Dhaabbanni Safariikoomii fi Heeliiwoos Taawors Ityoophiyaatti damee misooma Teeleekoomirratti hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsan.
Heeliiwoos dhaabbata dhiyeessa Teeleekoom Landanitti argamu yoo ta’u waajjirri muummee Safaariikoom ammoo Keeniyaatti argame.
Safaariikoom Bahaa fi giddugala Afrikatti dhaabbata bu’aa qabeessa ta’eedha. Ityoophiyaan iddoo hawwata gabaa dhaabbatichaa ta’uu itti gaafatamaan Faayinaansii Heeliiwoos Toom Griinwud ibsaniiru.
Ityoophiyaatti hojjechuuf deeggartoota waliin waliigaltee taasisuuf qophaa’uu ibsaniiru.
Hojii raawwachisaa olaanaan dhaabbata Safaariikoom Piitar Nideegwaan gama isaaniin, deeggartoota waliin Ityoophiyaatti hojjechuuf fedhii qabaachuu dubbataniiru.
Dameen Teeleekoom indaastiriiwwan carraa guddinaa olaanaa qaban keessa isa tokko ta’uu himaniiru. Ityoophiyaan biyyoota Indaastirii Teeleekoomiif filatamoo ta’an keessa ishee tokko ta’uu ibsaniiru.
Maddi:- FBC

#Tigraay
Naannoo Tigraayiitti qorannoo laabraatorii sa'aatii 24 darbee namoota 460 'f taasifameen namoota 11 irratti vaayirasiin koronaa argamuu Biiroo Eegumsaa Fayyaa Naannoo Tigraay gabaase.
• Waliigalatti naannoo Tigraayiitti lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamanii 167 gahee jira.
〽️Sa'aatii 24 darbee keessa naannoo Tigraayiitti namoonni haaraan 4 vaayirasicha irraa bayyanataniiru; waliigalaan immoo namoonni 18 bayyanataniiru.
Maddi:- Tigray Regional Health Bureau

Itoophiyaatti sa’aatii 24 darban keessatti qorannoo laabiraatoorii namoota 5274'f godhameen namootni 129 vaayirasichaan qabamuun isaanii mirkanaa'ee jira. Kanumaan baay'inni namoota vaayirasichaan qabamuun isaanii mirkanaa'e 3,759 ga'eera.
🩸 Haala dhukkubsattootaa:-
— Namootni vaayirasichaan qabaman hundinuu lammiilee Itoophiyaati. Koorniyaadhaan dhiirota 79 fi dubartoota 50 yoo ta’an umuriidhaan waggaa 1- 70 gidduu kan jiranidha.
— Bakki irraa argaman 85 Magaalaa Finfinnee, 11 naannoo Tigraay, 10 naannoo Somaalee, 7 naannoo Kibbaa, 6 naannoo Amaaraa, 5 naannoo Oromiyaa, 4 Dirree Dawaa, fi naannoo Affaar irraati.
— Odeeffannoo biraatiin namootni 111 kan fayyan yoo tahu, Walii galaatti hanga ammaatti namootni 849 dhibee kana irraa fayyaniiru.
Sababa vaayirasii koroonaan Itoophiyaatti sa'aatii 24 darbee keessatti namoonni 2 lubbuun isaanii dhaabaniru. Waliigalan namoonni 63 lubbuun isaanii darbeera.

#BREAKING
Sababa vaayirasii koroonaan Itoophiyaatti sa'aatii 24 darbee keessatti namoonni 2 lubbuun darbeera.
1⃣ Koorniyaan Dhiira lammii Itoophiyaa jiraataa magaalaa Dirree Dawaa umriin ganna 60; vaayirasichan qabamuun yaala irraa kan ture.
2⃣ Koorniyaan Dhiira lammii Itoophiyaa jiraataa magaalaa Finfinnee umriin ganna 30; vaayirasichan qabamuun yaala irraa kan ture.
Waliigalan Itoophiyaatti lakkoofsi namoota sababa vaayirasichan lubbuun isaanii darbee 63 gaheera.
•namoota 111 fayyaan keessaa namoonni
109 magaalaa #Finfinnee, 2 magaalaa #Dirree_Dawaa irraa kan fayyaan yoo ta'u, Walii galaatti hanga ammaatti namootni 849 dhibee kana irraa fayyaniiru.
@oromotoo
@oromotoo
Sababa vaayirasii koroonaan Itoophiyaatti sa'aatii 24 darbee keessatti namoonni 2 lubbuun darbeera.
Haala namoota lubbuun isaanii darbee
:1⃣ Koorniyaan Dhiira lammii Itoophiyaa jiraataa magaalaa Dirree Dawaa umriin ganna 60; vaayirasichan qabamuun yaala irraa kan ture.
2⃣ Koorniyaan Dhiira lammii Itoophiyaa jiraataa magaalaa Finfinnee umriin ganna 30; vaayirasichan qabamuun yaala irraa kan ture.
Waliigalan Itoophiyaatti lakkoofsi namoota sababa vaayirasichan lubbuun isaanii darbee 63 gaheera.
•namoota 111 fayyaan keessaa namoonni
109 magaalaa #Finfinnee, 2 magaalaa #Dirree_Dawaa irraa kan fayyaan yoo ta'u, Walii galaatti hanga ammaatti namootni 849 dhibee kana irraa fayyaniiru.
@oromotoo
@oromotoo
#COVID19_OROMIA
Naannoo Oromiyaatti sa'atii 24 darban keessatti qorannoo laaboratoorii namoota 554 'f taasifameen namoonni 5 vaayirasii koronaan qabamuun isaa mirkanaa'eera.
Namoota 5 vaayrasiichi irratti argame keessaa:
2 Boorana
2 Burraayyuu
1 Shawaa kaaba
Kunis lakkoofsa namoota naannoo Oromiyaatti vaayirasichan qabamanii waliigalaan 211 taasiseera.

Haramaayaatti Poolisiin nama tokko rasaasaan ajjeeftee jirti. Namni ajjeefame Jibril Ahmadnur jedhama. Dhaloonni Gaara Mul’ataati. Hojii humnaatiin Haramaayaa jiraata.
Ummata keenyarraa ajjeechaan haa dhabbatu jechuun itti haa hammeessaa jechuu itti fakkaatee ?
by jawar mohammed

Komishiniin Poolisii Oromiyaa ajjeechaa Haramaayaatti raaw'atame kana maal jedhee haala laata?
By jawar mohammed
By jawar mohammed
Maqaletti jaarsa ergitee araara kadhatti, Haramaayaatti qawween ilmaan Oromoo ajjeefti.
By jawar mohammed
By jawar mohammed
Extrajudicial killings continue in Oromia. Police killed a young man named Jibril Ahmadnur in Haramaya, East Hararge.
By jawar mohammed
By jawar mohammed
Godinaa Harargee lixa
Aanaa shanan dhuuggoo
•(masalaa) keessaattii
namooni humna adda police oromiyaatin
tumaamanii hidhaman isaan kaneenii joolleen tun
waan ilaachaa faalaa partii mootummaa qabdan jechuun hidhaman
1️⃣•abrahimee abduselam daldaala
2️⃣•magarsaa zakariyaa barataa
3️⃣•heydarus usman hojjata
4️⃣•fuade arabuu dafqaan bulaa
@Oromotoo

Komishinii Poolisii Oromiyaatiif
Yoo qajeelfama 'tarkaanfii hadhaawaa fudhadhaa' jedhu waajjirri Bilxiginnaa jiddu galeessaa dhiheenya gadi erg yoo raaw'achiisaa jiraattan malee; ajjeechaa geggeeffamaa jiru sadarkaa imaammataatti baafattan yoo deemaa jiraattan malee yakkoota dhiheenya saaxilaman irratti tarkaanfii fudhachuun ummataaf ibsuu qabdu
- Warri Gujiitti mana ghubaa vidiyoo of waarabe akka isin jettan warra hin beekmnee miti. Walakkaan isaanii ammaayyu Bushooftuu akka jiran dhageenyee jirra.
- Ajjeechaa Boosat warri raaw'ate ammas achuma aanaa irra akka jiran mirkaneeffanneera
- Ajjachaa har'a Haramaayaatti raaw'atame miseensa poolisii magalaatti ummanni beekutu raaw'ate. Ummata guutuu giddutti galaafate.
Yakkoota miseensota keessaniin raaw'ataman kana adabuu dadhabnaa, ajjeechaa gara fuulduraas akka isin qajeelfama kennitanitti fudhata ummanni. Waakkachuufi fakkeessuun gahe!
Jawar Mohammed
@Oromotoo
@Oromotoo @All_islaam

Jaarsummaan Maqaletti ergatan akka hin milkaayin ibsa Addisu Arega Kitessa maxxanserraa hubadhee gara facebook naannoo Tigray yoon dhaqu ' kora biyyooleessa humnootaa siyaasaa hunda hammatetu qophaayuu qaba malee nu qofaa waliin miti ' jenneeniin geggeessine jedhanii maxxansaniiru.
Waa mammaakuu ka'eetin na jalaa bade nagargaaraa mee 😁
JAWAR MOHAMMED

Oduun Lixa Oromiyaa irraa dhufe kun heddu
yaaddessaa dha. Ummanni keenya waan
qabdaniin waliif birmadhaa.
===========
"Guyyaa hara'aa ummatnii oromoo lakkofsaan 150
ol ta'aan qe'ee isaani naannoo Mugii irraa waranaa motummaattin buqifamaan Magaala Gambellaa bufataa Poolisii gandaa 03 tti rakachaa kan jiraan yoo ta'uu yeroo ammaa nutti jiraatoni naannoo sana Malaqaa walitti qabnee jiraa. Attis hangaa danda'aamen Uumataa oromoo hirmachisuun akka gargaarsa dabalataa nuf latuuf kabajaanin sii
gafadhaa.
Taammiraat Addunyaa Gambellaa irraa."
@Oromotoo
@Oromotoo
@All_islaam

Makmaaksota jaarummaa Maqale ibsuuf isin ergitan
- Namichatu kuruphee haryatee qabuu dadhabnaan beenu/badi silaafuu foon kee hin mi'aawuu jedhe jedham
- Mana aaru osoo hin taane mana aanu goran
- Hiriyaa malee malee dhaqxeeti gaggeessaa malee galte
- Ijji gamnaa dura boossi
- Kadhattuun kadhattee dhabde arrabsitee baafatti
- Akka itti dhudhuufaa baateetu Hareen akka worabessa boojitee galtuu beeksifate
- Ibiddaan dura wal beekna utubaa qofa narraa qabaa jette eeleen manni gubannaan jedhee makmaaka Oromoo.
- Jaala wal gane afaan haga haroo ball'ataa
- 'Lafti abdataan sanyii nyaata' jette bilxiginnaan maqalee galtuu
- Kan firaaf eelee hin dhabne ormaaf eege dhaabdi
- Jaalala galata hin qabne intala rafte dhungatan
- Isintuu wolitti aana jissaa wol dhaana
- Ni ta'a jennaan h arree qalle, ta'u didnaan harree gatne
- Dhabduun didduu ofgooti
By jawar mohammed❤💞

URANEE BALLEESSUU
Manneen qonaan bulaa maatu guba jedhee gaafata BBCn. Dubbiin akkana. Gochi mana qonnaan bulaa gubuu kun tooftaa riphee loltoota itti dhabamsiisan ( counterinsurgency tactic ) ti. "URANEE BALLEESSUU " jedhama. Uraneen maqaa manneen xixiqqaa gammoojjii keessaati. Yaadni isaa riphe loltoonni jiraachuudhaaf hawaasatti hirkatu. Hawaasa irkoo isaanii ta'u san mana jalaa barbadeessinee yoo buqqifne hirkoo san waan dhabsiifnuuf laaftutti manca'anuu naannoo sanirraa fagaatu kan jedhuudha. Baroota 1990moota keessa loltoota ABO aanaalee gammajjii Baaleefi Harargee keessaa dhabamsiisuuf hojiirra oole. Aanaalee akka Gindhiir, Beeltu, Raayituu, Qumbii, Miidhagaa Tolaa keessa yeroo san warri turtan ni yaadattu. Kan gubatu mana qofaa miti. Midhaan kuusameefi meeshaa qonnaa akkasumas beelladaa dabalata.
Tooftaan kun lolota ABO buqqaasuuf hedduu nu fayyade jedhanii gamagamanii turan yeroo san. Naannoo Soomalettiis baroota 1990moota fi san booda bara Abdi Ilee ( 2007-2014) hojiirra oolaa ture. Inumaatuu akka tooftaa farra-riphee lolotaa ( counterinsurgency ) jabaatti biyyoota alaattuu himaa turan. Qondaalota duula 'uranee bballeessuu ' baroota 1990taa san keessatti hirmaatan keessaa lama amma jeneraalota soorata bahanii Mootummaa Naannoo Oromiyaa gorsanii. Tooftaa counterinsurgency amma hojiirra jirus kan baase isaani.
Tooftaa Uranee Balleess kanatu bara dabre irraa deebi'ee hojiirra jira. Gujii keessatti eegale. San booda gara godinoota Wallaggaa, aanaalee Shawaa Kaabaafi Kibbaa akkasumas Iluu Abbaaboor babal'ate.
Kanaafuu yaa warra BBC dubbiin mana gubuu gocha tasa loltoonni miiraan godhan osoo hin taane tooftaa itti yaadamee gubbaadhaa kallattiin kaayameedha. Tooftaan mana gubanii suuraafi viidiyoo of kaasuunis waan dogonraan godhame hin se'inaa. Akkasitti kaasanii hawaasa iddoo biraa agarsiisuun itti doorsisu. Fakkeenyaaf qondaalonni godinoota Gujii viidiyoolee akkanaa harkatti baatuun deemuun hawaasa itti doorsisu, qondaalota isaanii olii kan Oromiyaa jiranitti ammoo akka raaw'ii hojiitti agarsiisanii itti of jaju.
Tana dubbiin mana gubuu duuba jirtu.
By jawar mohammed❤💞💞💞✅
@oromotoo
@oromotoo
@dedroro

Miciree Dubbii
Kutaa 25ffaa
1. Namni suuta deemu dafee bakka yaade ga'a.
Chaayinoota.
2. Sammuun keenya qaama keenyatti amanuuf dhiisuuf angoo qaba.
Andire Morwa.
3. Ofitti amanamummaa hin qabdu yoo ta'e; yeroo hunda karaa mo'amtu barbaadda.
Carl Lewis.
4. Waan haaraa yaaduu yoo dandeesse waan haaraa kalaquu dandeessa. Yoo Abjachuu dandeesse dhugoomsuu dandeessa.
William Arthur Ward
5. Waantota keessakee yaadakeen sitti haasa'an to'achuu dandeesse, waantoota bakkeess to'achuu dandeessa.
Wayne Dayre
Iyyaasuu Tarrafaa Fayyisaa
Tarkaanfiin Fulduratti