Telegram Web Link
💚ለክርስትና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለጌታችን ለመድሀኒታችን ለእየሱስ ክርስቶስ የልደት በአል በሰላም አደረሳችሁ!!

💛በአሉ የሰላም የፍቅርና የደስታ ይሁንልን🎄

❤️🏑 መልካም የገና በአል 🏑
💚💛❤️💚💛❤️💚💛❤️💚💛❤️
🙏 ከልብ እንወዳችሗለን🙏
┉┉✽̶»̶̥ĵøïņ✿śĥăŕę»̶̥✽̶┉┉

┉┉✽̶»̶̥🔥🔥»
Yaada yoo qabaattan ykn waantota foyyessuu qabnu @QEERROO_MEDIABOT fayyadamuun nun gahuu ni dandeessu!
SHare fi invite gochuun nu gargaaraa!! Join us 👇👇👇👇
@HARARGETUB
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Akka dhihetti hin hafu!
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
jireenyii bosonaa
hedduu sitti hammatus
guyyaan tokkoo hin dhufaa
guyyaan atii as batuu

qeerroon siwaliin jiraa
rasaasaa duraa dhabbatee
koodeen isaas yoo du'ee
gaddasaas qabatee

mudhiitti zinnara battaa
gatiittiiti kilaashii qabattee
aduu robaa hin jettuu
dhagaas borafattee

anii jaaladheen mitii
bosonaatti galuun koo
maloo naaf hubadhuu
garbummaa jibbuukoo

jettee nutti himattee
dhugadhaaf falmatta
Alaabaankee Oromiyaarraa
yeroo hundaa dhabataa

by Abdi dibera
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Warren channel kessan guddifachu barbaaddan asin nu qunnama

Inbox me @Abdetuor
Inbox me @Abdetuor

MY CHANNEL @DEDRORO
MY CHANNEL @HARARGETUB

MEMBERS (100) Birr 20
MEMBERS (200) Birr 40
MEMBERS (300) Birr 60
MEMBERS (400) Birr 80
MEMBERS(500) Birr100
MEMBERS(1000)Birr 200
MEMBERS(2000)Birr 400
MEMBERS(4000)Birr 600
MEMBERS(5000)Birr 1000
Trump yoo pilaatfoormii keenya [facebook fi instagram] fayyadamuu itti fufe badii caalu fiduu waan danda’uuf yoo xiqqaate torbee 2f uggurree jirra jechuun abbaan facebook Mark ibsee jira.

Trump aangoo irraa bu’uu didus sirni Ameerikaa sirna dimokraasii jabaa nama tokko qofa irratti hin irkanne tahuu isaa irraa kan ka’e dirqamee masaraa keessaa torbee 2 booda ni baha. Trump diktaatara akka bulchitoota Afrikaati. Garuu sirna Ameerikaatu seeraaf malee nama tokkoof hin bitamne. Afrikaa keessatti garuu sirni seeraaf osoo hin taane nama hogganuuf bitama. Olaantummaan seeraa jechuun hundi seeraa gadi jechuudha. Trump seeraan moo’atame seeraa ol tahee itti fufuu hin danda’u. Kana irraa dhalootni kan barachuu qabu biyya keenyaaf kan barbaachisu sirna olaantummaa seeraa irratti hundaa’e ijaarrachuuf carraaquudha. Namni tokko hogganaas tahu seera cabsinaan jala deemuu diduu baruudha.
Konkolaataa gurraacha V8 achi fagaattee jirtu sana keessatti Jawar qabanii deemuuf ka’aa jiru. Battaluma makiinaan Jawar fuudhee deemeen daqiiqaa 2 keessatti sababa qabamuu Jawar kan gubate poolisiin Oromiyaa Saajin Magarsaa "yaa Oromoo yoo at wal hin taane, kunoo an of keessaa baase" jedhee battaluma sana morma jala of rukutee of ajjeese. Itti fufa .... https://www.tg-me.com/ferhanabdulselam
“Erga nuti Gidduu Gala Aadaa Oromoo geenyee tilmaamaan daqiiqaa 5-10 booda Taakkalaa Uumaa eegdota baayyeetiin ajjabamee bakka nuti jirrutti dhufe. Akkuma dhufeen, Baqqalaa fi Jawaar dabareedhaan dubbisee xiqqoo erga dhaabbatee booda, Jawar fi Baqqalaa harka qabatee fageenya Meetita 30 hin caalletti achi siquun haasaa eegalan. Erga haasa'nii xumuraniis gara keenyatti dhufuun, "Reeffi Hacaaluu Finfinneetti awwaalamuu baatus, Sirni geggeessaa guddaan, geggeessaan gootaa Finfinnee irraa gara Ambootti akka taasifamuuf waliif gallee jirra. Kanaaf hangasitti Reeffi akka foolii hin godhanneef, Firiijii reeffi keessa taa'u Taakkaleen deemee fidee dhufa. Nus ammoo asumatti eegna." Jechuun kan dubbate Jawaar ture. Taakkalaanis kanarratti waliif galuu irra deebiin nutti himee, konkolaataa isaa seenuun bakka sanaa deeme.” Itti fufa... https://www.tg-me.com/ferhanabdulselam
Dr. Huseen Kadiir ~ “ajjeechaan, hidhaan gidiraan gonkumaa rakkoo siyaasaa hiikee hin beeku” jedhee ture. Jawar fi hidhamtoota siyaasaa hafanillee hiikaa!

Jawar hiinee biyya tasgabbeessina jettanii kunoo amma biyyi hanga dur caala tasgabbii dhabdee hiree Yugozlaaviyaa mudachuuf akka deemtu addunyaan hundi dubbataa jirti. Kanaafuu hidhamtoota siyaasaa hunda gadi dhiisaa! https://www.tg-me.com/ferhanabdulselam
Duuti Habtee hedduu na rifachiifte! Namni kun hundeessitoota Sidama Media Network (SMN) keessaa hangafa. Nama hariiroo cimaa na waliin qabu ture. Nama teeknikaan SMN utubaa ture. Akkuma beekkamu nuti (OMN) jara kana gama teeknikaa fi qilleensa kennuutiin gargaarree akka isaan of danda’an goone. Nama halkanii guyyaa saba isaatiif osoo hojjatu du’a tasaatiin addunyaa kana irraa godaane. Saba isaatiif goota! Biyyeen itti haa salphattu! https://www.tg-me.com/ferhanabdulselam
Sibhat Naggaa qabamuun dhugaa taanaan cubbuu ilmaan Oromoo irratti dalagaa turetu isa qabe. Osoo qabsoo Qeerrootiin Maqaleetti galuu baatee 4kilo keessaa namni isa qabu hin jiraatu. Wayyaanee kan kuffise Qeerroodha. Har’as borus galata Qeerroo fi qabsaa’ota Qeerroo sochoosaa turanii dagachuun gantummaadha! https://www.tg-me.com/ferhanabdulselam
Garuu kan gaafii natti tahaa jiru jara Wayyaanee qabne jedhanii kaleessaa kaasanii labsaa jiran maqaa malee jara hin mul’ifne. Nama qaban ammoo mul’isuu wanti isaan dhoorku hin jiru. Kanaan dura Keeriyaa (TPLF) qabne jedhanii miidiyaalee biyyattii hunda irratti erga hafarsanii booda dubbiin kijiba taate. Akkasumas Jaal Marroo ajjeefne jedhanii Guyyaa WBO irratti viidiyoo haarawaan gadi bahe. Hanga ammaatti namoota isaan qabne, ajjeefne jedhan ragaan hin jiru. Isa kanas akkamitti amanna? Baay’ee sobu waan taheef ani garuu Bilxiginnaa amanuu hin danda’u. Garuu kan Sibhat Naggaa kun osoo dhugaa ta’ee baay’een itti gammada nama dhiiga Oromoo xuuxaa bahe.
Eertiraan jaarsummaa Suudaan fi Itoophiyaa gidduu taa’uuf gaafatte jedhan. Eertiraan ija sogiddaan dhiqattee jaarsummaa isin gidduu taa’a jettee gaafachuun nama dhiba! Suudaan garuu akka diddu shakkiin hin jiru. https://www.tg-me.com/ferhanabdulselam
Paartiin KFO ibsa har’a baaseen mirgi namoomaa kabajamee hoggantoota, miseensota, deeggartootaa fi qaamoleen hawaasaa sababa ilaalcha isaanii hidhaman akka hiikaman, akkasumas wajjirootni isaa jalaa cufaman akka banaman gaafate. https://www.tg-me.com/ferhanabdulselam
Guyyaa Jawar qabamu maaltu tahe? Itti fufa...

"Akkaataan warri Eegdota Rippaabilikaa Abiy meeshaa ittiin qabatanii jiran nama waraanaaf dhufe fakkaatu ture. Eegdonni Jawaaris kana shakkanii battaluma Jawaariin Konkolaataa keessaa baasanii Konkolaataa biraatti yeroo dabarsan argaan ture. Ajajaan Eegdota Rippaabilikaa sun nu bira qaqqabee Jawaar akka barbaadamu Eegduu Jawaaritti hime. Yoo kana Eegduun Jawaar sunis, 'Jawaar haasofsiisuu yoo barbaaddan asuma konkolaataa isaa keessatti dubbisaa' jechuun deebii yeroo laatuuf sirriittin dhaga'aa ture. Ergasii as, Jawaar foddaa Konkolaataa banee Ajajaa sana gara ofiitti waame. Ajajaan sunis konkolaataa Jawaar keessaa seenuun Jawaar bira taa'ee haasaa eegalan. Kana gidduutti, Jawaar eegdotasaa keessaa Bashiiriin ofitti waame, "meeshaa hiikkadhaa!" Jechuusaa nan yaadadha. Eegdotni Jawaaris aariidhaam ciniinnachaa meeshaa hunda kiikkachuu eegalan.” Itti fufa...
Sibhat Naggaa kan waggaa 27 dhiiga Oromoo xuuxaa bahe dhumni isaa akkana tahe.
#UPDATE

Kaleessa galgala Obbo Sibahaat Naggaa dabalatee hoggantoota garee ABUT 5 to'annoo jala akka oolan gabaafame ture.

Tajaajilli Oduu Ityoophiyaa daqiiqaa muraasa dura suuraa qabamu namoota kana mirkaneessu miidiyaa hawaasummaarratti tamsaaseera.
2024/09/27 02:18:24
Back to Top
HTML Embed Code: