Oromoo hayyoota kee, hooggantoota kee,
qabsaa'ota kee harka Nafxanyaatii baafadhu!
_
Hayyuun keenya jawar Mohammed waggaa Lama dura kana jedhee ture. DhugaadhaβΌοΈ.
π Lammaa fi Abiyyi gargari.
~Kaan sabboonaa,
~ kaan leellisaa sirna Nafxanyaati.
~Kaan Oromoof yaada, ~kaan Oromoorratti yaada.
Galanni yeroodhaaf haa ta'u haqni jiru dhokatee hin hafne. Amma hunduu ifa ta'eera.

MURTII
Jhon Maxwell kitaaba isaa - -amala 7n nama milkaa'aa, ja'u keessatti akkana nun je'a.
#murtii sirrii ta'e yeroo isaa malee (sirrii hin ta'initti) yoo murteessite FUDHATAMA DHABDA.
#Yeroo isaatti (sirrii ta'etti) murtii sirrii hin ta'in yoo murteessite Dogoggora keessa galta.
# yeroo sirrii hin ta'initti Murtii sirrii hin ta'in yoo murteessite kufaatif saaxilamta.
#murtii sirrii yeroo isaatti yoo murteessite milkaa'ina goonfatta.
@OROMOTOO
@DEDRORO

πHAQA AJAA'IBAAπ
βͺBiyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf adabiin du'aa(death penality) akka hafu labsite biyya venzuweelaa jedhamti.
βͺBiyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf istaampii poostaa eegalte biyya biritaaniyaa dha.Maqaan istaampichaas("PENNY BLACK") jedhama.
βͺBiyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf VAT (value added tax) eegalte biyya faransaayi.
βͺBiyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf sirna dimookraatawaa eegalte biyya giriiki.
βͺBiyyoota afrikaa keessaa biyyi uummanni ishii hundi afaan tokko dubbatu somaaliyaa qofa.innis afaan somaalii dubbatu.
βͺNamni furdaan addunyaa kanaa lammii USA JON BROWER yoo ta'u 635kg ulfaata.
βͺAkka addunyaatti kitaabni umurii dheeraa qabu ETRUSCAN GOLD BOOK jedhama.Umurii waggaa 2673 qaba.Biyya bulgaariyaatti argama.Kitaabichi warqeerraa hojjetame.
βͺFAZAH dhalataa biyya laabeeriyaati afaanota 58 dubbachuu fi dubbisuu danda'a.
βͺMucaan yeroo dhalatu halluun dursee adda baasu halluu diimaa dha.Dhalatee halluu adda baasuu kan eegalu torbee 2 booda.
βͺLubbu qabeeyyii lafarra jiran keessaa gogaa furdaa kan qabu roobii dha.Gogaansaa 3.5cm furdata.
βͺLubbu qabeeyyii lafarra jiraatan keessaa sagalee guddaa kan qabu BLUE WHALE jedhama.Sagaleen isaa fageenya kiloomeetira 1610 irratti dhageessisa.
#Join_Us & #Share π
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄βͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺ
YAADAFπ @ABDETABOT

Daa'imni umriinshi baatii tokko gadi yeroo bossu immimman hin buustu! kuniis sababa xannachii imimmanii(lacrimal gland) jedhamuu hojii hin eegallefii!
##kanabeektu
JOIN JOIN SHARE
@OROMOTOO
@DEDRORO
##kanabeektu
JOIN JOIN SHARE
@OROMOTOO
@DEDRORO
Asiidiin garaacha namaa keessatti argamu (HCl) jabina isaa irraa sibiila salphaa akka zinkii (zinc) illee gubuu danda'a. Yoo gogaa namaa irratti cophee ammoo gubee keessa darba.
#kanabeektu laata!
ββββββββββββββ
ββββββββββββββ
liinkii asi gadii kana hiriyootaa keessanii erguun, waa'ee fayyaa irratti hubannoo akka argataanif gahee keessan baha. FAYYAN FAAYAA.
ππππππππππππ
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
πππππππππ

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

Waan hojjettuu maaliif akka hojjettuufi akkamitti akka hojjettu hin beektu taanaan hojii hin eegalin!
β Dirree qabsoo keessa akkuma gameessi jiru gantuun lootee galtu waan hin dhabamneef gantuu ilaaltee abdii hin kutin!
β Sabni gabrummaa keessa tureefi jiru waliin osuma loluu walillee loluu danda'a. Sababni isaas namuu karaa itti fakkaateen uummata bilisoomsuu waan yaaduufi.
β Gabroomfataan karaa ittiin si qoqqoodu hunda waan fayyadamuuf, ulaa hin baniniif.
πGaggeessaa jabaafi hayyuu sabaa rukuchuun akka bofa mataa dhahanii ajjeesuuti. Kana tooftaa gabroomfataan addunyaa hundi fayyadamudha. Gaggeessaan dhugaa iddoo jiru hundattuu abbaa qabsooti.
πDirree qabsoo keessatti wantoonni abdii nama kutachiisan hedduun arguu dandeessa. Garuu yoomillee waan tokko hin dagatin. Dukkanni akka bari'uufi abbaan dhugaa akka mirgaan galu!
Shareππ
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
β«β«β«β«β«β«β«β«β«β«β«β«β«β«
π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄
βͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺ
YAADAFπ @Abdetabot

#Lammaa_Magarsa
Ani PP ta'ee hin beeku.
PP isa kam keessaa akka na ari'an anuu hin beeku. Dhiifama gaafatee ture kan jedhan soba guddaadha.

#Wolaita Latest Update
Godina Walaayittaa Sooddoo fi Bodiittii keessatti walitti buβiinsa dargaggootaa fi humnootii nagaa eegsisan gidduutti uumameen namoonni 10 ajjeefamuu 'Addis Standard' gabaasee.

Forwarded from MADDA BEEKKUMSAAπ³ (Allahan Qaba)
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!β€β€
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
πππππ JOINππππππππ
β¬β¬β¬β¬β ππ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro

Telegram
JAARRAA ABBAA GADAA
Goota falmuu dhiifnee
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!
YAADAFπ @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
ππ
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!
YAADAFπ @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
ππ
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY