Telegram Web Link
#NEAEA| Qorumsi seensa yuunivarsiitii kan bara kanaa intarneetiidhaan (online) kennamuuf qophiin taasifamaa jira.

Manneen barnoota sadarkaa 2ffaa sababaa vaayirasii koronaatiin erga cufamanii bubbulanii jiru. Rakkina kana furuuf ministeerri barnootaa karaa barattoonni intarneetiidhaan qoraman qopheessaa jiraachuu ibsee Barattoonni kutaa 12ffaa qophii isaanii akka itti fufan dhaameera.
Dabalataanis ministeerri barnoota federaalaa naannooleen hunduu karaa Teelegraam fi maloota birootiin barattootaaf qorumsa moodelaa barattoonni irratti qophaa'an akka erganiif ajajeera.
Yeroon qormaataa fuldura kan beeksifamu ta'a, hangasitti barattoonni qayyabannaa isaanii akka itti fufan ergaan darbeera.

Share godhafii baratootan Qorumsi seensa yuunivarsiitii fudhatanif hundafuu.
"በኢትዮጵያ ተጨማሪ 185 ሰዎች በኮሮና ቫይረስ መያዛቸው ተረጋግጧል።" - ዶክተር ሊያ ታደሰ

@oromotoo
#DrLiaTadesse

ባለፉት 24 ሰዓት ውስጥ በተደረገው 3775 የላብራቶሪ ምርመራ አንድ መቶ ሰማንያ አምስት (185) ሰዎች የኮሮና ቫይረስ ተገኝቶባቸዋል፡፡ በአጠቃላይ በሀገራችን ቫይረሱ በምርመራ የተገኘባቸው ሰዎች ቁጥር 4848 ደርሷል።

ከጠቅላላው የላብራቶሪ ምርምራ ውስጥ 30 (11 ከጤና ተቋም እና 19 ከማህበረሰብ በተወሰደ ናሙና) ናሙናዎች በአስክሬን ላይ የተደረገ የላብራቶሪ ምርምራ ሲሆን የኮሮና ቫይረስ የኮሮና ቫይረስ የተገኘበት ናሙና የለም።
በኢትዮጵያ ከኮቪድ-19 ያገገሙ ሰዎች 1,412 ደረሱ!

በትላንትናው ዕለት አንድ መቶ አስራ አምስት (115) ሰዎች (81 ከአዲስ አበባ፣ 23 ከአማራ ክልል፣ 6 ከኦሮሚያ ክልል፣ 2 ከሐረሪ ክልል፣ 2 ከቤኒሻንጉል ጉሙዝ እና 1 ትግራይ ክልል) ያገገሙ ሲሆን በአጠቃላይ በሀገራችን ከበሽታው ያገገሙ ሰዎች ቁጥር 1412 ደርሷል።
#BRAKING_NEWS
COVID19 ETHIOPIA
Waxabajji 16 (June 23)

#ETHIOPIA |Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 3775 gaggeeffameen namoota dabalataa 185 irratti vaayirasichi irratti argamee jira.

Lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamanii waliigalaan 4848 gahee jira.

@oromotoo
@oromotoo
HAALA DHUKKUBSATTOOTA

Namoonni har'a qabamu isaani
mirkanaa'e keessaa namoonni 184 lammiilee Itoophiyaa yoo ta'an namni 1 lammii biyya alaati. Umurii isaani baatii 3 - waggaa 80 yoo ta'u, koorniyaan dhiira 47 fi dubartii 138.

Namoonni qabamu isaani mirkanaa'e:
160 magaala #Finfinnee
7 naannoo #Oromiyaa
7 naannoo #Kibbaa
4 naannoo #Affaar
2 naannoo #Somaalee
2 naannoo #Amaaraa
1 naannoo #Tigraay
1 naannoo #Gaambeellaa
1 naannoo #Hararii .

•Namoonni 114 sa'aati 24 darbe keessati vaayrasiicharra bayyanataniiru.

Namoonni waliigalatti bayyanatan 1412 gahee jira.

@oromotoo
@oromotoo
#Oromiyaa

Naannoo Oromiyaatti sa'atii 24 darban keessatti qorannoo laaboratoorii namoota 472 'f taasifameen namoonni 7 vaayirasii koronaan qabamuun isaa mirkanaa'eera.

🦠 Haala dhukkubsattootaa kanneenii:-

1⃣
• Teessoon: Sabbataa
• Seenaa imala: hin qabdu
• Koorniyaan: dubartii
• umriin : waggaa 23
• Ibsa: Tuttuqqii qabdi

2⃣
• Teessoon: Sabbataa
• Seenaa imala: hin qabdu
• Koorniyaan: dubartii
• umriin : waggaa 10
• Ibsa: Tuttuqqii qabdi

3⃣
• Teessoon: Sabbataa
• Seenaa imala: hin qabdu
• Koorniyaan: dubartii
• umriin : waggaa 15
• Ibsa: Tuttuqqii qabdi

4⃣
• Teessoon: Sabbataa
• Seenaa imala: hin qabu
• Koorniyaan: dhiira
• umriin : waggaa 13
• Ibsa: Tuttuqqii qaba

5⃣
• Teessoon: Sabbataa
• Seenaa imala: hin qabdu
• Koorniyaan: dubartii
• umriin : waggaa 22
• Ibsa: Tuttuqqii qabdi

6⃣
• Teessoon: Sandaafaa
• Seenaa imala: hin qabdu
• Koorniyaan: dubartii
• umriin : waggaa 23
• Ibsa: Hawaasa keessa argamte

7⃣
• Teessoon: Gujii
• Seenaa imala: hin qabdu
• Koorniyaan: dubartii
• umriin : waggaa 28
• Ibsa: Tuttuqqii qabdi

Hanga ammaatti akka naannoo Oromiyaatti namoota vaayirasii koronaan qabamu isaani mirkanaa'e 258 gaheera.

Gama biraatin namootni 6 kan fayyan yoo tahu, Walii galaatti akka naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti namootni 53 dhibee kana irraa fayyaniiru.

@oromotoo
@oromotoo
Channel photo updated
⭐️ Jireenya keenya keessatti wanti nuti akka ta'u barbaadnu
👍ni ta'a ykn 👎👎hin ta'u
Namoonni yeroo cinqaman garuu wanti biraa kan addaa kan ta'u fakkeessu...
👍Yoo wanti yaadde siif ta'e,baga gammadde gammadi ....
👎Yoo hin taane garuu....gammadi...irra deebite yoo yaalte ni ta'a waan ta'eef...
⭐️ TA'uu fi Ta'uu dhabuu isaa dura garuu 👉Ta'uu dhabuu akka danda'us beeki...dandeettii miira sitti dhagahamu keessummessuu qabaadhu 👍👍👍
Dhaamsi itti fufa.............

Halkan Gaarii 🌇🌇🌇
By @abdetuor


@OROMOTOO
@OROMOTOO
#Guyyaan har'aa kun Guyyaa addaatti....Guyyaa itti hanqinoota fi kufaatii kee ...miidhama ke irraanfattee waan haaraa itti uumuu dandeessudha. Mudannoowwan kee kanaan dhuraa jireenya kee keessaa galanii akka jeqan hin eyyamiiniif....kaleessi darbeera ....harri garuu guyyaa haaraadha.......kanaaf guyyaa haaraa kanatti jirrenya haaraa ....jiraachuu jalqabi ......ofii keetii murteessinaan ....murteessitee of amansiisuu dandeenyaan ....wantii atii jijjiruu hin dandeenye hin jiru.......Namoonni ciccimoon akka addunyaatti amma bekkaamanii adduunyaan isan wellisuu kun....jalqaba akkuma kee...akkumakoo....hir'inoota....mudannoo.....kuufaatii ....adda adda keessummeessa turan .....garuu baay'een isaani.....kufaatiwwan qaban irra darbanii har'a kan milkaa'eef ......sababni innii guddaan

#kutannooo isaanii fi Abdii kutuu dhabuu isaaniti.....

Maarree atis akka isaanii injifataa ta'uuf ....kutannoo mataakee.....qabaachuu qabda....wanta dhiisuu qabdu dhiisuuf...wanta irraanfachuu qabdu irraanfachuuf....wanta argachuu qabdu argachuuf.....kutannooo horadhuu......Cirumayyuu wantii feedhe haa ta'u Abdii hin kutiin ...........Oromoon maal jedha seete "NAMNI ABDII KUTU WAAN WALITTI QABATE BITTIINSA,"jedha.

Marree aniis kanuman sitti hima gonkumayyuu abdii hin kutiinn.............
Ofiikeef of jijjiruu akka dandeessu amani.........


Guyyaa haaraa kanatti of haareessi...



For more psychological advice plz join us👇

Share for your frnds...

@OROMOTOO
@OROMOTOO
The One Thing Successful People Do Every Day: Journaling
What is it?
Journaling (or keeping letters or diaries) is an ancient tradition, one that dates back to at least 10th century Japan. It helps you enhance every aspect of your life.
Here’s a short list of great men from history who kept journals:
• Theodore Roosevelt
• Thomas Jefferson
• Charles Darwin
• Benjamin Franklin
• Lewis and Clark
• Andrew Carnegie
• Ralph Waldo Emerson
• Captain Cook
• Winston Churchill
• Sir Edmund Hilary
• Sir Ernest Henry Shackleton

I could go on, but I think you get the idea.

How to do it right?
Google it!

JOIN SHARE SHARE
👇👇👇👇👇👇👇

@OROMOTOO
@oromotoo
@oromo7
ŎŔŎ ADVERTISING(BEEKSISUU)
🙏HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KANA JALATTI BEEKSISA HOJJATAMU KANA NAMOOTA BEEKSISA HOJJATAN QUNNAMUUDHAF JOIN GODHA @...........
@....................

JOIN JOIN
👇👇👇👇👇
@OROPRO 👈
@OROPRO 👈
👆👆👆👆👆
https://www.tg-me.com/OROPRO
#COVID19 Laatiin Ameerikaa fi Kaaribiyaanii keessatti namootni Covid-19'n du'an 100,000 caalan

Ragaa Joon Hoopikiinsi sassaabaa jiruun Laatiin Ameerikaa fi biyyoota Kaariibiyanaii keessatti namootni sababa Covid-19'n lubbu isaanii dhaban 100,000 caalan.

Walakkaan du'aatiiwwan kanaa ammoo Biraaziil keessatti galmaahe. Lakkoofsa namoota qabamaniifi lubbuu dhabaniin Biraaziil US'tti aantee sadarkaa lammataarratti argamti.

Meeksikootti namootni 23,300 ol ta'an du'aniiru. Biraaziiliifi Meeksikootti gaaga'amni Covid-19 qaqqabsiisaa jiru hammaataa ta'us biyyootni lameen dhibee kana to'achuuf akka biyyoota biroo uggura sochii hin labsine.

Biyyoota Laatiin Ameerikaa biroo akkaan miidhamaa jiran keessa Peeruu(kan du'an 8,404) fi Chiilinis( kan du'an 4,505) ni argamu.

US fi biyyoota Awrooppaan caalatti guyyaa guyyaatti nama haaraan qabaman itti fufiinsaan galmaahaa kan jiran biyyoota Laatiin Ameerikaa keessatti.

BBC
@oromotoo
@oromotoo
Gatii Simiintoo mootummaan baasee ala raabsitoota gatii dabaluun gurguranirratti tarkaanfii seeraa kan fudhatu ta’uu Biiroon Daldalaa magaalaa Finfinneen beeksise.

Ministeerri daldalaa ala seerummaa gurgurtaa Simiintoo hambisuuf calcala faddaaltoota seeraan alaa gabichaa kutuuf gatii Siimiintoo murteesseera.

Gatii Siimiintoo Warshaaleef ba’e kanaan dhaabbileen misoomaa mootummaa fi qajeelfamicha kabajuun hojjechuuf daldaltoonni dhuunfaa filatamuun gara hojiitti galaniiru.

Biiroon Daldalaa magaalaa Finfinnee qaala’iinsa gatii Simiintoo too’achuu fi gatii murteessuun dameen ijaarsaa akka jajjabaatuuf hojjechaa jiraachuu ibsameera.

Raabsitoonni Simiintoo Warshaalerraa fudhachuun raabsan Kuntaala tokko akkuma fageenya isaatti Birrii 240 fi saantima 20 - 388f saantima 10niitti akka gurguran murtaa’eera.

Yaa ta’uutii raabsitoonni tokko tokko gatii murtaa’ee ala yeroo gurguran hordoffii taasifameen mirkanaa’uu biirichi beeksiseera.
Gareen qorattootaa fi hayyootaa yaa’a Abbayyaa fi hidha haroomsaarratti mootummaa gorsu hundaa’uufi.

Deetaan Ministira Ministeera Saayinsiifi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo doktar Samu’eel Kifilee; Manni hojii ministeerichaa yaa’a Abayyaafi Hidha Guddicha Haaromsa yookaan dhimmoota biroorratti qorattoota mootummaa gorsaniifi garee hayyootaa waliin walta’uun yeroo dhiyootti hojii akka eegalan ibsaniiru.

Kana kan ibsan wayta marii mata duree ‘Piroojaktiin Hidha Guddichi Haaromsa Itoophiyaa dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuuti' jedhurratti mari’atan Hidhichaan walqabatee dhimmoota waaqtawaarratti mari’ataniidha

Fayyadama bishaanii, bulchiinsa piroojaktiifi hidhotaarratti jiddugaloota qorannoo hojjetan akka cimsaniifi haarota uumanii hojiitti galchuuf akka hojjetamus doktar Samu’eel ibsaniiru.

@oromotoo
@oromotoo
Dhaabbileen amantaa ejjennoo Ityoophiyaan hidha haaromsaarrati qabdu hubachiisuuf qooda isaanii akka ba’an gaafataman

Dhaabbileen amantaa ejjennoo Ityoophiyaan hidha haaromsaarrati qabdu hubachiisuuf qooda isaanii akka ba’an gaafataman.   Dhaabbileen amantaa Gibtsiif ta’ee dhaabbilee gita isaanii idil addunyaaf mirga Ityoophiyaan qabeenya uummamaa isheetti fayyadamuu qabdu hobachiisuuf hojii diippiloomaasii hojjechuu akka qaban hoggantoonni amantaa himaniiru.  

@Oromotoo
@Oromotoo
#BREAKING_NEWS
COVID19 ETHIOPIA
Waxabajji 17 (June 24)

#ETHIOPIA |Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 4034 gaggeeffameen namoota dabalataa 186 irratti vaayirasichi irratti argamee jira.

Lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamanii waliigalaan 5034 gahee jira.

HAALA DHUKKUBSATTOOTA

Namoonni har'a qabamu isaani
mirkanaa'e keessaa namoonni 184 lammiilee Itoophiyaa yoo ta'an namni 1 lammii biyya alaati. Umurii isaani baatii 6 - waggaa 75 yoo ta'u, koorniyaan dhiira 73 fi dubartii 113.

147 magaalaa #finfinnee
4 naannoo #oromiyaa
16 naannoo #somaalee
10 naannoo #affaar
1 ummattoota #kibbaa
1 naannoo #gaambellaa
1 naannoo #affaar

@oromotoo
@oromotoo
Namoonni dabalata 3 du'an‼️

♨️Namoonni waliigalatti du'an 78 gahee jira.‼️


@oromotoo
@oromotoo
2024/10/01 19:21:38
Back to Top
HTML Embed Code: