Telegram Web Link
ODUU GAMMACHIISAA MAAMILTOOTA KEENYAF !!!


Namoonni channela keessaniif member baayyifachuu barbaaddan
Channela banattani gudiisun yoo isin rakkise ta'e
Yero gabaabaa kesatti Gudifachu dandessu.
Promotion VIP

1000member ---- 150 birr
2000member ---- 300 birr
3000member ---- 450 birr
4000member ---- 550 birr
5000 member _ _ _650birr
Gati isinirra gad xiqqessun Guddifachu ni dandessu

Karaa @ABDETUOR quunnamuun yeroo gabaabaa keessatti hojjechiifachuu dandeessu.
👆👆👆👆👆👆👆👆👆


Kuni ammo Namoota Channali qabuu baayee gargaara waan taheef Inni kuni ammo Obbolaa keenya waan tahef Hojjachisifadhaan isinin jedha sanyii koo!!
Hamzaa Abdulqadir warrii Bonga University issin ga'ee magallaa Hirnaa irrahii bilbilaa Kanan 0982555045 naa arragachuu ni dandeesan ja'ii tii naaf maxxaansaa hadaraa. galatoomii!!

Atilleen Galatoomii!!
Jarri sun waan nuuf gaabban takka hinqabaniim. Sanyiin isaanii marti walitti idaa’amee otoo lafarraa dhumeellee gatii gumaa Haacaaluu Hundeessaa san nuuf baasuu hindanda’an! Kan nurraa ajjeesantu, agartuu nu dhangalaasantu Haceedha bar!💪💪💪💪💪💪
MADDA BEEKKUMSAA🌳
Photo
Si dagadhee oolee
An hin beeku takkaa
Jacha kee rasaasa
Akka cabbii bokkaa
Santu natti mul,ata
Kan hin qabne makaa

Jabaa koo Hacaaluu
Akkamiin si dhabne
Dhiiga kee baasudhaf
Nuti ni danqamnee
Hunduu numa aadaa
Dubbachuu dadhabnee
Sumaa nurra wayya
Du,aallee hanqannee.

By Alamudiin Abraahim


Baraata Alamudiin Abraahim masalaa irrahi nuuf erge Baayee sii galateeffanna Qacalee keenya !

JABAADHUU!!!
warri Deber Tebor university Deemuf deemtan Bilbilaa kananis wal qunnamaa mee
👇👇👇👇


0924206727
Warri mizan-tepi isin gahe
👇👇👇👇👇

0941673181 irratti nu qunnama harargee bahaa kersa irra
warrii maqallee University
demuu 👇👇👇👇👇

0935650535
Baratonnii Oromoo warrii garaa University Madda walebuu deemtan Barataa Kanaf dawalaafii
👇👇👇👇👇

0915711878
warrii bongan isiin lakk na qunaamaa 0946433941

_Gursum funyaan biraa irraa
worii raayyaa yunivasiti demitan mucaa kanaf bilibilaa 0973809078
Bonga university warrii deemtan
👇👇👇👇👇

0934984715 fadis facaatu irrahii
Warrii Ergachuu barbaadan Karaa booti keenya @QEERROO_MEDIABOT irratti nuuf barressaa!!


Galatoomaa isinin jaaladha sanyii koo!!!
Yaa nu'ii yaa jaranaa
maal hin taane barana...
kokkeedhaan harma jenne
Dhoqqeedhaan damma jenne
Birbirsaan ceekaa jenne
Gowwaadhaan beekaa jenne
Dhama ituttuudhaan waamne
Gingilchaatis ergaa dhaamne
~
Barrishee bara miti,
Bara hantuuta nyaatani
Bara abjuun maraatani
Bara akka galagaltoo
kan lilmoon gaanii dhoosu
Kan namni madaa fayyisa jedhan
Madaa naamatti qoosu
Bara ammeessi sangaa
Bara firri alagaa
~
@harargetub
@harargetub
KANA BEEKTU LAATA?
👇👇👇👇👇


Sekondiin miliyooniin 1 = guyyaa 11.5 .
Sekondiin biiliyoonni 1 = waggaa 32.
Sekondiin tiriliyoonni 1 = waggaa 31,546 .

@oromotoo
#Odeeffannoo_barattoota_kutaa_12ffaattif

Barattoota gara Yuunivarsiitii deemtan hundaf

Yuunivarsiitiiwwan hundii barattoota haara guyyaa 2 booda waamicha taasisaaf. Jechuunis gaafa guyyaa 30 booda. Hangaa ammatti waanti hin waamnef ministeera sayinsii fi barnoota olaanoo ebla 30 booda barattoota haara ramadaman waamu eegala waan jadheef dha.

Kanaaf barattoonni ammuma kaassattini qophii akka eegaltan jenna. Qophiifi guyyoonni laataman muraasa waan ta'anif akka hin rakkanneef amma kaastani akka jalqabdan ammaa akka jalqabdan.


#Share #Share 🙏


Odeeffannoo dabalataaf
⚡️⚡️ @OROMOTOO ⚡️⚡️
⚡️⚡️ @OROMOTOO⚡️⚡️
Channalota kana yoo kessaa hin jiraane join godhi kunis keenya waan hedduu irra baratta.. .....saahiban ketifis ergi.
@OROMOTOO
@HARARGETUB
@DEDRORO
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JIRUU_TEENYA
@VIPOFFICIA
WARRII SEMERA UNIVERSITY ISIN gahe

👇👇👇👇

0933428402

Hararghe bokee irrahii
AMBO UNIVERSITY warrii deemtan


0949478809
2024/09/23 11:17:29
Back to Top
HTML Embed Code: