#BREAKING_NEWS
ARTISTIIN BEEKAMA HACHAALU HUNDEESSA LUBBUN DABAREE JIRA.!
Artist Haacaaluu Hundeessaa har'aa galgalaa tilmaamaan naannoo sa'aatti 3:30 magaalaa Finfinnee bakka adda Kondominiiyemii Galaan jedhamurra jalqabe namoota hidhataniin hordofamaa erga ture booda naannoo Labuu yeroo gahuu rasaasa itti dhukaafameen ajjeefame. Battalumatti gara Hospitaala Xirunash Beejiing geeffamuus lubbuusaa baraaruu hin danda'amne.
Lubbuu goota Oromoo kanaaf jannata, ummata Oromoo hundaaf jajjabina hawwina!

Maalan gola nannawaa
Lubbuu biliqa baatuu
Saba koo falmee du'een
Taaddasaa birruu ta'aa
Biyyaa koo falmee du'een
Balay Zalaqa ta'aa
Haacee koo Reefaa isaa
#Hacaaluu_Hundeessa
Lubbuu biliqa baatuu
Saba koo falmee du'een
Taaddasaa birruu ta'aa
Biyyaa koo falmee du'een
Balay Zalaqa ta'aa
Haacee koo Reefaa isaa
#Hacaaluu_Hundeessa
Oduu gaddaa
Artist haacaaluu hundeessaa rasaasaan rukutamee lubbuun isaa darbuu gabaafamee ๐ช๐ช๐ช
Maatiifi firoottan isaatiif jajjabina hawwina
Maddi oduu omn
Artist haacaaluu hundeessaa rasaasaan rukutamee lubbuun isaa darbuu gabaafamee ๐ช๐ช๐ช
Maatiifi firoottan isaatiif jajjabina hawwina
Maddi oduu omn
#COVID_19 waggaa hedduu nu waliin turuuf deema
Talaalliin Covid-19 argamullee dhibichii otoo hin badiin waggoota dheeraaf akka turuu danda'u ogeeyyiin himan.
Daarektarri Jaarmiyaa 'Wellcome Trust' jedhamu Pirofesar Sir Jeramii Feerar mana maree bakka bu'oota uummata UK tti dhiyaatanii akka himanitti, amma bara haaraa dhufuttis dhibeen kun badutti hin jiruu jedhan.
Akka ogeessi kun jedhanitti ,waggoota kurnan dhufu dhalli namaa vaayirasicha wajjiin jiraachuuf deema jedhan.
Ministirri muummee UK Booris Joonsan torban darbe keessa hawaasni gara jiruu idileetti ayyaana waggaa dhufuutti akka deebi'an abdii qabaachuu erga dubbatanii booda ture.
Joonsan yaada kana kan dhiyeessan, karoora uggura sochii caalatti laaffisuu wayita dhiyeessanitti ture.
Madda #BBC
@oromotoo

Odeeffannoo waliigalaa COVID-19โฌ๏ธ
Dhibeen kun addunyaarra biyyoota heddu irratti kan tamsa'e yoo ta'u, namoonni miiliyoona 15 ol dhibee kanaan qabamanuun, isaan keessaa hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 633 ol darbeera.
๐Addunyaa๐
โข Namoonni qabaman = 15,530,343
โข Namoonni du'an = 633,037
โข Namoonni bayyanatan = 9,446,995
Ameerikaa(USA)๐บ๐ธ
โข Namoonni qabaman = 4,145,970
โข Namoonni du'an = 146,833
Braaziil(Brazil)๐ง๐ท
โข Namoonni qabaman = 2,242,394
โข Namoonni du'an = 83,036
Indiyaa(India)๐ฎ๐ณ
โข Namoonni qabaman = 1,288,130
โข Namoonni du'an = 30,645
Raashiyaa(Russia)๐ธ๐ฎ
โข Namoonni qabaman = 795,038
โข Namoonni du'an = 12,892
๐Afrikaa๐
โข Namoonni qabaman = 789,897
โข Namoonni du'an = 16,532
โข Namoonni bayyanatan = 440,760
Itoophiyaa(Ethiopia)๐ช๐น
โข Namoonni qabaman = 11,933
โข Namoonni du'an = 197
โข Namoonni bayyanatan = 5,645

๐HARARGEE TUBE OFFICIAL
HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA๐๐๐๐๐
@HARARGETUB
@HARARGETUB
โญโญโญโญโญโญโญโญ
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://www.tg-me.com/harargetub
HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA๐๐๐๐๐
@HARARGETUB
@HARARGETUB
โญโญโญโญโญโญโญโญ
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://www.tg-me.com/harargetub
Telegram
๐HARARGEE MEDIA
Chaanalii kan irra
- Seenaa babbareedoo
- Motivational history
- Jecha Beektotaa
- Gorsa Jaalalaa
- Dhugaawwaan garaagaraa
-Haasawwan dinqisiisoo
-Motivatinal history
- Tooftaa Milkaayinnaa
- Jecha Onnee namatti horu
Bifa saayinsaawaa ta'een argattu!!!!!
- Seenaa babbareedoo
- Motivational history
- Jecha Beektotaa
- Gorsa Jaalalaa
- Dhugaawwaan garaagaraa
-Haasawwan dinqisiisoo
-Motivatinal history
- Tooftaa Milkaayinnaa
- Jecha Onnee namatti horu
Bifa saayinsaawaa ta'een argattu!!!!!
ลลล ADVERTISING(BEEKSISUU)
โณ๐HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KANA JALATTI BEEKSISA HOJJATAMU KANA NAMOOTA BEEKSISA HOJJATAN QUNNAMUUDHAF JOIN GODHAโ @...........
โ @....................
JOIN JOIN
๐๐๐๐๐
@OROPRO ๐
@OROPRO ๐
๐๐๐๐๐
https://www.tg-me.com/OROPRO

โณ๐HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KANA JALATTI BEEKSISA HOJJATAMU KANA NAMOOTA BEEKSISA HOJJATAN QUNNAMUUDHAF JOIN GODHAโ
@...........
โ @....................
JOIN JOIN
๐๐๐๐๐
@OROPRO ๐
@OROPRO ๐
๐๐๐๐๐
โ @....................
JOIN JOIN
๐๐๐๐๐
@OROPRO ๐
@OROPRO ๐
๐๐๐๐๐
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!โคโค
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
๐๐๐๐๐ JOIN๐๐๐๐๐๐๐๐
โฌโฌโฌโฌโ ๐๐ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro

Goota falmuu dhiifnee
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!
YAADAF๐ @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
๐๐
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!
YAADAF๐ @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
๐๐
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Forwarded from Midu_love_bot
ODUU GAMMACHIISAA
Abbootii chaaneelii hundaaf
Akkasumas namoota Hordoftoota chaanelii keessanii baayyifachuu barbaadu hundaaf promotionii haala miidhagaa ta'een hojjetamee miseensa (memberii) keessan kan isiniif baayyisu namni barbaaddan haala miseensa keessanii irratti hundaa'uun liinkii armaan gadiitiin nuqunnamuu dandeessu๐๐
Chaanelii miseensa 100 fi 300 gidduu jiru gara miseensa 1,000k tti Ol Guddisuuf ๐
@IMRANABSLM
Chaanelii miseensa 1,000k fi 5,000k gidduu jiru gara miseensa 7,000k tti ol guddisuuf ๐
@ABDETUOR
Chaanelii miseensa 10,000k qabu gara miseensa 15,000k tti ol guddisuuf ๐ @ABDETUOR
Chaanelii miseensa 15,000k qabu gara 20,000k tti ol guddisuuf๐

Namoota Addunyaa keenyaa Sadan (3n)
1. Namoota seenaa hojjatan
2. Namoota seenaa barreessan
3. Namoota seenaa dubbisan
โ๏ธ Namoonni kun hundinuu walqabatanii hojii hojjatu.
โ๏ธ Hundumtinuus iddoo isaatti hojii isaaniif ta'u hojjatanii ijaa fi miila kan addunyaan kuni ittiin argituu fi ittiin adeemtu ta'u.
โ๏ธ Yoo seenaa dubbifte ejjennoo kee cimsatta.
โ๏ธ Yoo seenaa barreessite dhaloota waa dubbisanii hojjatan kakaafta.
โ๏ธ Yoo seenaa hojjatte fakkeenya dhalootaaf taata.
Akkaataa waa hubachuu fi xiinxaluutiin:
Namoonni Addunyaa keenya kanaa dandeettii waan tokko beekuutiin iddoo saditti qoodnee ilaalla.
1๏ธโฃ Ni beeku. Waan hojjachuu danda'anis beeku.
Kaayyoo fi karoora qaban hundumaa cimsanii irratti namoota hojjatanii dha.
2๏ธโฃ Ni beeku. Akka beekan garuu of irratti hin beekani.
Ofitti amanuu dadhabuu dhaan warra jiraatanii dha.
Namoonni tokko tokko wanta hojjachuu danda'anii fi hojjachuu hin dandeenye adda hin baafanne.
3๏ธโฃ Hin beekani. Akka beekuu danda'anis hin beekani.
Waan tokko beekuu hin danda'u jettee calliftee yoo dhiifte utuu hin beekin hafta. Akka beekuu dandeessus hin beektu.
โ๏ธ Namoonni waan hundumaa yaalii guyyaadhaa gara guyyaatti godhaniin beekumsa barbaachisu gonfachuu fi galma barbaadame bira gahuu ni danda'u.
Share
Seenaa Hojjadhu!
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
๐๐๐๐๐๐๐
โโโโโโโโโโโโ
Yaadaf @Abdetuor

Success is a matter of CHOICE
YOU need to keep your mind on what you want, not on what you don't want.
Success is not an accident.
It is the result of your attitude and your attitude is a matter of choice. Hence,
Success is a matter of a choice & not chance
Most crackpots keep waiting for a Jackpot!
That strategy rarely brings Success.
In fact, that is not even a strategy.
It is an invitation to disaster.
The common man seeks security, whereas
the uncommon man seeks opportunity.
SHARE! ๐
JOIN๐@OROMOTOO

GAGGEESSAA JIJJIIRAMA FIDU
Gaggeessaan jijjiirama fidu nama Mul'ata Guddinaa Qabuu dha.
โ๏ธ Nama mul'ata hin qabne jechuun kallattii adeemuuf ka'e cinaa dhaabatee karaa itti adeemu immoo wallaalee kan dhaabatuudha.
โโโโโ๐๐๐โโโโโ
โ MUL'ANNI MAALIโ
โ๏ธ Ilaalcha gaarii qabaachuu dha.
โ๏ธ Xiyyeeffannoo qabaachuu dha.
โ๏ธ Murteessanii kutannoodhaan adeemuu dha.
โ๏ธ Bakka yookiin iddoo har'a jiran irra dhaabatanii lafa boru gahuu qaban arguu dha.
โโโโโ๐๐๐โโโโ
Hub.
๐ Namoonni tokko tokko waan hin barbaachifne mul'ata kooti jedhanii adeemsa isaanii itti fufu.
๐ Adeemsi inni sirrii fi guddinaaf galma qajeelaan isa kami jedhanii itti yaaduun barbaachisaa dha.
๐ Kophaa kee hin fiigin!
Namoota dandeettii adda addaa qaban walitti fiduun mul'ata kee ijaari!
Share & Join
๐Jijjiirama Fiduu!๐
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
โโโโโโโโโโโโ
Yaadaf๐ @Abdetuor

แ แขแตแฎแตแซ แ แ แแต แแ 760 แฐแแฝ แ แฎแชแต-19 แฐแซแ!
แฃแแแต 24 แฐแแต แ แฐแฐแจแแ 7,264 แจแแฅแซแถแช แแญแแซ 760 แฐแแฝ แ แซแญแจแฑ แแซแแธแ แฒแจแแแฅ แจ3 แฐแแฝ แ แญแแต แ แแแแข แ แฐแจแแช แ แตแแแตแแ แแแต 140 แฐแแฝ แ แแแแแแข
แ แ แ แแแญ แ แแแซแฝแ แ แฎแชแต-19 แจแฐแซแ แฐแแฝ 12,693 แจแฐแจแฑ แฒแแ แจแแพแฝ แแฅแญ 200 แฐแญแทแ แค แจแ แฝแณแ แซแแแ แฐแแฝ 5,785 แแธแแข
#Join_Us & #Share ๐
@oromotoo
@oromotoo
แฃแแแต 24 แฐแแต แ แฐแฐแจแแ 7,264 แจแแฅแซแถแช แแญแแซ 760 แฐแแฝ แ แซแญแจแฑ แแซแแธแ แฒแจแแแฅ แจ3 แฐแแฝ แ แญแแต แ แแแแข แ แฐแจแแช แ แตแแแตแแ แแแต 140 แฐแแฝ แ แแแแแแข
แ แ แ แแแญ แ แแแซแฝแ แ แฎแชแต-19 แจแฐแซแ แฐแแฝ 12,693 แจแฐแจแฑ แฒแแ แจแแพแฝ แแฅแญ 200 แฐแญแทแ แค แจแ แฝแณแ แซแแแ แฐแแฝ 5,785 แแธแแข
#Join_Us & #Share ๐
@oromotoo
@oromotoo
๐HARARGEE TUBE OFFICIAL
HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA๐๐๐๐๐
@HARARGETUB
@HARARGETUB
โญโญโญโญโญโญโญโญ
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://www.tg-me.com/harargetub
HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA๐๐๐๐๐
@HARARGETUB
@HARARGETUB
โญโญโญโญโญโญโญโญ
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://www.tg-me.com/harargetub
Telegram
๐HARARGEE MEDIA
Chaanalii kan irra
- Seenaa babbareedoo
- Motivational history
- Jecha Beektotaa
- Gorsa Jaalalaa
- Dhugaawwaan garaagaraa
-Haasawwan dinqisiisoo
-Motivatinal history
- Tooftaa Milkaayinnaa
- Jecha Onnee namatti horu
Bifa saayinsaawaa ta'een argattu!!!!!
- Seenaa babbareedoo
- Motivational history
- Jecha Beektotaa
- Gorsa Jaalalaa
- Dhugaawwaan garaagaraa
-Haasawwan dinqisiisoo
-Motivatinal history
- Tooftaa Milkaayinnaa
- Jecha Onnee namatti horu
Bifa saayinsaawaa ta'een argattu!!!!!
SHANAN Gammachuu keenya
hatan!!
******************************
1. Nama hundaa gammachiisuuf
dhama'uu/yaaluu.
2. Jijjiirama/jijjiiramuu sodaachuu.
3. Waan darbe yaadanii miidhamaa
joraachuu.
4. "Ani namaa gadi" jedhanii
yaaduu
5. Waa'ee jiruu jireenyaa humnaa
ol dhiphachuu/yaadda'uu.
#Dr_Gurmeessaa
@OROMOTOO
@OROMOTOO
hatan!!
******************************
1. Nama hundaa gammachiisuuf
dhama'uu/yaaluu.
2. Jijjiirama/jijjiiramuu sodaachuu.
3. Waan darbe yaadanii miidhamaa
joraachuu.
4. "Ani namaa gadi" jedhanii
yaaduu
5. Waa'ee jiruu jireenyaa humnaa
ol dhiphachuu/yaadda'uu.
#Dr_Gurmeessaa
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Ejjennoo fi Karoora ofii Hundeessuu fi Gulaaluuf:-
1. Murtoo hiika hin qabne murteessuu hir'isuu(reduce meaningless decision)
Yaada sammuu kee irratti maaltu dhiibbaa fida?
โ๏ธBareedina qaama keetii isa irra keessaatiin miidhaguu fi miidhaguu dhabuudhaa?
โ๏ธWaan haaraa uumuu dhaa?
โ Yaada hiriyyoota keetiitii?
2. Waan hundumaa karoorsuu! (plan every things)
โ๏ธKaroora kee barreessi!
โ๏ธKaroora kee madaali!
โ๏ธKaroora kee milkeessi!
3. Ofitti Amanuu
Ati nama Ofitti amanuudhaa? Nama mooโataadhaa?
(ARE YOU GENIES? LET'S PROVE IT!)
Wantoota afur(4) haalan milkaa'inaaf karaa nama buusan:
โ๏ธSammuu kee haala kamiin hojjachiifta?
โ๏ธHaala kamiin of dadammaqsitaa?
โ๏ธOf Gammachiiftaa?
โ๏ธHaala kamiin wantoota dhiphisoo damdamattaa?
Namni obsa qabu ganama cirracha nyaatee galgala aannan dhuga jedhama mitiiree.
Share โป๏ธ Join โป๏ธ Share by @Abdetuor
โ๏ธ @OROMOTOO โ๏ธ
โ๏ธ @OROMOTOO โ๏ธ
โ ๏ธJOINโ ๏ธ

WANTOONNI FUULDURAA HANGA DHUFANITTI DHIISI
๐ดBoru hin uumamnee kanaafuu isa irratti yeroo balleessuun hin barbaachisu
๐ดBoru Riqicha Adunyaa hin hin mildhanne keessa jiruudha
๐ดwanta fuulduraa irratti xiyyeeffachuu Amantiin keenya irraa nu dhoowwa, sababni isaa Adunyaa kanaan wajjiin hidhannaa yeroo dheeraa akka qabaannu nu godha
๐ดHojii hardhaa sirritti hojjachuudhan Boru hanga inni dhufutti dhiisi
๐ดAdunyaa Tana irratti abdii fulduraa wajjiin hidhannoon qabdu daangaa qabaatuu qaba
@HARARGETUB
@HARARGETUB
Yaadaf
By๐ @Abdetuor