Telegram Web Link
Anaaf
Addunyaan Tun Burree
Hantuutaf Adurree
Inni Kaanif Gaarii
Kaanif Immoo Aarii
Kan Tokkoof Gammachuu
Kaanif Gadda Baachuu
Inni Caalu Yaraa
Inni Caalu Faaraa
Muraasni Arjoomuu
Namummaan Namoomuu
Tokko Jetteen Yaadin
Addunyaan Amanin
Yoo Amante Tarii
Of Eeggachaa Xurii.


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
🐬𝐐𝐮𝐫𝐱𝐮𝐦𝐦𝐢𝐢 𝐂𝐨𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐟𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐥𝐦𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐮.
🐬🐬🐬🐬🐬🐬🐬🐬🐬

➦Qurxummii hunda keessaa qurxummii gabaabaa tokkotu jira.
➦Umriin isaa hanga waggaa 35 ni dheerata jedhan.
➦qurxummiin kuni gosti isaa akka malee heddummaata,hanga gosa 150 tu jira jedhan.
➦Sa'aatii tokko keessatti fageenya kiilomeetira 50 bishaan daakuu danda'a jedhan.
➦Ammas akka malee colleedha.
➦Ilma namaas akka malee jaallata jedhan.
➦Ilmi namaa Amala isaa kana lamaanitti fayyadamuudhaan tapha adda addaa irratti leenjiidhaaf qurxummii kana qopheessa jedhan.
➦Inumaa namoonni gariin lolaaf jecha qurxummii kana leenjifata jedhan.


JOIN SHARE SHARE
💢💢💢💢💢💢💢
👇👇👇👇👇👇👇
@oromotoo
@oromotoo
@oromotoo
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Hinɑɑffɑɑ...
(Selfish!)
▬▬▬▬▬▬▬
● Wɑlitti Hinɑɑfuun utuu Jirɑɑchuu Dhɑbɑɑtee:

• Yoos ni guddɑnnɑ.
• Yoos kɑrɑɑ deemnee qɑxxɑɑmurrɑ.
• ɑlbuudɑ dhokɑte bɑɑfnee itti fɑyyɑdɑmnɑ.
• Dirree hin ɑbuurɑmitti bɑɑnɑ.
• Wɑl ɑwwɑɑluu dhiifnee wɑl muldhifnɑ.
• Kɑbɑjɑ ɑrgɑnnɑ.
• Rɑbbis nutti gɑmmɑdɑ

N͙u͙t͙i͙s͙ n͙i͙ gɑmmɑdɑ

H͜͡i͜͡n͜͡a͜͡a͜͡f͜͡f͜͡a͜͡a͜͡ I͜͡r͜͡r͜͡a͜͡a͜͡ H͜͡a͜͡a͜͡ f͜͡a͜͡g͜͡a͜͡a͜͡n͜͡n͜͡u͜͡
◈ ━━━━━━━ ⸙ ━━━━━━━ ◈
▃▅▆█✭JOIN✭█▆▅▃
https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
JECHOOTA BEEKTOTAA!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
■ "Hiyyeessa taatee yoo dhalatte balleessaa kee miti, hiyyeessa taatee yoo duute garuu balleessaa keeti."
— (Biilii Giraam)

■ "Maatii irraa dhalatte filachuu hin dandeessu ijoollee sirraa dhalataniif garuu haala mijeessuu ni dandeessa."
— (Biilii Giraam)

■ "Namoonni waan tokko hojjechuuf yaalanii kufan, warra homaa utuu hin hojjetin milkaa'an irra ni caalu."
— (Looyid Joonsi)

■ "Muka ija qabutti dhagaan baay'ata."
— (Shiikeeraa)

■ "Karaa si baasu hin beektu taanaan deemsa hin eegalin."
— (Ingilizoota)

■ "Nama hundumaaf gaarummaa yaadi, garuu hiriyyaa filadhu."
— (Giriikota)

■ "Rabbi gurra lamaa fi afaan tokko nuuf kennuun isaa baayyee dhaggeeffachuu fi xiqqoo dubbachuu akka qabnu nu hubachiisuu dhaafi."
— (Araboota)

■ "Beekumsi nyaata lubbuuti."
— (Pilaatoo)

■ "Amala nama tokkoo yoo baruu feete aangoo yookiin taayitaa kenniif."
— (Abrahaam Liinkan)


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
https://www.tg-me.com/joinchat-R5ciaYWQTi3bvYFn
Oromiyaa keessa bakkeewwan hawwata Tuuriizimiif ooluu osoo danda'an xiyyeeffannoo fi kunuunsa hin arganne suuraa kaasuun ibsa gabaabaa waliin karaa @qeerroo_mediabot nuuf ergaa.

⚠️ Bakkichi kanaan dura baay'ee beekamee xiyyeeffannoo kan hin arganne ta'u qaba!

⚠️ Suuraa ergitan qulqullina isaa kan eeggate ta'u qaba!

Gamanumaan galatoomaa!
👉 @qeerroo_mediabot
ILAALCHII WARRA MOO'ATANII DANDEETTII ISAANII FAKKAATA
✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓

Dorgomuu utuu qabduu dorgommii keessaa of baastee teessee warra wal dorgomaniif sagaalee dorgommii laachuu hin qabdu.
Addunyaa dorgommiin guutamte kana keessatti wanti baay'ee murteessaan akkaataa ati itti of ilaaltedha.
Ilaalcha garbummaatti jiraachuu nama qabuuf garbummaan bilisummaadha. Ilaalcha keetuu gaaffii bori sii gafachiisa.

"Namni hamma nama kamiyyuu osoo hin taane hamma ilaalcha Isa gahaa"
Moo'attoonni warra ilaalcha moo'iichaa qabaniidha, isaanitti gaafa hundumaa kan mul'atu milkaa'ina malee kufaati miti.
Gola sammuu isaanii keessaa jechi hin danda'amu jedhu hin jiru. Moo'achukee dursitee ilaalcha moo'ichaa qabaachuu qabda.

"Hojiin ati hin hojjetin jirtu hoj_manee gara fuula duraatti hojjettuudha malee waan hin danda'amne miti" NEELSAN MADDELLAN.

Share gochuun gahee keeti
Join 👇👇
https://www.tg-me.com/joinchat-R5ciaYWQTi3bvYFn
Sobni yoo baayatee
EXPIRED' ta'a!
_ _
Sobni daallattiidha
Sobduunis daalattii
Ashaboo facaastee
Biqilchuuf dhaadatti.
Akka jecha isheedhaan
Ijatu fuunfata - funyaantu ilaala
Rimaa'ee foolatee
Sangaan jabbii dhala.
_ _
Funyoo arrabaatiin samiirra yaabbattee
Lafa soquu feeti
Kan nama dhibu immoo sobuma kaleessaa
Har'as sobuu isheeti.
Xibaara gogaa akkasii
Mee nu dhiisi ga'aa
Haaraa barbaaddadhu - sobnis yoo dulloome
EXPIRED' ta'a!

BY Leta keneni Aga

#QEERROOMEDIA
@HARARGETUB
@HARARGETUB
WAA SADII

Waa sadi jabeessi; tattaafadhuun
1. Hojii
2. Barumsa
3. Abdii
***
Waa sadiin namatti dondhoomin
1. Nagaa gaafachuu
2. Haasaa gaarii dubbachuu
3. Waa barsiisuu
***
Waa sadi kunuunfadhu
1. Qabeenya qusachuu
2. Hojii jabaa hojjachuu
3. Hiriyyaa gaarii jajjabeessu


#Barumsaafiwalaloo
#Irra_deebiin

Gareen Abukaatota Hidhamtoota Siyaasaa Oromoo ibsa gabaabaa toora FB isaarratti maxxanseen dargaggeessa Hamzaa Jamaal jedhamu Jawariif siim kaardii afur dabarsuuf osoo yaaluu harkaaf harkatti qabame oduun jedhu proppaagaandaa sobaa Jawar Mohammad irratti xiyyeeffateedha jechuun haaleera. Ibsi gareen kun baase akka addeessutti, Hamzaan silumaayyu mana hidhaa Qaallittiitti Jawar gaafachuuf hin deemne.
Tigraay keessatti lolli ammas akkuma itti fufetti jira jedhame.
Akka dhaabbatni kun jedhutti Masgiida Al Najjaashii irratti kan miidhaa geessise waraana Eertiraa fi waraana Abiy. Masgiidni kun seena-qabeessa kan tahee fi dhiheenya mootummaa Turkiitiin haromfamee ture. Yuneeskoo irrattis galmaa’ee jira.
#HAWASA

Yuuniversitiin hawwaasaa barattoota kuma 6 ol eebbisiise.

#CONGRATULATIONS
#ETHIOPIA

Itoophiyaatti bara 2013 baatii Muddee keessa qofa magaalota adda addaa keessatti balaawwan ibiddaa hedduun qaqqabeera.

Balaan ibiddaa kun baatii Muddee kana qofa kutaalee biyyattii garaagaraatti qaqqabeera.

Isaaniis:
- Yuunivarsitii Haramaayaa
- Magaalaa Buraayyuu
- Walaayittaa Sooddoo-Gabaa Markaatoo
- Magaalaa Baahirdaar
- Magaalaa Jigjigaa
- Walloo Kibbaa aanaa Maqdalaa
- Godina Halaabaa
- Godina Hadiyyaa
- Godina Lixa Oomoo
- Dabira Maarqoos

* Sababa kanaanis qabeenyi birrii miiliyoona hedduutti tilmaamamu barbadaa’eera jechuun BBC'n ibseera.
➥ Nuti gaafa daa'ima turre #irsaasa fayyadamna...

Amma garuu #pennaa yookiin #qubeessaa fayyadamna.

SABABA ISAA BEEKTAA?
➦ Dogoggorri gaafa ijoollummaa ni haqama.

Kan ammaa (erga guddattee) akka salphaatti hin haqamu.

➦ Wanta hojjennu hundumaa itti gaafatamummaa fudhachuun raawwachuuf ofeeggannoo cimaa barbaachisa.


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@HARARGETUB
@HARARGETUB
Dubartiin Warqee


Dubartiin warqeedha
Faaya gatii guddaa
Giiftii obsa yaabbuu
Haadha addunyaa hundaa!
Hiiroo baaxii manaa
Utubaafi dagalee
Gar-laafettii dhugaa
Mi'ooftuu sagalee!
Naatoofi jaalaladha
Mar'umaanshee keessi
Otuu ofii waraanamtuu
Madaa namaaf boossi!


#Barumsaafiwalaloo
Seenaa JAAL ABDII RAGGAASAA Warrii barbaadan 👍 warrii hin barbaadne 👎 Tuqaa isinin jechufii
public poll

EYYEEN👍👍 – 40
👍👍👍👍👍👍👍 87%

LAKKII👎👎 – 6
👍 13%

👥 46 people voted so far.
2024/09/27 07:18:11
Back to Top
HTML Embed Code: