Telegram Web Link
"แ‰ แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แ‰ฐแŒจแˆ›แˆช 63 แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แ‰ แŠฎแˆฎแŠ“ แ‰ซแ‹ญแˆจแˆต แˆ˜แ‹ซแ‹›แ‰ธแ‹ แ‰ฐแˆจแŒ‹แŒแŒงแˆแค แ‹จ2 แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แˆ…แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠ แˆแแˆแข" - แ‹ถแŠญแ‰ฐแˆญ แˆŠแ‹ซ แ‰ณแ‹ฐแˆฐ

@oromotoo
#DrLiaTadesse

Itoophiyaatti saโ€™aatii 24 darban keessatti qorannoo laabiraatoorii namoota 4457'f godhameen namootni 63 vaayirasichaan qabamuun isaanii mirkanaa'ee jira.

Waliigalatti Itoophiyaatti baay'inni namoota vaayirasichaan qabamuun isaanii mirkanaa'e 4,532 ga'eera.

Haala dhukkubsattootaa kanneenii:-

โ€” Namootni vaayirasichaan qabaman hundinuu lammiilee Itoophiyaati. Koorniyaadhaan dhiirota 42 fi dubartoota 21 yoo taโ€™an umuriidhaan waggaa 14- 76 gidduu kan jiranidha.

โ€” Bakki irraa argaman 31 magaalaa Finfinnee, 9 naannoo Somaalee, 5 naannoo Oromiyaa, 4 Dirree Dawaa, 4 naannoo Affaar, 3 naannoo Amaaraa, 3 naannoo Gambeellaa, 2 naannoo Kibbaa, 1 naannoo Tigraay, 1 naannoo Hararii irraati.

โ€” Odeeffannoo biraatiin namootni 91 kan fayyan yoo tahu, Walii galaatti hanga ammaatti namootni 1,213 dhibee kana irraa fayyaniiru.

Sababa vaayirasichan lubbuun namoota lama darbeera. Waliigalatti Itoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaan lubbuun darbee 74 gaheera.
#Oromoo_Walloo


Oromoon #walloo orommotaa baarentu keessaa isaan tokkodhaa oromoonni kunis kaabaa shaawa irra hanga naannoo tigraayii ti faaca'ani argamuu oromoon wallo akkumma oromoota kaanii qotee bulaa fi horsiisee bultootaa oromoon wallo daangaa ummata amaraa fi affaar giddu jiraatu saboota kananiis waallitti bu'insaa yeroo isaan walakatti ta'u wanuma baramaadha. Oromoon wallo naannoo amaaraa godinaa adda oromiyaa kamisee kan jedhamu gaaffii guddaadhaan akka afaan isaatin baraatuuf seenaa fi dudhaa isaa afaan ofiittin akka baratuuf gaaffii irraa deddeebin kasuun murtreffate jira. Oromoon wallo keessaa muraasni: #kamisee , #baati , #warra_illu , #warra_qaalluu , #warra_baabbofi #raayyaa , kannen haafaanis baayyedha. Oromoon walloo akkumma afaan oromoo beekkan afaan saaba birootis nii hasa'u inumma kan afaan abbaa isaatu hin beeknes hin dhabamuu. Oromoon wallo jaarra kaanan "saaddacha" jedhaan hikaan isaas oromoo afaan isaa hin beekne jechuudha.oromoon walloo goosota hedduu qaba.isaan keessas murasni #dawwee #Batee #jille, #arxumaa , #qoori , #duguuguru fi kkfaan isaan murasaa.

#Share Gochuu hin dagatinaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
#Join @OROMOTO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
MICHUU SEENAA
๐Ÿ‘‰Chaanaalii kana jalatti baldhinaan waa'ee Seenaa ummata Oromoo isiniif dhiheessina! NU hordofaa!!!!
โคโค
Chaanaaloota biroo Arkachuuf๐Ÿ‘‰ @Oromotoo
@Jiruudha
@islaamatube
https://www.tg-me.com/Michuseenaa
Ministeera Barnoota irraa barattootaa bara kana qoumsaa biyyaaleessa qoramaanif ergaa darbee:

Sababa weerara vaayrasii koroonaatiin yeroon qorumsaa madaalli bara barnoota 2012 addan cite ture itti keennamuu Ministeerri Barnootaa akka hin murtoofnee ibseera.

Haata'uu malee Midiyaaleen hawaasa oduu soba tamsaasan maqaa fi loogoo Ministeera Barnootaa fayyadamuun guyyaa qorumsii itti keennamuu akka murtaa'eetti tamsaasaa akka jiran Ministerri Barnoota biraa gahuu ibseera.

Itti dabaluun Ministeerri Barnoota barattootaa fi maatii barattootaaf yeroo barnoonni eegaluu fi qorumsii itti keennamuu gara fuula duraatti kan ifoomsuu ta'uu himeera.
#SHARE
@oromotoo
@oromotoo
Kaaba Shaggar Jaarsoo keessatti manni uummata keenya Oromoo gubataa jira.
Risk in life is important

#Motivational# #Story

According to an old legend, a king went to visit his neighboring kingdom here. The neighboring king hosted the guest king very well. After staying there for a few days when the king returned to his kingdom, the neighboring king gifted him two beautiful pigeons.

The king took the two pigeons to his palace. There a servant was appointed to look after the pigeons. The servant would arrange food and water for the pigeons in the morning. A few days later, when the king arrived to know the condition of those pigeons.

The servant said that one pigeon flies to a very high height, but the other one is sitting on a branch of the tree. The king was very sad to know why the other pigeon is not flying.

The king immediately summoned his ministers, but no one could understand what had happened to the other pigeon. Then someone advised the king that the birds should be called. The ministers immediately called a poor farmer.

The farmer was familiar with birds, saw the area around the pigeon and cut the branch of the tree on which he sat.

After this, the second pigeon also started flying high in the sky. The farmer told the king that this pigeon was trapped in the fascination of this branch, afraid of taking the risk of flying, when this branch was cut, it had no other option but to fly.

Due to this, he has started flying to high altitude. The king was pleased to see this and honored the farmer with gold coins.

*Lesson from story*

Those who are afraid to take risks, do not want to give up their comfort zone, they cannot fly to the height i.e. do not achieve their Dreams or Targets.
If you also want to do something big, then you have to take risk.

JOIN SHARE SHARE
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Rakkoon nama sammuun cufaadha sani yeroo hunda afaan isaanii banaadha.
Gowwaa wajji walmormuu jechuun homaa miti lama ta'uu keessan mirkaneessu jirta malee.

Iccitii milkaa'ina waahundaa
Argachuuf ...join&Share

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Kitaabni haaraan gorsaa dhimma nageenyaa duraaniin barraa'e pireezidant Donaald Tiraamp gochoota adda addaan himata.
Tiraamp biyya guddoo akka Ameerikaa haa hafuuti Waayit Haawus akkamiin akka hogganuu qaban nama beekan miti jedha kitaabichi. Bulchiinsi Tiraamp kitaabichi maxxanfamee akka hin baane ugguruuf yaalii godhaa jira.



@OROMOTOO
@OROMOTOO
โ€œIt is good to travel with hope and courage. But it is better to travel with knowledge.โ€
By Ragner in Vikings

@OROMOTOO
@OROMOTOO
โญ๏ธ Jireenya keenya keessatti wanti nuti akka ta'u barbaadnu
๐Ÿ‘ni ta'a ykn ๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Žhin ta'u
Namoonni yeroo cinqaman garuu wanti biraa kan addaa kan ta'u fakkeessu...
๐Ÿ‘Yoo wanti yaadde siif ta'e,baga gammadde gammadi ....
๐Ÿ‘ŽYoo hin taane garuu....gammadi...irra deebite yoo yaalte ni ta'a waan ta'eef...
โญ๏ธ TA'uu fi Ta'uu dhabuu isaa dura garuu ๐Ÿ‘‰Ta'uu dhabuu akka danda'us beeki...dandeettii miira sitti dhagahamu keessummessuu qabaadhu ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
Dhaamsi itti fufa.............

Halkan Gaarii ๐ŸŒ‡๐ŸŒ‡๐ŸŒ‡
By @abdetuor


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@Anne_pro
@Anne_pro
@oromo7
IJOOLLEE QUBEE

Gadii baasnee sitti humna
Sodaannee hin qabnu
A....B...C....D. dhaan malee
แˆ€...แˆ dhaan hin jalqabnu!
Baarrii fi garri kee durii
Dhumaateera si jalaa
Nuti ijoollee Qubeeti
Miti ijoollee 'fidalaa'....!


@OROMOTOO
@OROMOTOO
ลŽล”ลŽ ADVERTISING(BEEKSISUU)
โ›ณ๐Ÿ™HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KANA JALATTI BEEKSISA HOJJATAMU KANA NAMOOTA BEEKSISA HOJJATAN QUNNAMUUDHAF JOIN GODHAโœ… @...........
โœ… @....................

JOIN JOIN
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@OROPRO ๐Ÿ‘ˆ
@OROPRO ๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
https://www.tg-me.com/OROPRO
Meeshaa cimaan addunyaa

ittiin jijjiiran BARNOOTA!

ยฉ Nelson Mandela


YAADAF๐Ÿ‘‡
By @abdetuor

@OROMOTOO
@OROMOTOO
2024/10/02 04:34:54
Back to Top
HTML Embed Code: