Telegram Web Link
Naannoo Oromiyaatti Qorannoo Sa'aa 24 keessatti namoota 519 taasifameen vaayirasii koronaan kan qabamannama 9 (Sagal)

#BiirooFayyaaOromiyaa
@oromotoo
@oromotoo
Miciree Dubbii
Kutaa 24ffaa.

1. Maallaqni hin duubatu, garuu soba dhugaa fakkeessa.
South Africa.

2. Addunyaa kana waan jennee ibsinu hin qabnu
Morookoo.

3. Foyaan daandii lilmoo hordofti.
Keeniyaa.

4. Mukni Si caalaa hin dheeranne gaaddisa siin ta'u.
Moozaanbiki.

5. Hora dhaqanii dhoqqee hin baqatan.
Oromoota.
Iyyaasuu Tarrafaa Fayyisaatiin
Tarkaanfiin Fulduratti.
@oromotoo
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#DrLiaTadesse

Itoophiyaan sa'aa 24 dabre keessa namoota 4,599 'f qorannoo koroonaa vaayirasii kan taasiste yogguu tahu, namoota 190 irratti vaayirasichi argamuu Ministirri Fayyaa biyyattii beeksiseera.

Haala dhukkubsattootaa:-

〽️ Namoota sa'aa 24 dabee keessa vaayrasii koroonaan qabamuun isaanii mirkanaa'ee hunduu lammilee Itoophiyaati.

〽️ Koorniyaan isaanii 135 dhiiroota yommuu tahan, 55 ammoo dubartoota. Akkasumas umriin isaanii waggaa 1 - 89 gidduu kan jiraaniidha.

Namoonni qabamuun isaanii mirkanaa'ee keessaa:-

〽️ Namoonni 153 Finfinneerraa, namoonni 16 naannoo Oromiyaa: namoonni 10 naannoo Amaaraa: namoonni 3 naannoo Hararii: namoonni 3 naannoo Somaalee: namoonni 3 naannoo Kibbaa: namoonni 2 naannoo Tigraay irraa vaayirasichan qabamuun ibsameera.

• Lakkoofsi namoota waliigalaa biyyattiitti koroonaa vaayirasiin qabamaniis 2,336 gaheera.

Gama kaaniin ammoo, sa'aatii 24 dabee keessa namoonni haaraan 18 (namoonni 11 Finfinnee , 5 naannoo Amaaraa, 2 naannoo Somaalee irraa) vaayirasicha irraa bayyanachuus beekameera. Waliigalattis namoonni 379 COVID-19 irraa bayyanataniiru.

@oromotoo
@oromotoo
#BREAKING

Itoophiyaatti lakkoofsi namoota sababa vaayirasii koronaan du'anii 32 gahe❗️

Sababa vaayirasichan guyyaa kaleessa namoonni shan(5) lubbuun isaanii darbeera.

Haala namoota lubbuun isaanii darbee:

1⃣ Dhiira lammii Itoophiyaa ganna 42, jiraattu magaalaa Finfinnee fi yaala irraa ture.

2⃣ Dhira lammii Itoophiyaa ganna 40, jiraataa magaala Finfinnee fi yaala irraa kan ture.

3⃣ Dubartii lammii Itoophiyaa ganna 32, jiraattu magaalaa Finfinnee; ergaa lubbuun darbee booda qorannoo reeffaaf samuuda fudhatameen vaayirasichaan qabamuun ishee kan mirkaana'ee.

4⃣ Dhiira lammii Itoophiyaa ganna 40, jiraataa magaalaa Finfinnee; ergaa lubbuun darbee booda qorannoo reeffaaf samuuda fudhatameen vaayirasichaan qabamuun isaa kan mirkaana'ee.

5⃣ Dubartii lammii Itoophiyaa ganna 85, jiraattu magaalaa Finfinnee; fi yaala irraa kan ture.

Waliigalan Itoophiyaatti lakkoofsi namoota sababa vaayirasichan lubbuun isaanii darbee 32 gaheera.
#COVID19 #Oromia

Naannoo Oromiyaatti sa'atii 24 darban keessatti qorannoo laaboratoorii namoota 285 'f taasifameen namoonni 16 vaayirasii koronaan qabamuun isaa mirkanaa'eera.

Kunis lakkoofsa namoota naannoo Oromiyaatti vaayirasichan qabamanii waliigalaan 141 taasiseera.

Haala Dhukkubsattootaa:-

Namoonni vaayrasichan qabamuun isaanii mirkaanaa'ee lammilee Itoophiyaati.

Namoonni qabamuun isaanii mirkanaa'ee teessoon:-

👤 Namoonni kudha tokko(11) Harargee Bahaa irraa:-

• Koorniyaan dhiiroota 2 fi dubartoota 9 umriin isaanii ganna 2 - 36 gidduu jiraaniidha.
• Seenaa imala kan hin qaban
• ibsa: iddoo tursiisaa addaa keessa kan turaniidha.
• Iddoon qorannoon laabraatorii itti gaggeeffame:- Yuunivarsiitii Haramayaa

👤 Namoonni lama(2) Sandaafaa irraa:-

• Koorniyaan lameenuu dhiira umriin isaanii ganna 20 fi 22 ti.
• Seenaa imala biyya alaa hin qaban.
• ibsa:- iddoo tursiisaa addaa keessa kan turaniidha.
• Iddoon qorannoon laabraatorii itti gaggeeffame:- EPHI

👤 Namoonni lama(2) Buraayyuu irraa:-

• Koorniyaan lameenuu dhira umriin isaanii ganna 20 fi 20 ta'aaniidha.
• Seenaa imala alaa hin qaban
• Ibsa: Tatamsa'inaa vaayirasicha hawaasa keessattin vaayirasichan kan qabaman.
• Iddoon qorannoon laabraatorii itti gaggeeffame:- EPHI

👤 Namni tokko(1) Jimmaa irraa:-

• Koorniyaan dubartii umriin ishee ganna 50 ti
• Seenaa imala biyya alaa hin qabdu
• Ibsa:- Tatamsa'inaa vaayirasicha hawaasa keessattin kan qabamte.
• Iddoon qorannoon laabraatorii itti gaggeeffame:- EPHI

(Biiroo Eegumsaa Fayyaa Oromiyaa)
@oromotoo
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Ethio entertainment
Oduu Covid 19 kan Waxxabajjii 3 amma bahe
# Dr. Liyaa Taddasa
Qorannaa sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan laabraatoorii 4912 gaggeeffameen namoota................see more
#BREAKING

Itoophiyaatti namoonni dabalataa 170 vaayirasii koroonaan qabaman❗️

Itoophiyaan sa'aa 24 dabre keessa namoota 6,187 'f qorannoo koroonaa vaayirasii kan taasiste yogguu tahu namoota 170 irratti vaayirasichi argamuu Ministirri Fayyaa biyyattii beeksiseera.

Waliigalaan Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 2,506 qaqqabeera.

@oromotoo
@oromotoo
በኢትዮጵያ ተጨማሪ 170 ሰዎች በኮሮና ቫይረስ መያዛቸው ተረጋገጠ!

ባለፉት 24 ሰዓት ውስጥ በተደረገው 6,187 የላብራቶሪ ምርመራ 170 ሰዎች የኮሮና ቫይረስ ተገኝቶባቸዋል፡፡ በአጠቃላይ በሀገራችን ቫይረሱ በምርመራ የተገኘባቸው ሰዎች ቁጥር 2,506 ደርሷል።

@oromotoo
@oromotoo
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#DrLiaTadesse

Itoophiyaan sa'aa 24 dabre keessa namoota 6,187 'f qorannoo koroonaa vaayirasii kan taasiste yogguu tahu, namoota 170 irratti vaayirasichi argamuu Ministirri Fayyaa biyyattii beeksiseera.

Haala dhukkubsattootaa:-

〽️ Namoota sa'aa 24 dabee keessa vaayrasii koroonaan qabamuun isaanii mirkanaa'ee hunduu lammilee Itoophiyaati.

〽️ Korniyaan isaanii 93 dhiiroota yommuu tahan, 77 ammoo dubartoota. Akkasumas umriin isaanii waggaa 2 - 115 gidduu kan jiraaniidha.

Namoonni qabamuun isaanii mirkanaa'ee keessaa:-

〽️ Namoonni 81 Finfinneerraa, namoonni 57 naannoo Somaalee: namoonni 13 naannoo Amaaraa: namoonni 7 naannoo Oromiyaa: namoonni 7 naannoo Tigraay: namoonni 2 naannoo Kibbaa: namoonni 3 naannoo Hararii irraa vaayirasichan qabamuun ibsameera.

• Lakkoofsi namoota waliigalaa biyyattiitti koroonaa vaayirasiin qabamaniis 2,506 gaheera.

Gama kaaniin ammoo, sa'aatii 24 dabee keessa namoonni haaraan 22 magaalaa Finfinnee vaayirasicha irraa bayyanachuus beekameera. Waliigalattis namoonni 401 COVID-19 irraa bayyanataniiru.

@oromotoo
@oromotoo
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
2024/11/20 08:39:39
Back to Top
HTML Embed Code: