#COVID19 #Finfinnee
Itoophiyaatti waliigalan namootaa 2,156 vaayrasii koroonaan qabamuun isaanii mirkaana'ee keessaa, namoonni 1,635 magaalaa Finfinnee irraa ta'uu Biiroon Eeggumsa Fayyaa magaalichaa beeksise.
Gabaasa guyyaa har'a Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa namoonni 136 akka biyyatiitti vaayrasii koroonaan qabamuu ifoomse keessa namoonni 115 jiraattoota magaalaa Finfinnee ta’uun beekameera.
• Namoota kanneen keessaa ammoo namoonnii 91 kanneen tuttuqaa fi seenaa imala alaa hin qabnee, namoonni 7 seenaa imala qabu, namoonni 17 immoo tuttuqqii nama armaan duraa vaayirasichan qabamee waliin kan qabaniidha.
Odeeffannoo waliigala vaayirasii koroonaa (COVID-19) kutaawwan Magaalaa Finfinnee:-
• Addis Katamaatti namoonni 428(+18)
• Gulalleetti namoonni 211(+10)
• Booleetti namoonni 202 (+42)
• Liddataatti namoonni 201(+5)
• Kolfee Qaraaniyootti 154(+13)
• Eekkaatti namoonni 90(+5)
• Qiirqoositti namoonni 76(+9)
• Nifaasilk Laaftootti 72(+4)
• Araadaatti namoonni 69(+5)
• Aqaaqii Qaallittiitti 50(+2)
• Teessoon isaanii namoota qoratamaa jiruu 72(+2) vaayirasichan qabuun isaanii ifoomeera.
@oromotoo

Nama Dubbise Hunda ni Fayyada Naaf dubbisaa
Qarshii qabaachuuf hojjachuun dirqama, hojjachuuf ammoo dandeettiif tooftaan barbachisaadha
'Business' tokko hojjachuuf tooftaalee 11 kanneen yaadadhu mee.........
1 iccitii itti namaa waliin hojjettu male icciti hojii keetii gonkumaa namaaf hin himin
2 waan sii harka hin geenye abdattee hin gammaddin, yoo dhabdee ni miidhamta
3 hojii gosa tokko qofa hojjechuun bakka yaadde hin geessu, waan dandeessu hundaa hojjedhuu
4. waan xiqqoo hojjatteen mul'achuuf hin ariifatin, hojiin kee iyyu sii mul'isaati
5 amma dura hojiin kee yoo siif hin milkoofne san yaaddee of hin jeeqin sababa kufaatii keetii san irraa baradhu male
6 yoo dandeesse Nama gargaari malee maallaqa liqeessuu hin heddummeesin, maallaqa kees dhabdee nama sanas dhabdaati 7 waan hojjattu hunda irratti nama fakkeenya godhattu qabaadhu, akka isaa/ishee ta'uuf osoo hin taanee isaa/ishee caaluuf hojjadhu
8 waan guddaa bor hojjattu ilaaltee xiqqoo har'aa hin tuffatin ykn hin balleesin maaliif seete,xiqqoon kun guddaa san bira gahuuf riqicha cehumsaati
9 waan hojjechuuf yaddee dursitee hin odeesin namni qabeenyaan sii caalu sumaa irra dhagahee sii dursuu danda'aati
10. yoo dandeesee abbaa oggumma waan tokkoo ta'uuf yaali, maaliif seete?,oggummaan akka qarshii Argattee kaatee hin dhabdu
11 kayyoon kee yoo galma siif gahee of qofaaf hin jiraatiin lammii keetiif waan gochuu dandeessu hunda godhii maaliif seete ?
➡️dandeettii osoo qabuu kan carra dhabetu jira, karaa itti argisiisi
➡️mallaqa osoo qabuu kan nama (Hiryaa) dhabetu jiraa, amanamiif
➡️waan hunda hojjechuu osoo danda'uu kan roorroon itti heddummaatetu jira Waan taheef siif jira jedhii aantummaa kee mul'isiif
Har'aaf kanuman isiniif barreesse yoo sitti tole hiriyoota keetiif like comment share godhi wanti biro kan hafes baay'eedha na hordofaa Galatoomaa qomowwan koo 👍

Forwarded from Tek via @Giyonbot
Oduu Covid 19 kan Waxxabajjii 2 amma bahe
# Dr. Liyaa Taddasa
Qorannaa sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan laabraatoorii 5,141 gaggeeffameen namoota................see more

Forwarded from Deleted Account
#Breaking news
Itoopiyaatti Namoonni vaayrasii koronaan qabaman kan guyyaa arraa kan ammaan duraa irra....

Noorwayitti Koreen Noobeelii badhaasa, Noobeelii nageenyaa bara Faranjootaa 2019 kan injifatan Muummee ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad badhaasuuf murteen dabarse sirrii ta’uu beeksise.
Korichi qaamoleen tokko tokko badhaasa Noobeelii Nageenyaa Muumme Ministira Dooktar Abiy Ahimadiif laate “ jijjiiruu fi yookiin ammoo qorachaa jira” oduun jedhuuf soba jedheera.
Dhaabbatichi xalayaa har’a baaseen koreen badhaasa Noobeelii badhaasni Noobeelii Nageenyaa erga laatamee booddee jijjiiruu akka hin dandeenye beeksiseera.
Korichi badhaasni Noobeelii laatamu erga eegalee bara Faranjoota 1901 eegalee badhaasni jijjiirame hin jiru jedheera.
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad carraqqii isaan nageenyaa fi hariiroo idil addunyaaf taasisaa keessumattu Ityoophiyaa fi Eertiraa gidduutti baroota dheeraaf rakkoo ture karaa nagaan akka hiikkatuuf hojii hojjetaniin Noobeelii nageenyaa bara Faranjootaa 2019 akka injifatan kan isaan taasise ta’uu korichi beeksisuun isaa ni yaadatama.

#COVID19 |Odeeffannoo haala yeroo vaayirasii koroonaa(COVID-19) Afrikaatti:
Afrikaatti hanga ammaatti namoonni
199,321 vaayrasii koroonaan kan qabaman yoo ta'u namoonni 5,392 lubbuun isaanii darbeera, namoonni 88,266 vaayirasicha irraa bayyanataniiru.
Afrikaatti biyyootaa lakkoofsa namoota dhibee COVID-19'n qabamanii hedduu qaban sadeen :-
1. Afrikaa Kibbaatti- Kan qabaman: 50,879 Kan du'an: 1,080 Kan bayyaanatan: 26,099
2. Gibtsiitti - Kan qabaman: 35,444 Kan du'an:1,271 Kan bayyaanatan: 9,375
3. Naayijeeriyaatti - Kan qabaman: 12,801 Kan du'an: 361 Kan bayyaanatan: 4,040 gaheera.
Via:- worldometer
Afrikaatti hanga ammaatti namoonni
199,321 vaayrasii koroonaan kan qabaman yoo ta'u namoonni 5,392 lubbuun isaanii darbeera, namoonni 88,266 vaayirasicha irraa bayyanataniiru.
Afrikaatti biyyootaa lakkoofsa namoota dhibee COVID-19'n qabamanii hedduu qaban sadeen :-
1. Afrikaa Kibbaatti- Kan qabaman: 50,879 Kan du'an: 1,080 Kan bayyaanatan: 26,099
2. Gibtsiitti - Kan qabaman: 35,444 Kan du'an:1,271 Kan bayyaanatan: 9,375
3. Naayijeeriyaatti - Kan qabaman: 12,801 Kan du'an: 361 Kan bayyaanatan: 4,040 gaheera.
Via:- worldometer
Forwarded from Tek via @Giyonbot
Oduu Covid 19 kan Waxxabajjii 2 amma bahe
# Dr. Liyaa Taddasa
Qorannaa sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan laabraatoorii 5,141 gaggeeffameen namoota................see more
# Dr. Liyaa Taddasa
Qorannaa sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan laabraatoorii 5,141 gaggeeffameen namoota................see more
...........Kutaa 2ffa..........
✍ #Qabxii_tokkoffaa
Jaalalti Dhugaa Sadrkaa Kamitti Argamti❓👇
👍Namuutuu Ilma Namaa Tahee Jaalala Kan Hin Qabne Hin Jiru Namuutuu Ilma Namaa Tahee Erga Dhalatee Fadhii Ni Qaba 🤔Garuu Akkaataa Abalu Qabee Itti Deemuuniitiif Akka Abalu Itti Qabee Deemuunii Wal Dhaba Jachuun Koo Namni Garii Jaalala Kanaaf Dursa Kanna Garii Immoo Kaayyoo Isaatiif Dursa Kanna. Jaalalati Dhugaa Tan Soba Hin Qabne Tan Gara Guddinaatti Nama Ooftu Erga Kaayyoo Ofii Bira Gahan Booda Argamti 🤔Garuuu Jaalalti Odoo Barataa Jiranii Jaalala Ja'anii Deemaniin Tun Maqaan Isii Jaalala Odoo Hin Tahin #Karatti_Hambis Ja'amti Dargaggoo Meeqaa Sababa Jaalalatiin Karatti Hafe Shamarran Meeqaatuu Sababaa Jaalalatiin Lubbuu Ofii Rakkoo irra Buuse.
🙏Hadaraa Kee Dhaamsa Koo Kana Salphatti Hin Laalin Guyyaa Tokko Ittiin Na Yaadachuuf Jiraattaa.
✍ #Qabxii_Lammaffaa
Jaalalti Sadarkaa Kamitti Nama Miidha❓
Jaalalti Miidhaa Hin Qabu Sadrkaa Itti Jalqabantu Miidhaa Qaba Malee‼️
Barataan Tokko ykn Barattuun Takka Odobot adrkaa Barnoota Irra Jirtuu Yoo Jaalaala Jatte ykn Ja'ee Oliif Gad Deeme Kun Jaalala Odoo Hin Tahin " #Karatti_Hambis" Ja'ama.
✍ #Qabxii_Sadaffaa
Jaalalii Miidhaa Qabaa❓ Faayidaahoo Qabaa❓
👍Jaalalti Faayidaa Malee Miidhaa Hin Qabu.
Miidhaan Jaalala Irra Kan Maddu Odoo Hin Tahin Abbaa Jaalatte San Irraa Madda Akkamitti Jachuun kee sirri. Miidhaan Kan Maddu Jaalalarra Odoo Hin Tahin Abbaa Jaalaterrahi Jachuun Odoo Abban Jaalatu San Faayidaa yeroo Irratti xiyyeeyfatuu baatee kaayyoo isaa irratti xiyyeeyfatee silaa Miidhan Kun hin dhufu ture‼️
👍Faayida Qabaa? Ee Wanti Akka Jaalala Bu'aa Qabu Hin Jiru Odoo Jaalati Jiraachuu Baatee Silaa Namni Wal Fuudhee Waliin Jiraachuu Hin Dandahu Ture, Silaa Jaalalati Jiraachuu Baattee Jibbaatu Margee Lalisa Ture......
Garuu Jaalalti Bu'aa Qabdu Tun Khaayyoo Kee Galmaan Geeysee Erga #Nikaaha Godhatte Argamti. #Xumureera
👍Ergaa Kana👆Yoo Itti Aartelle Sammutti Naaf Qabadhu Guyyaa Tokko Ittiin Na yaadatuuf Jiraattaa‼️
Waan Dubbistaniif Galatoomaa Hanga Ergaa Biraatiin Walitti Deebinuutt Nagiyaan Naaf Turaa
Hiriyyota Keeysan Biraaniis Naaf Gahaa💥 👇👇👇👇👇JOIN⛳ SHARE 📶
@oromotoo
@oromotoo
@oromotoo
Yaadaaf 👉@abdetuor

#BREAKING
Itoophiyaatti namoonni dabalataa 190 vaayirasii koroonaan qabaman❗️
Itoophiyaan sa'aa 24 dabre keessa namoota 4,599 'f qorannoo koroonaa vaayirasii kan taasiste yogguu tahu namoota 190 irratti vaayirasichi argamuu Ministirri Fayyaa biyyattii beeksiseera.
Waliigalaan Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 2,336 qaqqabeera.
Dabalataan sa'aatii 24 darban keessatti lubbuun namoota 5nis darbuu ministeerichi beeksiseera.