Telegram Web Link
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!❀❀
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
πŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”“πŸ”‘ JOINπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
β¬‡β¬‡β¬‡β¬‡βœ… πŸ‘‰πŸ‘‰ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
"Vision = Picture + Plan + Process!"
β”β”β”β”β”β”βŠ±βœΏβŠ°β”β”β”β”β”β”
βœ”οΈ Dhalli namaa waan hedduu hojjachuu danda'a.
βœ”οΈ Nama Uumama kamiyyuu Caalatti jiraachuu fi yaaduu kan isa dandeessisu Mul'ata haaraa qabaachuu, waan fuuldura isaa jiru beekee xiyyeeffannoon jiraachuu fi itti adeemuu isaati.

"Mul'ata = Fakkii sirrii + Karoora + Adeemsa"

1️⃣ Wanta ta'uuf jirtu maalitti akka adeemtu har'a irra dhaabbattee fakkii sirrii isaa arguu qabda.
2️⃣ Karoorri kee (Abjuun kee) yeroo hundumaa hojii kee ta'uutu irra jiraata.
3️⃣ Adeemsa kee mirkaneessaa (Challenge hir'isaa) adeemuu qabda.

πŸ‘‰ Egaa kuni sadan walitti dhufanii Mul'ata ati yaaddee qopheessite bira gahuu si Dandeessisu.

πŸ‘‰ Namni kamiyyuuu haa xiqqaatuu haa guddatuu mul'ata mataa isaa qaba.
I HAVE DREAM!

Ani Mul'ata nan Qaba yommuu jettu kanneen armaan gadii walbira qabi (consider) godhi!

The 3P Important for your Vision Development
1️⃣ Mul'ata kee adda baasi! (Picture)
2️⃣ Kaayyoo fi Karoora Qabaadhu! (Plan)
3️⃣ Irratti Hojjadhu! (Process)

✍️ Warri Addunyaa keenya kanarratti beekamtii gurguddaa qaban, hundi baratanii miti,
Mul'ata qaban akkaataa ta'uun itti fayyadamaniiti malee.

Share πŸ™πŸ™πŸ™
Follow us & JOIN πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO


βœ”YAADAFπŸ‘‰ @Abdetuor
━━━━━━━━━━━━
"Don't be afraid to ask when you don't know because no one was born with knowledge, but gain knowledge and wisdom by asking, be a good listener pick what's necessary to your ears and reject what contribute to your fear.

Listen to advice from people who loves you and care about you, you can't make it to the top by yourself you will need good characters around you, people who are ready to show you the path they walked through without forcing you to be like them.

Don't blame people when you cant get help, everyone have their own plan in life, and how they manage their budget, start learning how to handle your own issues without involving the world.
Live your life with passion, start seeking new opportunities to get you close to what you desire, take ownership of the person you are, understand that no one will get you where you want to go apart from you... Keep Moving.. "
Have a Wonderful day ahead πŸ’• πŸ™ 😊 πŸ’• β€οΈπŸ‘



@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
πŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒ

Eenyummaa nama tokkoofi
Maalummaa nama tokkoo utuu hin beekin iccitii ofii baasanii itti himuun gaabbiidhaaf nama saaxila.

Kanaaf haasaan keenya mi'aaweef iccitii keenya baasuu haa dhiifnuu.

πŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒ




SHARE!πŸ™πŸ™shareπŸ‘ shareπŸ‘
JOIN πŸ”œ @HARARGETUB
@HARARGETUB
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Sammuu keenya maaltu miidhuu danda'a?

1.ciree nyaachuu dhiisuu
2.Hirriiba gahaa rafuu dhiisuu
3.social life ykn nama waliin haasa'uu dhabuu.
4.nyaata humnaa ol nyaachuu.
5.osoo dhukkubsatanii boqonnaFudhachuu dhiisanii sammuu ofii hojjechiisuu.
6.sukkara humnaa ol nyaachuu.
7.Tamboo xuuxuu.
8.hojii idilee ofii bakka qilleensi faalametti hojjechuu.

Dr.Gurmeessaa




SHARE JOIN
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@HARARGETUB
@HARARGETUB
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

YaadafπŸ‘‰ @Abdetuor
Yeroo

=======================
@OROMOTOO


Biyya lafaa hundaaf wal qixxee kennamtee
Ati jiruudhaakaa Jireenya jedhamtee
Mi'a gatii jabeessaatti herregamtee
Hin bitamtuu garuu kan akkas yaamamte

Darbitee hin deebitu fuulduraatti deemta
Kan sirratti hojjeteef milkaa'inaan jirta
Warra irraatti hojjettef kufatiidhaan dhufta
Itti hojjedhuu yaa namaa maa iddoo hintaanet kuftaa?

Yeroon bar qabeenya qabeenya uumamaa
Kan waaqayyoo kenne wal qixxee qoodama
Kun ifuma jiraa kallattiin beekama
Lakkii hin goowwomin itti hojjedhu yaa nama

Guyyaan tokkoo tokkuma eessattu
Wal qixxee hin kennamnee jette hin komaattu
Sa'a digdami afurtu jira isa keessattuu
Mee amma wawwattu irraatti hin hojjettu?

⚠️ Warning: Many users reported this account as a scam. Please be careful, especially if it asks you for money.


ShARE β›³JOIN
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@HARARGETUB
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†


YaadafπŸ‘‰ @Abdetuor
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!❀❀
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
πŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”“πŸ”‘ JOINπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
β¬‡β¬‡β¬‡β¬‡βœ… πŸ‘‰πŸ‘‰ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
βœ”οΈ Nama mul'ata qabutti yeroo hundumaa waan nama hundumaatti mul'atutu itti mul'ata utuu hin ta'in,

βž–Wanta dhoksaa hubachuu,
βž–Qoree bira gahuu danda'a.

βœ”οΈ Mogoleen isa hin laafu.

βž–Fiixaan ba'uumsaa fi
βž–Milkaa'ina fuuldura isaatti ilaalee waan adeemuuf wanta bu'a qabeessa hojjata.

βœ”οΈ Yaada fi mariidhaaf iddoo kenna.
βœ”οΈ Yaadni Gaariin Mul'ata Guddisa.

πŸ‘‰ Biyyoonni guddatan humnatti utuu hin ta'in yaadatti fayyadamuun qarooma ariifachiisaa irra gahani.

Share ♻️ Join
Clich here πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO

━━━━━━━━━━━━

YaadafπŸ‘‰πŸ™ @Abdetuor
YUSUF BESHIR AND REDWAN AMAN:

1. Manni murtii mirga wabii eegee osoo jiruu,
poolisiin gadi dhiisuu diddee ijoollee dararaa jirti.
2. Mana hidhaa jijjiiranii bakka biraatti deemsisuuf
akka jiran dhagaheen jira.
3. US embassy should take note that police isn’t
willing to release the kids even when the court
order that.
Ethiopia is a country where police bailiff is more
powerful than an appellate judge.
#Jawar_Update:
1. Uffata Iidaa kan aadaa Oromoo irraa hojjetame
akka hingalle jalaa dhorkani
2. Hunger strike irra jiraachuu

Via Dr.Henok G Gabbisaa
@OROMOTOO
@OROMOTOO


"#Namarraa_waan_gaarii_eegurra_namaaf_waan_gaarii_godhi!!"
.
.ashamaa hordooftoota keenya....akkam jirtu...nagaan keenya bakka jirtanitti isiin haa dhaqqabu....torbeen kun akkam ture?? Jijjiramnii dhihoo kana karaa team Lammaan mul'achaa jiru kun akkami? Isinitti tolemoo isiin mufachiise?...yoo isin gammachiisee...baga walumaan gammanne.....yoo isiin gaddisiisee.......hoomaa isinii gochuu...hin dandeenyu.....
.
.meee isa dhiisaatoo....yeroo darbe...waan ta'e isiin gaafannee turree....."namoonni baay'ee waljaallatan...maaliif yeroo wal lolan waliif dhiisuu dadhabu??"..kan jedhuu ture....har'a kunoo akkuma jenne deebisaa isiniif finnee dhufnee...jirra....hubannaadhaan...nu hordofaa....boruuf isin fayyada........
.
.amma mee gara dhimma keenyaatti haa gallu......
.
.
Eegaa akkuma beekkamuu....namoonni waljaallatan....ykn hiriyoonnii walii...ykn..jaalleen/saa'ibnii walii....waliin waljallatan...tokko....yeroo hunda waanuma gaarii walirraa barbaadu.....yeroo hunda gocha gaarii waliirraa eegu.......................wanti kun immoo sirrii akka hin taane odeeffannoon dhihoo kana argannee....ni ibsa......

.
.#maaliif? yoo anaan jette.........
⚜odeeffannichi akka ibsutti Namoonni baay'ee wal jaallatanii.....waan gaarii waan walirraa eeganiif gaafa namni tokko gaaf tokko waan hamaa godhu.....itti gaddanii....lapheen isaanii caba...kanaaf walitti araarsuun cimee...jedha!!!
⚜⚜⚜⚜yeroo nama baay'ee jaallatan tokko,nama waan gaarii irraa eegan tokko....yeroo waan gaarii hin taane...godhu...dhuguma baay'ee nama gaddisiisa......maarree maal gochuutu....fala.........
#fallisaaa........#yeroo_hunda_nama_kamirraayyuu_waan_gaarii_eeguu_dhiisudha.......Namnii kamiyyuu ni dogoggora.....sis dabalatee.....Namnii....beekaan beekee waan hamaa hin hojjetu....tasa ta'uu danda'a......
....Namnii tokko tokkos beekee waan hamaa hojjechuu danda'a.....ati amma kana bariitoo.....booda akka hin midhamneef....#Nama kamirrayyuu yeroo hunda waan hamaa hin eegiin.....Nama jaallattu tokko akka hin miine yoo barbaadee garuu yeroo hunda Nama saniif waan gaarii godhi...waan gaaariis yaadi.....
#siif galee......yoo siif galuu baate.....sirritti hubannaa argachuuf "@Abdetuor "irratti na dubbisii......
........#Galatoomaa...#ijoollee_abbaakoo.....
.
.share....share.....share....
@oromotoo
@oromotoo
@oromotoo
@oromotoo
πŸ“©πŸ“©πŸ“©πŸ“©πŸ“©πŸ“©πŸ“©πŸ“©πŸ“©πŸ“©πŸ“©πŸ“©πŸ“©πŸ“©πŸ‘‰ BY @Abdetuor

Chaanaalii biroo gorsa irraa argattan
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡


@DEDRORO
@OROMO7
@OROPRO
@HARARGETUB
@ISLAMTUB
,,,,,,,Akkas godhi malee,,,,,,

Nama tokko hiriyyaa godhattee eega wajjiin jiraatte hadaraa hiccitii isaa eegi ! 😏Hiccitii hiriyyaa ifii bakka cufatti dubbachaa ykn himaa ooluun salphina salphinaa gadiiti.
#Nama duraan hiriyyaa godhattee wajjiin jirtu yoo guyyaa kheeysaa wal dhabdan hadaraatee hiccitii inni gaafa nagiya si biratti khuufate deemtee hin odeeysin san jibbaa ifii ibsachuu ykn aarii ifii kharaa saniin bahachuu odoo hin taane san gowwummaa gowwummaa caaleetii.
😏Namni ati isa biratti nama xiqqeeysaa ooltu khunuu si tuffataatii !
😊,,,,,,,, #Beeytee?? ,,,,,,,,😊
Akkuma wal loltee addaan baahuun jirtutti walitti araaramtee walitti deebi'uuniis dhufaa. #Ni salphatta dhugaa hiccitii namni si bira khaayyate wal dhabdee teeysaniif jacha yoo isa jalaa baaftee himte.
😍Eehiitii nama yoo ja'an numaan arke nama yoo sii wajjijn jiraate hiccitii tee ta isatti himte nama biraa irraa hin dhageenye. Yoo ati isa miitee wal loltanii addaan baatanillee gaarii tee malee hamtuu tee eenyuttuu kha hin odeeysine ka ati isatti balleeysitee hedduu qalbii isa cabsitellee.
#Eh hiriyyaa jachuun akkana laal.
πŸ˜‹Eehiitii "hiriyyaa amanamaa dhabne" jachaa ooluun duratti nutuu hiriyyaa kheenyaaf amanamaa taanee jirraa?



😍Dhaamsi itti fufa...! Nu LINKI KANAN NU HORDOFAπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
✨🌟Success stories 🌟✨

1. Bill Gates

Bill gates watched his first company crumble.

Bill Gates is now one of the world’s wealthiest individuals, but he didn’t earn his fortune in a straight line to success. Gates entered the entrepreneurial scene with a company called Traf-O-Data, which aimed to process and analyze the data from traffic tapes (think of it like an early version of big data).

He tried to sell the idea alongside his business partner, Paul Allen, but the product barely even worked. It was a complete disaster. However, the failure did not hold Gates back from exploring new opportunities, and a few years later, he created his first Microsoft product, and forged a new path to success.

βŠ°β”β”β”β”β”β” ⊱⊰ β”β”β”β”β”β”βŠ°
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
βŠ°β”β”β”β”β”β” ⊱⊰ β”β”β”β”β”β”βŠ±
IJOOLLEE QUBEE

Gadii baasnee sitti himna
Sodaannee hin qabnu
A....B...C....D. dhaan malee
αˆ€...ሁ dhaan hin jalqabnu!
Barrii fi garri kee durii
Dhumaateera si jalaa
Nuti ijoollee Qubeeti
Miti ijoollee 'fidalaa'....!


@OROMOTOO
@OROMOTOO
#COVID19 #Oromia

Naannoo Oromiyaatti qorannoo sa'aa 24 keessatti namoota 1,143 taasifameen vaayirasii koronaan (COVID-19) kan qabaman nama shantamii sadi (53).

Hanga ammaatti akka naannoo Oromiyaatti qorannoo laabraatorii 38,743 gaggeeffame namoota vaayirasii koronaan qabamu isaani mirkanaa'e 997 kan gahee yemmuu ta'u, kanneen lubbuu isaani dhaban 18 gaheera.

@DEDRORO
@OROMOTOO
@DEDRORO
#COVID19 #COVID19Ethiopia

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 7,760 gaggeeffameen namoota dabalataa 610 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 15,810 taasiseera.

Akkasumas lubbuun namoota 14 kan darbe yoo ta'u, waliigalaan namoonni vaayrasichaan lubbuun isaanii darbe 253 qaqqabeera.

Gama biraan namoonni dabalataa 159 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 6,685 gaheera.

@DEDRORO
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
HAWAASA MUSLIMAA MARAAF BAGA GEESSAN JECHAA IBSA MANNI MARII WALIGALAA KANNE QABANNE DHUFNERAA DUBISAA ISININ JENNA.

Hawaasni Muuslimaa Ayyaana Araafa yammuu kabaju maloota ittisa vaayirasii koroonaa hojiirraa olchuun akka kabaju Manni Maree Waligalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa beeksise.

Walitti qaban mana mariichaa dursaa Muuftii Hajii Umaar Indiriis Ayyaanicha ilaalchise ibsa kennaanin hawaasa muuslimaas ta’e, laammiileen biyyatti biroo dabalatee weerara vaayirasii koroonaa ittisuuf hojii guddaa hojjaachuutu isaanirra egama jedhaniiru.

Ayyaana Araafaa bara kana kan kabajnu akka duraatti waliitti sassaabamne osoo hin ta’iin, weerara vaayirasichaa kara ittisuun danda’amun ta’u akka qabus himaniiru.

Hawaasni muuslimaa Ayyaana Araafa irraatti kan rakkatan gargaaruudhan,kan dhibaman immoo gaafachuudhan akka kabajuus waamichaa dhiyyeessaniru.

Akkaasuma hawaasni Muuslimaa gaaruummaa hojiin agarsiisuuni fi bakka jiruutti kadhanna taasisuun Ayyaanicha akka kabajuuf erga dabarsaniiru.

Ayyaanni Araafa kuma 1 fi 441ffaan #Jimaata dhufu kabajama.

@DEDRORO
@DEDRORO
@OROMOTOO
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!❀❀
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
πŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”“πŸ”‘ JOINπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
β¬‡β¬‡β¬‡β¬‡βœ… πŸ‘‰πŸ‘‰ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
πŸ‘JECHOOTA DINQISISOO
@oromotoo
@oromotoo

πŸ‘‰WAANTOTA DINQISISOO 20 KAN DHUGAA TA'UU ISAANII AMANUUN NAMATTI ULFAATU!!

1⃣.ilmii nama 10%n harkii isaanii bitaachaa.

2⃣.Naachi arrabaa isaa garaa alaatti baasu hin danda'uu.

3⃣.booyyeen uumaman gara samii ol ilaalu hin danda'uu.

4⃣.Abuukaadoon yoo sinbiraan nyaatame summiidha.

5⃣.lafeen sarbaa(gudeeda) ilmaa nama keessatti argamuu armaata caala jabaata.

6⃣.Osoleen mormi ishee muramee, torbaan tokkoo ol jiraachu ni dandeessi.
πŸ’ sababiin isaa: sammuun ishee qaama keessatti waan argamuuf
rakkoo nyaata dhabuu qofaan du'uu dandeessi.

7⃣.ilmii namaa tokko gidduu galaan waggaa tokkotti yeroo 8,409,600 hargannaa.

8⃣.Dheerinni ilmaa namaa yeroo guyyaa %1n kan yeroo halkanii caala.

9⃣.Hoosiftoota keessaa kan utaalu hin dandeenye Arbaa qofadha.

πŸ”Ÿ.ilmii namaa tokko yeroo dhalatu lafee 300 waliin dhalata garuu, yeroo dargaggummaa 206 qofaa.

1⃣1⃣.Akkumaa harkaa ashaaran arraba ilmaa nama hundi garaagaraa.

1⃣2⃣.Kormaan Guchii akka leencatti barooduu danda'aa.

1⃣3⃣.Dheerina irraa kan ka'ee arrabni Saatawwa gurraa isaanii keessaa arraabuu isaan dandesisa.

1⃣4⃣.iji Guchii guddinan sammuu isaa caala.

1⃣5⃣.Simbirroonni hin fincaa'an.

1⃣6⃣.Dheerinni ujummoo dhiigaa kan nama tokko maayilii 60,000(100,020km)ta'a.

1⃣7⃣.Namni tokko nyaata malee ji'aa tokko jiraachuu danda'a. garuu, bishaan malee torbaan tokko jiraata.

1⃣8⃣.Billaachi kan dhamdhamatuu milaani.

1⃣9⃣.Biyyaa Faaransay keessatti nama du'ee fuudhun ykn itti heerumun seeraan hayyamamadha.

2⃣0⃣.Pilaaneetii Maarsi fi Juppitarii irraatti roobni kan roobu bishaan osoo hin taane diyaamandii kan jadhamuudha.


βœ”οΈOdeeffannowwan akkanaa biroo argachuu yoo feetan like fi share godhaa!!

Madda: www.thefactsite.com
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ‘‰πŸ…–πŸ…πŸ…›πŸ…πŸ…£πŸ…žπŸ…žπŸ…œπŸ…πŸ‘ˆ
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Hiriyyaa keef share godhi.
SHARE
SHARE

πŸŒΉπŸ…ΉπŸ…ΎπŸ…ΈπŸ…½πŸŒΉ
πŸŒΉπŸ…ΉπŸ…ΎπŸ…ΈπŸ…½πŸŒΉ
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO

πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
YAADAF πŸ‘‰ @Abdetuor
Jaalatamtoota keenya obboleewwan muslimaa maraan baga jala bultii Ayyaan iidal adhaatiin isin gahe jechaa warra baranaa kan bara hedduu isiniin jechuun barbaada galatoomaa


By @Abdetuor
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Allahan Qaba)
Dhaamsa Hacee!
=========
"Ilmaan Oromoo, Eid Mubaarak!
Ayyaana kana gadda kootiin miidhamtanii akka
dabarsaa jirtan quban qaba. Hin gaddinaa. An
akkuman jedhe duΒ΄ee hobbaafadheera. Isin warri
lubbuun jirtan gumaa koo baasaa.
Diina cubbuudhaan na ajjeese kan Oromiyaa irratti roorrisaa jiru ofirraa buqqisuun gumaa koo baasaa. Jaalala naaf qabdan kana gochuu qofaan yoo ibsitanin amana. Ayyaana gaarii!"
2024/10/01 09:23:15
Back to Top
HTML Embed Code: