahmadin Jabal irraa

Beeksisni kun Kanaadaa Magaalaa Edmonton keessa dhaabbame.

Dhaamsa Ergaman Rabbii Muhammad (SAW) Koroonaa Vaayiras fi dhukkuba daddarbaa ofirraa ittisuuf dabarsaaniiti
๐Ÿ’™๐Ÿ’™๐Ÿ’™๐Ÿ’™๐Ÿ’™๐Ÿ’™๐Ÿ’™
Magaalaa kharamile tti baqqaattota Somaalee irra buqqaniif akkana khaname
@SAMSAMIREEE
2024/09/30 05:26:20
Back to Top
HTML Embed Code: