Telegram Web Link
#BREAKING_NEWS

ARTISTIIN BEEKAMA HACHAALU HUNDEESSA LUBBUN DABAREE JIRA.!


Artist Haacaaluu Hundeessaa har'aa galgalaa tilmaamaan naannoo sa'aatti 3:30 magaalaa Finfinnee bakka adda Kondominiiyemii Galaan jedhamurra jalqabe namoota hidhataniin hordofamaa erga ture booda naannoo Labuu yeroo gahuu rasaasa itti dhukaafameen ajjeefame. Battalumatti gara Hospitaala Xirunash Beejiing geeffamuus lubbuusaa baraaruu hin danda'amne.

Lubbuu goota Oromoo kanaaf jannata, ummata Oromoo hundaaf jajjabina hawwina!
Yaa oromoo dhumneeraka
ijoollee banneeraka
Gurraa abbaa gannerraka!
Hacaaluu dhabneeraka

@Oromotoo
@Oromotoo
Maalan gola nannawaa
Lubbuu biliqa baatuu
Saba koo falmee du'een
Taaddasaa birruu ta'aa
Biyyaa koo falmee du'een
Balay Zalaqa ta'aa

Haacee koo Reefaa isaa

#Hacaaluu_Hundeessa
Oduu gaddaa

Artist haacaaluu hundeessaa rasaasaan rukutamee lubbuun isaa darbuu gabaafamee ๐Ÿ˜ช๐Ÿ˜ช๐Ÿ˜ช
Maatiifi firoottan isaatiif jajjabina hawwina

Maddi oduu omn
#COVID_19 waggaa hedduu nu waliin turuuf deema

Talaalliin Covid-19 argamullee dhibichii otoo hin badiin waggoota dheeraaf akka turuu danda'u ogeeyyiin himan.

Daarektarri Jaarmiyaa 'Wellcome Trust' jedhamu Pirofesar Sir Jeramii Feerar mana maree bakka bu'oota uummata UK tti dhiyaatanii akka himanitti, amma bara haaraa dhufuttis dhibeen kun badutti hin jiruu jedhan.

Akka ogeessi kun jedhanitti ,waggoota kurnan dhufu dhalli namaa vaayirasicha wajjiin jiraachuuf deema jedhan.

Ministirri muummee UK Booris Joonsan torban darbe keessa hawaasni gara jiruu idileetti ayyaana waggaa dhufuutti akka deebi'an abdii qabaachuu erga dubbatanii booda ture.

Joonsan yaada kana kan dhiyeessan, karoora uggura sochii caalatti laaffisuu wayita dhiyeessanitti ture.

Madda #BBC
@oromotoo
@oromotoo
Odeeffannoo waliigalaa COVID-19โฌ‡๏ธ

Dhibeen kun addunyaarra biyyoota heddu irratti kan tamsa'e yoo ta'u, namoonni miiliyoona 15 ol dhibee kanaan qabamanuun, isaan keessaa hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 633 ol darbeera.

๐ŸŒAddunyaa๐ŸŒ
โ€ข Namoonni qabaman = 15,530,343
โ€ข Namoonni du'an = 633,037
โ€ข Namoonni bayyanatan = 9,446,995

Ameerikaa(USA)๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ธ
โ€ข Namoonni qabaman = 4,145,970
โ€ข Namoonni du'an = 146,833

Braaziil(Brazil)๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ท
โ€ข Namoonni qabaman = 2,242,394
โ€ข Namoonni du'an = 83,036

Indiyaa(India)๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ณ
โ€ข Namoonni qabaman = 1,288,130
โ€ข Namoonni du'an = 30,645

Raashiyaa(Russia)๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ฎ
โ€ข Namoonni qabaman = 795,038
โ€ข Namoonni du'an = 12,892

๐ŸŒAfrikaa๐ŸŒ
โ€ข Namoonni qabaman = 789,897
โ€ข Namoonni du'an = 16,532
โ€ข Namoonni bayyanatan = 440,760

Itoophiyaa(Ethiopia)๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น
โ€ข Namoonni qabaman = 11,933
โ€ข Namoonni du'an = 197
โ€ข Namoonni bayyanatan = 5,645

@oromotoo
@oromotoo
๐Ÿ”ŠHARARGEE TUBE OFFICIAL
HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@HARARGETUB
@HARARGETUB
โญ•โญ•โญ•โญ•โญ•โญ•โญ•โญ•
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
https://www.tg-me.com/harargetub
ลŽล”ลŽ ADVERTISING(BEEKSISUU)
โ›ณ๐Ÿ™HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KANA JALATTI BEEKSISA HOJJATAMU KANA NAMOOTA BEEKSISA HOJJATAN QUNNAMUUDHAF JOIN GODHAโœ… @...........
โœ… @....................

JOIN JOIN
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@OROPRO ๐Ÿ‘ˆ
@OROPRO ๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
https://www.tg-me.com/OROPRO
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!โคโค
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”“๐Ÿ”‘ JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡โœ… ๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
Forwarded from Midu_love_bot
ODUU GAMMACHIISAA


Abbootii chaaneelii hundaaf
Akkasumas namoota Hordoftoota chaanelii keessanii baayyifachuu barbaadu hundaaf promotionii haala miidhagaa ta'een hojjetamee miseensa (memberii) keessan kan isiniif baayyisu namni barbaaddan haala miseensa keessanii irratti hundaa'uun liinkii armaan gadiitiin nuqunnamuu dandeessu๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Chaanelii miseensa 100 fi 300 gidduu jiru gara miseensa 1,000k tti Ol Guddisuuf ๐Ÿ‘‡
@IMRANABSLM

Chaanelii miseensa 1,000k fi 5,000k gidduu jiru gara miseensa 7,000k tti ol guddisuuf ๐Ÿ‘‡
@ABDETUOR

Chaanelii miseensa 10,000k qabu gara miseensa 15,000k tti ol guddisuuf ๐Ÿ‘‰ @ABDETUOR

Chaanelii miseensa 15,000k qabu gara 20,000k tti ol guddisuuf๐Ÿ‘‡
@ABDETUOR
Namoota Addunyaa keenyaa Sadan (3n)
1. Namoota seenaa hojjatan
2. Namoota seenaa barreessan
3. Namoota seenaa dubbisan

โœ”๏ธ Namoonni kun hundinuu walqabatanii hojii hojjatu.
โœ”๏ธ Hundumtinuus iddoo isaatti hojii isaaniif ta'u hojjatanii ijaa fi miila kan addunyaan kuni ittiin argituu fi ittiin adeemtu ta'u.
โœ”๏ธ Yoo seenaa dubbifte ejjennoo kee cimsatta.
โœ”๏ธ Yoo seenaa barreessite dhaloota waa dubbisanii hojjatan kakaafta.
โœ”๏ธ Yoo seenaa hojjatte fakkeenya dhalootaaf taata.

Akkaataa waa hubachuu fi xiinxaluutiin:
Namoonni Addunyaa keenya kanaa dandeettii waan tokko beekuutiin iddoo saditti qoodnee ilaalla.

1๏ธโƒฃ Ni beeku. Waan hojjachuu danda'anis beeku.
Kaayyoo fi karoora qaban hundumaa cimsanii irratti namoota hojjatanii dha.

2๏ธโƒฃ Ni beeku. Akka beekan garuu of irratti hin beekani.
Ofitti amanuu dadhabuu dhaan warra jiraatanii dha.
Namoonni tokko tokko wanta hojjachuu danda'anii fi hojjachuu hin dandeenye adda hin baafanne.

3๏ธโƒฃ Hin beekani. Akka beekuu danda'anis hin beekani.
Waan tokko beekuu hin danda'u jettee calliftee yoo dhiifte utuu hin beekin hafta. Akka beekuu dandeessus hin beektu.

โœ๏ธ Namoonni waan hundumaa yaalii guyyaadhaa gara guyyaatti godhaniin beekumsa barbaachisu gonfachuu fi galma barbaadame bira gahuu ni danda'u.

Share
Seenaa Hojjadhu!

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”

Yaadaf @Abdetuor
Success is a matter of CHOICE
YOU need to keep your mind on what you want, not on what you don't want.

Success is not an accident.
It is the result of your attitude and your attitude is a matter of choice. Hence,
Success is a matter of a choice & not chance

Most crackpots keep waiting for a Jackpot!
That strategy rarely brings Success.
In fact, that is not even a strategy.
It is an invitation to disaster.

The common man seeks security, whereas
the uncommon man seeks opportunity.

SHARE! ๐Ÿ™
JOIN๐Ÿ”œ@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
GAGGEESSAA JIJJIIRAMA FIDU

Gaggeessaan jijjiirama fidu nama Mul'ata Guddinaa Qabuu dha.

โœ”๏ธ Nama mul'ata hin qabne jechuun kallattii adeemuuf ka'e cinaa dhaabatee karaa itti adeemu immoo wallaalee kan dhaabatuudha.

โ”โ”โ”โ”โ”๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โ”โ”โ”โ”โ”
โ“ MUL'ANNI MAALIโ“
โœ”๏ธ Ilaalcha gaarii qabaachuu dha.
โœ”๏ธ Xiyyeeffannoo qabaachuu dha.
โœ”๏ธ Murteessanii kutannoodhaan adeemuu dha.
โœ”๏ธ Bakka yookiin iddoo har'a jiran irra dhaabatanii lafa boru gahuu qaban arguu dha.
โ”โ”โ”โ”โ”๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โ”โ”โ”โ”
Hub.
๐Ÿ‘‰ Namoonni tokko tokko waan hin barbaachifne mul'ata kooti jedhanii adeemsa isaanii itti fufu.
๐Ÿ‘‰ Adeemsi inni sirrii fi guddinaaf galma qajeelaan isa kami jedhanii itti yaaduun barbaachisaa dha.

๐Ÿ‘‰ Kophaa kee hin fiigin!
Namoota dandeettii adda addaa qaban walitti fiduun mul'ata kee ijaari!

Share & Join
๐Ÿ‘‰Jijjiirama Fiduu!๐Ÿ‘ˆ
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”

Yaadaf๐Ÿ‘‰ @Abdetuor
แ‰ แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แ‰ แŠ แŠ•แ‹ต แ‰€แŠ• 760 แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แ‰ แŠฎแ‰ชแ‹ต-19 แ‰ฐแ‹ซแ‹™!

แ‰ฃแˆˆแ‰แ‰ต 24 แˆฐแ‹“แ‰ต แ‰ แ‰ฐแ‹ฐแˆจแŒˆแ‹ 7,264 แ‹จแˆ‹แ‰ฅแˆซแ‰ถแˆช แˆแˆญแˆ˜แˆซ 760 แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แ‰ แ‰ซแ‹ญแˆจแˆฑ แˆ˜แ‹ซแ‹›แ‰ธแ‹ แˆฒแˆจแŒ‹แŒˆแŒฅ แ‹จ3 แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แˆ…แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠ แˆแแˆแข แ‰ แ‰ฐแŒจแˆ›แˆช แ‰ แ‰ตแˆ‹แŠ•แ‰ตแŠ“แ‹ แ‹•แˆˆแ‰ต 140 แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แŠ แŒˆแŒแˆ˜แ‹‹แˆแข

แ‰ แŠ แŒ แ‰ƒแˆ‹แ‹ญ แ‰ แˆ€แŒˆแˆซแ‰ฝแŠ• แ‰ แŠฎแ‰ชแ‹ต-19 แ‹จแ‰ฐแ‹ซแ‹™ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ 12,693 แ‹จแ‹ฐแˆจแˆฑ แˆฒแˆ†แŠ• แ‹จแˆŸแ‰พแ‰ฝ แ‰แŒฅแˆญ 200 แ‹ฐแˆญแˆทแˆ แค แŠจแ‰ แˆฝแ‰ณแ‹ แ‹ซแŒˆแŒˆแˆ™ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ 5,785 แŠ“แ‰ธแ‹แข
#Join_Us & #Share ๐Ÿ™


@oromotoo
@oromotoo
๐Ÿ”ŠHARARGEE TUBE OFFICIAL
HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@HARARGETUB
@HARARGETUB
โญ•โญ•โญ•โญ•โญ•โญ•โญ•โญ•
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
https://www.tg-me.com/harargetub
SHANAN Gammachuu keenya
hatan!!
******************************
1. Nama hundaa gammachiisuuf
dhama'uu/yaaluu.
2. Jijjiirama/jijjiiramuu sodaachuu.
3. Waan darbe yaadanii miidhamaa
joraachuu.
4. "Ani namaa gadi" jedhanii
yaaduu
5. Waa'ee jiruu jireenyaa humnaa
ol dhiphachuu/yaadda'uu.

#Dr_Gurmeessaa
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Ejjennoo fi Karoora ofii Hundeessuu fi Gulaaluuf:-

1. Murtoo hiika hin qabne murteessuu hir'isuu(reduce meaningless decision)
Yaada sammuu kee irratti maaltu dhiibbaa fida?
โœ”๏ธBareedina qaama keetii isa irra keessaatiin miidhaguu fi miidhaguu dhabuudhaa?
โœ”๏ธWaan haaraa uumuu dhaa?
โœ” Yaada hiriyyoota keetiitii?
2. Waan hundumaa karoorsuu! (plan every things)
โœ”๏ธKaroora kee barreessi!
โœ”๏ธKaroora kee madaali!
โœ”๏ธKaroora kee milkeessi!

3. Ofitti Amanuu
Ati nama Ofitti amanuudhaa? Nama mooโ€™ataadhaa?
(ARE YOU GENIES? LET'S PROVE IT!)
Wantoota afur(4) haalan milkaa'inaaf karaa nama buusan:
โœ”๏ธSammuu kee haala kamiin hojjachiifta?
โœ”๏ธHaala kamiin of dadammaqsitaa?
โœ”๏ธOf Gammachiiftaa?
โœ”๏ธHaala kamiin wantoota dhiphisoo damdamattaa?
Namni obsa qabu ganama cirracha nyaatee galgala aannan dhuga jedhama mitiiree.

Share โ™ป๏ธ Join โ™ป๏ธ Share by @Abdetuor
โ˜€๏ธ @OROMOTOO โ˜€๏ธ
โ˜€๏ธ @OROMOTOO โ˜€๏ธ
โš ๏ธJOINโš ๏ธ
โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
"Everything is Easy,
When You are Busy...

But , Nothing is Easy ,
When You are Lazy..."




By @ABDETUOR
WANTOONNI FUULDURAA HANGA DHUFANITTI DHIISI

๐Ÿ”ดBoru hin uumamnee kanaafuu isa irratti yeroo balleessuun hin barbaachisu

๐Ÿ”ดBoru Riqicha Adunyaa hin hin mildhanne keessa jiruudha

๐Ÿ”ดwanta fuulduraa irratti xiyyeeffachuu Amantiin keenya irraa nu dhoowwa, sababni isaa Adunyaa kanaan wajjiin hidhannaa yeroo dheeraa akka qabaannu nu godha

๐Ÿ”ดHojii hardhaa sirritti hojjachuudhan Boru hanga inni dhufutti dhiisi

๐Ÿ”ดAdunyaa Tana irratti abdii fulduraa wajjiin hidhannoon qabdu daangaa qabaatuu qaba



@HARARGETUB
@HARARGETUB

Yaadaf
By๐Ÿ‘‰ @Abdetuor
Meeshaa cimaan addunyaa

ittiin jijjiiran BARNOOTA!

ยฉ Nelson Mandela



@OROMOTOO
@OROMOTOO
2024/10/01 15:48:13
Back to Top
HTML Embed Code: