Haajii Aadam Saaddoo
( "Kan harkatti qaphadhee dhufe garaatti deeffadheera; kanaan achi waan feetan gochuu dandeettani.") Maaliif, enyuunis jedhame? Kan gadii kana...
Haajii Aadam jecha kana kan dubbatan, 1958, bara waldaan Walgargaarsaafi Misooma Maccaa-Tuulamaa jagnoota Oromoon bu'uureffamee sochii jalqabedha. Waldaan kun, kutaalee Oromiyaa hedduutti damee isaa bu'uureffamuuf caasaa isaa erga diriirfateen booda kora tokko Finfinnetti waamee ture. Karaa faallaan, mootummaan Haayiilee Sillaasee waldicha mormuun jiigsuuf socho'aa ture. Yeroo kanatti, Haajichi uummata Baalee bakka bu'anii xalayyaa, keessumattuu Jeneeraal Taaddasaa Birruutiif barreeffamte, qabatanii gara Finfinnee dhaqani. Waraaanni mootummaa hojjettoota waldicha funaanee hidhuuf, itti marsee jira. Kanneen marsaman keessaa tokko Jeneraal Taaddasaa Birruuti.
Haajii Aadam Saaddoo marfamuu Jeneeraal Taaddasaa quba hin qabani. Isa arguuf yommuu bilbilan, kan jalaa kaaase humna waraanaa marsee ture keessaa tokko. "Ani Taaddasaa dha" jedhee manatti waame. Hajiin Jeneeraal Taaddasaa qaamaan wallaaluun salphaatti harka diinaa akka galuuf haala mijeessuu hin hafu.
Edda qabamanii waan tokko falatani. Dhugaattis, waraanni sun qaama isaanii malee sammuu isaanii hin marsine! Humna waraanaa sanatti mana fincaanii deemuu akka fedhan itti himani.
Haajichi marfamanii mana fincaanii akkuma seenaniin, xalayyicha ergaa ummata Baalee qabatee san cicciranii mana fincaanii keessa buusuu yaadanii, " As keessaa baasu!" jedhanii shakkani. Malli ergichi diina harka galuu dhiisu yoo garaatti deeffatan qofaa akka ta'etti murteeffachuun, waraqaa san cicciranii alalfatani.
Akkuma mana fincaaniitii bahaniin marfamuun biiroo hogganaa waraanatti geeffamanii waraqicha yommuu gaafataman,
"Kan harkatti qaphadhee dhufe garaatti deeffadheera; kanaan achi waan feetan gochuu dandeettani." jedhanii deebisani Haajii Aadam Saaddoo.
Kitaaba "Qaanqee Qabsoo Oromoo" irraa qindaa'ee dhiyaate.
@OROMOTOO
@DEDRORO

Nama hunda gammachiisuu dadhabuun wahuma jiru. Garuu nama hunda biratti jibbamuun waan fokkota.
#Hawaasummaa gaarii uumanii jiraachuu beekuun waan guddaadha.
#Namni gariin hammeenya isaarraa kan ka'e ilma namaa tokkoo wajjiin waggoota hin jiraatu. Namoota hiriyyummaa isaa keeysaa harcaasaa harcaasaatuma dhufa.
#Nama nama hubatuuufii dhiifama namaaf godhuu baayyisu tahi.
#Nama namni isatti ida'amuuf sheenaawee karaa isarraa ittiin adda bahu barbaaddatu hin tahin❗
#Nama hiriyyoomfattee caayaa hiriyyummaa kee jalaa qabduu hiccitii isaa eegi. Isa biratti nama dureen hiriyyaa kee turee addaan baatan hin xiqqeeysin "aniis guyyaa addaan baane akkanumatti na xiqqeeysaamii" ja'ee if if keeysatti si yaadaa waan jiraatuuf. Sii wajjiin koflullee yeroo ati nama xiqqeeysitu kana numa yaada
#Nama irra jibbamaadha jachuun nama waan hiriyyaa isaatii waliin dalage gaafa gargar bahan isa duuba deemee isa hammeeysu. "Hiccitii hiriyyaa nu waliin jiruu haa eeynuu, maqaa hiriyyaa wal dhabnee waan gaariin haa kaasnu"

Dubbachuu kee qofa miti callisuun keetillee diina biratti kirkira lafaa caalaa dhagaa'ama. Dandeettii fi beekumsakee isa gochaa fi jechaan addunyaatti muul'ate qofa miti, kolfi keetillee haamilee diinota keenyaa rasaasa ykn misaayela caalaa barbadeessa. Biyya kana keessatti namni akka kee kabajame, jaalatamee fi sodaatame hinjiru. Ati man'ee shiraatif bakakkaadha, galma dhugaatif bakka wal argaadha. Lammii keetif ija, alagaadhaf qoreedha. Erga ati dhuftee diinni boo'uu fi shororkaa'uu malee takkaa rafee hinbeeku. Erga ati dhuftee Oromoon sodaatamuu fi boonun of kabachiisuu malee daqiiqaa takkaaf sitti qaana'ee hinbeeku. Suurri keetillee haamilee diinaa kiiloo shantama hir'isa. Kolfikee boombii caalaa hundee diinaa buqqisa. Warri si hidhe ofiif seenadhaanis, seeranis hidhame. Amma lafti halkani, kan waraabessaati, kee guyyaan ifaa kophaatti jira. Dukkanni kun ni darba, aduin ni baati. Gaaf sana akkuma ifa aduu harkaan dhoksuun himdandaa'ne, sii fi dhaloota kees kan dhaabu hinjiru. Sabnis, rabbis si wajjin jira
Jawaar mohammad Waan ati Oromoodhaf akka nama dhuunfatti waggaa 4 keessatti goote, Itoophiyaan umrii ishee waggaa 150 keessatti, OPDOn sadarkaa dhaabatti waggaa 30 keessatti hingoone!! Ati Oromoodhaf qawweedha, humna hidhatee loluu oli. Ati Oromoodhaf miidiyaadha, loltuudha, hayyuudha, mootummaadha, Heera, waa hunda keenya!! Sabnis, waaqnis si wajjin jira. Hanga dukkanni waraabessootaa kun darbee guyyaan ifaa kee dhufutti bakkuma jirtutti fayyaa nuuf ta'i!!
Abbaan Alangee Federaalaa Sadaasa 23.2020 Koloneel Gammachuu Ayyaanaa irratti, galmeen himannaa waggaa tokko dura cufamee ture deebisee itti banuun, dhaddacha Federaalaa irratti isaan dhiheesse.
Koloneel Gammachuu Ayyaanaa qondaaltota ABO ajjeechaa Artistii qaalii Oromoo Hacaaluu Hundeessaa booda, hidhaman keessaa tokko yoo ta'u, Mana Murtii Sulultaa dabalatee, manni murtii Olaanaa Godinichaa himata isaanii ilaaluudha mirga wabii eeguufis poolisiin isaan hiikuu dhabuudhaan mana hidhaa garaagaraatti isan hiraarsaa turuun ni yaadatama.
Guyyoota afur dura, manni Murtii Sulultaa galmee himata isaanii irra deebiin ilaaluuf dhaddacha qabatus, poolisiin Himatamtoota dhaddacharraa hambsuusaa gabaasnee turre. Dhaddacha sanarrattis Abbaa Alangaa "ani jara kanarraa himata cufeera." jechuusaa abukaattoo wabeeffachuun gabaasuun keenyas ni yaadatama.
Ji'a tokko guutuuf Koloneel Gammachuu Ayyaanaa bakka isaan jiran wallaalamee baradamaa akka turan kan ibsan gareen Abukaattota hidhamtoota siyaasaa Oromoo, guyyaa har'aa Abukaattoo fi maatiin utuu quba hin qabaatin Koloneel Gammachuu Ayyaanaa mana murtii Federaalaa, Finfinnee naannoo caffee Tumaa (siddist kiilootti) dhihaachuun galmeen shororkeessummaa waggaa tokko dura isaanirratti banamee ture kan dhumarra cufamuun biliisaan hiikaman, har'a deebi'ee itti banamuusaa Abukaattoo hojii biraaf bakka sana turee dhaddacharraa hirmaaterra odeeffanneerra.
Galmeen shororkeessummaa waggaa tokko dura isaanirraa cufamee ture deebifamee abbaa alangaatiin banamuu ilaalchisee, yaada Koloneel Gammachuu Ayyaanaa kan dhaggeeffate manni murtii, Koloneel Gammachuunis "Ani Falma mirga namoomaatii malee Shororkeessaa miti" jechuun yaada laachuusaanii Abukaattoon kun himaniiru.
Manni Murtii Federaalaas dhimmicha ilaaluuf, beellama biraa qabatera.
Koloneel Gammachuu Ayyaanaa ji'oota shaniif harka poolisii Oromiyaatti hidhamee kan ture yoo ta'u, manni murtii Oromiyaa himata isaanirratti dhihaate kuffisuun biliisa baasee ture.

Qormaata kutaa 8ffaa Muddee 1 hanga 30 keessa ni laatama jedhame!
Qormaata kutaa 8ffaa akkaataa qophii naannoleen Muddee 1 hanga 30 keessatti sagantaa Biroo Barnoota Naannichaa baaseen akka laatamu Ministeerri Barnoota beeksise.
Deetaan Ministira Ministeera Barnoota obbo Miliyoon Maatiyoos ibsa har'a laataniin akka beeksisanitti, qormaanni biyyoleessaa kutaa 12ffaa ammoo mootummaan duula seera kabachiisu Naannoo Tigraay fi naannolee adda addaatti gaggeessaa jiru xumure nageenyi hanga mirkanaa'utti yeroof dheerateera.
Obbo Miliyoon itti dabaluun barattoonni hanga qormaanni gahuutti qophii gochaa akka turan dhaamaniiru.
#share
Join👇👇👇

Qabeenyi guddaan ammatti Oromoon diinan loluuf of harkaa qabu Jawaar Mohaammad nama jedhamu kana. Yaa Oromoo qawweenkee sammuu keeti. Sammuunkee hoogganaa keeti. Jawaar Mohaammad kuni qabsaa'aa karaa nagaa qofa otoo hintaane, dhukaasee hin ajjeefnefi malee, lubbuu namaa hinbaafnefi malee, goota qawwee fi taankidhaan loluu ol jagna Oromoof waardiyyaa dhaabatee loledha. Gabrummaan qawwee dhabuurraa otoo hintaane, hooggansa cimaa dhabuurraa dhufa. Sabni hooggansa hinqabne lolee diina moo'achuu miti, ofiifuu walii hingalu. Cimina siyaasaa jechuun cimina hooggansaa qofa. Baay'achuun ykn qawwee qabaachun nama hinkabachiisu. Biyya kana keessatti loltuun qawwee of harkaa qabu baay'en Oromoodha. Garuu Oromummaaf bakka hinqaban, san kan godhemmoo rakkoo ummata bal'aa otoo hintaane rakkoo hooggansaa nuti qabnudha. Hooggansa cimaa qabaannan 'Ati loli ati dhiisi' jettee wal atakaruu miti, alagaa Tigree fi Amaarayyuu qawweekee hidhachiiftee dantaa Oromoo fi Oromiyaatif hiriirsita. Imala qabsoo Siyaasa keessatti hooggansi akka sammuuti. Jawaar Mohaammad kunimmoo dawaa waan kana maraaf rabbi badhaasa nuuf kennedha. Jawaar Oromoodhaf qofa miti, Afrikaanota maraaf sammuudha. Sammuun keenya qawwee keenya. Qawween keenya Jawwee keenya. Qabeenyi guddaan nuti Oromoon ammatti diina keenyan loluuf qabnu Jawaar Mohaammadi. Namni kuni nutti tokko malee humni isaa diina biratti humnna taankii fi baankii caala. Jawaar dukkanaa baasuf rafuu hinqabnu. Otoo nutti hinbarfatin Ija keenya oolfachuuf haa sochoonun dhaamsa kooti!!
Jawaar Muhammad Goota Oromoo tokkicha sammuun Qawweedha. Hidhamuun kee jechaa fi gochaadhan kana nuuf mirkaneessee jira. Ati nuuf dhaabbata, paartidhaa oli! Wanti takka wanni nuti qabnu wanni siin madaaluu takka hinjiru. Humnikee humna guddaa ummataati. Wanti humna uummataa caalemmoo addunyaa kanarra hinjiru. Gaafni ati moo'amtu gaafa Oromoo wanni jedhamu addunyaa kanarraa bade qofa. Ati uummatakee wajjin har'as boris injifataadha!! Har'i dukkana, guyyaankee mamii malee dhufaa jira, Abshir ni bari'a, yaa bakkalcha💥keenya!!
Halkan kun ni bari'a hin ja'u
Ifa har'aa qofa barbaaddataa
Kun Nama kiyya hin ja'u
Dukkanatti dhiisee biraa kaata
Dhabu! Obboleessa ofii qaalii
Dungoo tiqqoo tokkotti gurgurata.
Laftis bari'uu hin oolu
Dungoonis dhuman oolle
Gammachuu yerootif wal gannee
Ormi akka nutti hin kofalle.
@dedroro
@harargetub
@oroquotes
Ifa har'aa qofa barbaaddataa
Kun Nama kiyya hin ja'u
Dukkanatti dhiisee biraa kaata
Dhabu! Obboleessa ofii qaalii
Dungoo tiqqoo tokkotti gurgurata.
Laftis bari'uu hin oolu
Dungoonis dhuman oolle
Gammachuu yerootif wal gannee
Ormi akka nutti hin kofalle.
@dedroro
@harargetub
@oroquotes
𝐊𝐮𝐧 𝐦𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐝𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐭𝐢!
𝐊𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐡𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐛𝐚𝐣𝐧𝐞 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐡𝐢𝐧 𝐛𝐮𝐥𝐜𝐡𝐢𝐭𝐮.

Enyus haa ta'u eenyu, maalis haa ta'u maal, duuti namaa fudhatama hin qabu. Namni tokkolleen du'uu hin qabu.
Lubbuu warra nurraa dabarteef gadda guddaatu natti dhagahame aali fi firoota hundaaf rabbi jajjabina haa kennuuf.
Ta'us ragaa qabatamaa malee miiran quba kanaafi kaanitti qaqqabuu fi maqaa wal balleessun sirrii miti.
Biyya tana keessatti Humni hidhate shiftaan hedduutu jira.
Qaamni hidhate hunduu ija shakkii takkaan laalamuu qabu.
Qaama nagaa eegsisu kan paartii malee kan ummataaf dhaabbatu hin agarre.
Warra mootummaadha ifiin je'u kanarraa Ummanni amantaa hin qabu haqa baasuf dirqama Qaamni walabaa qoratuu qaba.
Shakkamaan qorataa ta'us haqa baasus hin danda'u.
Dhugaa dubbachuuf amma dhumaatii ta'e kanarraa eenyutu bu'aa argata?? Tana isinumaafin dhiisa.
Jaarraa kana keessa lubbuun namaa kaartaa qumaara politicaa ta'uun isaa hedduu nama gaddisiisa.
Yaa Rabbi nurraa guuti.

Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Sammuun waan uumame guutumatti yaadachuu dhiisuu ni mala. Garuu miirri isaa onnee irratti yeroo hundaa ni dhagahama.
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEs681wYg4pLvWysxw

Forwarded from Deleted Account
Biyyi hayyuu fi beekaa ofii hin kabajne ofiif kabajaa dhabdi.
Ummanni biyya kanaa akki taane akkana.
Jechoota bebbeekkamoofi jaallatamoo kanneen faayidaa qaban argachuuf...

#EthiopianElectricPower
Itiyoophiyaa keessatti naannoo baay'eetti humni # ibsa addaan cituu isa Humni Ibsaa Itiyoophiyaa ibseera.
Guyyaa har’a guyyaa keessaa sa’aatti 7:00 irraa kaasee rakkoo teekinikaa mudateen humni ibsa addaan cituu ibseera dhaabbatichi.
Yeroo ammaa kanas humna ibsa addaan cite deebisuuf hojjetamaa jira jedhameera.