Telegram Web Link
#DrLiaTadesse

Itoophiyaatti sa'aatii 24 darbee keessa qorannoo laabraatorii namoota 5709'f gaggeeffameen namoonni 245 vaayrasiin koroonaa qabamaniiru.

Lakkoofsi namoota waliigalaan biyyattiitti koroonaa vaayirasiin qabamaniis 2,915 gaheera.

Haala dhukkubsattootaa:-

〽️ Namoota sa'aa 24 dabee keessa vaayrasii koroonaan qabamuun isaanii mirkanaa'ee keessa 241 lammilee Itoophiyaa yoo ta'an, 4 lammilee alaati .

〽️ Korniyaan isaanii 172 dhiiroota yommuu tahan, 73 ammoo dubartoota. Akkasumas umriin isaanii waggaa 1 —85 gidduu kan jiraaniidha.

Iddoo fi lakkoofsa namoota vaayirasichan qabamuun isaanii mirkanaa'ee:

〽️ Finfinnee(+190), naannoo Oromiyaa(+17), naannoo Somaalee(+16) naannoo Tigraay(+15), naannoo Kibbaa(+4), naannoo Amaaraa(+3) irraa vaayirasichan qabamuun ibsameera.

Gama kaaniin ammoo, sa'aatii 24 dabee keessa namoonni haaraan 17 vaayirasicha irraa bayyanachuus ibsameera. Waliigalattis namoonni 451 vaayrasii koroonaa irraa bayyanataniiru.

@oromotoo
@oromotoo
በኦሮሚያ ክልል በኮሮና ቫይረስ መያዛቸው የተረጋገጠ ሰዎች ቁጥር አንድ መቶ ስልሳ ሰባት (167) ደርሷል።

ባለፉት 24 ሰዓት ውስጥ የተደረገው 686 የላብራቶሪ ምርመራ ሲሆን ከነዚህ መካከል ነው አስራ ሰባት (17) ሰዎች በቫይረሱ መያዛቸው የተረጋገጠው።

የታማሚዎች ዝርዝር ሁኔታ ፦

- 3 ሰዎች ከምሥራቅ ሐረርጌ ፥ የውጭ ሀገር የጉዞ ታሪክ (ሁለቱ ወደ ሱማሊያ፣ አንድ ሰው ጅቡቲ) ያላቸው።

- 1 ሰው (የ24 ዓመት ወጣት) ከባሌ የውጭ ሀገር የጉዞ ታሪክ የሌለው፤ ከማህበረሰቡ የተገኘ።

- 1 ሰው (የ27 ዓመት ወጣት) ከምስራቅ ባሌ የውጭ ሀገር የጉዞ ታሪክ የሌለው፤ ከማህበረሰቡ የተገኘ።

- 1 ሰው ከጅማ (የ42 ዓመት ወንድ) ፤ የውጭ ሀገር የጉዞ ታሪክ (ጅቡቲ) ያለው።

- 1 ሰው ከጅማ ዞን (የ74 ዓመት አዛውንት) ፤
የውጭ ሀገር የጉዞ ታሪክ የሌላቸው፤ ከማህበረሰቡ የተገኙ

- 2 ሰዎች ከምዕራብ ሸዋ፤ ሁለቱም ሴቶች ናቸው ፤ የውጭ ሀገር የጉዞ ታሪክ የላቸውም፤ በበሽታው ከተያዘ ሰው ጋር ግንኙነት ያላቸው።

- 2 ሰዎች ከቡራዩ (1 ወንድ እና 1 ሴት) የውጭ ሀገር የጉዞ ታሪክ የሌላቸው ከማህበረሰቡ የተገኙ።

- 1 ሰው ምዕራብ ሐረርጌ (የ25 ዓመት ወጣት) ፤ የውጭ ሀገር ጉዞ ታሪክ (ጅቡቲ) ያለው።

- 2 ሰዎች ከሆለታ (አንድ ወንድ እና አንድ ሴት) የውጭ ሀገር የጉዞ ታሪክ የሌላቸው፤ ከማህበረሰቡ የተገኙ።

- 1 ሰው ከሱሉልታ (የ30 ዓመት ወጣት) ፤ የውጭ ሀገር የጉዞ ታሪክ የሌለው፤ ከማህበረሰቡ የተገኘ።

- 1 ሰው ከሰሜን ሸዋ (የ40 ዓመት ዕድሜ ያለው ወንድ) ፤ የውጭ ሀገር የጉዞ ታሪክ የሌለው፤ ከማህበረሰቡ የተገኘ።

- አንዲት የ22 ዓመት ወጣት ሴት መኖሪያዋ እየተጣራ ይገኛል፤የውጭ ሀገር የጉዞ ታሪክ የላትም፤ከማህበረሰቡ የተገኘች።
AMALOOTA NAMOOTA MO'ATOO TORBA (7)
*****************************
1. Kufaatii isaanii dhoksuuf hin dhama'an, akka barumsa argatanitti
yaadu.
2. Abdii hin kutani. Yoo kufan ka'uu akka danda'an beeku.
3. Waan gaarii fi cimina ofii isaanii fi kan nama biraa arguu danda'u.
Hir'inaa isaaniirratti malee hir'ina namaa irratti hin xiyyeeffatan. Waan
qabanii fi waan danda'anirratti xiyyeeffatu.
4. Namoota (hiriyyoota) gaarii ta'an naannoo isaaniitii qabaatu. Hiriyyoota
kaayyoo, ergama fi ilaalchaan waltumsuu danda'an of biraa qabu.
5. Waa'ee doggoggora darbee deddeebi'anii yaadanii of hin dhiphisan,
garuu irraa baratu.
6. Yeroo kaayyoof jedhanii miidhamni dhiphinni, rakkiinni irra ga'u waan
isaan miidhe caalaa waan miidhama sana keessaa argatan yaadu.
7. Murtoo murteessuuf dudduuba hin deebi'an. Murtoon jireenya keessatti
barbaachisaadha, namoonni mo'atoon ni murteessu.
*****************************
Mo'atoo isin haa taasisu rabbi!

@oromotoo
@oromotoo
Forwarded from Ethio entertainment
Oduu Covid 19
kan Waxxabajjii 6 amma bahe

# Dr. Liyaa Taddasa
Qorannaa sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan laabraatoorii 5932 gaggeeffameen namootni 210 yoo qabaman kanneen keessaa namoonni oromiyaa kessatti koronaan qabaman lakkoofsi isaanii................see more
#COVID19 #Tigray

Naannoo Tigraayiitti namoota jaha(+6) irraatti vaayirasiin koroonaa argamuu Biiroon Fayyaa naannicha beeksise.

Naannoo Tigraayiitti qorannoo laabraatorii sa'aatii 24 darbee namoota 292 'f taasifameen namoota 6 irratti vaayirasiin koronaa argamuu Biiroo Eegumsaa Fayyaa Naannoo Tigraay gabaase.

• Waliigalatti naannoo Tigraayiitti lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamanii 113 gahee jira.

〽️Naannoon Tigraay hanga ammaatti qorannoo laabraatorii namoota 5,180 kan tasiiftee yoo ta'u namoonni 113 vaayirasichan qabamaniiru, lubbuun nama tokko(1) darbeera, namoonni saddeeti(8) vaayirasicha irraa bayyanataniiru.

〽️ Naannoo Tigraayiitti namoonni 105 yeroo amma yaala irraa jiru.

Maddi:- Tigray Regional Health Bureau
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
👮‍♀Adminota Hundumaaf👮‍♀
""""""""""""""""""""""""""""""""""""

🙏Chanaali keenya haa tasgabbeessinu!🙏

Yeroo baay'ee osoo daqiiqaa shan waliif hin eegne wal gubbaan maxxaansina .kuni ammoo miseensii chamaalii akka ilaalu illee yeroo hin kenuuf jechuudha. dabalees nuffisiisuu danda'a

Kanaafuu,

👉🏽Yeroo promo maxxansuuf jennuu promo biroon irra jiraachuu fi dhiisuu dursiinee adda haa baafannuu , yoo jira ta'eef promon sun sa'atii 1:00 irra turuusaa ilaalaa

👉🏽Utuu inni sa'a 1 hin turin hin maxxansinaa

👉🏽Guyyaatti si'a lamaa olis hin maxxansinaa.

👉Yeroo si'a 2ffaa maxxansuuf jettan isa dura maxxansitan haquu hin dagatinqa

🙏Seeraa kana hojirraa olfachaa waliin haa fayyadaamnuu🙏

Galatoomaa


BY @ABDETUOR
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
"በኢትዮጵያ ተጨማሪ 268 ሰዎች በኮሮና ቫይረስ መያዛቸው ተረጋግጧል፤ የ8 ሰዎች ህይወት አልፏል።" - ዶክተር ሊያ ታደሰ

@oromotoo
"Sa'aatii 24 darbee keessatti Itoophiyaatti namoonni 268 vaayirasii koroonaan qabamaniiru; lubbuun namoota 8 sababa vaayirasichan darbeera" Dr Liyaa Taaddasaa

Lakkoofsi namoota waliigalaan biyyattiitti koroonaa vaayirasiin qabamaniis 3,166 gaheera.

@oromotoo
@oromotoo
በኢትዮጵያ በኮቪድ-19 የተያዙ ሰዎች 3,166 ደረሱ!

ባለፉት 24 ሰዓት ውስጥ በተደረገው 5,644 የላብራቶሪ ምርመራ 268 ሰዎች የኮሮና ቫይረስ ተገኝቶባቸዋል፡፡ በአጠቃላይ በሀገራችን ቫይረሱ በምርመራ የተገኘባቸው ሰዎች ቁጥር 3,166 ደርሷል።

@oromotoo
በኢትዮጵያ የሟቾች ቁጥር 55 ደረሰ!

ከኮሮና ቫይረስ ጋር በተገናኘ የስምንት (8) ኢትዮጵያውያን ህይወት አልፏል። በአጠቃላይ በሀገራችን ኮሮና ቫይረስ የተገኘባቸውና ህይወታቸው ያለፈ ሰዎች ቁጥር 55 ደርሷል።

ህይወታቸው ያለፈ ሰዎች ዝርዝር ሁኔታ ፦

1. የ65 ዓመት ወንድ የአዲስ አበባ ነዋሪ ፤ በህክምና ማዕከል በህክምና ላይ የነበሩ።

2. የ34 ዓመት ሴት የአዲስ አበባ ነዋሪ ፤ በህክምና ማዕከል በህክምና ላይ የነበረች።

3. የ45 ዓመት ወንድ የአዲስ አበባ ነዋሪ፤ በህክምና ማዕከል በህክምና ላይ የነበረ።

4. የ40 ዓመት ሴት የአዲስ አበባ ነዋሪ፤ በህክምና ማዕከል በህክምና ላይ የነበረች።

5. የ90 ዓመት ወንድ የአዲስ አበባ ነዋሪ፤ በአስክሬን ምርመራ ቫይረሱ የተገኘባቸው።

6. እድሜ ያልታወቀ ወንድ የአዲስ አበባ ነዋሪ፤ በአስክሬን ምርመራ ቫይረሱ የተገኘበት።

7. የ50 ዓመት ሴት የአዲስ አበባ ነዋሪ፤ በአስክሬን ምርመራ ቫይረሱ የተገኘባቸው።

8. የ45 ዓመት ሴት የአዲስ አበባ ነዋሪ፤ በአስክሬን ምርመራ ቫይረሱ የተገኘባት።
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#DrLiaTadesse

Itoophiyaatti sa'aatii 24 darbee keessa qorannoo laabraatorii namoota 5644'f gaggeeffameen namoonni 268 vaayrasiin koroonaa qabamaniiru.

Lakkoofsi namoota waliigalaan biyyattiitti koroonaa vaayirasiin qabamaniis 3,166 gaheera.

Haala dhukkubsattootaa:-

〽️ Namoota sa'aa 24 dabee keessa vaayrasii koroonaan qabamuun isaanii mirkanaa'ee keessa 267 lammilee Itoophiyaa yoo ta'an, 1 lammii alaati .

〽️ Korniyaan isaanii 177 dhiiroota yommuu tahan, 91 ammoo dubartoota. Akkasumas umriin isaanii waggaa 1-90 gidduu kan jiraaniidha.

Iddoo fi lakkoofsa namoota vaayirasichan qabamuun isaanii mirkanaa'ee:

Finfinnee(+232), naannoo Oromiyaa(+12), naannoo Amaaraa(+8) naannoo Tigraay(+6), naannoo Hararii(+5), naannoo kibbaa(+2), naannoo Affaar(+2), naannoo B/Gumuuz(+1) irraa vaayirasichan qabamuun ibsameera.

Gama kaaniin ammoo, sa'aatii 24 dabee keessa namoonni haaraan 44 vaayirasicha irraa bayyanachuus ibsameera. Waliigalattis namoonni 495 vaayrasii koroonaa irraa bayyanataniiru.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Sababa vaayirasii koroonaan Itoophiyaatti sa'aatii 24 darbee keessatti namoonni saddet(8) lubbuun isaanii dhaabaniru.

Haala namoota lubbuun isaanii darbee:

1⃣ Dhiira; lammii Itoophiyaa ganna 65; jiraataa magaalaa Finfinnee; yaala irraa kan ture.

2⃣ Dubartii; lammii Itoophiyaa ganna 34; jiraattuu magaalaa Finfinnee; yaala irraa kan turte.

3⃣ Dhiira; lammii Itoophiyaa ganna 45; jiraataa magaalaa Finfinnee; yaala irraa kan ture.

4⃣ Dubartii; lammii Itoophiyaa ganna 40; jiraattuu magaalaa Finfinnee; yaala irraa kan turte.

5⃣ Dhiira; lammii Itoophiyaa ganna 90; jiraataa magaalaa Finfinnee; ergaa lubbuun darbee booda qorannoo reeffaaf samuuda fudhatameen vaayirasichaan qabamuun isaa kan mirkaana'ee.

6⃣ Dhiira; lammii Itoophiyaa ganna --; jiraataa magaalaa Finfinnee; ergaa lubbuun darbee booda qorannoo reeffaaf samuuda fudhatameen vaayirasichaan qabamuun isaa kan mirkaana'ee.

7⃣ Dhiira; lammii Itoophiyaa ganna 50; jiraataa magaalaa Finfinnee; ergaa lubbuun darbee booda qorannoo reeffaaf samuuda fudhatameen vaayirasichaan qabamuun isaa kan mirkaana'ee.

8⃣ Dubartii; lammii Itoophiyaa ganna 40; jiraattuu magaalaa Finfinnee; ergaa lubbuun darbee booda qorannoo reeffaaf samuuda fudhatameen vaayirasichaan qabamuun ishee kan mirkaana'ee.

Waliigalan Itoophiyaatti lakkoofsi namoota sababa vaayirasichan lubbuun isaanii darbee 55 gaheera.
Gabaasa COVID-19 Tigraay...

Naannoo Tigraayiitti qorannoo laabraatorii sa'aatii 24 darbee namoota 219 'f taasifameen namoota 9 irratti vaayirasiin koronaa argamuu Biiroo Eegumsaa Fayyaa Naannoo Tigraay gabaase.

• Waliigalatti naannoo Tigraayiitti lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamanii 122 gahee jira.

〽️Sa'aatii 24 darbee keessa naannoon Tigraayiitti namoonni haaraan lama(2) vaayirasicha irraa bayyanataniiru; waliigalaan immoo namoonni 10 bayyanataniiru.

Maddi:- Tigray Regional Health Bureau
2024/11/20 04:38:23
Back to Top
HTML Embed Code: