Telegram Web Link
Kebridahar unversity

0923417771
Warri Mekdala Amba universitii isin ga'e 0948890167 naquunnamaa Godina w. Lixaa magaalaa najjoo irraa
Ijoolee raayyaa yunivasiti isin gahef


0917754322
ijoolee yunivasiti raayyaa isini gaa,ee muccaa kanaf dawaala 0973809078 nazif awolii jimmaa ra,a
0929066982
DEBARK
OFITTI AMANUU/ Be yourself
*******************
Hedduun keenya dandeetti keessa keenyatti hin amannu. Osoo akka abaluun ta'ee jenne hawwii nama qaaneessu hawwina.
Iccitiin milkaa'ina inni jalqaba fi hunda dursuu ofitti amanuudha. Kanaaf of ta'ii biyyaa keef waan dinqisisa ta'ee dalagii darbii.

Tasuma iyyuu tilmamaa gad-aanaa ofiif hin laatin, sababiin isas meeshalee si milkeessan hundaa sammuu kee keessa qabda.
Kanaaf har'a qabii ilaalchaa kee sirreessi ofta'itii milkaa'insaaf fuulduratti kaadhu.

Guyyaa baay'ee bareedduu qabaadha❤️🙏❤️

❤️Join 👇👇
@oromotoo
@oromotoo
@oromotoo
Namoonni tokko tokko si jaalachuu hin danda'an; sababni isaa karaamaan kee seexaana isaanii waan mufachiisuufii dha.
________________________________
@Jechamoota
Iccitiin dursuudhaa; eegaluu dha.:- Mark Twain
_____________________________
@Jechamoota
Ofii kan kee yaada qabduun of madaali; Nama immoo gocha isaatiin madaali.:- Stephen Covey
_____________________
🖋️@Jechamoota🖊️
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (I ªM Qëëřřōō)
Maalo Oromoo tiyya subscribe nuuf godhuudhan nuu jajabessaa isinin jenna.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
#Point

Yuunivarsiitiiwwan hundii Caamsaa 20 hangaa Waxabajjii 10 tti akka cuufaman murtaa’era.

Mirkana'ee jira.


Odeeffannoo dabalataaf
⚡️⚡️ @OROMOTOO⚡️⚡️
⚡️⚡️ @OROMOTOO⚡️⚡️
Baga gammadani baga gamnee!!!

Waaroota channel beeysiifachuu barbaddan hundaaf channel keessaa gatti maddalawwaadhaan kan issiinf hojjannu ta'a.

Kanaafuu warrooni #Creator tataan hundaaf waamichaa goonaa namni channel gattii maddalawwan beeysifachuu barbaddan hundii keessaan kara @ABDETUOR naan gahu danddeetu.

Akkasuma Namoon Channel Bittachu barbadaan hundaaf Channel Missensa

Memabrsa 5k
Memabrsa 1k

Waan qabnuuf akka dafttaanii Nuu qunamattaan Waamichaa goona.


Channel keessaan yeroo dhihoot hordoftoota bayyee issiinf argatta.

@ABDETUOR
@ABDETUOR
@ABDETUOR quunama.
☞︎︎︎"Saree yoo si ciniinte deebitee hin ciniintu. Akkuma kana namoota jal'ina si irratti yaadanis tuffadhuutii bira darbi! Isaan irra wayyaa'uu kee itti agarsiisi
☞︎︎︎"Nama gaarii yaaduuf gaarii hojjatu yoo taate namni ati dhabdu hin jiru. Garuu namni si dhabu immoo jira.
Warri kara wallo university demta obbolessa kenya kanarratii naaf dawalaf 0948583247 qobo irra
Alamuddiin Abraahim:
Bareessuuf yaaleen ture
Suuraa kanaaf walaloo
Maaf harka na qabdan
Na gad-dhiisaa maaloo
Miidhaginaan ibsaaf
Qabaattuus Jaalalloo
Fafakkaattee hin bultuu
Qalloo intala 💕walloo
💗💗💗💗💗💗💗💗💗
Niin baradha jadheen
Osoon walloo deemuu
Ani biyya hin beekuu
Humtuu hin hayyamuu
Konkolaataarra bu,ee
Yoon saaiba waamu
Amanuun dadhabee
If sodaadhee sammu
Bareeddu walootu na simatee
Niin jaaladha yoomuu
🌹🍀🌹🍀🌹🍀🌹🍀🌹

Barreessaan Barataa Alamuddiin Abraahim Masalaa irrahii nuuf Erge. maatii channalii qerroo Galatoomii siin jedha Sanyii keenya Jabaadhu!!🙏
Walaloo Barataan Alamuddin masalaa irraha Channali keenyaf qophessee tanatti nuuf buhaara isinin jenna.
💐💐💐💐💐💐
👇👇👇👇


Qeerroo miidiyaa jadhee
Maqaadhaas moggaasee
Seenaa goota oromoo
Akkasiin hara,a ifa baasee
Barattoota keenya
Hunda wal barsiisee
Odeeffannoo gaarii
Kan gurra nu buusee
Qeerroo mediyaadhaaf
Alamuddiin Abraahim
Noobeelii Qopheessee
Kootuutii fudhadhu
Kan Qeerroo hundeesse.


GALATOOMII SIIN JENNA QACALEE KEENYA!!!! JABAADHU
Quuqaa Laphee Jalaa!

Kaayyoodhaaf
Hawwii koo

Isa Bara Dheeraa
Kunoo Tokko
Jedhee

Amma Jalqabeera
Galanni Haa Ga'u

Rabbii Uumaa Maraa
Cinqii Tokko Malee
Naaf Laaffise Karaa

Hawwiin Bara Dheeraa
Amma Naaf Milkaa'e

Quuqqaan Laphee Koo Si Bira Naaf Ga'e
Sababa

Sababa tokko malle
Hajjan koo naf bahee

Galanni Isa
Haa Ga'u
Dachaa Kuma Kum

Rakoo Tokkon malle Kuno Asin na Gahee

#jon_sherin_following
Yaadadhu
Namni yoo ati isa gammachiifte waan ati hin qabneen si faarsu, Yeroo ati isa aarsite waan ati hin qabneen si Arrabsa.
Yaa Gooticha koo.
Daandiin kee daandii kooti! Murannoon kee murannoo kooti.Ijjannoon kees ijjannoo kooti.Hidhaan tee hidhaa kooti!
Dhibaa fi dhibdeen tee dhibee kooti.
Akeeka,kaayyoo fi Abjuun ati hidhamteef tan oromoo hundaati.Sirraa hiiquu,tirtiruu fi daandii kee irraa gatantaruun abadan ana bira hin jiraatu! Ana biraas hin mullatu.
Waan tahaa ture,ta'aa jiruu fi ta'uuf jirus osoo hin sumudin saba kanaaf himaa turteerta!
Sabni kees waan ati dhaamaa baate hunda argee mirkaneeffateera!
Ani Lalisa Hussein jiraadhee miti du'ees oolmaa kee hin dagadhu! Atin beekaadha.Nama galmaati! Hayyuu fi Gaaddisa qabsoo sabaati.Kaleessas kaayyoo fi akeekni kee qulqulluudha.Hardhas sanumatu mirkane!
Oromoon yoo atin jiraatte jiraata,
Kanumaaf halkaniif guyyaa hirriiba dhabee rakkata!
Mana hidhaatii ni baata!
Mootummaas ni taata!
2024/09/23 09:24:37
Back to Top
HTML Embed Code: