Telegram Web Link
Waan hojjettuu maaliif akka hojjettuufi akkamitti akka hojjettu hin beektu taanaan hojii hin eegalin!
โœ Dirree qabsoo keessa akkuma gameessi jiru gantuun lootee galtu waan hin dhabamneef gantuu ilaaltee abdii hin kutin!
โœ Sabni gabrummaa keessa tureefi jiru waliin osuma loluu walillee loluu danda'a. Sababni isaas namuu karaa itti fakkaateen uummata bilisoomsuu waan yaaduufi.
โœ Gabroomfataan karaa ittiin si qoqqoodu hunda waan fayyadamuuf, ulaa hin baniniif.
๐Ÿ‘‰Gaggeessaa jabaafi hayyuu sabaa rukuchuun akka bofa mataa dhahanii ajjeesuuti. Kana tooftaa gabroomfataan addunyaa hundi fayyadamudha. Gaggeessaan dhugaa iddoo jiru hundattuu abbaa qabsooti.
๐Ÿ‘‰Dirree qabsoo keessatti wantoonni abdii nama kutachiisan hedduun arguu dandeessa. Garuu yoomillee waan tokko hin dagatin. Dukkanni akka bari'uufi abbaan dhugaa akka mirgaan galu!

Share๐Ÿ™๐Ÿ™
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Jireenya jiraattu kana "balance" godhiitii jiraadhu.
Yeroo tokko tokko maal naan ja'anii namaa qabaadhu,garuu yeroo hundaafii waan hunda irratti maal naan ja'anii namaa baadhattee hin deemin. Wantoota hawaasa keeysatti gaarii hin taane,wantoota atiis gaarii tahuu dhabuu isaa beeytu yeroo hojjachuuf lubbuun tee si kakaafte maal naan ja'anii namaa laaltee waan sanirraa if daangeeysuun gaariidha
#Garuu_garuu wanta tokko gaarii tahuu isaa dhibbaan dhibbatti odoo beeytuu maal naan ja'anii namaatiif jacha yoo dhiiste dhugatti jireenya kee guuutu gan aantummaa baadhatteetuma jiraatta,waan xixiqqoofii laaftuu cufaaf harka kannita.
#Kanaafuu waan hojjachuu barbaadde,waan yoo isa hojjatte bu'aa irraa argattu gatiin isaatilleen akka fadhetti gadi bu'aa yoo tehees hojjachuu hin dhiisin...!
๐Ÿ‘Waan sirriifii gaarii tahuu isaa itti amante keeysatti sammuu tee hordofi malee maal naan ja'anii namaatiin lafattii if hin hidhin.
โ˜˜...โœHubadhu...โœ...โ˜˜
Namoota addunyaa tanarra jiru cufaaf waan faa'idaa qabu yoo hojjattellee namni gariin waa siin jachuufii si xiqqeeysuu hin dhiisan...!


@OROMOTOO
@DEDRORO
@OROMOTOO
@HARARGETUB
Ilmi obbo baqqalaa Garbaa samuel akkana jedha โ—๏ธ


Join ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰https://www.tg-me.com/ferhanabdulselam
Abbaa Taayitaa Daandiilee Oromiyaa
Q E E R R O ON Ibsa harra baaseen "ejjeennoo haqaa fi tarkanfiin keenya kan duranii caalaa kan itti fufu ta'uu qabaa" jedhe.

QEERROO OROMIYAAโ—๏ธ
GORSA
๐Ÿ”’WAAN SADII HIN SE'IIN
๐Ÿ”‘Nama beektu hunda firakee
๐Ÿ”‘Kan silolu hunda dinakee
๐Ÿ”‘Nama badiirraa sidhorku ammeenyaaf hin se'iin
๐Ÿ”’WAAN SADII SITTI HIN FAKKAATIIN
๐Ÿ”‘Dudubbachuun beekumsa
๐Ÿ”‘Callisuun walaalummaa
๐Ÿ”‘Nama kabajuun sodaa sitti hin fakkaatiin
๐Ÿ”’WAAN SADII HIN HAWWIIN
๐Ÿ”‘Furdinni quufa mitii hin hawwiin
๐Ÿ”‘Abaarsi eebba mitii hin hawwiin
๐Ÿ”‘Summiin qoricha mitii hin hawwiin
๐Ÿ”’WAAN SADII JETTEE HIN TILMAAMIIN
๐Ÿ”‘Nama kolfu hunda gammadaa
๐Ÿ”‘Nama dureessa hunda arjaa
๐Ÿ”‘Nama hiyyeessa hunda doqna jettee hin tilmaamiin
๐Ÿ”’WAAN SADII WAA SADIIF JAALLADHU
๐Ÿ”‘Aadaankee eenyummaa keetii jaaladhu
๐Ÿ”‘Afaan kee mallattoo keetii jaaladhu
๐Ÿ”‘Sabni kee dhiiga keetii jaaladhu
๐Ÿ”’WAAN SADII HUBATTU MALEE HIN SEENIIN
๐Ÿ”‘Dubbii keessa hin beekne
๐Ÿ”‘Bishaan gadi fageenyasaa hin beekne
๐Ÿ”‘Imala daandii isaa hin beekne hubattu malee itti hin seeniin
๐Ÿ”’WAAN SADII WAA SADIIF SODAADHU
๐Ÿ”‘Holqa mukaa bofaaf sodaadhu
๐Ÿ”‘Beekaan nama hin dhiisu gowwaa dubbiif sodaadhu
๐Ÿ”‘Obbolaa wal-lolan garaa haadhaaf sodaadhu.
#Join_Us & #Share ๐Ÿ™

HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KEENYA KANA JOIN GOCHUUDHAN NUU HORDOFAA JENNA.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@HARARGETUB
@DEDRORO
@OROMOTOO
@DEDRORO
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA๐ŸŒณ (Allahan Qaba)
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!โคโค
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”“๐Ÿ”‘ JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡โœ… ๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
Ethiopia (ET)

๐Ÿ”ต Keeziin Galma'ee
๐Ÿ”น Walii gala โž– 21,452
๐Ÿ”น Haar'a โž– 552

๐Ÿ”ด Du'a
๐Ÿ”บ Walii gala โž– 380
๐Ÿ”บ Haar'a โž– 15

โ‡๏ธ Dhukubsatoota fayyani ba'an
โž– 9,415

๐Ÿ”บ Dhukubsatoota haala ulfaataara jiran
โž– 174

๐Ÿ”ธ Dhukubsatoota yaalama jiran โž– 11,655

๐Ÿšง Danger Rank โž– 66

@DEDRORO
@DEDRORO
Every great dream begins with a dreamer. Always remember, you have within you the strength, the patience, and the passion to reach for the stars to change the world.
#Join_Us & #Share ๐Ÿ™


@DEDRORO
@HARARGETUB
@OROMOTOO
@OROMOTOO
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
แˆแˆญแŒฅ แŠ แ‰ฃแ‰ฃแˆŽแ‰ฝ
-------------------
1. แˆ…แ‹ญแ‹ˆแ‰ตแˆ… แ‰ตแˆญแŒ‰แˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแŠ–แˆซแ‰ต แ‹“แˆ‹แˆ› แ‹ญแŠ‘แˆญแˆ…แกแก
แก
2. แ‹จแŠ แŠ•แ‰ฐแŠแ‰ตแˆ… แ‰ตแˆแ‰ แˆแ‹•แˆซแ แŠจแŠฅแ‹แ‰€แ‰ตแˆ… แ‰ แˆ‹แ‹ญ แˆตแˆซแˆ… แˆ˜แˆ†แŠ‘แŠ• แŠ แ‰ตแˆญแˆณแกแก
แก
3. แˆแŒฃแˆช แŠซแˆแˆแ‰ณแ‹ แŒˆแŠ•แ‹˜แ‰ฅ แ‰ฝแŒแˆญแˆ…แŠ• แŠ แ‹ญแˆแ‰ณแ‹แˆ แˆแŒฃแˆช แŠซแˆแˆžแˆ‹แ‹ แˆฐแ‹ แŒŽแŠ•แˆ…แŠ• แŠ แ‹ญแˆžแˆ‹แ‹แˆ แˆแŒฃแˆช แŠซแˆแŒˆแˆˆแŒธ แŠฅแ‹แ‰€แ‰ต แŒฅแ‰ แ‰ฅ แŠ แ‹ญแˆ†แŠ•แˆ
แก
4. แ‹ญแ‰บ แ‹“แˆˆแˆ แˆˆแˆแˆ‰แˆ แŠฅแŠฉแˆ แŠ“แ‰ตแกแก แ‹›แˆฌ แ‰ฅแ‰ณแŒˆแŠ แŠแŒˆ แ‰ณแŒฃแˆˆแˆ… แ‹›แˆฌ แ‰ฅแ‰ณแˆธแŠ•แ แŠแŒˆ แ‰ตแˆธแŠแ‹แˆˆแˆ…แกแก แˆˆแˆแˆ‰แˆ แŒŠแ‹œ แŠ แˆˆแ‹ แ‹จแˆšแ‰ฃแˆ แˆ˜แ‹ถแˆป แŠ แˆˆแกแก แˆ˜แˆแŠซแˆแŠแ‰ต แ‹‹แŒ‹ แ‹ซแˆตแŠจแแˆแˆƒแˆแŠ“ แˆแˆŒแˆ แแŒนแˆ แˆ˜แˆแŠซแˆ แˆฐแ‹ แˆแŠ•
แก
5. แŠ•แŒนแˆ… แˆแ‰ฅ แˆแŠญ แŠฅแŠ•แ‹ฐ แŠ แ‰ แ‰ฃ แŠ“แ‰ต! แแˆฌ แ‰ฃแŠ“แŒˆแŠแ‰ฃแ‰ตแˆ แ‹แ‰ แ‰ท แŒแŠ• แŠฅแŒ…แŒ แˆ›แˆซแŠช แŠแ‹แกแก
:
6. แ‹จแ‹แ‹ตแ‰€แ‰ต แˆ˜แŒ€แˆ˜แˆชแ‹ซ แˆซแˆตแˆ…แŠ• แŠ แ‹‹แ‰‚แŠ“ แ‰ฅแ‰ธแŠ› แŠ แ‹ตแˆญแŒŽ แˆ›แˆฐแ‰ฅ แŠแ‹
แก
6. แแŒปแˆœแˆ… แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ซแˆแˆญ แˆซแˆตแˆ…แŠ• แŠ แ‰ณแˆ˜แŒปแ‹ตแ‰… แˆแˆŒแˆ แŠจแˆตแˆ…แ‰ฐแ‰ตแˆ… แˆˆแˆ˜แ‰ณแˆจแˆ แˆแ‰ƒแ‹ฐแŠ› แˆแŠ• แŒฅแˆแ‹แ‰ตแˆ…แŠ• แŠ แˆœแŠ• แ‰ฅแˆˆแˆ… แˆ˜แ‰€แ‰ แˆแˆ… แŠญแ‰ฅแˆญแˆ…แŠ• แ‹จแˆšแŒŽแ‹ณแ‰ฅแˆ… แŠ แ‹ญแˆแˆฐแˆแˆ…แกแก
แก
7. แŒ แ‰ขแ‰ฅ แˆฐแ‹ แŠฅแŠ•แŠณแŠ• แŠจแˆซแˆฑ แŠจแˆฐแ‹ แˆตแˆ…แ‰ฐแ‰ต แ‰ฐแˆแˆฎ แˆซแˆฑแŠ• แ‹ญแŒ แ‰ฅแ‰ƒแˆ แ‹ญแˆ˜แˆˆแˆณแˆแŠ“แกแก
แก
8. แ‰ แˆ…แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แ‹แˆตแŒฅ แŠ แŠ•แ‹ฑ แˆฒแ‰ณแ‹ˆแˆญ แŠ แŠ•แ‹ฑ แˆ˜แˆช แˆ˜แˆ†แŠ• แŠ แˆˆแ‰ แ‰ต
แก
9. แŠฅแ‹แŠแ‰ตแŠ แ‹จแˆšแŠ“แŒˆแˆญ แˆฐแ‹ แŠ แ‰ แŠญแ‰ แ‹ญแˆ˜แˆตแˆ‹แˆ แˆแ‰ก แŒแŠ• แŠ•แŒนแˆ… แŠแ‹
แก
10. แˆ…แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แ‰ แˆ˜แ‹ฐแŒ‹แŒˆแ แ‹จแ‰ฐแˆžแˆ‹แ‰ฝ แŠ“แ‰ตแŠ“ แ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆแˆ…แŠ• แŠจแˆ˜แˆญแ‹ณแ‰ต แ‹ˆแ‹ฐแˆ—แˆ‹ แŠ แ‰ตแ‰ แˆ!
#Join_Us & #Share ๐Ÿ™

JOIN JOIN JOIN
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@OROMOTOO
@HARARGETUB
@DEDRORO
@OROMOTOO
JECHOOTA BEEKTOTAA
โœ”Iyyeessa taatee yoo dhalatte balleessaa kee miti,Iyyeessa taatee yoo duute garuu balleessaa keeti (biilii giraam)
โœ”Maatii irraa dhalatte filachuu hin dandeessu ijoollee sirraa dhalataniif garuu haala mijeessuu ni dandeessa (Biilii giraam)
โœ”Namoonni waan tokko hojjeechuuf yaalanii kufan,warra hoomaa utuu hin hojjetiin milkaa'an irra ni caalu (Looyid joonsi)
โœ”Muka ija qabutti dhagaan baay'ata(Shiikeeraa)
โœ”Karaa si baasu hin beektu taanaan deemsa hin eegaliin (Ingilizoota)
โœ”Nama hundumaaf gaarummaa yaadu, garuu hiriyyaa filaadhu(Giriikota)
โœ”Rabbi gurra lamaa fi afaan tokko nuuf kennuunsaa baayyee dhaggeeffachuu fi xiqqoo dubbachuu akka qabnu nu hubachiisuu dhaafi(Araboota)
โœ”Beekumsi nyaata lubbuuti(Pilaatoo)
โœ”Amala nama tokko yoo baruu feete aangoo ykn taayitaa kenniif(Abrahaam liinkan)
#Join_Us & #Share ๐Ÿ™


JOIN JOIN JOIN
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@DEDRORO
@HARARGETUB
@OROMOTOO
@OROMOTOO
The Richest Wealth is Health and Wisdom.
The Strongest Weapon is Patience.
The Best Security is Faith.
The Greatest Tonic is Laughter &
The Greatest Force is Love.

The Surest Assurance is Hope in God.
Surprisingly all are free.

SHARE! ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Click here ๐Ÿ‘‰ @OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
๐Ÿ‚๐Ÿƒ๐Ÿ‚๐Ÿƒ๐Ÿ‚๐Ÿƒ๐Ÿ‚๐Ÿƒ๐Ÿ‚๐Ÿƒ๐Ÿ‚๐Ÿƒ๐Ÿ‚๐Ÿƒ๐Ÿ‚

Namoota jajjaboo fageessanii yaadaniif AMANTIIN daandii hiriyyummaa ittin Uummatanii/tolfatanii ,
Isaan fagessanii hin ilaalleef garuu AMANTIIN meeshaa lolaati/waraanaati.

๐Ÿƒ๐Ÿ‚๐Ÿƒ๐Ÿ‚๐Ÿƒ๐Ÿ‚๐Ÿƒ๐Ÿ‚๐Ÿƒ๐Ÿ‚๐Ÿƒ๐Ÿ‚๐Ÿƒ๐Ÿ‚
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@DEDRORO
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
โœ"If I had to select one quality, one personal characteristic that I regard as being most highly correlated with success, whatever the field, I would pick the trait of persistence. Determination. The will to endure to the end, to get knocked down seventy times and get up off the floor saying, ''Here comes number seventy-one!'"โœ
#Join_Us & #Share ๐Ÿ™


@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Yaa muka hiibboo nana muka hiibboo fi dalgaa
Utuu firiif eegamtuu goggoguu kee namni argaa?
Bishaan dhabde jechuufoo galaana jidduu jirtaa
Yemmuu akkasiin goggogdu sababa maalii himtaa?

By Leta kenei Aga
 One best book is equal to a hundred good friends, but one good friend is equal to a library. โ€• Dr. A.P.J. Abdul Kalam

@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
Gootichi maal jedhe
"Lilmoo fakkaannee seenneeti arba taanee baana" Xiinxalaa siyaasaa Obbo Jawar Mohammed.


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
Kanuma kan hunda keenya keeysatti hidda gad jabeeyfatee jiru.Dhaloonni dhufaa dabraan Seenaa sirna nafxanyaa tolchee bareechee beeka.Haqa kana balleeysuuf halkanii guyyaa carraayxi wanti dhamaatuun
CABEE HIN HAFU KAAYYOON KEE QARREE FI QEERROOTU GALMAAN GAHAA

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
GORSA DARDARAA FI DUBRAAF

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
2024/09/30 23:36:43
Back to Top
HTML Embed Code: