πJIREENYA_GAMMACHUU
Jireenya gammachuu jirachu yo fete ergawwan shanan kana beki
Ilmi namaa hundi osoo wantoota 5 yeroo mara yaadatee silaa waanuma hundaafuu hin dhiphatu ture...
Sunis :- 1. Wanti tahuuf murtaawe hin hafu wanti hin murtaawinis hin raawwatamu...
2. Gammachuun nama biraa gammachuu teetirraa hin qoodamtu inniniis rabbi biraa qooda isaa qofa argata...
3. Daldalli obboleysi khee daldalu carraa isaarraahi osoo ati yeroo 100 shira xaxaa ooltee waa isaaf barreeyfame inuma argata...
4. Gammachuun jireenyaa qabeenyaan osoon tahin barakaadhaan argamti : barakaanis bololaan osoon tahin fedha waaqa fi carraaqqataan argamti...
5. Rabbiin nama jaallatu qofaaf Iimaana Barakaa fi Tasgabbii badhaasa Qabeenyaa fi Bolola garuu nama hin jaallannes ni badhaasa...
Yaa waaqa nama waan qabuun tasgabbaawee Barakaa tee abdatee gammachuu biyya 2 arkate nu taasisi...
ππππππ
@OROMOTOO
@DEDRORO

Ati eenyuun fakkaatta?
Leenci tokko dallaa horii sa'ootaa gidduutti dhalate. Kan inni guddates achuma keessatti. Kan inni yaadu akka sa'aa ta'eettidha malee akka Leenca ta'e hinbeeku ture. Dhugaa qaba kanarra kan darbe maal gochuutu irra jiraree?
Guyyaa tokko Leenci dulloomaan tokko dallaa sawwanii kana bira utuu darbuu Leenca dargaggeessa tokko utuuni sa'oota gidduu dedeebi'uu arge. Gaaffii guddaa itti ta'e.
Sa'oonni sun
Leenca isa isaanii wajjin guddate sana hin sodatan sababiinsaa waan isaanirraa adda ta'e hin hojjetu.
Egaa waanti kun Leenca isa dulloomaa sana ajaa'ibee jira. Innis suuta garasaanitti siqaa dhufe. Sa'oonni sun yeroo Leenca dulloomaa sana argan nahaani fiigan. Leenci inni dargaggeessi sunis sa'ootaa wajjin fiiguu eegale.
Leenci dulloomaan sunis amma dhumaatti wajjiin fiigee isaan qaqabee bira gahe.
Leenci dargaggeessi sunis akkuma sa'oota sanaa boo'uufi gadduu eegale. Leenci dulloomaan sun ''Gochakee gatii hinqabne kana ammarraa eegalii dhaabi!'' Jedhee Leenca isa dargaggeessatti dheekame. Achii booda gara laga isaanitti dhiyoo jiruutti geessee gara bishaannicha akka inni ilaalu taasise. Leenci dargaggeessichi inni dallaa sa'ootaa gidduutti dhalatee guddate sun bishaan keessatti Leenca ta'uusaa arge. Leenca taβuusaas bare.
Ati eenyuun fakkaattaa?
Iddoo jirtus beekta?
JOIN JOIN SHARE
ππππππ
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
@HARARGETUB

Think And Grow Rich Napoleon hill.pdf
1003.8 KB
Kitaaba Addunyaa kana jijjire. Kitaaba kana barreessuuf barreessaa kanatti waggaa 25 itti fudhate.
Namni waan haaraa hojjechuu barbaadu kamuu kitaaba kana haa dubbisu.
π JOIN JOIN

Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
YouTube
NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !
LIKE SHARE SUBSCRIBE GODHU HIN DAGATINA#
GORSA BAREEDDUDHA DUBBISAA ISIN FAYYADDIπβ€
πJireenya kee keessatti yoo dandeesse namuu miidhuu hin yaadin, sababnis gochaan kee deebisee simiidhu mala waan ta'eef.
πYoomiyyuu taanaan gorsa nama kamiyyuu dhaggeeffadhu, irra caalaatti garuu waan sammuun kee itti amane raawwadhu.
πNamni kamuu nama, namummaaf kabaji ilaalchaan garuu adda baasi. Eenyu badaa eenyu gaari akka ta'e ilaalcha isaatirraa hubattaa waan ta'eef.
πJireenyi addunyaa kanaa gufuu baay'ee qabdi, garuu jabina keetin hundaa dabarsuuf yaali.
πBaay'ee garaa hin laafiin, baay'ees garaa hin jabaatiin, yoo gar-malee gara -laafeessa taatee gowwaa fakkaattaa, yoo gar malee gara jabeessa taate immoo hamaa fakkaatta, wanti baay'atee hin tolu waan ta'eef.
πYoo sammuun kee baay'ee cinqamu waan jaalattu raawwadhu. Fakkenyaaf kan kitaaba dubbisuu jaalattu yoo ta'e waayee dhimma sicinqisiise sana waliin walqabatu dubbisi akka deebii itti argattuuf!
πNama yeroo hunda quba sitti qabu duuba isaa dhaabbadhu, yoo quba sitti qabuuf of duuba garagagalu si qofa miti ofis akka arguuf, nama waan ofii hin beeknetu quba namatti qabaati!
πWaan keessikee yaadu dubbadhuu
baafadhu, tarii furmaata argachuu malaati,
dhibee himatan dawaas argatu.

Ityoophiyaa (#Ethiopia)πͺπΉ
Hagayya 10 (August 16)
β’Namoonni qabaman = 29,876
β’Har'a kan qabaman = +982
β’Namoonni du'an = 528
β’Har'a kan du'an =+19
β’Namoota bayyanatan = 12,359
β’Har'a kan bayyanatan= +322
β’Namoonni Yaaliraa kan jiran = 16,687
β’οΈHaala ulfatarra jiran =217
β’Qorannaan laabraatoorii har'aa = 19,769
β’Qorannaan laabraatoorii waligala taasifame = 609,463
@oromotoo
@dedroro

πππππππππππππππ
β Namarraa hedduu hin eegin ( abdii irra hin kaayatin) booda ni sheenoytaa!!
π Osoo if hin ibsin hin ta'u jechuu baradhu!
π Waan dabreen namatti hin murteessin.
βοΈ Namni ni barata.
βοΈ Namni ni jijjiirama.
βοΈ Namni ni socho'a.

Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Allahan Qaba)
Hundee kee jabeefattee,
Yoo qabaatte muldhata.
Lafa ciisaa tulluu goote,
Gaara gubbaatti baata.
Galma gahuuf yaadda taanan,
Dhaabbata kee tolfadhu.
Wal qoqqoodu itti dhiisi,
Gamtoomitii dhaabbadhu.
Qunceenuu Wal gargaartee,
Arba guddaa sana hiitii.
Mixiin walitti rarraatee,
Garba guddaa daaktee ceeti.
Tokkummaa hin qabnu taanan,
Akka cuucii handaanqotti.
Otuma Wal jalaa waccuuti,
Suburbutaan nyaatamtii.
Otoo laboobni Caalaa gubuu,
Kumaatti tolee ciisaa.
Akka gurmuu kannisaatti,
Gamtaa nu barbaachisaa.
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
Yoo qabaatte muldhata.
Lafa ciisaa tulluu goote,
Gaara gubbaatti baata.
Galma gahuuf yaadda taanan,
Dhaabbata kee tolfadhu.
Wal qoqqoodu itti dhiisi,
Gamtoomitii dhaabbadhu.
Qunceenuu Wal gargaartee,
Arba guddaa sana hiitii.
Mixiin walitti rarraatee,
Garba guddaa daaktee ceeti.
Tokkummaa hin qabnu taanan,
Akka cuucii handaanqotti.
Otuma Wal jalaa waccuuti,
Suburbutaan nyaatamtii.
Otoo laboobni Caalaa gubuu,
Kumaatti tolee ciisaa.
Akka gurmuu kannisaatti,
Gamtaa nu barbaachisaa.
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
#Jawaar_Mohammad
Obbo Jaawar Mohammad yeroo ammaa kana mana hidhaa keessatti hedduu dhukkubsachaa jiraachuu isaa, abukaatoon isaa Obbo Kadir Bulloo himan.
Obbo Jaawar Mohaammad dhukkubsachuu isaani sababeeffachuun, beellama mana murtii har'aa irratti kan hin argamne ta'uus abukaatoon isaa kun ni himu.
Dhukkubni Jaawar maal akka ta'eef, maalirraa akka madde beekamaa ta'uu baatus, yeroo ammaa kana fuulli isaandhidhiita'uu, dhaabbachuu dadhabuufi baayyee dubbachuu dadhabuu isaa maatiin isaa mirkaneessaniiru.
Kanaan dura Obbo Jaawar Dooktera Fayyaa dhuunfaa ofii akka barbaadu himatus, poolisiin hayyamuufi diduun isaa ni yaadatama.
Maddi: Gullalle Post