Telegram Web Link
β€πŸ’šβ€
For Everything πŸ’™πŸ’™πŸŒ·
πŸ‘‡πŸ‘‡
@SAMSAMIREEE
Qorsi koroonaa hanga ammaatti gorsuma !
Waraana kana injifatuuf wantee(gaachana) carqii sana afaanitti hidhadhaa !
Ulaagaan tawakkulaa (Rabbirratti erkachuu) sababa qabachuu dha !

@SAMSAMIREEE 😷
@β˜†β™‘β™‘β™‘β€β€πŸ’”πŸ’”
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SAMSAMIREEE ------
ALA MBC 3 JOIN
πŸ‘‰πŸ‘‰Tom and Jerry

@SAMSAMIREEE
β€β€πŸ’™πŸ’™
@SAMSAMIREEE
Qurannii Ibidarraa Gachaanaa sif Tahaa
β˜›Qurannii Qalbii tee Qullqul
β˜›Qurannii Qalbii tee Qullqullessaa
β˜›Qurannii Ifaa Mumina
β˜›Qurannii Ifaa Muminaati
β˜›Qurannii Guyyaa Qiyaamaa Sababa
β˜›Qurannii Guyyaa
Nama toltuu sitti dalage
Hamtudha fula itti hin debi'in
β€β€πŸ’”πŸ’”

@SAMSAMIREEE
β€πŸ’šβ€
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SAMSAMIREEE
Dhaamsa !
❀ Rasuulli Rabbii (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam) akki jedhan, "Waa #Afur yoo si keessatti argaman #Duniyaa tanarraa wanni si darbe rakkoon tokko sirratti hin jirtu (Duniyaan si darbuun rakko tokko sirratti hin #Fiddu):
1. Amaanaa #Tiksuun
2. Dhugaa #Dubbatuun
3. Haala #Gaarii qabaatuun
4. Nyaata keessatti #Haraam irraa uf tiksuun."

@SAMSAMIREEE
πŸ‘‰πŸ‘‰Amiiiiiiiinβ€πŸ’šβ€
@SAMSAMIREEE🀲🀲🀲🀲🀲🀲🀲
Namni rabbiin
# dubbachu (hasawu) fadhe
Salaatatti ha seenu
Namni akka Rabbiin
# isaan dubbatu (hasawu) fadhe ammo qur'ana ha qara'u ykn ha dubbisu πŸ₯°πŸ˜πŸ™
ALAHAMDULILAH
@SAMSAMIREEE
πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰Masha Allah β€πŸ’šβ€
πŸ’™
@SAMSAMIREEE
β™₯️Hinaaffaa Jaalalaa❀️


Gaaf tokko abbaa manaa fi haadha warraatu taa'anii wajjiin hirbaata(hiraata) nyaachaa jiru. Jarri lachanuu baayyee wal jaalatu.

Otuma nyaachaa jiranii haati warraa gidduun gaaffii gaafatte!!

πŸ™‹H,W, Habiibii ati yeroo na fuutu sana onnee keetirraa najaalattee turte mitii??

πŸ™‹β€β™‚Eeka, onneema koo irraan sijaaladhee si fuudhe, habiibtii!

πŸ™‹Garuu ana malee dubartii biraa hin beektu mitii??

πŸ™†β€β™‚Iiih iih , akka rifachuu tahee
Dhugaa dubbachuuf..
.
.dubartii tokkotu jirti kanan eenyumayyuu caalaa jaaladhu, kanan bakka guddaa kennuuf..

πŸ€¦β€β™€Maaaaaaal 😁😁😁
Ati Rabbumallee hin sodaattuu?

Eenyuma isheen❓❓❓❓

πŸ€·β€β™‚Innis suuta tasgabbaayee, isheen
..
.Harmee(Haadha,Ummaa, Aayyoo) tiyya jedheen,πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„

πŸ‘©β€βš–Uuuuuuh Maaluman sitti balleesse, an immoo waan ati dubartii biraa na gubbaan jaalatten seheeπŸ™πŸ™πŸ™

πŸ™…β€β™‚Lakki ati kennaa Rabbiin natti arjoomedha, maalumaaniyyuu sihin jijjiiru, jedheenii nyaata isaanii wal guurshaa itti fufan!❀❀❀❀❀


🌹Nuti immoo jara kanaaf gorsa sadi daballaaf
1, Nyaata irratti hin haasa'inaa, keessumattuu haasaa keessa rifaatuun jirtu ka akkanaa!!
2, Dhiirri dandeettii biological fi economically qabu hanga afuriitti fuudhuu Rabbitu heyyameefii kanaaf jettanii hamma kana nahuun(rifachuun) aad-maleedha,


3, Jaalala keessan kana namni hedduun asi irraa dubbisee akka ija hinaaffaan isin hin ilaalle, galgala galgala du'aa'ii godhadhaa rafaa😍😍

πŸ‘‰Kan hin fuudhin fuudhaa, kan Fuutan jaalalaan wajjiin jiraadhaa πŸ‘

@SAMSAMIREEE πŸ’™πŸ’šπŸ’™
πŸ‘‚
πŸ‘€
πŸ‘… ,,,,,,,,ALAHAMDULILAH
β£πŸ’™πŸ’™πŸ’™
@SAMSAMIREEE
Mixiifi raammoo

ΒΆ Gaaf tokko Nabi Suleymaan(as) maddii galaanaa odoo taa'aa jiruu mixii firii qamadii afaanii fuutee gara galaana sanii deemtu arke. Yeroo isiin galaana bira geysu qocaan takka bishaan keysaa baatee afaan banannaan mixiin sun afaan qocaa seente. Achumaan qocaan bishaan seente. San booda Suleymaan dubbii san ajaa'ibee xiinxala keysa galee odoo jiruu qocaan galaana keysaa bahee afaan banate, mixiin sun firii qamadii dhiiftee afaan qocaa keysaa baate.
Yeroo kana Suleymaan mixii san barbaadee waan kana gaafate. Achumaan mixiin deebisaa armaan gadii kana deebifte:-
" Yaa Nabiyyii Rabbii qilee galaana kanaa keysa dhagaa keysi duwwaa kan raammoo ballaa takka Rabbiin achi keysatti umeetu jira. Isii saniif akkaan rizqii isii geysu ana ajaje. Qocas akka ana fuutee qaawa dhagaa san biraan na gayu isaas ajaje. Yeroon achi gayu qocaan afaan banata keysaa baheen rizqii raammoo san biraan guyuuf dhagaa san keysa seena. San booda deebi'een afaan qocaa keysa galee gara lafaatti fiddee na buufti."
Yeruma kana Suleymaan raammoo san irraa Rabbiin qulqulleysuu( tasbiiha) dhageysee?jechuun gaafate.
Ee isii " yaa Isa danbalii tana jalatti, dhagaa kana keysatti ana hin irraanfanne gabroottan kee kan mu'umintoota tahan Rahmata keetiin hin irraanfatin yaa Isa warra Rahmata namaaf godhuu Caalaa Rahmata namaaf godhu!!!" Jetti jetteen.
Yaa nama rizqiif bakka hin taane, waan hin taane keysa seenu if yaadadh

@SAMSAMIREEE ..
.ALAHAMDULILAH 🀲
2024/09/30 07:22:50
Back to Top
HTML Embed Code: