Telegram Web Link
Waamicha Yunivarsiitiwwan:

- Yunivarsiitiin Arsii guyyaa galmee barattoota idilee eebbifamtoota hin taane Amajjii 25/2013 akka ta'e beeksiseera.

- Yunivarsiitiin Wachaamoo guyyaa galmee barattoota idilee waggaa tokkoffaa Amajjii 20 fi 21/2013 akka ta'e beeksiseera.

- Yunivarsiitiin Maqalee guyyaa galmee barattoota buleeyyii hundaaf Amajjii 29 fi 30/2013 akka ta'e beeksiseera.
Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira!

Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti kadhannaa, faaruu fi sirnoota garaagaraan kabajamaa jira. Ayyaannichi magaalotaa fi godinaalee Oromiyaa garaagaraatti sirna hoo'ina qabuun babajamaa jira. Sirnichi dureewwan mana amantii Ortoodooksii, hoggantoonni mootummaa fi hordooftoonni amantichaa hedduun bakka argamanitti kabajamaa jira.
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Namni eegala irratti sirrii ta'e hin jiru. Dogoggortus irra deebitee yaaluu hin sodaatin.
https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
V.ฤจ.P GROUP ๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž
GROUP KEENYA JOIN GODHAA
โˆšBashannanaaf
โˆšAadaa keenya
โˆšseenaa keenya
โˆškolfaa oluuf
โˆšNo Tata just fata
@for_dreamer
Kolfaa galee
โˆšHiriyoota kee affeeri

"ADD MEMBER" GODHUU HIN DAGATINA
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/vipofficia
ใ€Š Jechamootaa Hayyoota ใ€‹


Waan of harkaa qabu kan hin beekne fi namni waa tokko illee hin qabne tokko dha. Kanaaf waan keessa kee jiruu fi hamma kee beeki! ati sooressa dha kan ormaa hin hawwin!

#jechootagamna

@OROMOTOO
@OROMOTOO
โ˜ž๏ธŽ๏ธŽ๏ธŽ"๐‡๐ฎ๐ฅ๐š๐š๐ง ๐ ๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ ๐ญ๐š๐ค๐ค๐š ๐˜๐ž๐ซ๐จ๐จ
๐œ๐ฎ๐Ÿ๐š๐ฆ๐ญ๐ž, ๐ค๐š๐ง ๐›๐ข๐ซ๐š๐š๐ญ๐ฎ ๐›๐š๐ง๐š๐ฆ๐š,
๐†๐š๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ง๐ฎ๐ญ๐ข ๐˜๐ž๐ซ๐จ๐จ ๐ก๐ž๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐š๐๐๐ž๐ž๐›๐ข๐ง๐ž๐ž ๐ก๐ฎ๐ฅ๐š๐š ๐ง๐ฎ๐ซ๐ซ๐š๐š ๐œ๐ฎ๐Ÿ๐š๐ฆ๐ญ๐ž ๐’๐š๐ง ๐–๐š๐š๐ง ๐ฅ๐š๐š๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐Ÿ ๐ค๐š๐ง ๐ง๐ฎ๐Ÿ ๐›๐š๐ง๐š๐ฆ๐ญ๐ž ๐’๐š๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐š๐ ๐š๐ซ๐ซ๐ฎ.

โ˜ž๏ธŽ๏ธŽ๏ธŽ"๐‡๐ฎ๐ง๐๐ข ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐ง๐ข ๐ƒ๐จ๐ ๐จ๐ ๐ ๐จ๐ซ๐ซ๐š,
๐€๐ญ๐ข ๐ ๐š๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐š๐š๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ ๐ค๐ž๐ž๐ญ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š ๐€๐›๐๐ข๐ข ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐š๐ญ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐๐จ๐ ๐จ๐ ๐จ๐ซ๐š ๐’๐š๐ง ๐ฌ๐š๐›๐š๐›๐š ๐ก๐ข๐ง ๐ ๐จ๐๐ก๐š๐ญ๐ข๐ง,

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Of tahuun akkana!
#Mammaaksa

๐Ÿ’ฎ๐Ÿ’ฎ Kennaa Torbaanii๐Ÿ’ฎ๐Ÿ’ฎ

ๅฝกโ€ข Garaa dhiibuu irra, miila dhiibuu wayya.

ๅฝกโ€ข Garbittii lubbuuf walii gadi kaattu, warri qophinaafi seโ€™u.

ๅฝกโ€ข Keessummaan waan dhubbattu dhabde, "mucaa kee harma guusi" jetti.

ๅฝกโ€ข Bara bofti nama ciniine, lootuun nama kajeelti.

ๅฝกโ€ข Barri gangalata fardaati.

ๅฝกโ€ข Boftii fi raachi hanga ganni darbutti, wal faana jiraatu.
ๅฝกโ€ขFoon lafa jiruuf, allaattin samii irraa wal lolti.

ๅฝกโ€ขfoon lakkayi jennaan "rajiijiin tokko" jedhe.

ๅฝกโ€ขfokkisaan nama qabata malee, nama hin kadhatu.

https://www.tg-me.com/joinchat-R5ciaYWQTi3bvYFn
Forwarded from OBORRAA POST
๐Ÿ“š๐Ÿ‘‰Humna ati ittin gara fulduraatti deemtu fuuldura kee jira malee boodde kee miti .
Kanaafuu fuldura kee ilaalii deemi.

@Oboorraa
@Oboorraa
Jiruu fi Jireenyษ‘

๐Ÿšฉ Nษ‘mootษ‘ tokko tokkotti hษ‘ษ‘lli jiruu fi jireenyษ‘ษ‘ mijษ‘chuu dhษ‘buun wษ‘ษ‘'ee isษ‘ษ‘niitiif ษ‘bdii kutษ‘nnษ‘ษ‘ keessษ‘ jirษ‘ษ‘tu.

ษ‘bdii jirษ‘ษ‘chuu ofitti dukkษ‘neessuun mษ‘ษ‘li? Kษ‘'uumsi ษ‘bdii dhษ‘buu mษ‘ษ‘li dhษ‘?

๐Ÿ”น๏ธ ษ‘ti ofiif hojjechuu bษ‘ษ‘nnษ‘ษ‘n kษ‘rษ‘ษ‘n hundinuu cufษ‘ษ‘ tษ‘'ee sitti mul'ษ‘tษ‘.

๐Ÿ”น๏ธ Hojii yommuu jษ‘lqษ‘bdu kษ‘rษ‘ษ‘n cufษ‘mee ture bษ‘nษ‘mษ‘ษ‘ ษ‘kkษ‘ tษ‘'e ษ‘rgitษ‘.

๐Ÿ”น๏ธ Yoo ษ‘ti ol of hin qษ‘bne nษ‘mni wษ‘ษ‘'ee kee olkษ‘ษ‘su hin jiru.

๐Ÿ”น๏ธ ษ‘ddunyษ‘ษ‘n kuni nษ‘mษ‘ tษ‘ษ‘'u teessee ilษ‘ษ‘lti! Nษ‘mษ‘ hojjetuuf immoo ni hojjetti!

๐Ÿ”น๏ธ Wษ‘ษ‘n hundumษ‘ษ‘f keessษ‘ kee qopheessinษ‘ษ‘n jiruu fi jireenyษ‘ kee keessษ‘tti moo'ichษ‘ษ‘n jirษ‘ษ‘chuu eegษ‘ltษ‘.

https://www.tg-me.com/joinchat-R5ciaYWQTi3bvYFn
Namoonni chanela keessaniif member baayyifachuu barbaaddan
Channela banattani gudiisun yoo isin rakkise ta'e
Yero gabaabaa kesatti Gudifachu dandessu.
Promotion VIP

1000member ---- 150 birr
2000member ---- 300 birr
3000member ---- 450 birr
4000member ---- 550 birr
5000 member _ _ _650birr
Gati isinirra gad xiqqessun Guddifachu ni dandessu

Karaa @ABDETUOR quunnamuun yeroo gabaabaa keessatti hojjechiifachuu dandeessu.
Ampooliin kun bara 1901 A. L. A irraa eegalee hanga arraa ifaa jira.... ๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ˜ฑ


#kana_beektu_laata?

@DEDRORO
@DEDRORO
Odeeffannoo, yaadaa fi gaaffii qabdan ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ @ABDETUBOT ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿพ irratti nuuf ergaa. Galatoomaa!
.
.
.
.
.











@OROMOTOO
@DEDRORO
Oromoon xalliila
Nafxanyaan hin boorreeysu
Abadan๐Ÿ’ชโ™ฅ๐Ÿ’šโ™ฅ



๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@OROMOTOO
@DEDRORO
โ˜ž๏ธŽ๏ธŽ๏ธŽ"๐๐š๐ฅ๐š๐š ๐ง๐š๐ฆ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ก๐ฎ๐Ÿ๐ž ๐ข๐ง๐ฃ๐ข๐Ÿ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ญ๐š๐ซ๐ค๐š๐š๐ง๐Ÿ๐ข๐ข๐ง ๐ฃ๐š๐ฅ๐ช๐š๐›๐š๐š ๐ฐ๐š๐š๐ง๐ญ๐š ๐ซ๐š๐š๐ฐ๐ฐ๐š๐ญ๐ž ๐ ๐š๐ฅ๐š๐ญ๐š๐š๐ง ๐Ÿ๐ฎ๐๐ก๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐š.๐‘๐š๐ค๐ค๐จ๐จ ๐ฌ๐ข ๐ฆ๐ฎ๐๐š๐ญ๐ž ๐š๐ค๐ค๐ฎ๐ฆ๐š ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ๐ญ๐ญ๐ข ๐Ÿ๐ฎ๐๐ก๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ž๐ž๐ฒ๐ฒ๐š๐ฆ๐š๐ฆ๐š๐š ๐ญ๐š`๐ข.

(๐–๐ข๐ฅ๐ฅ๐ข๐š๐ฆ ๐‰๐š๐ฆ๐ž๐ฌ)

@OROMOTOO
@HARARGETUB
GORSA DARDARAA FI DUBRAAF

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
๐Ÿ˜Obsuumaan ganna bahuu waan qaban uffatanii
๐Ÿ˜Qorri didee hammatuus ilkaan ciniinnatanii
๐Ÿ˜Jirra yoo jiruu taateef jireenya hin tuffanii
๐Ÿ˜Obsumaan jiraachuudha kan boruu hin beekanii !



@OROMOTOO
Dhaddacha!

Himatawwan 10 namoota galmee Jawaar Mahaammad jalatti himatan 24 irratti dhiyaatan keessaa jaha akka adda citu manni murtii murtee kenne.

Himatawwan adda akka citan taasifaman Obbo Jawaar Mahaammad dabalatee namoota 12 irratti labsii bulchiinsa fi to'annoo meeshaa waraanaa 1177/2012 bu'uura godhachuun kan banamanidha.
2024/09/26 21:58:20
Back to Top
HTML Embed Code: