Telegram Web Link
Namoota Addunyaa keenyaa Sadan (3n)
1. Namoota seenaa hojjatan
2. Namoota seenaa barreessan
3. Namoota seenaa dubbisan

✔️ Namoonni kun hundinuu walqabatanii hojii hojjatu.
✔️ Hundumtinuus iddoo isaatti hojii isaaniif ta'u hojjatanii ijaa fi miila kan addunyaan kuni ittiin argituu fi ittiin adeemtu ta'u.
✔️ Yoo seenaa dubbifte ejjennoo kee cimsatta.
✔️ Yoo seenaa barreessite dhaloota waa dubbisanii hojjatan kakaafta.
✔️ Yoo seenaa hojjatte fakkeenya dhalootaaf taata.

Akkaataa waa hubachuu fi xiinxaluutiin:
Namoonni Addunyaa keenya kanaa dandeettii waan tokko beekuutiin iddoo saditti qoodnee ilaalla.

1️⃣ Ni beeku. Waan hojjachuu danda'anis beeku.
Kaayyoo fi karoora qaban hundumaa cimsanii irratti namoota hojjatanii dha.

2️⃣ Ni beeku. Akka beekan garuu of irratti hin beekani.
Ofitti amanuu dadhabuu dhaan warra jiraatanii dha.
Namoonni tokko tokko wanta hojjachuu danda'anii fi hojjachuu hin dandeenye adda hin baafanne.

3️⃣ Hin beekani. Akka beekuu danda'anis hin beekani.
Waan tokko beekuu hin danda'u jettee calliftee yoo dhiifte utuu hin beekin hafta. Akka beekuu dandeessus hin beektu.

✍️ Namoonni waan hundumaa yaalii guyyaadhaa gara guyyaatti godhaniin beekumsa barbaachisu gonfachuu fi galma barbaadame bira gahuu ni danda'u.

Share
Seenaa Hojjadhu!

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
👇👇👇👇👇👇👇
━━━━━━━━━━━━

Yaadaf @Abdetuor
JECHOOTA KAKA'UMSA UUMAN
📝 Mul’achuuf Jettee Ifatti Hin Bahin , Garuu Wanti Ati Barbaaddu Ifa Keessa Jiraachuu Qaba .
📝 Dhagaan Kamuu Bakka Isaaf Ta’u Yoo Argate Faayidaa Kennaa .
📝 Gurri Abbaa Isaa Yoo Barsiisu Arrabni Immoo Nama Biro Barsiisa.
📝 Carra Qabeessi Nama Biroon Gorfama , Kan Carraa Dhabe Nama Biroottu Ittiin Gorfama .
📝 Addunyaan Akka Bishaan Ashabooti Hanguma Dabalaa Deemuun Dheebuu Sitti Dabala .
📝 Mataa Kee Ta’uun Bareedina , Akka Mataa Keetii Ta’uun Immoo Bilchina .

Hiriyyaa kee affeeri ⤵️
👇👇👇👇👇👇👇👇

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
ŎŔŎ ADVERTISING(BEEKSISUU)
🙏HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KANA JALATTI BEEKSISA HOJJATAMU KANA NAMOOTA BEEKSISA HOJJATAN QUNNAMUUDHAF JOIN GODHA @...........
@....................

JOIN JOIN
👇👇👇👇👇
@OROPRO 👈
@OROPRO 👈
👆👆👆👆👆
https://www.tg-me.com/OROPRO
Forwarded from Medical Material
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
🔊🔊🔊🔓🔑 JOIN👇👇👇👇👇👇👇👇
👉👉 @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
#119

#COVID19Ethiopia
Waxabajji 21(June 28)

#ETHIOPIA |Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 3895 gaggeeffameen namoota dabalataa 119 irratti vaayirasichi irratti argamee jira.

Lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamanii waliigalaan 5689 gahee jira.
#DrLiaTadesse

ባለፉት 24 ሰዓት በተደረገው 3895 የላብራቶሪ ምርመራ 119 ሰዎች የኮሮና ቫይረስ ተገኝቶባቸዋል፡፡ በአጠቃላይ በሀገራችን ቫይረሱ በምርመራ የተገኘባቸው ሰዎች ቁጥር 5689 ደርሷል።

ከጠቅላላው የላብራቶሪ ምርምራ ውስጥ 87 (52 ከጤና ተቋም እና 35 ከማህበረሰብ በተወሰደ ናሙና) ናሙናዎች በአስክሬን ላይ የተደረገ የላብራቶሪ ምርምራ ሲሆን 4 ናሙናዎች የኮሮና ቫይረስ ተገኝቶባቸዋል።

ህይወታቸው ያለፈ 4 ሰዎች ዝርዝር ሁኔታ ፦

1. የ20 ዓመት ወንድ የኦሮሚያ ክልል ነዋሪ፤ በጤና ተቋም በሕክምና ላይ የነበረ።

2. የ65 ዓመት ወንድ የአዲስ አበባ ከተማ ነዋሪ፤ በጤና ተቋም በሕክምና ላይ የነበሩ።

3. የ80 ዓመት ሴት የአዲስ አበባ ከተማ ነዋሪ፤ በአስክሬን ምርመራ ቫይረሱ እንዳለባቸው የተረጋገጠ።

4. የ21 ዓመት ወንድ የሐረሪ ክልል ነዋሪ፤ በጤና ተቋም በህክምና ላይ የነበረ።

በአጠቃላይ በሀገራችን ቫይረሱ የተገኘባቸው እና ህይወታቸው ያለፈ ሰዎች ቁጥር 98 ደርሷል፡፡

በሌላ መልኩ በትላንትናው ዕለት 117 ሰዎች (78 ከአዲስ አበባ፣ 35 ከትግራይ ክልል እና 4 ከድሬደዋ) ያገገሙ ሲሆን በአጠቃላይ በሀገራችን ከበሽታው ያገገሙ ሰዎች ቁጥር 2132 ነው።
#COVID19_ETHIOPIA
Waxabajji 21(June 28)

#ETHIOPIA |Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 3895 gaggeeffameen namoota dabalataa 119 irratti vaayirasichi irratti argamee jira.

Lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamanii waliigalaan 5689 gahee jira.

HAAALA DHUKKUBSATTOTA

Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e keessaa namoonni 119 lammiilee Itoophiyaa yoo ta'an namoonni 3 lammii biyya alaati. Umurii isaani waggaa 1 - waggaa 80 yoo ta'u, koorniyaan dhiira 73 fi dubartii 46.

Bakki irraa argaman
99 magaalaa #Finfinnee
7 naannoo #Harari
5 naannoo #Tigray
4 naannoo #Somaalee
3 magaala #Oromia
1 naannoo #Amaaraa.

Har'a namootni 117 kan fayyan yoo tahu, Walii galaatti hanga ammaatti namootni 2132 dhibee kana irraa fayyaniiru.

@oromotoo
@oromotoo
Ityoophiyaa (#Ethiopia)🇪🇹

Waxabajji 21(June 28)

•Namoonni qabaman = 5,689
•Har'a kan qabaman = +119
•Namoonni du'an = 98
•Har'a kan du'an =+4
•Namoota bayyanatan = 2,132
•Har'a kan bayyanatan= +117
•Namoonni Yaaliraa kan jiran =3,457
•Haala ulfatarra jiran =33
•Qorannaan laabraatoorii har'a =3,895
•Qorannaan laabraatoorii waligala taasifame =246,911

@OROMOTOO
@OROMOTOO
#MINISTRY_OF_EDUCATION

Ministeerri barnoota waa'ee barnoota waligalaa irrati har'a ibsa ni kenna jedhamee eeggamaa jira.

Sa'aati 8:00 irratti Tv MoE irratti ibsichi akka dabaru himameera.

MOETV
#BREAKING_NEWS
COVID19 ETHIOPIA
Waxabajjii 22,2012

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 3,693 gaggeeffameen namoota dabalataa 157 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 5,846 taasiseera.

Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e keessaa namoonni 156 lammiilee Itoophiyaa yoo ta'an namni 1 lammii biyya alaati. Umurii isaani waggaa 7 - waggaa 83 yoo ta'u, koorniyaan dhiira 97 fi dubartii 60.

Iddoon irraa argaman♨️
132 magaala #Finfinnee,
5 naannoo #Amaaraa,
5 magaala #Dirree_Dhawaa
5 naannoo #Affaar
3 naannoo #Tigraay
3 naannoo #Somaalee
3 naannoo #Oromiyaa
1 naannoo #BGumz

Gama biraan namoonni dabalataa 298 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 2,430 gaheera.

Dr.Liyaa Taaddasaa
@oromotoo
@oromotoo
#COVID19_OROMIYAA

Naannoo Orimiyaatti sa'aatii 24 darbanitti qorannoo namoota 288 gaggeeffameen namoota 3 vaayirasii koronanaan qabamuusaanii Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise.

Haala waliigalaa namoota kanneenii
:

1⃣
• Teessoo - Buraayyuu
• Umurii - waggaa 22
• Koorniyaa - dubartii
• Seenaa imala - hin qabdu
• Ibsa - Tuttuqqii qabdi

2⃣
• Teessoo - Buraayyuu
• Umurii - waggaa 32
• Koorniyaa - dubartii
• Seenaa imala - hin qabdu
• Ibsa - Tuttuqqii qabdi

3⃣
• Teessoo - Arsii
• Umurii - waggaa 30
• Koorniyaa - dubartii
• Seenaa imala - hin qabdu
• Ibsa - Hawaasa keessaa argamte

Walumagalatti hanga ammatti naannoo Oromiyaatti namoota vaayirasii koronaan qabamu isaani mirkanaa'e 313 gaheera.

sa'aatii 24 darbee keessa namni 1 vaayirasicha irraa bayyanachuun wal qabatee, Oromiyaatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaa fayyanii 65 gaheera

@oromotoo
@oromotoo
👆
በኢትዮጵያ 157 ሰዎች የኮሮና ቫይረስ ሲገኝባቸው፤ የ5 ሰዎች ህይወት አለፈ
**********************************
ባለፉት 24 ሰዓታት ውስጥ ለ3 ሺህ 693 የላቦራቶሪ ምርመራ 157 ሰዎች የኮሮና ቫይረስ እንደተገኘባቸው የጤና ሚኒስቴር አስታወቀ።

📌በዚህም በአጠቃላይ በሀገሪቱ ቫይረሱ በምርመራ የተገኘባቸው ሰዎች ቁጥር 5 ሺህ 846 ደርሷል።

📌ቫይረሱ በምርመራ የተገኘባቸው 97 ወንዶችና 60 ሴቶች ሲሆኑ የእድሜ ክልላቸውም ከ7 እስከ 83 ዓመት ውስጥ መሆኑን የጤና ሚኒስትሯ ዶክተር ሊያ ታደሰ ገልፀዋል።

📌ከጠቅላላው የላቦራቶሪ ምርምራ ውስጥ 52 ናሙናዎች በአስክሬን ላይ የተደረገ የላቦራቶሪ ምርምራ ሲሆን 4 ሰዎች (3 ሰዎች ከአዲስ አበባ እንዲሁም 1 ሰው ከትግራይ) የኮሮና ቫይረስ ተገኝቶባቸዋል።

📌ከዚህ በተጨማሪም በህክምና ማዕክል ህክምና ላይ የነበረ የ18 ዓመት ወጣት የአዲስ አበባ ነዋሪ በኮሮና ቫይረስ ምክንያት ህይወቷ ያለፈ ሲሆን በጠቅላላ አምስት ሰዎች በ24 ሰዓት ውስጥ ህይወታቸው አልፏል፡፡

📌በአጠቃላይ በኢትዮጵያ ቫይረሱ የተገኘባቸው እና ህይወታቸው ያለፈ ሰዎች ቁጥር 103 ደርሷል።

📌በሌላ መልኩ በትናንትናው ዕለት 298 ሰዎች 200 ከአዲስ አበባ፣ 87 ከሶማሌ ክልል፣ 9 ከአማራ ክልል፣ 1 ከድሬዳዋ ከተማ እና አንድ ከኦሮሚያ ክልል ያገገሙ ሲሆን በዚህም ከቫይረሱ ያገገሙ ሰዎች ቁጥር 2 ሺህ 430 መድረሱ ነው የተነገረው።

@OROMOTOO
@OROMOTOO
#ODUU_GADDAA

Artist Hacaaluu hundeessa
Galgalaa kana 3:30 Finfinnee naannoo koondominiyeemiti Ajjeefamee

Maddi:OMN




@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
#ODUU_GADDAA

Artist Hacaaluu hundeessa
Galgalaa kana 3:30 Finfinnee naannoo koondominiyeemiti Ajjeefamee

Ilmaan Oromoo hundaaf jajjabinaa hawwina hacaaluu hundeessa waqnii jannataan isaa ha qananiisu.

Maddi:OMN

@oromotoo
@oromotoo
2024/10/01 13:29:25
Back to Top
HTML Embed Code: