Telegram Web Link
Garee IJOOLLEE OROMOO JOIN godhaa hiriyyoota keessanis INVITE godhaa!
👉 @VIPOFFICIA
Nama 20 Invite yoo goote #Admin taata!
@VIPOFFICIA
@VIPOFFICIA
#Waan_Dubbisee_irraa
Naannoo keenya Namoota Gosa Aturtu
jira
1 .wallaalaa wallaalummaasaa of irratti hin
beekne:
Namni akkasii gowwaa waan ta'eef
irraa baqadhu
2.Wallaalaa wallaalummaasaa beeku:
Namni Kun bilchina waan hin
qabneef barsiisi.
3.Beekaa akka beekaa tale hin beekne:
Namni Kun goota rafe waan taheef
dammaqsi.
4.beekaa akka beekaa ta'es hubate:
Namni Kun geggeessaa waan taheef
hordofi.
Miiltoo
@HARARGETUB
@HARARGETUB
Har’a nama jabaa tokko dhabne. Professor Mahdi Hamiid Muudee abbaa Bariisaa jedhamuun kan beekamu, har’a boqote. Maatii fi Oromoo guutuuf jajjabina hawwa. Seenaan isaa baldhaadha. Dictionary English-Oromo baay’ee fudhatama argate bara 1995 A.L.A tti waggaa 25 dura qopheesse. Sana duras bara Dargii keessa afaan Oromoo guddisuuf tattaaffiin inni godhaa ture ol’aanaadha. Gaazexaa bariisaa keessatti ummata Oromoo dammaqsuu fi afaan guddisuu keessatti gahee olaa’aanaa taphate. Seenaan isaa barruu gabaabaa keessatti kan himamee dhumuu miti.
Naannoon Affaarii fi Somaalees wal rukutaa jiru. Akka aktiivistiin Affaar beekkamaan Gaaz Ahmad jedhutti lola kana duuba prez. Naannoo Somaalee Musxafeetu jira. Gabaabumatti biyyattiin gama hundaan rakkoo wal xaxaa keessa jirti.
Prof. Mahdiin nama yeroo duraatiif Microsoft Word kan Afaan Oromoo qopheesse. Softiweerri kun qubee afaan Oromoo namaaf sirreessa. Yeroo ammaa kanas waan baay’ee barbaachisaa taheedha. Prof Mahdii gaafa waliin haasofnu nama waan hedduu dhaloota kanaaf hojjachuuf karoora qabu, nama kaka’umsa cimaa qabu, nama kitaabbilee seenaa Oromoo dubbatan kan dur warri alaa barreessan hedduu walitti qabaa ture, gabaabumatti nama guddaa bu’aa guddaa saba kanaaf buusuuf karoora qabu dhabne. Garuu saba isaatiif umrii isaa guutuu waan irraa eeggamu caala gumaache. Seenaan yoomiyyuu ni yaadata. Rabbi jannataan haa qananiisu.
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
GORSA 10FFAA

《1》Namni hamaan milkaa'ina isaarra kufaatii nama biraatu isa gammachiisa. Kanaaf namoota akkasii irraa fagaadhu!

《2》Waan of harkaa qabu kan hin beekne fi namni waa tokko illee hin qabne tokko dha. Kanaaf waan keessa kee jiruu fi hamma kee beeki! ati sooressa dha kan ormaa hin hawwin!


#Galmadhugaa

https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
Dargagguummaa fi Dargaggoo
.
.sagantaa haaraa dargaggoonni hundi hordofuu qabu....
👉👉sagantaa kanarratti:
🔥Muxannoo jireenyaa dargaggootaa
🔥Gorsa Maanguddoota irraa
🔥Tooftaa araada gara garaa keessaa bahuuf nama gargaaran
🔥kkkkkkkkkfffffffffff......
Yeroo dhihootti chaanaalii keenyàan isiin bira gaha....
....
......@OROMOTOO
........@OROMOTOO
..........@OROMOTOO
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
👇
@ABDETUBOT

#QEERROO MEDIA

Yaadaf
@Abdetubot
.... 👆


yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @ABDETUBOT irrattii nuuf kennaa @ABDETUBOT galatoomaa
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Ĩ ãm ªbđĕ Ñę)
Watch "NEW HACEE KOO 2021" on YouTube
https://youtu.be/plRltHiY9b8
Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Forwarded from OBORRAA POST
Namni warqee fi namni dhoqqeen hin jiru. Ilaalcha warqee fi ilaalcha dhoqqeetu jira. Kanuma!

https://www.tg-me.com/Oboorraa
Oduu Ammee:
Har’a mana hidhaa Qaallittii keessatti hokkorri dhalate. Akka maddeen irraa odeeffadhetti dura mana hidhaa keessatti hidhamtoota jidduutti lolli ka’e. Billawaan wal waraanan jedhan. Billawni akkamitti akka mana hidhaa keessa seenes wanti beekamu hanga ammaatti hin jiru. Sana boodas hidhamtootni miliquuf yaalanii osoo fiigu kan rukutames jiraachuutu himama. Kan du’es jira jedhamaa jira. Haa tahu malee bakka Jawar faa itti hidhaman irraa fagoodha. Jawar faa nagaa qabaachuu isaanii mirkaneeffadheen jira. Dhimma kana hordofaa jirra. Waan tahaa jiru gurra isin buusa.

VIA👉ferhan Abdulselam

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Dubbii Abiy tana qulqulleeffachuuf hedduun yaalii godhe. Abiy waan ta’eefuu achumattuu namni isa argaa hin jiru. Kuni qabatama. Maaliif mul’achuu dide kan jedhu qoradhee deebii gahaa argachuu hin dandeenye. Wanti himamu hojiin itti baay’achuudha. Kuni ammoo amansiisaa miti. Wajjirri MM nagaa qaba; hojii irra jira kan jedhu caasaatti dabarsaa jira. Kanumatu wal jalaa fuudhamaa jira. Qaamaan garuu hin argan. Nagaa qaba jedhanii osoo isa hin mul’ifne kana hunda miidiyaaleen isa deeggaran rakkachuun rakkoon jiraachuu nu agarsiisa. Facebook maqaa Abiyyiitiin jiru akka inni irratti hin maxxansine amma dura gaafiif deebii Seeyfuu waliin godhe irratti dubbatee ture. Kanaafuu fb irratti barreesseef amanuun hin danda’amu. Dhugaa jirtu garuu qorachaan jira. Gama biraatiin waan namni ABIN kun barreesse irraa waatu hubatama. “Yeroon amma” jedha. Amma waatu mijate jechuudha. Maal godhanii waa mijeeffatan kan jedhu gaafiidha.
https://www.tg-me.com/ferhanabdulselam
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
👇
@ABDETUBOT

#QEERROO MEDIA

Yaadaf
@Abdetubot
.... 👆


yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @ABDETUBOT irrattii nuuf kennaa @ABDETUBOT galatoomaa
"Minilik harree yaabbatee Oromiyaa dhufe. Booda farda Oromoo farda Siidaa Dabalee hate. Fardi Minilik suura irratti yaabbatee taa'u sun kan Siidaa Dabaleeti. Kan Oromoo!" Haacaaluu Hundeessaatu jedhe :)

#FardaKeenyaDeebisaa :)
Garee IJOOLLEE OROMOO JOIN godhaa hiriyyoota keessanis INVITE godhaa!
👉 @VIPOFFICIA
Nama 20 Invite yoo goote #Admin taata!
@VIPOFFICIA
@VIPOFFICIA
2024/09/25 21:23:36
Back to Top
HTML Embed Code: