Telegram Web Link
Oromummaa 🖤🤍
MADDA BEEKKUMSAA🌳
Photo
KUTAA 2FFAA...
SEENAA BAKAR WAAREE.



.....tahuu gareen kuniis nagaya eegduu (poolisii naannoo) jedhamuun beekamti. Fkn yeroo gareen murtii guutoo fi raaree diina saanii waliin dirree waraanaa irrattii falmii gochaa jiran akka diinii kun kallattii biraatiin itti hin dhufne warreen eegan jedhama. Leenjiin garee kanaa kennamuus sochii qaamaa dabalate akka bifa ammayyaa fakkeessanii muka jajjabaa kanneen akka ejersaa dumucaan cabsuudhaan leenjii fudhata jedhama. Akassumaas meeshaan waraanaa kan gareen kun loluun xiyyaa, mencaafi kan akka qottoo, wacaafaa dhagaa furgugsuufii k.k.f lolan jedhama. Leenjisaan garee tanaatiis akkuma garee raareettii riyyaa jedhamuun beekkama.

Eegaa kabajamtoota dubbiftoota keenya akkuma beekkamu lolli calii calanqoo irratti gaggeeffame irratti gootichi hogganaa waraana oromoo tahe Bakar Waaree gootummaa fi onne qabeessummaa isaarraa kan ka’e miila isaa kan irraa cite osoo ifin dhagahin hanga lolli goolabamuuf gahutti kan ture tahuu isaatu himama. Miilli isaa eessatti fi akkamiitti akka irraa cite wanni beekkamu waan hin jirreef achi buutee tahe. Warri harargeetiis akka afoola ykn maakmaaksaatti jecha kana itti fayyadamuun waan tasa badee hin argamne takka “Achi buutee miila Bakar Waaree” jadhanii himu.

Yaadannoo gooticha kanaatiifiis siidaan yaadannoo farda isaa waliin siidaa yaadannoo wareegamtoota Calanqoo kan dhiheenya kana eebbifame keessatti ijaarameefii jira. Gama kaaniin tulluun fuul dura iddoo siidaan itti ijaarame gamatti argamtu durumarraa tulluu Bakar Waaree jadhamuun beekkamti. Waraanni Murti Guutoo kan isaan hogganamuutu achirra qubatee ture jadhama
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏



MIDIYAA OROMOO SHARE SHARE GODHA.
👇👇👇👇👇👇👇
@OROMOTOO
@HARARGETUB
@DEDRORO
[ Photo ]
Mootummaan kooriyaa kibbaa Kim Jong-uun, fiilmii, uffata jiinsii fi jechoota hin aadeffamnerra dhorkaa jabaa kaa'an

Akeekni seerota haaraa kanneeniis dhiibbaa biyyoota alaa hambisuufi jedhame.

Namni fiilmiiwwan Hooliiwuud fi Booliiwuud osoo ilaaluu argame, uffata dhiibbaa biyyoota alaa qabu uffatee fi jechoota alaa kanneen ammayyummaa ibsu jedhaman fayyadamee argame ni adabama.

Kooriyaa Kaabaatti sochiin uummataa daangeffameera, intarneetiin hin jiru, feesbuukii fi tiwiitariin adda citeera, Tv ajandaa mootummaa dabarsu malee kaan ilaaluun dhorkaadha.

Namni fiilmiiwwan biyya Jappaan, Kooriyaa Kibbaa fi Ameerikaa manaa qabu yoo barame du'atu isaa eeggata.
Kanneen ijaan ilaalan ammoo hidhaa hanga waggaa 15'n adabamu.

Hojjetaan tokko yoo qabame, hogganaan kubbaaniyyaa inni keessaa hojjetuus ni adabama.
Akka seerota haaraa biyyattiin baafteetti, daa'imni tokko yoo waa balleesse maatiin ni adabamu
Madd:-BBC




@OROMOTOO
@OROMOTOO
Yoomu sin daganu goota keenya Rabbiin haqa kee habaasu Ma hero

#We_Love_you
Beeksisa Ariifachiisaa jechuun dubbiin eegalame

Oromoo namni ta'e marti dubbisuu qaba

Naannoo amaaraa lixa Goojjamtti kan argamu Womberaammaa woreda koominikeeshin barattoota haaraa bara 2014 baga ittiin geessan jechuun dubbii kan eegale barattooti Yuunivarsittii Wallaggaa, Aksuum, Dambidoolloo, Bulee Horaa, Amboo, Miizaan teeppii fi Adigrat isin ga'e qaaman dhihaachuun kottaa galma'aa jechuun fuula FB isaa irraatti maxxanseera.

Dubbii heddummeessuun hin barbaachisu dhaamsa nuti Chaanaliin dabarsuu barbaannu barattoota Oromoo yuunivarsitii amaaraa ga'eef bifa kana fakkaatuunis ta'e bifa kanaan alaan furmaati godhamuufi qaba. Osoo yeroon ga'ee lubbuu qaalii baratataa Abdii borii ta'ee tokko hin dhabin bifa maraan deeggarsii fi yaadi gingilchamee bilchaatee dhihaachuu qaba.

NUTIS SABA KEENYAAF NI QUUQAMNA
Forwarded from 🔊HARARGEE MEDIA
Woow telegram fayyadamun qofa guyyati qarshii 10 hanga 100 hata'utii garuu
namoonni baayyeen keessan start gootanii osoo jion channel hin godhin dhiisaa jirtu
Telegramii fayyadamuudhaan guyyaa 1 tti kaardii 10, hanga 100 tti argachuu dandeessu

Kana argachuuf jalqaba Liinkii armaan gadii kana tuqxu 👇
https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262

Sana booda Start isa jedhu erga tuqxanii booda join channel kan jedhu tuquudhaan chaanaalii isiniif dhufu Join gochuun dirqama
Kana booda afaan English kan jedhuuf amharic kan jedhu keessaa kan barbaaddan filattu sana booda INVITE kan jedhu tuquudhaan liinkii bifa samayawwiitiin isiniif dhufu namaaf share gootu gaafa namni 1 linkii keessaniin seene qarshii 2 isiniiif dabala nama 20f share yoo gootan qarshii 40 argattu
Garuu namni isin share gootaniif start godhee join channel gochuu qaba
Kaardii keessan erga kuffatani booda cash out kan jedhuu nidhufa isaa tuqun mobaayila keessanitti guutachuu dandesuu

%100 dhugaa dhaa itti hojedha

👇👇👇👇👇👇
https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262
Dubartiin lammii Afrikaa Kibbaa takka altokkotti daa'imman 10 dahuun galmee dinqisiisoo addunyaa irratti galmoofte.

Dubartiin daa'imman kudhan(10) deesse tun daa'imman Dubaraa sadii(3) fi Dhiiraa torba(7) dahuun kan riikardii cabsite.
Daa'imman dhalatan kunneenis garaa haadha isaanii keessaa kan baafaman ji'a torbaffaa isaaniitti yaala baqaqsanii hodhuutiin akka ta'e ibsamee jira. Maqaan Dubartii tanaas Gosiiyamee Taamaaraa Sitoolee Jedhama. Galmee wantoota dinqisiisoo addunyaa (Genius Book Records) irratti galmaa'uu kan dandeesse immoo ji'a dura dubartiin Maaliiyaan Haliimaa Seesee jedhamtu tan Morookootti Daa'imman sagal(9) altokkotti deesse caaluun riikardii qabatte.
Haati daa'imman sagal altokkotti deesse tun kanaan duras daa'imman lakkuu akka qabdu ifoomsa

maddi Oduu DW Amharic.
#AAU

Baratoonni yuuniversitii Finfinneetti ramadamtan ramaddiin doormii ifa ta'ee jira.


🔽
https://portal.aau.edu.et/NewStudents/Welcome/Index

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Waliigalteen jireenya Afrikanoota rakkoo keessa jiranii fooyyeessuu dandeessisuu mallattaa’e

Waliigalteen jireenya Afrikanoota rakkoo keessa jiranii fooyyeessuuf dandeessisuu Faawundeeshinii Maasterkaardii fi giddugallii ittisaa fi to’annoo dhibee Afrikaa doolaara Ameerikaa biiliyoona 1.3ti mallateessaniiru. Waliigaltichi Afrikaanoota miiliyoonaatti lakka’amaanii sadarkaa jireenya isaanii fooyyeessuu fi diinagdeen biyyoota Afrikaa aariitiin rakkoorraa hambiisuuf kan dandeessisuudha jedhameera.
#MoSHE

Ministeerri saayinsii fi barnoota olaanoo oduun miidiyaa hawaasummaa irrattii adeemsifamaa jiru kijiba jedhe.

Guyyaa harraa Ministeerri saayinsii fi barnoota olaanoo Dr. saamu'eel Urqaatoo yuunivarsitii dabiremaarqoosiitiif xalayaa barreessee jechuun miidiyaa hawaasaa irra deemaa oolus kijiba jedhameera.

Xalayaan kunis akeekkachiisa xumuraa keennuu ta'a kan jedhudha. Barattoonni dhalataa amaaraa ta'an beekamtii moshen ala ramaddii geggeessuuf yaaluun sababa akka ta'es xalayichi ni ibsa.

Ha ta'uyyuu malee Dr. Saamu'eel Urqaatoo Ethiocheckiif deebii kennaniin oduu kijibaati jedhaniiru xalayaa kana ani hin barreessinee jedhaniiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡CHAANALII📡
Mataa Dhiiraa Awwaallee
Afaan Hayyuu Sakaallee
Dubbii gantuu mi'eessinee
Qabsaa'ota dhugaa hadheessinee
Hin teenyu maalumatti teenyaa!!
#Artistoota oromoo kan saba isaanif sagalee ta'an oromoon jabeesse jabeeffachuu qaba.
#Oromoon wanta isaan hojjatan kana jala deemani support gochuu qabu.
Sirbi Haaraan Galaanaa Gaaromsaa guyyaa tokko keessatti 435k ilaalame jiraaf kun isaaf ga'aa miti miliyoona 10 oli ilaalamu qabaaf jenna itti jabaadha ilaalaf.
Isa qofaaf osoo hin taane warra saba isaanitif hojjatan hundaaf sagalee ta'uun hedduu barbaachisaadha.
Godina oromoo Walloo Aanaa baatee gama daangaa Affaarittin hidhattoonnii Naannoo Affaar ilmaan oromoo lama osoo isaan Saawaa (loon) tikfataa jirani dhukaasaa irraattii bantee batalumaati nama lama madesaanii jiru.Namoota madahaanis maqaan isaanii akka armaan gaditti.
1.Mohammed habibi
2.Mammee Hasan

Namoonni shiftootaa Affaar kanaan rukutaman yeroo ammaa kana mana yaala bulshiinsaa magaala Baate keessatti yaala akka argataa jiran.

Wallo Daily
oduu dabalataaf Wallo daily join gochuu hin dagatinna!
Sagalee sagalee maleeyii oromottaa kabba Walloo!
Yuuniversitii_Wachaamoo

Barattoonni Haaraan Yunivarsiitii Waachaamootti ramadamtan guyyaan galmee Waxabajjii 29-30/2013 ta'uu isin beeksifna.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡CHAANALII📡
T.me/OROMOTOO
T.me/OROMOTOO
Anii Uummata kiyyaaf qaalidha !

Yoo sitti tole like 👍 nuuf godhii

Haceekoo seenaan si yaadata 😭


#qerroomedia
Dr. Etana Habte har'aas Hiriira guddaa UK 🇬🇧 London'tti gaggeeffamaa oole Abbummaan hoogganuun qabsoo finiinaa oole. Amma qabsoon Oromoo hogganaa akka Dr. Etana Habte kana barbaaddi kan gadi ba'ee ummata fuulduraatti ba'ee fakkkeenya ta'ee qabsoo finiinsu. Dr. Etana Habte duraas nama sirna Abiy mormaa tureedha. Amma nama asiif achi hin jijjiiramne kan kaayyoo dhaabbataa qabu kan akka Dr Etana Habte kana nu barbaachisa. Oromoo Dr Etana Habte bakka Jawar Mohammed buufne qabsoo finiinsinaa akkam jattu....?
Ani Dr Etana Habte na ta'eera koottaa jala hiriirre qabsicha galmaan geenyaa.. koottaa...💪
Barataan Yuuniversiitii Amboo humna waraanaa federaalaan ukkaamsamee achi buuteen isaa dhabame.

[SQ-Waxabajji 10/2021]

Dagaaga Gammachuu yuuniversiitii Amboo dame barnootaa accounting waggaa 3ffaa kan baratu gaafa Caamsaa 23/09/2013 mooraa yuuniversiitii keessaa qaamni polisii federaalaa jedhamu kan qabee deeme hanga ammaa barataan kun eessa akka jiru akka hin beekamne oddeessi yuuniversiitii Amboo irraa nu qaqqabe ni ifoomsa.
2024/09/22 21:31:11
Back to Top
HTML Embed Code: