Telegram Web Link
FAAYIDAA KAAROTII NYAACHUUN NUUF QABU
🔧 Keemikaala beettaa kaarotiin kan qaroo namatiif hedduu gargaara.
🔧Ilkaankeenya baayyee akka qulqulaa'uuf fayya qabeesa akka ta'u nu gargaara.
🔧Viitamina gahaa waan of keessaa qabuuf fayyummaa gogaa fi miidhagina gogaatiif baayyee gargaara.
🔧Tiruun keenya xuraawaa qaama keenya keessaa akka baasu baayyee nu gargaara.
🔧Dhukkuba sammuu keessatti dhiiguu ni xiqqeessa.
🔧Dhiibbaa dhiigaa hir'isuu fi dhukkuba onneetiin qabamuurraa nu baraara.
🔧Keemikaala "antioxidant" ta'an of keessaa waan qabuuf akka dafnee hin dulloomne nu gargaara.
🔧Kaansarii harmaarraa nu ittisa.
🔧Gogiinsa garaa ni ittisa.
🔧Finniisa fuula namaa balleessu ni dhorka.
🔧Fayyummaa laphee keenyaatiif gaarii dha.
Kanaafuu soorata keenya keessatti yeroo hundumaa fuduraa fi muduraatti haa fayyadamnu.
#Join_Us & #Share 🙏


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
Qeerroo jirtuu?

“Awaday hiriraa cimaa deemaa jiiraaa
warranniii dhukaasaaa heduu tumuuu jiiraniii” https://www.facebook.com/10220981168433225/posts/10221121657785371
Waan garaa nama nyaatu obbo Baqqalaan har’a dubbate. “Obboleessi kiyya Jawar baay’ee dhukkubsatee jira. Kutaa kophaatti isa hidhuun hin tahu. Ani isa waliin akka tahu naaf haa hayyamamu” jedhee gaafate.
Jijjiirama arguu barbaaddu ofiif fiduuf carraaqi malee nama biraa irraa hin eegin. #mahtma_gandi

Ummata keenya dhaamsa gabaaba tokkon akka lammi tokkotti dirqama lamummaa kiyya waa isiniin jechuu barbaada.

Yeroo mirgi kee dhiibame, hayyuu (qaroo ija teetii) yeroo itti dukkaneessan, wayta roorron daangaa dabarte fi diinni si nyaatuf wayta ilkee qaratu.
Wanjoo gabrummaa kana humni addaa tokkolleen alaa dhufee sirraa hin kaasu. Kun dhugaa lafa irra jirru kanaati.
Eegaa waan sirra jige kana ifirraa kaasun sumaa fi suma qofa qabdi. Qabsootti lafaa ka'i Qeerroo qofa irratti hin laalin jaarsaa, jaartii, tiqqaa, guddaa, dhiiraa, dhalaa, osoo hin ja'in hundumti keenya bakka takkaa lafaa ka'uu qabna. Ethiopian hacee nyaattee jawaar afaan kaatte boru nu warra beekkumsa hin qabne kana akka bishaanitti walitti nu qabdee dhuguun isii ifa.
Bishaan jige hanguma hafe lafaa ol qabatani kan alanfattee liqimsite ol deebisuu hin dandeenyu kan afaan isii jiru oso alanfattee hin liqimsine kokkee qabnee afaani darbachuu qabna.
Ee yaa saba koo booda erga sa'aan dabarte booyun bu'aa hin qabu. Mataa keenya kan nuun deemu dhabuu mannaa teenyaaf dhabamuu wayya. Ka'ii labsi labsa dabarsi yeroon irra jirru tun tan jiraatu fi du'uuti (DO OR DIE) injifannoon wareegama malee hin dhuftu nama haqaa fi dhugaa isaa irratti qabsaa'u rabbiinis ni gargaara wareegamus shahiidedha.
Teessus duuti sirraa hin haftu ka'ii falmadhu.
Obboleeyyan keenya warra garaaf jettanii diina jala yaatan gorsa obbolummaa gobanaa daacetirraa waa baradha dhumti teessan tanuma goobanaa sani. seenaa irraa haa wa barannu osoo yeroon hin dabrin gama haqaa goraa yeroof sobni dhugaa haguugus turtu turti malee dhugaan numa mooti.

HAQAAF FALMANNA GARGAARSA RABBIITIN NI MOONA.


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
RAKKINNI HAA RAKKATU!(1).pdf
574.3 KB
Abdiisaa Ejjetaan Free Ebook nuuf qopheessee jira, Ulfaadhu jennaan

Silaas ijoolleen Amboo qabsooftuu dha ❤️

@OROMOTOO
@DEDRORO
Jiirtuu?
ijoolleen Arsii jirtuu?
ijoolleen Baalee jirtuu?
ijoolleen Boorana jirtuu?
ijoolleen Gujii jirtuu?
ijoolleen wallagga jirtuu?
ijoolleen Harar jirtuu?
ijoolleen Shawaa jirtuu?
ijoolleen walloo jirtuu?
ijoolleen karrayyuu jirtuu?

"Eessaa jirtuu"Qabsootti jira jedha
Qophii xumurtanii jirtuu
Lammiikoo hayyuu keenya Jawar Mohammed Akkas jedhee"Maatii koon Kara viidiyoo konfeeransiin dubbisuun barbade" jedhee
Sababniis jarrii Akka ajjeesan hubateera!

Jawar Ammaan tana hedduu dhukkubaa jiraa. Pr. Mararaa guddinaa hara yeroo ijaan Jawar arguu nibo'ee.
Pro.MARARAA GUDDINAA Haala jawaar itti dhukkubsatu Yeroo ilaaluu garaan isa badee ija qabatee ilaaluu dadhabee ❗️

Aaaaaaah Yaa
lammiikoo banneeraka,
oromoo dhumneeraka, gurra abbaa gannerraka, Akkuma Hacee San Jawaaris dhabaa jirraka!
RAKKINNI HAA RAKKATU!
Rakkoon qullaa buusee
Hunduu itti haa seequ
Kan rakkoon jeeqame
Dabaree isaa haa jeequ
Dhukkubsatee aadee
Sammuun haa dhiphatu
Waan godhu wallaalee
Rakkoon haa maraatu

@OROMOTOO
@DEDRORO
Takele uma Aangoo irraa Kaafameera❗️
Kayyoon Nafxanyaa bakka gessee jirtii 💯%❗️
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
🔊🔊🔊🔓🔑 JOIN👇👇👇👇👇👇👇👇
👉👉 @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
Injiinar Takkalaa Uumaa Kantiibaa Magaalaa Finfinnee irraa kaafaman.

Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaa aangoo isaanii irraa kaafamuun gara ministira Albuudaafi Inarjiitti.
#BREAKING
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad muudama addaddaa laatan.

- Dooktar Qana'aa Yaadataa ministira raayyaa ittisaa

- Dooktar Geedeyoon Ximootewoos, Abbaa Alangee Waliigalaa

- Dooktar Saamu'eel Hurkaatoo ministira Ministeera Saayinsii fi Barnoota Olaanoo

- Taakkalaa Uumaa ministira Ministeera Albuudaa fi boba'aa

- Tasfaayee Dhaabaa itti aanaa abbaa langee

- Yohaannis Bwaayaalaw daayreektara olaanaa inistiitiyuutii qorannaa tarsiimoo qunnamtii alaa

- Nigusuu Xilaahuun koomiishinara koomiishinii carraa hojii uumuu

- Indaawwaq Abbitee itti aanaa daayreektara koorporeeshinii injiinariingii sibiilotaa

- Fiqaaduu Tsaggaa itti aanaa abbaa alangee

- Proofeesar Hiiruut W/maariyaam sadarkaa ministiraatti gorsaa muummee ministiraa damee hawaasummaa.
#JAWAR_MOHAMMED

Ummata Oromoo Maraaf‼️
"Wabiin kiyya rabbiifi ummata kiyya"
- Jawaar Mahaammad.
"Wantiin ani ummatni oromoo dhiisi yoo naan
jedhaniille hin dhiifne waanuma takka qofa. Wanti takkittiin saniis qabsoo bilisummaa oromoof gochuudha"
- Jawaar Mahaammad.
Goota jireenya qananii dhiisee oromoof jecha
hidhamuufi du'a sodaaf qabsoo oromoorraa sekondii tokkoofillee of duubatti hin deebine!
Goota nafxaanyaan sodaa isaaf ofirratti fincaattu!
"Nama Oromoo Ganee Dabarteef hin agarree
kan Salphatee Ganda keessati Kootiin irratti Ciccitee Malee "
#Gooticha_Jawar_Mohammed
#Breking_NEWS
#ODUU_Aammee
Addee Adaanach Abeebee Presdaanti kantiibaa magaalaa finfinnee tahun shumamte jirti
#BREAKING

ወ/ሮ አዳነች አቤቤ የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ም/ከንቲባ ሆነው ተሹመዋል!

የአዲስ አበባ ከተማ ምክር ቤት ባደረገው አስቸኳይ ጉባኤ ወ/ሮ አዳነች አቤቤን የአዲስ አበባ ከተማ አሰተዳደር ምክትል ከንቲባ አድርጎ መሾሙን አዲስ ቴሌቪዥን ዘግቧል።

👉tikvahethiopia
#BREAKING

ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ አስር ሹመቶችን ዛሬ ሰጡ:-

• ዶ/ር ቀንዓ ያደታ - የመከላከያ ሚኒስትር
• ዶ/ር ጌድዮን ጢሞቴዎስ - ጠቅላይ ዐቃቤ ሕግ
• ዶ/ር ሳሙኤል ሁርካቶ - የሳይንስና ከፍተኛ ትምህርት ሚኒስትር
• ኢ/ር ታከለ ኡማ - የማዐድንና ነዳጅ ሚኒስትር
• አቶ ተስፋዬ ዳባ - ምክትል ጠቅላይ አቃቤ ሕግ
• አቶ ዮሐንስ ቧያለው - የኢትዮጵያ የውጭ ግነኙነት ስትራቴጂክ ጥናት ኢንስቲትዩት ዋና ዳይሬክተር
• አቶ ንጉሡ ጥላሁን - የሥራ ዕድል ፈጠራ ኮሚሽን ኮሚሽነር
• ኢ/ር እንደአወቅ አብቴ - የብረታ ብረት ኢንጅኔሪንግ ኮርፖሬሽን ምክትል ዋና ዳይሬክተር
• አቴ ፍቃዱ ጸጋ - ምክትል ጠቅላይ ዐቃቤ ሕግ
• ፕሮፌሰር ኂሩት ወልደ ማርያም፤ በሚኒስትር ማዕረግ የጠቅላይ ሚኒስትሩ የማኅበራዊ ዘርፍ አማካሪ

ምንጭ፦ የጠቅላይ ሚኒስትር ፅ/ቤት
2024/09/30 17:29:45
Back to Top
HTML Embed Code: