Telegram Web Link
Warrii Ergachuu barbaadan Karaa booti keenya @QEERROO_MEDIABOT irratti nuuf barressaa!!


Galatoomaa isinin jaaladha sanyii koo!!!
Worrii mekidela Amba isini qaqqabe yoo jiraate lakkofsaa bilbila kanan nu qunnama

👇👇👇👇👇

0948203949
Barattoonni haaraan Yuunvarsiitti ramadaman guyyaa har'aarra kaasee komii qaban dhiyeeffachuu akka danda'an ibsame!

Barattoonni haaraan Yuunvarsiitti ramadaman guyyaa har'aarra kaasee komii qaban dhiyeeffachuu akka danda'an Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo beeksise. Ministeerichi barattoota qaamaan komii dhiyeeffachuuf dhaqan akka hin keessummeessine himeera.

Ministeerri Saayinsii fi Barnoota olaanoo ramaddii barattootaa Yuunvarsiistii bara 2013 Ebla 21, 2013 ifoomsuun isaa ni yaadatama. Haaluma kanaan baratoonni ramaddii irratti komii qaban Ebla 25,2013 hanga Ebla 28,2013tti dhiyeeffachuu akka danda'an beeksiseera.

Barattoonni komii dhiyeeffatan qaamaan dhaquun osoo hin barbaachifne
Waren caraan gara un mizan Tepi isin gahe lakk kanarati 0948633348 nuf bilbila nuti goro gutuu karamile tirahi
warri Deber Tebor university 0924206727
0948101341 maqdala amba university irraa kanan dawala
Akkamittan hafaa
Eega ati na yaamte
Walloo dhufaan jira
Osoo na simattee
Ani shakkii hin qabu
Diina akka mootee
Oromoo tahuun kee
Anaan na boonsitee
=================
Yaa biyya Warqituu
Hortee lafa gootaa
Siif dhufuttiin jira
Ol qabadhee mataa
Oolmaan warqituudha
Yoom nurraa dhumata
Walloo keessa deemen
Baradha Barnoota
Sodaa tokko hin qabu
Tokkoomuun furmaata
===================
Walaloo Barataa
Alamuddin Abrahim
Masalaa irrahii nuuf erge .

Jabaadhuu Qerroo teenya !!!
Ani Aanaa kombolcha irra godina hararge baha jechuu kooti iddon na gehee kebri dahar university warrii achii deemtan 0928039835 kan irra naaf bilbilaa jedhanii warrii #QEERROO_MEDIA NAAF GALATOMA
Jinka university warrii Deemtan bilbilaa kanan wal qunnama

👇👇👇👇👇👇

0921866844 Fi


0966863614
Warrii Ergachuu barbaadan Karaa booti keenya @QEERROO_MEDIABOT irratti nuuf barressaa!!


Galatoomaa isinin jaaladha sanyii koo!!!
Injibara University
Warrii Isin gahee isaa kananis wal qunnamuu ni dandessuu
👇👇👇👇👇


0974549826
qulubii irrahii
Kebridar University warrii deemtan isaa kananis wal qunnamaa.

👇👇👇👇👇👇


0942235662
Qerroo Teenya channali kana share share godhudhaan baratootaa keenya hundaa biraan gaha Haa wal Argatanii wajjin Deemanii !!!
Adigrat university warri isin ga'e 0925803541 naquunnamaa Godina w. Lixaa magaalaa najjoo irraa
Warrii gondar unversity
isiin gahee wal qunnamuu ni dandeessan

👇👇👇👇👇
0940629434

🙏qerroo media bay'ee galatooma galatooma.


Waan yaada nuuf kennitef Galatoomii.
Hararge baha magala qoboo irrahii



warra Aksum University isin gahe
👇👇👇👇👇👇
0909433278
Mekidela Amba University

👇👇👇👇👇
0923851575
shanan dhuggoo irraahii
Galatoomaa jechaa warri univsrsiti Gambella isiin gahe asiratti
👇👇👇👇👇
0954241760 naaf dawwala H/lixa masalarra
Warrii woldiya university isin gahee kanan naf bilbilaa

0934335613

0922106661
Warri harargee kan gambella university isin gahe asiraati
👇👇👇👇👇
0954241760 dawala waliin deemna masalarra #QEERROO MEDIA galatoomaa
2024/09/23 13:24:18
Back to Top
HTML Embed Code: