Telegram Web Link
Anis yoo waa'ee kee dubbachuuf ka'u, akka nama galaana adunyaa kana hubboo tokkotti hammaaruuf ka'ee...
Akka nama duumessa samii qorii takkatti waraabuuf ta'ee...
Akka nama urjii samii keessa kaa'uuf ol bahee dhama'e...fakkaadha !!
Jecha ittin si ibsu hin qabu garuu me amma si ebbisa Amin jedhu🙏
RABBII :
qaamaaf qalbii kee si ha guutu !
Addunyaaf aakiratti maqaaf maqaamni kee si ha fagaatu
Dubbii teetii mitii,hancufni keetuu barakaa ha qabatu! Maqaa kee sadarkaa ha qabaatu!
Abbaan amba maraa si ha taasisu...mi'aayi,urgaayi,bareedi jawwe ko
Qaama tokkollee hin galateeffannu!!!
Mirga keenya sarbanii deebi'anii nuuf eeyyamuu isaaniif isaan komanna malee isaan hin galatoomfannu! Kun damee dha, galma qabna, kaayyoo qabna!
Nuti Dhaloota Jabaluu dha, waan xiqqoon gammannee harka reebaa hin oollu, hanga dhaabbanni keenya guutummaatti nuuf deebi'utti qabsoo irraa hin sarminu.
# DhalootaJabaluu
# BREAKING ! Yoo gad baatee falmatte akkana!
-Sagantaan Ifxaara kaleessa dhorkamee ture bor sa’a 10rraa eegalee bakkuma dura karoorfame Dirree Irreechatitti baasii guutuu mootummaatin akka gaggeeffamu taasifamee jira.
-Injifannoo kana kan fide callisuu dhabuu obboloota Musliimaa kaleessaa sani. Kan gad ba’ee qabsaa’e akkanatti mirga isaa kabachiifata! Obboloonni keenya amantaa Musliimaa hordoftan baga irra aantan, boru xiiqii fi kutannoodhan መስቀል አደባባይ-Dirree Irreechatti wal argaa, yeroo jaalalaa fi nagaa gaarii dabarsaa!
t’s been 315 days since Hachalu’s assassination & 314 days since over 50 thousand Oromo political prisoners have been unlawfully detained.
FREE THEM ALL!
# FreeAllOromoPoliticalPrisoners
# StarvingForJustice
# OromoProtests
# JusticeforHachaluHundessa
# Plus178candidatesbehindbars
# FreeColonelGemechuAyana
# FreeJawarMohammed
# FreeBekeleGerba
# FreeAbdiRegassa
# FreeKennasaAyana
# FreeDejeneTafa
# FreeMichaelBoran
# FreeMeleseDirribsa
# FreeHamzaBorana
# FreeShemsedinTeha
# FreeLammiiBeenyaa
# FreeDawitAbdeta
# FreeYohannesGerba
# FreeDararYohannes
# FreeBatteeUrgessa
# FreeSulxaanSoleeman
# FreeAduulaaBaqqalaa
# FreeTakiluuGammachuu
# FreeBilisummaaMulataa
# FreeJimaaNagoo
# FreeFayyeeraaGuluu
# FreeBadhaasaaFarajaa
# FreeGaaddisaaBaqqalaa
# FreeWoldu
# FreeShamsaddiin
AND MANY MORE
Magaalaa Dambi Doollootti uummata fuuldura addabaaba'ii irratti ajjeechaa dargaggoo tokkorratti raawwatame hawaasa gaddisiise!

Jiraataa magaalaa Dambi Doolloo kan ta'e namni OMN dubbise tokko akka jedhutti, har'a ganama toora sa'a 5 hanga 6 gidduu mana manarra deemuun poolisiin humna addaa Oromiyaa 'humnaan' gara Addabaaba'itti uummata yaasuun, "Abbaa Torbee qabnee jirra ija keessan duratti ajjeesna" jechuun, dargaggoo Amaanu'eel Wandimmuu jedhamu harkasaa walitti hidhanii fuuldura uummataa erga dhaabanii booda, rasaasa itti roobsuun ajjeesuu isaanii miira gaddaan hima.

Boodarra uummatni hedduu miira keesaa galuudhaan, utuu poolisiin dhowwuu reeffa achii kaasanii kafanuun har'a waaree booda kana sa'a 8 booda Bataskaana Sillaasee magaalaa Dambi Doolloo ganda 07 keessatti awwallachuu hima.

Dhimma kana ilaalchisee Biiroon Kominikeeshinii Magaalaa Dambi Doolloo "maqaa abbaa torbee jedhamuun lubbuu namaa kan baasaa ture irratti tarkaanfiin fudhatame" jechuun toora FB irratti ibseera.
EID MUBARAK UMMATA MUSLIMMAA HUNDAAN
Please nuuf barbaadaa
====================
Poolisoonni Humna Addaa Oromiyaa Oromummaan Dhugaa isiin keessa jiru miseensoota Poolisii Ajjeechaa kana irratti hirmaataan maqaa fi bilbila isaanii nuuf ergaa
Nuutii kan fenuu kanaa.wal kabajnaa!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
"Don't ever forget!
በኢትዮጵያ ሀገር ዉስጥ ኦሮሞ ላይ የደረሰ ግፍ የዱር አራዊት ላይ አልደረሰም።"

ጀዋር መሃመድ
___________
ዛሬ በደንቢዶሎ በወጣት ገመቹ ላይ የሆነ ይህው ነው። ኦሮሞ ከእስር ቤት አሶጥቶ ገድሎ አስክሬኑን ለጅብ መስጥት የተፈፀመው በእኛው ዘመን በአሁን የብልፅግና ብድን ነው። ብዙ ለመስማት ለጆሮ የሚሰቀጥጡ ግፎች በኦሮሞ ህዝብ ላይ ለዘመናት እየተፈፀሙ አሁን እንደቀጠሉ ናቸው።
Hordaftooni Amantaa Islaamaa hundaan baga ayyan idi al faxiriin isin gaye Edi Mubarak

goototta mana hidhaa keessa jiran namootta Amantaa Islaamaa hoordafaan hundan baga ittin isin gaye.
#jawarMohamed
#hamzaboorana
#shamsadiin taha fi k.k.f.katan hundan Edi Mubarak
Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaan karaan akka kabajamu qaamni hundi ga’ee isaa akka ba’u waamichi dhiyaate

Ayyaana Iid Al faxirii Waggaa 1442ffaa nagaan akka kabajamuuf hawaasa Muslimaas ta’ee lammiileen biyyattii hundi shooraa isaa ba’uu akka qabu Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Finfinnee waamicha dhiyeesse.
Manni marichaa ergaa baga geessanii Ayyaana Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaa dabarse

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa ergaa baga geessanii Ayyaana Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaa dabarseera. Ayyaannichi ayyaana gammachuu, badhaadhinaa, jaalalaa fi fayyaa akka ta’u hawweera. Ayyaanni Iid Al Faxirii ayyaana hordoftoota amantaa Islaamaa biratti duudhaa afuuraa babal’isuun hordoftoota amantaalee biroo waliin walta’uun kabajamu ta’uu Manni Marichaa ibseera.
Wol-Saaxiluu eegalanii jiru
========================

Caalii Zaaraa Waakkachaa jira

Bakkeee Ajjeechaa sana ture garuu dhukaasa Ajjeechaa kan raawwaate Ana miti Alamaayyoodha jedha. Abbaan fedhees haa dhukaasu Hundi keessanuu itti gaafatama jalaa hin baatan.

Bilbilli Caalii isa kana 0908274611

Alamaayyoo Kan jedhamu dhalataa shaggar kibba dhihaa kan ta'e isa 1ffaa Footoo irratti argitan kanadha.

Bilbilli Alamayyoo immoo 0933011074 isa kana dha!

Wol Hin dhiifnu akkanatti!
Qabsoon itti fufa.
Imalli keenya dheeradha.
Kaayyoo keenya galmaan geenyu malee boqachuun hin jiraatu.
Have a day gara laafessa koo!!!
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Abđeta Øbborra)
Alamuddiin Abraahim:
Baga Arra geeysanii
Iida Al fixiriidhaa
Hundumti keeysanii
Wagga waggaan arkaa
Dheeradhaa Umriinii
Ajiriis Argadhaa
Tan qabu Soommanni
👏👏👏👏👏👏👏
Rabbii isinii haa godhu
Iida qabdu milkiii
Iida Barakaadhaa
Tan Hin qabne shirkii
Ol qabdee kadhannaan
Hin dhabin kee harki
👐👐👐👐👐👐👐
Umrii dheertuudhaaniis
Maatiif waatiin martuu
Baga geeysan Arra
Balbala Risqiidhaa
Siif haa saaqu karraa
Kan Iida hin Argin
Meeqaatami Arraa
Galata Galfadhu
Rabbii keetiif Arra
Miskiina nyaachisi
Atiis kan qabdurraa
Rabbii keef suduudi
Hanga jirtu Addunyaarra
💚💚💚💚
💕 Qopheeysaan 💞
💗Alamuddiin Abraahim💗
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
KANA BEEKTU LAATA?


​​Biqiltuun dacheen qabdu keessaa, dhibbeentaan 85% bishaan garbaa(Ocean) keessatti akka argaman beektu laataa?!!!🙊🙊



@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Waan hundumaa amanuudhaaf hin ariifatiin,sababiin isaas sobni dhugaa irra ariifatee gurra si lixa waan ta'eef.

Imala daandii Milkii


@jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Mormii Adaamaa Salaata booda!
===================•=
- Mirgi Ilmaan Oromoo haa kabajamu

- Free Jawaar ,Baqqalaa ,Hamzaa.... etc!
Wolloo Kamisee- Fakkeenya gootummaa!
=====================••••
Ummanni keenya Wolloo kuni ummata #Palestine wojji waan heddu Wol fakkeessu qaba. Oromoon akka Sabaatti gama hundaan hedduu cunqurfame, kan Oromoo Wolloo immoo dachaadha. Sirnoonni hunduu eenyummaa isaanii balleessuuf yaalanii dadhaban!

Sana hundaa danda’a ummanni kuni waan irratti taasifamu hundaa moo’achaa har’a gahee.

Ummata Wolloo fakkeenya Gootummaati !!
Baga keenya taatan, Baga keessan taane!

Takka harka kennachiisanii malee harka kennatanii Hin beekan!
2024/09/23 07:20:01
Back to Top
HTML Embed Code: