Telegram Web Link
SHANAN Gammachuu keenya
hatan!!
******************************
1. Nama hundaa gammachiisuuf
dhama'uu/yaaluu.
2. Jijjiirama/jijjiiramuu sodaachuu.
3. Waan darbe yaadanii miidhamaa
joraachuu.
4. "Ani namaa gadi" jedhanii
yaaduu
5. Waa'ee jiruu jireenyaa humnaa
ol dhiphachuu/yaadda'uu.

#Dr_Gurmeessaa
@OROMOTOO
@OROMOTOO
"Everything is Easy,
When You are Busy...

But , Nothing is Easy ,
When You are Lazy..."


By @ABDETUOR
@OROMOTOO
@OROMOTOO
በተለያየ አጋጣሚ ውስጥ ሆናችሁ ቴሌቪዥን ለማየት እድል ያላገኛችሁ አሁን በአላማጣ ከተማ ያለው ሁኔታ ይህን ይመስላል!

@oromotoo
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
ቀለበታዊ የፀሐይ ግርዶሽ - በአላማጣ!

በአላማጣ ከተማ የተከሰተውን 'ቀለበታዊ የፀሐይ ግርዶሽ' ከትግራይ ቴሌቪዥን በወሰድነው ቪድዮ (33 MB) መመልከት ትችላላችሁ። ግርዶሹ ሲከሰት በአላማጣ ከተማ የነበረውን ክስተት በቪድዮው ላይ ተመልከቱ!

@oromotoo
Gaaddiddaawuu Aduu❗️Alaamaaxaa

Elias Meseret
@oromotoo
#Live

Miidiyaaleen akka Tigrai TV, OBN, ETV News, DW TV'n tamsaasa kallattiin gama foddaa teleeviitziinaan Gaaddiddaawuu Aduu mul'ata jiru dabarsaa jiru dawwaadha
#Dasee |Gaaddiddaawuu Aduu

@oromotoo
#Finfinnee |Gaaddiddaawuu Aduu

@oromotoo
@oromotoo
TIGRAI TV LIVE!

'በአላማጣ ከተማ' ያለውን የፀሐይ ግርዶሽ ክስተት ከዚህ ሰዓት ጀምሮ በትግራይ ቴሌቪዥን በቀጥታ መመልከት ትችላላችሁ።

በአላማጣ ቀለበታማ ግርዶሽ የሚሆንበት ሰዓት 2:00:27 - 2:01:27 ሲሆን ከፍተኛው የመጨለም መጠን 97 በመቶ ነው።

@oromotoo
'ቀለበታዊ የፀሐይ ግርዶሽ' በአላማጣ ከተማ ሲከሰት በከተማው የነበረው ገፅታ በፎቶው የምትመለከቱትን ይመስል ነበር፤ 'ቀለበታዊ የፀሐይ ግርዶሹ ከ2:00:27 - 2:01:27 ድረስ ነው የቆየው።

@oromotoo
⬆️
Gaaddiddaawun Aduu Ityoophiyaa dabalatee kutaalee biyyoota addunyaa garagaraatti uumameera

Gaaddiddaawun Aduu kun Ityoophiyaatti Wallagga Lixaadha ka’ee gama Kaabaan muldhateera. Naannoo Baahir Daar Injibaaraatti %98 dukkana akka ture eerameera. Laallibaa fi Naannoo Affaaritti sa’aatii garagaraa irratti mallattoo qubeelaa guutuun muldhateera. Giduugala Koongootti kan ka’e gaaddidduun Aduu kun Oomaan, Yaman, Paakistaan, Hindii fi Chaayinaa qaxxaamuruun xumurri isa galaana Paakistaanidha.

Photo: Ethiopian Press Agency
#COVID19 Prezidaantiin Ameerikaa Donaald Tiraamp qorannoo vaayirasii koronaa akka hir'atu ajajan

Prezdaant Donaald Tiraamp Oklahomaa keessatti haasawa taasisaniin qondaaltonni qorannoo koronaavaayirasii akka hir'isan ajajan.

Lakkoofsi namoota qabamanii daran dabalaa waan jiruuf qorannoo hir'isaa jedhan Tiraamp.

Akkuma qorannoon heddummaataa deemuun namoota qabaman heddumminaan argaa waan jirruuf qorannoo hedduummeessuurraa of qusachuu qabna jedhan.

Qorannoo waan cimsineef lakkoofsi namoota qabamanii biyya keenya keessatti akkasitti dabaluunsaa waan badaadha jedhan Tiraamp.

Maddi: BBC
"Itoophiyaatti namoonni dabalataa 63 vaayrasii koroonaan qabamaniiru, lubbuun namoota 2 darbeera." Dr Liyaa Taaddasaa

@oromotoo
@oromotoo
2024/10/02 02:37:11
Back to Top
HTML Embed Code: