Telegram Web Link
TOOFTAA ABBOOTII IRREE
πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ

Kutaa 2 ffaa
πŸ”ΆπŸ”ΆπŸ”ΆπŸ”ΆπŸ”ΆπŸ”ΆπŸ”Ά
BAACOO FI QOOSAA
γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°


Abbootiin irree morkattoota isaanii jilbeenfachiisuuf tooftaawwan itti fayyadaman keessaa inni tokkoo fi inni jalqabaa haamilee tuffiitii fiu gadi xiqqeessanii ilaaluudha,

Sana boodas isaan mudduuf jecha waraana xiinsammuu itti banu, isaanitti qoosuu, sadarkaa ofii olkaasanii dhiheessuunis morkattoonni isaanii dadhabinaa fi humana dhabiinsi isaanitti akka dhaga’amu godhuuf tattaafatu,

Kun tooftaa abbootii irree hundaati, hedduuwwan yoo mirgaa fi bilisummaa isaaniitiif qabsaa’an abbootii irreetiin sadarkaa jalqabaatiin ilaalcha tuffii fi baacoon itti guutameen ilaalamu, haata’u malee booddee irratti injifatuun hinjifatamuun isaanii hin oolu,

✴️✴️✴️✴️✴️✴️✴️✴️✴️

β€œjalqaba irratti si tuffatu, ergasii sitti qoosu, itti aansee si waraanu, dhumarratti ni injifatta” (maahtama gaandi)
πŸ”·πŸ”·πŸ”·πŸ”·πŸ”·πŸ”·πŸ”·πŸ”·πŸ”·

Kutaa 3ffaan itti fufa
γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°

Join godhaaπŸ‘‡


https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEeXImmFkE4t272BZw


https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEeXImmFkE4t272BZw
Odoo siin mari'atanii nullee qaaxa nagiya nuuf laatan.

Abbaa nageenyaa abbaa jaalalaa bakkuma jirtutti nagaa nuuf tahi.
​Qabsaa'aa Oromooti' ofiin jedhee nama Lammaa Magarsaatin gantuu' jedhu biratti ABIY AHMED goota haqaati!! Qabsoo Lammaa Magarsaa wayyaanee cabsee Maqaleetti galchee, paartilee keenya addunyaarraa Finfinneetti deebise kan nu harkatti bittinneesee, Jawaar akka hidhamu, Haacaalun akka ajjeefamu, Oromoorratti waraanni akka labsamu godheyyuu cimina Abiyyii Ahmed otoo hintaane dadhabina paartilee siyaasa Oromooti. Lammaa jechuun nama kophaa isaa otoo firrii fi diinni dhagaa itti guuruu diina kaleessa ture fuuldura dhaabatee Oromoorraa cabsedha. Inni kaan haa hafuu karaan Paartileen keenya Boolerraan Finfinneetti galtan kun akkuma salphaatti seetuumii? Qeerroo meeqatu nyaatamee daaraa ta'ee, Lammaa fi Jawaarq ajjin jijjiirama san fidee, Injifannoodhan biyyatti isin galche. Erga galtanii hoo? Maalitti turtan ree? Inni kuun haa hafuu Har'umayyuu otoo ABIY aangoo gad lakkisee hooggantoonni keenya qophooftaniiree? Lammaa qeequu fi Jawaartu akkas godhe maal maali oduu malee qophooftaniiree? Hoogganaa kamtu Lammaa Magarsaa qeequf nu keessa jira mee? Otoo beektanii bar Lammaan nama barbaadee qe'eetti isjlin galchee barbaacha dhabedhaa? Lammaa barbaaduu qabduuyyuu bar! Lammaan haamilee keessanii, haamilee Oromootii bar! Har'a rakkoon siyaasa Oromoo Lammaadhan ala isin Oromiyaa jiraattanis dachaa ta'ee bar. Oromoodhaf hanguma Lammaa sanayyuu furmaata ta'aa hinjirtanii bar. Gochaadhan hinjirtanii bar. Kuni maalif? Otoo kuni jiruu Eenyutu Lammaa Magarsaa caalaa Oromoof fira ta'aree? Eenyu Lammaa caalaa haa barbaadamuree? nama gaddisiifnam! Ergaankoo qabsaa'ota Oromoo hunda caalaa, hooggantoota olaanoo siyaasa Oromoo keessa jirtan maraaf haata'u!!
​Dhugaa tokkon isinitti hima. Oromoodhaf gochaan qabsaa'un haa hafu, waan Oromoon barbaadu jechaan afaanin dubbatanii amansiisuu warra danda'an keessaa kan jara kana lamaanin qixxaatu hinjiru, hinqabnu, yoo qabaannes olola malee kan tarsiimoodhan itti deemu hinjiru. Nuti warra dubbatee amansiisu, warra arraba qabuun falmatee waan barbaade san fudhachuu danda'u ta'uu qabna. Jarri kun lamaan warra laphee Oromoo beekanidha. Warra Oromoof afaan ta'anii bakka dhibee Oromoon dhukkubsatu san Doktora ta'anii beekaniifii dubbatanidha. Qabsoon dubbii afaanirraa eegala. Jechi waan tolchus, waan balleechus ni qaba. 'Bittaa wallaaltee, gabaa abaaraa galte' waan jedhamutu jira. Karaan jarri kun lamaan irra jiraatan dhalootaf galaadha. Yaa Oromoo afaankee ugguramee, arrabnikee luugamee, ijikee haguugamee jira. Jawaar dukkanaa hiikkadhu, Lammaa Magarsaa maal akka ta'ee bade iyyaafadhu! Karaa hayyootakee jabeeffadhu! Hundaa ol warra bakkaa fi yeroo barbaachisutti jechaa fi gochaan argamu dhaloota dammaqe ta'i yaa sabaa!! Qeeqa, komii, arrabsoo fi tuffii dhiisi, saba hooggansa qabu ta'i, gaafa hoogganaankee dhugaan bade barbaaddadhu, yoo hidhame hiikkadhu, yoo du'e falmii gumaa baafadhu!!
Hidhamuun Jawaar Mohaammad fi ajjeeffamuun Haacaaluu Hundeessaa yookan callisnu ta'e Oromoodhaf jalqaba Gabrummaa haaraati. Biyyi, gaggeessaan ykn qaamni kamiyyuu kan Hacee fi Jawaarif kabaja hinqabne Oromoo fi Oromiyaaf jibba malee homaa hinqabu. Qaamni Hacee ajjeesee, Jawaar hidhe diina dukkanaawaa uummata Oromooti. Biyya ykn gaggeessaa Jawaar fa'aa hinjaalanne, hinkabajne keessatti Oromoo salphatu malee Oromoon kabajamu hinjiru. Bara kana keessatti qofa miti, seenaa Oromoo jaarraa kanaa keessatti gochi jara kana lamaanirratti ta'e Oromoorratti godaannisa hamaa kaa'ee darbuuf jira. Qaama Jawaar hidhee Haacaaluu ajjeserraa gabrummaa dukkanaa malee bilisummaan ifaa goonkumaa hin eegamu hin yaadamu. Yaa Oromoo otoo kana caala sitti hindukkanaa'in dammaqi gochaadhan gad ba'ii dirree diinni si cabsuuf dhufetti argamii falmadhu!!!
An kan na yaachisu dhaloonni copy akkatti leenji'e kun booda Abbaa kitaabaa kitaaba isaarraa maqaa isaa haqee ka ifii irratti hin barreeyfatiniidha.

Waan irraa dubbifteefii waan irraa fidde jalatti ibsi maaloo😍
Kitaaba irraa yoo fuute "ergaa kana kitaaba akkanaa fii akkanaa irraahiin fuudhe" ja'iitii ibsi. Yoo channel nama biraa irraa fuute link channel irraa fiddee teetii wajjiin maxxansi.

Namni jacha nama biraa akkamitti akkatti ifitti amanamummaa guutuun akka waan ifii katabeetti maxxansa sa yaa dhiiroo.

waa maraafuu akkuma fadhettuu yoo tahe barreeyfama namaa copy goonee maxxansaa ooluun akka amala nuttin taane. Waan kitaa irraa dubbiftees ijo ijoo malee cufa barrreysaa hin oolin. Abbaan kitaaba san barreeyse gahee isaa bahate. Atiis yaada if keeysaa burqisiisii gahee kee bahadhu. Yoo kana dadhabde eenyumaa abbaa irraa fiddee wajjiin maxxansiitii faffacaasi santu gahee qixa sirriitiin bahachuudhaa.

Walumaa galatti caalatti wahuma nu keeysaa if keeysaa baasuurratti haa xiyyeeyfanuu.
✍
Waajjaa fi Dhummuuggaa garee ABUT irraa bilisa ta'uu himame!

Raayyaan Ittisa Biyyaa fi Humni Addaa Naannoo Amaaraa Alaamaaxaatti kalooftee kan jirtu Waajjaa fi Dhummuuggaa to'annaa jala oolchuu himameera. Gareen Finxaaleyyii baay'een isaanii harka kennachaa akka jiranis himameera.

Jiraattonni naannoo kanaa gareen ABUT miidhaa fi dararama hamaa irraan ga'aa akka ture dhugoomaniiru. Raayyaan Ittisa Biyyaa fi humni Addaa Naannoo Amaaraa garee finxaaleeyyii kana jalaa bilisa isaan baasuutti akka gammadan himaniiru.

Madda: AMMA
Miseensonni 'Alshabaab' fi 'IS' qabaman!

Miseensonni 'Alshabaab' fi 'IS' Finfinnee fi naannawawwan biroo biyyattiitti haleellaa shororkaa raawwachuuf qophiirra turan 14 to'annoo jala ooluu Tajaajilli Odeeffannoofi Tikaa Biyyaalessaa beeksise.
Namoonni chanela keessaniif member baayyifachuu barbaaddan

Promotion VIP

1000member ---- 150 birr
2000member ---- 300 birr
3000member ---- 450 birr
4000member ---- 600 birr

Karaa @ABDETUOR quunnamuun yeroo gabaabaa keessatti hojjechiifachuu dandeessu.

#ENJOY VIP
#BREAKING

α‹¨α‰’α‰’αˆ²α‹ αŒ‹α‹œαŒ αŠ› αˆžα‹αˆŠα‹΅ αˆƒαŒ‚ አα‰₯α‹² αŠ€αˆ­α‰΅αˆ« አሡመራ αŠ¨α‰°αˆ› αˆαˆ½α‰±αŠ• α‰ 3 ሚሳኀል αˆ˜αˆ˜α‰³α‰·αŠ• ገልጿልፒ

αŒ‹α‹œαŒ αŠ›α‹ α‹¨αŠ’αŠ•αŽαˆ­αˆœαˆ½αŠ• αˆšαŠ’αˆ΅α‰΄αˆ­ αŠ₯αŠ“ አሡመራ αŠ€αˆ­α–αˆ­α‰± αŠ α‰…αˆ«α‰’ αŒ₯ቃቡ αˆ³α‹­α‹°αˆ­αˆ΅ αŠ₯αŠ•α‹³αˆα‰€αˆ¨ α…ααˆα’

αŠ€αˆ­α‰΅αˆ«αŠ• αŠ αˆ΅αˆ˜αˆαŠ­α‰°α‹ α‹¨αˆšα‹˜αŒα‰‘ αˆšα‹²α‹«α‹Žα‰½αˆ "አሡመራ" α‹αˆ΅αŒ₯ αŠ¨αα‰°αŠ› ααŠ•α‹³α‰³ αˆ˜αˆ°αˆ›α‰± ፀ α‰ αŠƒαˆ‹αˆ α‰°α‹°αŒ‹αŒ‹αˆš α‹¨α‰°αŠ©αˆ΅ α‹΅αˆα… αŠ₯αŠ•α‹°αŠα‰ αˆ­ α‹˜αŒα‰ α‹‹αˆα’

* α‹¨αŠ€αˆ­α‰΅αˆ« αˆ˜αŠ•αŒαˆ΅α‰΅ α‹­α‹α‹Š αˆ˜αˆ¨αŒƒ αŠ₯αˆ΅αŠ«αˆαŠ• አልሰጠምፒ

Odeeffannoo Amma bahaa jiruun ❗️❗️❗️❗️❗️

magaalaa Eritrea Asmaraan misaayilii sadiin rukutamuu Gaazexeessaa BBC Moulid hajii Abdi, ibsee jira.

mootumman Eritrea gama isaatin wanni inni jedhe hin jiru.
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!❀❀
JOIN JOIN JOIN
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/dedroro
πŸ”ŠHARARGEE MEDIA
HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINAπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

@HARARGETUB
@HARARGETUB
β­•β­•β­•β­•β­•β­•β­•β­•
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
https://www.tg-me.com/harargetub
Oduu Ammee!!!

Obbo Jawaar Mohammad fi Baqqalaa Garbaa mana hidhaa keessatti dhukkubsachuufi tajaajila waldhaansa fayyaa ittifamuu gareen Abukkaattoo hidhamtoota siyaasaa beeksise.

Manni murtii kanaan dura tajaajila waldhaansa fayyaa akka argataniif hidhamtoota siyaasaa galmee Obbo Jawaar Mohammad jala jiraniif hayyameefi turuunsaa ni yaadatama. Bu'uruma ajaja mana murtiitiin kanaan dura Dookteriin dhuunfaa seenuun waldhaansa fayyaa hordofaa turuu isaanii maatiin OMN-tti himaniiru.

Guyyaa har'aa Obbo Jawaar fi Obbo Baqqalaan miirri dhukkubbii hamaa isaanirratti mullachaa jira. Dhukkubni isaanii adda ba'ee beekamu baatus, har'a maatii isaan dubbisuuf adeeman dubbisuullee hin dandeenye jechun maatiin isaanii himaniiru.

Dhukkubsachuu isaanii akkuma dhaga'ameen Dookterri fayyaa isaanii hordofan lama battalaan mana hidhaa Qaallittii qaqqabanis, Bulchiinsi mana hidhaa Qaallittii Dookteroota ol seensisuu diduun alatti isaan dhowweera.

Haalli dhukkubbii isaanii hedduu yaaddessaadha kan jedhan maatiin hidhamtoot
Motummaan Itoophiyaa midiyaalee Idil Addunyaa irratti tarkaanfii fuudhataa jiraachuun dhagahame.

Haala yeroo ammaa biyyatti keessatti mul'ata jiru karaa dogongoraa ta'een gabaasuu fi motummaa Itoophiyaa irratti dhibbaan akka hammatuu midiyaalee taasisaa jiranirratti tarkaanfiin fudhatama jira jedhame.

Abbaan Tayitaa Biroodkastiingii Itoophiyaa midiyaalee Idil-Addunyaa teessoo isaanii Finfinnee taasifataan, haala yeroo ammaa of eeggannoo fi ogummaan akka gabaasaniif akeekkachisu beeksiseera.

Haata'uu malee akeekkachisaa keennamee midiyaalee darbaan irratti tarkanfiin fuudhatamuu Abbaan tayita Biroodkastingii Itoophiyaa beeksiseera.

Midiyaaleen kanneen akka DW, BBC, Reuters xaalayaan akeekkachisa keennaneerafi.

Abbaan Tayita Biroodkastingii Itoophiyaa guyyaa dhengaddaa 'Reuters' Itoophiyaa keessatti haala yeroon wal qabaate gabaasa fi sochii akka hin gaggeesineef uugguruu ibseera.
Barsiisaa Gaalib Abbaa Saambii eda rasaasa afuriin dhahanii du'eera jedhanii bosona keessatti gatan.

Obboleessa rogeessa Oromoo beekkamaa Yayaa Bashiir kan ta'e Barsiisaa Gaalib Abbaa Saambii halkan eda rasaasa afuriin dhahanii du'eera jedhanii bosona keessatti gatan.

Haa ta'uu malee namoonni bosona keessatti arganii utuu lubbuun isaa hin baane hospitaalaa Jimmaa geessanii jiru.

Miidhaan irra gahe ol'aanaa waan ta'eef ammas carraan lubbuun hafuu isaa xiqqaadha jedhama.
AFP
Raayyaan Ittisaa hogganaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dr Teedroos Adhaanom TPLF deeggaru jechuun himate
Lolli Naannoo Tigraayitti erga jalqabee namootni dhibbaan lakkaa’aman lubbuu dhabaniiru.
Dr Teedroos Adhaanom Gabirayasuus dhalataa Tigraay yoo tahan, bulchiinsa Itoophiyaa dabre keessatti ministira fayyaa tahuun tajaajilaniiru.
BBC’n dhimma kanarratti yaada akka kennaniif Dr Teedroos'n gaafatus, isaan garuu ammatti deebii hin kennine.
Erga oduun kun dhagahamee garuu Dr Teedroos wanti kun akka isaan hin ilaallanne isaaniirratti barreessaniiru.
Mootummaa federaalaa fi humnoota TPLF'f amanamoo ta'an gidduutti lolli erga eegalee bubbulus qondaalli Dhaabbata Fayyaa Addnuyaa Dr Teedroos Adhaanom turanii boodarra yaada kennaniiru.
Qaamoleen hunduu nagaa buusuu akka qabanii fi deggersa namoomaaf haala mijeessuu akka qaban waamicha dhiyeessaniiru.
Tibba weerarri koronaavaayirasii addunyaa harkaa qabutti, rakkoon waraanaa mudachuun fayyaa hawaasaaf na yaaddessa kan jedhan Dr Teedroos lubbuu ba'aa jiruu fi lammi
2024/09/28 03:17:47
Back to Top
HTML Embed Code: